cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Malkaa Dhibayyuu

Chaanaalii kana Join gochuun Nu Jajjabeessaa https://www.youtube.com/@malkaadhibayyuu https://www.facebook.com/profile.php?id=100086233415230 Join Godhaa

Ko'proq ko'rsatish
Efiopiya12 783Til belgilanmaganToif belgilanmagan
Reklama postlari
236
Obunachilar
-124 soatlar
+87 kunlar
+4530 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

04:21
Video unavailableShow in Telegram
Gaaffii fi deebbii Ajajaa Ol'aanaa ABO-WBO Jaal Marroo Dirribaa fi Itti Aanaa Ajajaa Ol'aanaa ABO-WBO Jaal Gammachuu Abboyyee. Yeroon itti dhihaatu Ebla 15, 2024 akka Oromiyaatti galgala sa'aa 2:00 (8:00PM), akka DCtti sa'aa 1:00PM Sararrii gaaffii fi deebbiin (interview) kun itti darbu: https://www.facebook.com/share/ALbgsYL566Xxhcib/?mibextid=dGKdO6 https://t.co/aHZMVJRlSF https://twitter.com/ArraataO
Hammasini ko'rsatish...
IMG_6916.MP451.59 MB
1
Hammasini ko'rsatish...
1
Repost from N/a
Dishqaa fi Bireeni Akkasumaas AKM Hedduu Hikaameraa. Gumaan dhiigaa Dhiguumaa. Itti fufaa.
Hammasini ko'rsatish...
1
Repost from N/a
Photo unavailableShow in Telegram
Mootummaan Waraana Bilisummaa Oromoo waliin araara haa buusu kan nuti jennu kanaaf!!!
Hammasini ko'rsatish...
Oromokoo, fira irraas orma irraas kabajaa fii bilisummaa kan nuttti horu qawweedha! Support those who are willing to die for you #WBO Kana hubadhuu qabsoo kee dacha-dachaan itti finiinsi #oromiyaan_biyyaa
Hammasini ko'rsatish...
🥰 1
Repost from Booree Gaafa Xiiqii
01:17
Video unavailableShow in Telegram
Facebook 100090774833830(720p).mp416.92 MB
1
እራሱን በጎጃም ፋኖ ዕዝ በሚል ያደረጃው የጽንፈኛው ቡድን የምስራቅ ጎጃም  ዞን የእነማይ እና አካባቢው ወረዳዎች ቀጠናዊ  ትስስር ሃላፊ በማለት ሲጠራ የነበረው ኢንጅነር ተሾመ ለገሰ  ከሰዓታት በፊት ዲማ መገንጠያ ላይ ከነ አጃቢዎቹ ተደምስሷል Injinar Teshome Legese, garee finxaaleyyii, Ajaja Gojam Fano jedhamuun of gurmaa’e, itti gaafatamaa komunikeeshinii naannoo Enemai fi aanaalee naannawaa zoonii Gojam Bahaa ta’uun kan waamaman, sa’aatii dura bakka walqunnamtii Diimaatti hordoftoota isaatiin ajjeefamuun isaa ni yaadatama.
Hammasini ko'rsatish...
😱 1
Injifaanno urjii lolaa kan guyyaa kaleessaatii. Kun Gumaadha. Video lolaa sana guutuu karaa midi'aa ABO-WBO arrataa biyyooleessaa oromiyaa eggaadha. መረጃ፦ይህ ትላንት ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ምዕራብ ዕዝ ሥር የኡርጂ ሎላ ኮ/ክ/ጦር በምዕራብ ወለጋ ዞን ሀሩ ወረዳ ላይ ፋሽስቱን ድባቅ መቶት የተፈታ ትጥቅ ነው......
Hammasini ko'rsatish...
🥰 1
Repost from Save Oromia 💪
02:17
Video unavailableShow in Telegram
Urjii Lolaa Fakkii Naamusa Humna Jajjabee!! #Guuma bassun ciimee itti fuufa! Hardha bifa kanaan weerartuu boollatti marsee albaasaa oole. Haga bakka Kaayyoo gahutti deemsi xiiqii fi Kaayyoo kun itti fufa. Humni kun Leenjii jabaa fi naamusa Qabsoo ol-aanaa qaba. Fakkeenyummaa guddaa humni kun agarsiisaa jiruuf ture leellifamu waan qabuufan kaase.
Hammasini ko'rsatish...
9.01 MB
1
Repost from N/a
Ijoolleen ajjeechaa boru ni qaanfatu malee ijoolleen Bete Urgesaa miti
Hammasini ko'rsatish...
1
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.