cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Booree Gaafa Xiiqii

Imala Milkii Deemsa Kaayyoo Sitti hin Fakkaatin Wanta Laayyoo ! Dachaa Bu'ee Gaara Ba'ee Kaayyof Jecha Hunda Ta'ee Sabaaf jecha Aarsa Baafta Kan si qeequ Ana Aarsaa Afaan Guuten Suma WBOn Faarsaa Booree Gaafa Xiiqii

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
2 026
Obunachilar
-324 soatlar
+397 kunlar
+18130 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Uummanni amma hubatee??? Rakkoolee Oromiyaatti raawwataman WBOtti quba qabuun dogoggora akka ta'e hubatee??? Sirni pp har'a gibira jedhee tokko tokkoo daldalaa gaafa dafqisiisu, waan harkaa gara afaanii osoo uummata rakkisuu Smart City jedhee gaafa manneen jireenya ilma namaa kumaatamaan diigu. WBOtu ajajee?  Waajjirri gandaa akka si saamu, Wajjiraaleen impaayerichaa dhimmakee siif xumuruu akka si saamu, mirga hojjechuukee akka sirraa molqamu, milishaan abbaa barbaadde akka tumtu... WBOtu ajajee? Jireenyi ilma namaa guyyaa irraa guyyaatti fooyyee dhabee akka golgolaa'u WBOtu ajajee? mootummaa shiftaan kun diinakee ta'uu hubachuu dhiisuun kana sitti fide. Yoo dandeesse warraaqsa dhoosii sirna bututaa duuti morma geesse kana ofirraa kaasi.
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
⭕️LABSII  fokkisa dha kuni! Walloo, Aanaa Arxummaa Furseetti, bulchaan aanichaa kan Ahmad Abbaa Afuroo jedhamu,  "ummanni magaalaa guddoo aanichaan ala jiraatu (95%), WBO'n isaan keessa waan socho'uuf, siruma akka magaalaa guddoo aanichaa (Caffaa Roobii)  natti hin seenne" jedhee, labsii baase. Ummata baadiyaa aanicha  keessa jiraatu irratti labsii takkaa dhagahamee hin beekamne kana baase. Namni dhukkubsatullee magaalaa san yaala argachuuf ykn qoricha bitachuuf seenuu hin danda'u jechuudha. Amma ummanni mufate kuni "magaama keenya akkamiin seenuu nu dhorka ?" jedhanii magaalaa sanitti marsanii lola irratti bananiiru. Quufni hangana hammaatu maali jarana ?Akkamiin "ummanni magaalama natti akka hin seenne" jedhamee labsiin akkanaa labsama ? Magaalaa san manuma dhuunfaa isaa kan yeroo barbaade balbala cufatuu fi banatu itti fakkaate moo akkami  ?Bulchaan godinaa isheen Faannoon suniis labsii kana akka labsisiisuu keessatti qooda olaanaa qabdi. Abadan ummata injifachuu hin dandeessan. Dhumni keessaniis salphina.
Hammasini ko'rsatish...
00:31
Video unavailableShow in Telegram
Yeroo dhiyootti eggaadha. Eebbisaa Soolan Raagaa Join share godhaa hordofaa ♥️💚♥️
Hammasini ko'rsatish...
6.95 KB
01:56
Video unavailableShow in Telegram
Dhuga Ba'uumsa Booji'amtoota ```````````````````````````````````````` Dhugaan Suutuma Onnee nama seenti. Gurbaan dhugaa hin arganne, dhugaan garuu barbaaddee mucaan baate!     Amma naaf galeen sana booda!
Hammasini ko'rsatish...
6.83 MB
Photo unavailableShow in Telegram
#Oduu Gaddaa Dargaggoo ammaaf maqaa isaa adda hin baafne garuu dhalootan lixa wallaggaa Aanaa Noolee Kaabbaa akka ta'e namoonni ni dubbatu galgala har'aa jechuun jun 26 2024 galgala keessaa naannoo sa'aa 12:00 Naqamtee bakka #Jiituu jedhamutti miliishaa sirnichaan kan ajjeefame suurri dargaggoo kan gadii kana. 💔
Hammasini ko'rsatish...
00:37
Video unavailableShow in Telegram
Warra milkaahe rasaasa jajjabee ijoollee abbaa caalii irraa hafee.
Hammasini ko'rsatish...
15.29 MB
Photo unavailableShow in Telegram
Bulchaa Fedhii Uummata Dhaggeeffatu. Pireezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoo wixinee daballii gibiraa manni maree sagalee caalmaan dabarse hin mallatteessu jedhan.
Hammasini ko'rsatish...
Injifannoo Qondaalaa. Leencichi aanaa Qondaalaa bakka Shonkoroo jedhamutti waraana Impayeera kanaa 20 biyyeen makuun 3 lilmee waraanun injifannoon goolabe jira. IUOf 𝙊𝙧𝙤𝙢𝙞𝙮𝙖𝙖𝙣 𝘽𝙞𝙮𝙮𝙖
Hammasini ko'rsatish...
#Dhaamsa_Xiyyeeffanno_Barbaadu Bilxiginnaan waraana qabdu Lixaa Jimmaa, Bunnoo Beddelle Naqamtee fi Kk fa'a irra gara G/Galaatti, #Finfinne irraa gara Lixaa #Ambotti kan guura jirtuuf Amboof Sodaattemoo maali waan kun xiyyeeffannoon hordofaamee Qeerro fi Maddeen odeeffannoo keenya.
Hammasini ko'rsatish...
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.