cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Oromia Forest and Wildlife Enterprise

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
339
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
Ma'lumot yo'q7 kunlar
Ma'lumot yo'q30 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

OBN Mudde 02,2015- Dhaloonni Injifataan qabeenya Umamaa jiru ofiisaatii qofa fayyadamee kan darbu osoo hin taane; waa'ee jireenya dhaloota egereetiifis dhimmamuun Bosona kan kunuunsu ta'uu qaba jedhan Hoogganaa Olaanaan Dhaabbata Bosonaa fi Bineensa Bosonaa Oromiyaa Obbo Araarsaa Raggaasaa. Dhaabbata Bosonaa fi Bineensa Bosonaa Oromiyaatti Dameen Arsii Sagantaa sirna beekkamtii, Badhaasaa fi Yaa'ii hojjettootasaa keessummoota affeeraman waliin waajjira Galma Bulchiinsa Aanaa Nageellee Arsiitti taa'eera. Hoji gaggeessaa Olaanaa Dhaabbata Bosonaafi Bineensa Bosonaa Oromiyaa Obbo Araarsaa Raggaasaa akka jedhanitti, Dhaabbatich yeroo ammaa Bosona lafa heektaara miiliyoona sadii ol kan bulchaa jiru tahuufi kana keessaa Bosonni lafa hektaara kuma 65 ta'u Bosona nam tolcheeti. Dhaabbata Bosonaa fi Bineensa Bosonaa Oromiyaa Damee Arsiitti itti gaafatamaan damichaa Obbo Gabayyoo Zallaqaa, Godina Arsii fi Arsii Lixaatti bosona lafa heektaara kuma dhibba jahatti siiqu bulchaa jirra jedhan. Bulchaan Godina Arsii Lixaa obbo Ahmad Hajjii gamasaaniitiin, Naannoon Oromiyaa Bosonaan badhaatuu kan taateefi Oromoon durii eegalee duudhaalee sirna Gadaa isaatiin Bosona leelloo taasifachuun barootaaf waliin jiraachaa kunuunsaa ture jedhan. Si'ana duudhaan Sabichi ittiin beekkamu haphachaa dhufuusaatiin, Bosonnis akka durii kabaja dhabee rakkoon sa'aa nama tuttuquu jalqabuu himanii,dhaloonni ammaa safuu fi duudhaa ganamaatti deebuu qaba jechuun dhaaman. Bulchaan Godina Arsii Obbo Muussaa Firootis sagantaa qophaa'e kanarratti argamuun, lammiin hunduu bosana Oromiyaa kunuunsuu qabaa dhaaman. Xumurarratti Dhaabbata Bosonaa fi Bineensa Bosonaa Oromiyaatti Dameen Arsii Yaa'ii walii galaa erga ta'een booda,hojjattootasaa aarsaa guddaa kanfalan, Warshaalee dhaabbatichaa hojii fooyyee qabu hojjetaniif beekkamtii fi badhaasa kenneera. Itti gaafatamtoonni Warshaalee dhaabbatichaa fi hojjettoonni beekkamtii fi badhaasni kennameefis caalmatti cimanii akka hojjetaniif kan isaan onnachisu ta'uu himan. Margaa Asafaatu gabaase. Odeeffannoon Wayitaawaan bakka jirtanitti akka isin dhaqqabuuf fuula miidiyaa hawaasaa OBN irraa yoo argachuu feetan: Yuutuubii: Youtube.com/OBNoromiyaa Feesbuukii Afaan Oromoo: http://facebook.com/OBNAfaanoromo Raadiyoo OBN https://zeno.fm/radio/obnradio/ Tiwiitarii: https://twitter.com/OBNoromiyaa Feesbuukii Afaan Amaaraa:- http://facebook.com/OBNAmharic Feesbuukii Afaan Ingilizii:- http://facebook.com/OBNEnglish Teeleegraamii:https://t.me/OBN_VoiceOfthepeople Yeroo hunda waan nu waliin jirtaniif ulfaadhaa. OBN Sagalee Uummataa.
Hammasini ko'rsatish...
Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.

Raawwii karooraa hanga ammaa jiru irratti manajimentii #Damee_Booranaa_Gujii waliin marii taasifneerra. Sochii hojii jiru tokko tokkos lafarratti daawwaneerra. Qubannaa seeraan alaa daangaa bosonaa keessaa baasuuf qindoominni qooda-fudhattoota, keessaafuu #Waajira_Abbaa_Alangaa waliin eegalame hojii fakkeenyummaa gaarii qabu akka ta'e ilaalameera.
Hammasini ko'rsatish...
Repost from N/a
Photo unavailableShow in Telegram
Repost from N/a
Photo unavailableShow in Telegram
Repost from N/a
Paarkiin Biyyoolessaa Gaarrewwan Arsii Paarkota Dhaabbanni Bosonaa fi Bineensa Bosona Oromiyaa hundeesse keessaa tokko. Barri hundeeffama isaas 2003 E.C dha. Paarkiin kun Godina Arsii keessatti kan argamu yeroo ta'u Godina Arsii Lixaan Aanolee lamaan daangeffama. PBGA Bilookii afur (4) qaba. Bilookonni Kunis:- 1. Bilookii Dheeraa Dilfaqaar 2. Bilookii Cilaaloo Gaalamaa 3. Bilookii Honqolloo fi 4. Bilookii Kaakkaati.
Hammasini ko'rsatish...
Repost from N/a
Photo unavailableShow in Telegram
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.