cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

OBN Afaan Oromoo|Horn of Africa|Gaammee|Radio|New Media#

OBN Sagalee Uummataa

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
26 565
Obunachilar
+7624 soatlar
+3537 kunlar
+1 07930 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Hammasini ko'rsatish...
Diraamaa Guddifachaa [ ጉዲፈቻ ] Kutaa 1ffaa Diraamaa Ajaa'ibaa duudhaa Oromoo guddifachaa irratti.

Diraamaa Guddifachaa,Diraamaa Guddifachaa [ ጉዲፈቻ ] Kutaa 1ffaa Diraamaa Ajaa'ibaa duudhaa Oromoo guddifachaa irratti Afaan Amaaraan hojetame. artistoottoonni Itiyoophiyaa bebbeekamoon kan irratti hirmaatan, qabeenyaafi aadaa,safuun Oromoo kan keessatti guddatee mul'ate.

Hammasini ko'rsatish...
Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.

Hammasini ko'rsatish...
Sirna jalqabbii dhaabbii Ashaaraa magariisaa Oromiyaa bara 2016

Hammasini ko'rsatish...
Oduu Ijoo Miidiyaa Haaraa OBN Waxabajjii 18,2016

Dr Abiyyi Ahimad Kaalaabiroo Awureeliyaa Paatiriiziyaa gaggeessan. Afyaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa Abdurahmaan qabeenya uumamaa sirnaan eegnee kunuunsuun dhalootatti dabarsuu qabna jedhan. Itiyoophiyaafi Itaaliin walii galtee deeggarsa Yuuroo miiliyoona 4fi kuma 7 waliif mallatteessan. Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa wixinee labsii haala qabiyyee lafaa raggaase

Hammasini ko'rsatish...
Caayaa, Kantiibaa Magaalaa Shaashamannee waliin.

Hammasini ko'rsatish...
Oduuwwan Ijoo Miidiyaa Haaraa OBN Waxabajjii 17,2016

Oduuwwan Ijoo Miidiyaa Haaraa OBN Waxabajjii 17,2016 1. Caffeen Oromiyaa aanaalee rakkoo nageenyaan miidhamaniif deeggersa gumaache. 2. Naannoo Amaaraatti Konfiraansiin nageenyaa kutaalee hawaasa adda addaa hirmaachise taa’ame. 3. Bara bajataa dhufutti guddina dinagdee Itiyoophiyaa harka 8.3 guddisuuf karoorfame. 4. Ambaasaaddar Taayyeen gitasaanii kan Jibuutii waliin mari’atan. 5. Gargaaramuu hanbisuun balaawwan nam-tolcheefi uumamaa humna ofiin dandamachuuf hojjetamaa jira jedhame.

Hammasini ko'rsatish...
Oduuwwan ijoo Miidiyaa Haaraa OBN. Waxabajjii 13,2016

Oduuwwan ijoo Miidiyaa Haaraa OBN. Waxabajjii 13,2016 1. Manni maree Ministirootaa walgahiisaa idilee 36ffaa taa’een dhimmoota 5 irratti mari'achuun murtee dabarse. 2. Korri Qorannoo Oromoo 15ffaan qophaa’e. 3. Wixinee labsii hojjattoota mootummaa Federaalaa irratti dhimmoota caalaatti ifa ta'uu qaban irratti mari'atame. 4. “Walgahii Ministiroota Dhimma alaa BRICS irratti hojiin Dippiloomaasii milkaa’aan hojjetame. 5. Xiyyaaronni keemikaala biifan Itiyoophiyaan bitte guddina misooma qonnaarratti hiika olaanaa qabu jedhame.

Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.