cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Firii Qulqulloota

🔈"Warrii #Waaqayyoo_abdiidhaan eegatan garuu #humni isaanii ni #haareffama ;akka joobiraas baalleedhan #ol ni ka'u , ni #fiigu hin dadhaban, ni #adeemu garuu hin dadhaban" Isaa 40:31

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
1 329
Obunachilar
+324 soatlar
+107 kunlar
+4530 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

"#Hangafoota keessan #dubbii #Waaqayyoo isinitti himanii turan #yaadadhaa (#የእግዚአብሔርን_ቃል የተናገሩአችሁን #ዋኖቻችሁን_አስቡ) #Attamitti akka #jiraatan akka du'anis, #jireenya isaanii keessaa wanta argames ilaalaati #amantiidhan isaan fakkaadha. "Ibro 13፥7 #Baga guyyaa #Ayyaana_baafamuu_lafee Abbaa keenyaa #Abuna_Takla_Hayimaanoti caamsaa 12 yaadatame oolu nagaan geessan #Eebbii Fi #kadhannaan Abbaa keenyaa #Abuna_Takla_Hayimaanoti Hundumaa #keenyaa waliin haa ta'uu. https://t.me/firiqulqulloota "#Wantumaa hundaaf #Waaqayyoof galanii haa ta'uu."
Hammasini ko'rsatish...
Firii Qulqulloota

🔈"Warrii #Waaqayyoo_abdiidhaan eegatan garuu #humni isaanii ni #haareffama ;akka joobiraas baalleedhan #ol ni ka'u , ni #fiigu hin dadhaban, ni #adeemu garuu hin dadhaban" Isaa 40:31

"#Iyerusaalemii hin ba'inaa"(#ከኢየሩሳሌም-አትውጡ) H/er 1:4 "#Abdii_abbaan koo isiniif kenne, isa ani #isinitti hime sana eeggadhaa malee, #iyerusaalemii hin ba'inaa" H/er 1:4 #Karaa_Deemtoni_Emaahusis #iyerusaalemiti deebi'ani jiruu...Nutis gara Mana waaqayyoti haa deddebinu Luq 24:14"#Jarri karaatti waa'ee waan #gidduu sana ta'e hundumaa kaasanii, haasa'aa in adeemu turan. ✅ #Utuu isaan haasa'aa, irrattis #dudubbachaa adeemanii, #Iyyasuus ofii isaa isaan bira ga'ee, isaanii wajjinis adeeme. #Iji isaanii garuu, isa akka hin hubanneef ittifamee ture. Yommus #Iyyasus, "Inni #isin walii wajjin haasa'aa adeemtan kun, maali?" jennaan, #nyaara guuranii achuma dhaabatan. Isaan, keessaa inni #Qileyophaa jedhamu, tokko deebisee "Warra #Iyerusaalem jiraatan keessaa waan gidduu kana mandaricha keessatti ta'e kan hin beekne, 'Si'uma# duwwaa dhaa?" jedhe. Inni, "#Waan attamii ti?" isaaniin jennaan, isaan immoo, "Waa'ee #Iyyasuus nama #Naazireet, isa gochatti dubbiittis #Waaqayyoo fi namoota duratti raajii aango-qabeessa ture sana, akka luboonni warri angafoonni, warri biyya seerratanis duuni itti haa faradamuuf dabarsanii isa kennan, akka isa fannisanis. ✅ #Nuyi garuu kan Israa'elin furu isa, jennee #abdannee turre; eyyee, kana hundumaa irratti iyyuu immoo kun erga ta'e har'a guyyaa #sadaffaa isaa ti. ✅Kana malees, warra gara keenyaa keessaa #dubartoonni ganama obboroo iddoo awwaalichaa dhaqan tokko, akka abjuu nu godhan. Isaan achii deebi'anii reeffa isaa awwaalicha keessaa akka dhaban, garuu #ergamoonni_Waaqayyoo itti mul'atanii, '#Iyyasuus_jiraataa dha' akka ittiin jedhan nutti himan. ✅ "#Warra nuu wajjin turan keessaas kaan gara awwaalichaa dhaqanii, akkuma dubartoonni sun jedhan ta'uu isaa baran, isa garuu hin argine" jedhanii itti himan. Inni immoo, "#Isin gowwoota attamii ti, waan raajonni jedhan hundumaas amanuudhaaf yaadni garaa keessanii attam daagii dha. ✅#Kiristoos kun kana hundumaa dhiphatee ulfina isaatti akka galu, barbaachisaa hin turre moo ree?' isaaniin jedhe. Innis macaafa #Musee fi macaafota raajotaa hundumaa keessatti iddoo itti waa'ee isaatiif dubbatu hundumaa isaaniif hiike. ✅ Gara ganda jarri lamaan itti adeemaa turanittis dhi'aannaan, #Iyyasuus akka waan darbee adeemuu fedheetti aggaame. Isaan garuu, "Nu biras buli, galgalaa'ee #aduunis gad sokkiteetti" jedhanii jabeessanii isa kadhatan; kanaaf isaan bira turuudhaaf duukaa ol gale. ✅ Jaraa wajjin #nyaatatti yeroo dhi'aates, #buddeenicha fuudhee, eebbisee, cabsees isaaniif kenne. Yommus #iji isaanii ittifamee kan ture gad dhiifame, hubatanis, inni garuu isaan duraa miliqe. ✅Isaan immoo, "Yeroo inni karaatti nutti dubbachaa, macaafa keessatti kan caafames nuu #ibsaa dhufe garaan keenya ni raafame, mitii ree?" waliin jedhan. #Yeroodhuma sanattis ka'anii #iyerusaalemitti deebi'an; achitti immoo bartoota kudha tokkon, warra isaan biraa wajjin walitti qabamanii argan. #Warri walitti qabaman sun,"#Gooftichi_dhuguma du'aa ka'eera, #Simoonittis mul'ateera" ni jedhu turan. Yommus jarreen #lamaan waan karaatti ta'e hundumaa, yeroo inni #buddeena cabsetti attamitti akka isa #baranis odeessan. #Nutis_iyeerusaalem kan ta'ate gara mana amnataati dedebi'uuf maal haa goonu.. 🌹#1.Akkaa isaanii waa'ee giddiira #kiristoos irraa ga'e yaadachuu . Isaas walii walii keenya hubachisu... Yeroo sana #kiristoos gidduu keenyaati arjumaa isaan ni argama. Maat 18:20 “Iddoo namoonni #lama yookiis #sadii maqaa kootiin walitti qabamanitti, ani achitti isaan gidduutti nan argama" jedheraa kiristoos . #2.#Akkaa isaanii nutis barumsaa #raajotaa , duuka bu'oota fi #abboota barachuufi gaafachuun hubachuu qabna. Isaan erga hubatanii laphee isaanii waa'ee #kiristoos gubacha ture wan ta'ef. 🌹#3.Akkaa #isaanii nu waliin bulii jennee kadhachuun. Isaanif #ijii isaanii kan ifeefi #waaqumaa #kiristoosfi du'a ka'umsaa isaa kan hubaatan yeroo innii #buddeena cabsee kennuufi ture. Nutis #buddeena bara bara kan ta'ee gaabbii galee #foonii fi #dhiiga isaa yeroo fudhaanu ijii laphee keenya nuf banama https://t.me/firiqulqulloota "#Wantumaa hundaaf #Waaqayyoof galanii haa ta'uu."
Hammasini ko'rsatish...
Firii Qulqulloota

🔈"Warrii #Waaqayyoo_abdiidhaan eegatan garuu #humni isaanii ni #haareffama ;akka joobiraas baalleedhan #ol ni ka'u , ni #fiigu hin dadhaban, ni #adeemu garuu hin dadhaban" Isaa 40:31

02:38
Video unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
. [ #ነገረ_ምስለ_ፍቁር_ወልዳ ] "ነገረ ምስለ ፍቁር ወልዳ" ማለታችን ጌታችን እንዳቀፈች በሚታየው በእመቤታችን ስዕል ዙሪያ ያሉትን ምስጢራት የሚያብራራ ጽሕፈት ስለሆነ ነው! እንግዲህ ይህ content ከወጣ ጊዜ ጀምሮ ለመማሪያ እንዲሆነን ለ "5"ኛ ጊዜ ደግመን ፖስተነዋል! ይህም በእመቤታችን ምስለ ፍቁር ወልዳ ዙሪያ ያሉትን ምስጢራት ሁላችንም እንድንረዳው ስለሚየስችለን፣ ይህን ታሳቢ በማድረግ በማሳጠር በአጭር አማርኛ የተጻፈ እና ሌሎች ትርጓሜዎችም ያሉት መሆኑን አንባቢው ያስተውል!! በተጨማሪም ለአረዳድ ያመች ዘንድ በስዕሉ ላይ ቀስትን ከቀስት ለይቶ መመልከት ተገቢ ነው! #ሀ > አክሊለ ብርሃን፦ የቅድስና ምልክት ሲሆን ይህም በሁሉም የቅዱሳን አናት ላይ ተደርጎ የሚሳል እና ቅድስናቸውን፤ መንፈስ ቅዱስ ያደረባቸው ( ማህደረ መንፈስ ቅዱስ ) መሆናቸውን የሚያመለክት ነው! #ለ > የእመቤታችን ከውስጥ የምትለብሰው ቀይ ልብስ፦ አረጋዊ ስምዖን በነፍስሽ ሰይፍ ያልፋል እንዳላት ጌታን ከፀነሰች ጀምሮ ከእርሱ ጋርም የደረሰባትን ሀዘን፤ ጭንቁን፤ መከራዋን ሁሉ የሚያመለክት ሲሆን አንድም እሳተ መለኮትን በውስጧ የተሸከመች መሆኗን ያመለክታል!! #ሐ > በእመቤታችን በስተ ቀኝ ትከሻዋ ላይ ያለው ኮከብ፦ ጊዜ ፀኒስ ድንግል መሆኗን ያመለክታል! #መ > የጌታ ሁለቱ ጣቶች፦ ሁለቱን የጌታ ልደታት ማለትም፦ 1) ቅድመ ዓለም ከአብ ያለ እናት፤ 2) ድኅረ ዓለም ያለ አባት ከእመቤታችን ከቅድስት ድንግል ማርያም መወለዱን ያመለክታል! #ሠ > እመቤታችን በእጇ የምትይዘው መሐረብ ወይም ሰበን፦ ለቶማስ የስጠችውን እና አባቶች በእጅ መስቀላቸው ላይ የሚይዙት የሰበኗ ምሳሌ ነው! #ረ > እመቤታችን ከላይ የምትለብሰው ሰማያዊ ልብስ፦ አንድም እንደ ሰማያዊያን በፍፁም ቅድስና የተገኘች እና አንድም ሰማይና ምድር የማይወስኑትን አምላክ በማህፀኗ የተሸከመች ዳግሚት ሰማይ መሆኗን ያመለክታል! #ሰ > የእመቤታችን ሁለቱ ጣት፦ በነፍስም በሥጋም በሁለት ወገን ድንግል (ድንግል በክልኤ) መሆኗን ያመለክታል! #ሸ > ከእመቤታችን ከእራስ ላይ ያለው ኮከብ፦ ቅድመ ፀኒስ ድንግል መሆኗን ሲያመለክት በተመሳሳይ ጌታ በተቀመጠበት በስተ ግራዋ አቅጣጫ ትከሻዋ ላይ ባማይታይ መልኩ ከውስጥ አንድ ኮከብ አለ፤ ይህም ድኅረ ፀኒስ ድንግል መሆኗን ያመለክታል! #ቀ > በእመቤታችን እራስ ላይ ያለው ዘውድ፦ አባቷ ዳዊት " የወርቅ ልብሷን ተጎናፅፋና ተሸፋፍና ንግስቲቱ በቀኝህ ትቆማለች " እንዳለ ጌታን በመውለዷ የሰማይም የምድርም ንግስት መሆኗን ያመለክታል! #በ > በእምቤታችን በልብሶቿ ላይ ያለው የወርቅ መጎናፀፊያ፦ ቀድሞ በብሉይ ታቦተ ፅዮን በወርቅ ትለበጥ እንደነበረ፤ እንዲሁ አማናዊት ታቦት እመቤታችን በንፅህና እና በቅድስና ያጌጠች የተለበጠች መሆኗን ያመለክታል! #ተ > በጌታ እጁ ላይ ያለው መፅሐፍ፦ ጌታ እየዞረ ያስተማረው የወንጌል ምሳሌ፤ አንድም ቸር እውነተኛ መምህርም እርሱ መሆኑን የሚያመለክት ነው!! [ የእመቤታችን ዘላለማዊ አማላጅነቷ በነፍስም በስጋም አይለየን አሜን ] Oô Màryâm Lâmmà Sëbèktânï
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
#እናቴ_ሆይ "ደስ ብሰኝ ባንቺ ደስ እሰኛለሁ፤ ባዝንም ባንቺ እፅናናለሁ፤ መከራና ችግርም ቢያገኘኝ ወዳንቺ እጮሃለሁ።" (#አባ_ጊዮርጊስ_ዘጋስጫ - በመጽሐፈ አርጋኖ)
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
#እናቴ_ሆይ "ደስ ብሰኝ ባንቺ ደስ እሰኛለሁ፤ ባዝንም ባንቺ እፅናናለሁ፤ መከራና ችግርም ቢያገኘኝ ወዳንቺ እጮሃለሁ።" (#አባ_ጊዮርጊስ_ዘጋስጫ - በመጽሐፈ አርጋኖ)
Hammasini ko'rsatish...
"#Amantii_dhaan_Isaan_Fakkaadhaa"(በእምነታቸው ምሰሉአቸው፡፡)Ibr.13፥7 #Kabajamtoota maatii #Waaqayyoo! Isin; #Warra_amantiidhaan cimanii dhaabatan dhiistanii warra #kufanii achumaan hafan ilaaltu taanaan #kufaatiin keessan yeroo sana dha. #Kanaafuu ol qabdanii kaasuu dhaaf yoo ta'e malee #warra kufanii achumaan hafan hin ilaaliinaa! Akka #onnee jabaa argattaniif warra #amantii dhaan cimanii dhaabatan ilaalaa! Warra asii gadi #dhidhimanii hafan hin ilaaliinaa! Warra #humna_Waaqayyootiin kutanii ce'an ilaalaa! #Warra ganan hin ilaaliinaa! #Warra hamma dhumaatti amanamanii darban ilaalaa! Warra #jibba babaldhisan hin ilaaliinaa! Warra #jaalalaan jiraachaa turan ilaalaa! Warra #biyya jeeqan hin ilaaliinaa! Warra #nagaa lallabaa turan ilaalaa! Warra #nama wal nyaachisan hin ilaaliinaa! Warra #biyya araarsaa turan ilaalaa! Warra #gufatanii karaatti hafan hin ilaaliinaa! Warra #fiigichoo afuuraa injifatanii badhaasa samii irraa #badhaafaman ilaalaa! Warra #sobaaf miindeffamanii jiraachaa jiran hin ilaaliinaa! Warra #dhugaa dhaaf #wareegamanii darban ilaalaa! #Amantanis amanuudhaa baattanis ergamni keenyis #wangeelli keenyis kunoo kana dha. Kanaafuu akka Qulqullichi #Phaawuloos dubbate kanatti jiraachuu barbaaddu taanaan; "#Hangafoota keessan warra dubbii #sagalee Waaqayyoo isinitti himanii turan #yaadadhaa! #Firii jireenya isaaniis akkaa ilaaltan #amantiisaaniin isaan fakkaadhaa!" Ibr.13፥7 Isaan #jaalala malee jibba namaa hin qaban, Isaan #wangeela malee wanjala hin lallabani, Isaan #dhugaa malee soba hin beekani, Isaan dhiigni isaanii dhangala'ee amantaa keenya babaldhisan malee dhiiga namaa dhangalaasanii bataskaana hin tajaajille. IIsaan ofii #doorsisamanii namoota baay'ee mootummaa #Waaqayyoodhaaf qopheessan malee nama #doorsisanii bataskaana keessaa hin ari'anne. Kanaafuu nutis #Waaqaootiin tajaajilaa jirra erga ufiin jennee #hangafoota keenya kana ilaalee #amantiidhaan isaan fakkaachuun dirqama #kiristiyaanummaa keenyaati. https://t.me/firiqulqulloota "Wantumaa hundaaf #waaqayyoof galanii haa ta'uu."
Hammasini ko'rsatish...
Firii Qulqulloota

🔈"Warrii #Waaqayyoo_abdiidhaan eegatan garuu #humni isaanii ni #haareffama ;akka joobiraas baalleedhan #ol ni ka'u , ni #fiigu hin dadhaban, ni #adeemu garuu hin dadhaban" Isaa 40:31

"#N𝙖𝙜𝙖𝙖𝙣_𝙞𝙨𝙞𝙣𝙞𝙞𝙛_𝙝𝙖a𝙩𝙖'𝙪u(#ሰላም #ለእናንተ ይሁን)Yoh 20:26 #Baga du'aa ka'umsa #2ffaa #nagaan geessan!!! #Du'aa ka'umsa 2ffaaa sababni jedhameef #gooftaan keenya Iyyesuus kiristoos du'ee awwaalamee 2ffaa ka'ee osoo hin taane si'a 2ffaaf bakka qulqulluun Toomaas jirutti akkuma duraan duuka buutotatti mul'ate, marsaa 2ffaaf waan itti mul'ateefi. #Gooftaan keenya erga man'dhee du'aa moo'ee ka'ee gaafa #guyyaa_8ffaa guyyaa sanbataa duuka buutota isaatti mul'ateera. #Yeroo sanattis duuka buutonni isaa #Afuura_Qulqulluu isa humna jaraaf ta'u, fuula ormootaa duras dhaabbatanii dhuga baatota kiristoos akka ta'an jara jajjabeessu hin arganne waan ta'eef Ayihuudota sodaatanii jaraa mana cufatanii laphee tokkoon kadhannaan murtaa'anii jiranitti #nagaan_isiniif_hata'u" jedhee #lammata waan isaaniitti mul'ateef du'aa ka'umsa 2ffaa jedhame. “#Guyyaa_saddeet booddees bartoonni isaa ammas walitti qabamanii mana keessa turan, #Toomaasis isaanii wajjin ture. Isaanii mana cufatanii utuu taa'anii, Iyyasuus dhufee isaan gidduu dhaabatee, "#Nagaan_isiniif haa ta'u!" isaaniin jedhe.” Yoh. 20:26 #Gooftaan keenya 2ffaa maaliif mul'atee?? #Bartuu isaa #Toomaasiin du'aa ka'umsa isaa amansiisuuf. kunis du'aa ka'umsa gooftaa #Toomaas shakkee ture. “#Bartoonni warri kaanis, "#Goofticha_argineerra" jedhanii itti himan; inni garuu, "Iddoo #sibiilichi ure, harka isaa lamaanitti yoon arge malee, quba koos iddoo sibiilichi ure irra yoon kaa'e malee, harka koos madaa cinaacha isaa keessa yoon kaa'e malee, hin amanu'" isaaniin jedhe.” Yoh. 20:25 #Kanaaf bakka #Toomaas jirutti mana cufaa keessatti argamee #toomaasiin gara koo kottu jedhee #mirkaneessuuf harkaa fi #cinaacha koo waraaname haxaayii ilaali jedheen.#Toomaasis harkaa fi cinaacha isaa waraaname haxaa'ee du'aa ka'umsa gooftaa #amaneera. Toomaas kutaan Lallaba Biyya isaas, wareegamummaa kan itti fudhates #Hindiitti ture. “Kana booddee #Toomaasiin, "#Quba kee fidii as irra kaa'i, harka koo lamaan ilaali, harka kee fidiitii #madaa_cinaacha_koo_keessa_kaa'i; kan hin amanne hin ta'in,#kan_amante_ta'i malee!" jedhe.” Yoh. 20:27 "#Warri osoo na hin #argin natti #amanan jarri haa gammadan" Yoh. 20:29 https://t.me/firiqulqulloota "#Wantumaa hundaaf #Waaqayyoof galanii haa ta'uu."
Hammasini ko'rsatish...
Firii Qulqulloota

🔈"Warrii #Waaqayyoo_abdiidhaan eegatan garuu #humni isaanii ni #haareffama ;akka joobiraas baalleedhan #ol ni ka'u , ni #fiigu hin dadhaban, ni #adeemu garuu hin dadhaban" Isaa 40:31

"Ati #dubartoota_hundumaa irra #eebbifamtuudha." Luq 1:42 #Qulqulleeti_Dubroo_Maariyaam Baga guyyaa #Dhaloota Haadha keenyaa #Qulqulleeti_Durboo #Maarimaam geessan. Haati #Ifaa Haati #jireenya Nuf dhalate #Yaa_Harmee keenyaa Qulqulleeti_Dubroo_Maariyaa maaloo #Cubbuu keenyaa #Ilmaa Kee #Gooftaa keenyaa #Iyyasuus_Kiristoos irraa nuf kadhadhuu. Yaa #Waaqayyoo maaloo #Haadha kee #Qulqulleeti Durboo #Maarimaamiif jedhii #yakkaa keenya nuf dhiisi. https://t.me/firiqulqulloota "#Wantumaa hundaaf #Waaqayyoof_galanii haa ta'uu."
Hammasini ko'rsatish...
Firii Qulqulloota

🔈"Warrii #Waaqayyoo_abdiidhaan eegatan garuu #humni isaanii ni #haareffama ;akka joobiraas baalleedhan #ol ni ka'u , ni #fiigu hin dadhaban, ni #adeemu garuu hin dadhaban" Isaa 40:31