Creative Dev
Kanalga Telegram’da o‘tish
Let's build your digital future Connect with me on LinkedIn: https://www.linkedin.com/in/ararso-dev
Ko'proq ko'rsatish2 423
Obunachilar
-724 soatlar
-217 kunlar
-9230 kunlar
Postlar arxiv
2 421
Addunyaan gargar citaa jirti! Dhaabbileen tajaajila Microsoft fayyadaman hedduun adda cituun himamaa jira. 🤔
2 421
Repost from N/a
Hanga ammaatti namoonni hedduun galmaa'anii jiru, ammas galmaa'aa jiru. Namni hammi barbaannu guutamuuf nama muraasaatu hafe. Atihoo galmooftee jirtaa? Fedhii amantii tee barachuu qabdaa? Yeroo boqonnaa kanattu fayyadamii kitaabota tokko tokko baradhu.
Bakka jirtutti yeroo siif mijatetti baradhu!!
Kebor Academy
Digital Training Center
Galmaa'uuf👇👇👇
https://t.me/KeborBot?start=r05730575214
2 421
Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu
°°°°°°°°°°°°°
🎊 Oduu gammachiisaa Namoota fedhii barnootaa qaban hundaaf 🧡💛💚Akkaadaamiin Keebor ji'oota boqonnaa kanatti koorsiilee amantii islaamaa tokko tokko kanneen namni islaamaa hundi barachuu qabu isin barsiisuuf karoora kan qabu yommuu tahu, kunoo marsaa jalqabaatiin koorsii kitaaba Duruusul Muhimaa isin barsiisuuf qophii hunda xumuree as baheeti jira.
Akkaadaamii Keenya wanti adda isa taasisu: ☆ Bakkuma jirtanii karaa toora online irraan barattu ☆ Barumsi kennamus bilisa ☆ Darsiilee barnootaa yeroo kamittuu sagaleen ni argattu ☆ Erga seeraan barattanii, qormaatas fudhattanii xumurtanii booda waraqaan Ragaa (Certificate) isiniif kennama.Baay'inni namoota barsiifnuu murtaa'aadha. Marsaa kanaan nama 25 qofa barbaanna. Namoonni kunneen warra koorsii kana seeraan baratanii xumuruuf karoora qaban tahuu qabu. Yoo Networkiin mijataa tahe, online class live dhaan barattu. Yeroo rakkoon network jirtuus barumsi sagaleedhaan waraabamee isiniif gadhiifama. Erga barumsa sirnaan hordoftanii booda, waal isiniif hin gallee fi gaaffii qabdanis gaafattu.
● Yero yeroodhaan hojiin manaa fi Assaayimantiin adda addaa waan barattan keessaa isiniif kennamu. ● Yeroo kutaabicha walakkaa barattan battalleen yeroo tokko isiniif kennama. ● Dhumarratti qormaata xumuraa (final exam) ni fudhattu.
○ Haalli qabiinsa qabxii akka asiin gadiiti. 1) Hojii manaa ............. 10% 2) Assaayimantii.......... 25% 3) Battallee................... 10% 4) Atteendaansii........... 5% 5) Qormaata Final......... 50%✅️ Darsii irratti argamuun dirqama. ❌️ Darsii irraa hafuun hin hayyamamu!! Akkaadaamii Keebor ~ Kebor Academy Galmeef: https://t.me/KeborBot?start=r05730575214 Odeeffannoo dabalataaf chaanaala keenya @kebor_academy join godhaa!! Galmeen guyyoo shaniif tura. Wiixata dhufu irraa barumsi ni eegala.
2 421
Repost from N/a
Haala kanaan suuraa ID keessanii ergitanii liinkii sanaa gara chaanaalii barnootaa seentu
2 421
Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu
°°°°°°°°°°°°°
🎊 Oduu gammachiisaa
Namoota fedhii barnootaa qaban hundaaf 🧡💛💚
Akkaadaamiin Keebor ji'oota boqonnaa kanatti koorsiilee amantii islaamaa tokko tokko kanneen namni islaamaa hundi barachuu qabu isin barsiisuuf karoora kan qabu yommuu tahu, kunoo marsaa jalqabaatiin koorsii kitaaba Duruusul Muhimaa isin barsiisuuf qophii hunda xumuree as baheeti jira.
Akkaadaamii Keenya wanti adda isa taasisu:
☆ Bakkuma jirtanii karaa toora online irraan barattu
☆ Barumsi kennamus bilisa
☆ Darsiilee barnootaa yeroo kamittuu sagaleen ni argattu
☆ Erga seeraan barattanii, qormaatas fudhattanii xumurtanii booda waraqaan Ragaa (Certificate) isiniif kennama.
Baay'inni namoota barsiifnuu murtaa'aadha. Marsaa kanaan nama 25 qofa barbaanna. Namoonni kunneen warra koorsii kana seeraan baratanii xumuruuf karoora qaban tahuu qabu. Yoo Networkiin mijataa tahe, online class live dhaan barattu. Yeroo rakkoon network jirtuus barumsi sagaleedhaan waraabamee isiniif gadhiifama. Erga barumsa sirnaan hordoftanii booda, waal isiniif hin gallee fi gaaffii qabdanis gaafattu.
● Yero yeroodhaan hojiin manaa fi Assaayimantiin adda addaa waan barattan keessaa isiniif kennamu.
● Yeroo kutaabicha walakkaa barattan battalleen yeroo tokko isiniif kennama.
● Dhumarratti qormaata xumuraa (final exam) ni fudhattu.
○ Haalli qabiinsa qabxii akka asiin gadiiti.
1) Hojii manaa ............. 10
2) Assaayimantii.......... 25
3) Battallee................... 10
4) Atteendaansii........... 5
5) Qormaata Final......... 50
✅️ Darsii irratti argamuun dirqama.
❌️ Darsii irraa hafuun hin hayyamamu!!
Akkaadaamii Keebor ~ Kebor Academy
Galmeef: https://t.me/KeborBot?start=r05730575214
Odeeffannoo dabalataaf chaanaala keenya @kebor_academy join godhaa!!

Galmeef: @KeborAcademyBot

Barattuu Keeyiraa Jamaal ja'amti. Uumamaan harka lamaan malee dhalatte. Keeyiraan qormaata Biyyaalessaa kutaa12ffaa miila akka harkaatti fayyamuun Onlaayiniin qoramaa jirti.
‘Qaama miidhamtuu ta’uun koo caalmaatti na jabeeysa malee bakkaan ga’uuf yaadurraa na hin hambisu’ jetti Barattuu Keeyiraa Jamaal.
Keeyiraan barnootaanis barattuu jajjabee fi qaxalee ta’uu ishee barsiisonni ishee ni dubbatu.
Guyyaa har’aa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa saayinsii uumamaa miila ishee akka harkaatti fayyadamuu Yuunivarsiitii Dirre Dhawaatti qoramaa jirti.
Qormaata kana qabxii gaariin darbuun bara dhufu Yuunivarsiitii seenuuf abdii qabaachuu dubbatti.
Qaama miidhamaan waan hunda raawwachuu akka danda’u Barattuu Keeyiraan qabatamaan agarsiiste.
2 421
Nama affeeruu qofaan qarshii hojjedhaa. Nama tokkoon qarshii tokko kaffalaa kan ture, Utopet amma nama tokkoon qarshii lamatti ol guddiseera. Kanfaltii isaas karaa Telebirr Qarshii 25 yommuu guutu baafachuu dandeessu, ammuma eegalaa!
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/Utopet_bot?start=r05730575214
https://t.me/Utopet_bot?start=r05730575214
2 421
Repost from ͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸
Nama affeeruu qofaan qarshii hojjedhaa. Nama tokkoon qarshii tokko kaffalaa kan ture, Utopet amma nama tokkoon qarshii lamatti ol guddiseera. Kanfaltii isaas karaa Telebirr Qarshii 25 yommuu guutu baafachuu dandeessu, ammuma eegalaa!
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/Utopet_bot?start=r0158985235
2 421
በወር እስከ 60,000 ብር ድረስ እንድታገኙ የሚረዳችሁን Platform ተዋወቁት
ሰዎችን በመጋበዝ በ1 ሰው 1 ብር ከመቀበል ጀምሮ ሌሎች በሺዎች የሚቆጠሩ ብሮችን በስልካችሁ ብቻ የምትሰሩበት ቦት ነው ተቀላቀሉን።
የArarso Mohammed መጋበዣ Link
👇👇
https://t.me/Utopet_bot?start=r05730575214
2 421
Oduu Guddaa:
Notcoin amaloota haaraa gammachiisaa ta'e eegale:
Namotaa carraa notcoin mining jala darbeef Ammaa Hiriyyoota kessaan Affeeruun bonus %15 argachuu dandessu Akkasumas baafachuu dandessu jedhamee
jalqabuuf link kana cuuqasa https://t.me/notcoin_bot?start=er_33504049
https://t.me/notcoin_bot?start=er_33504049
2 421
Repost from Abrelo
📰 Oduu Guddaa:
🤑 Notcoin amaloota haaraa gammachiisaa ta'e eegale:
Namotaa carraa notcoin mining jala darbeef Ammaa Hiriyyoota kessaan Affeeruun bonus %15 argachuu dandessu Akkasumas baafachuu dandessu jedhamee 👏
jalqabuuf link kana cuuqasa 👉 https://t.me/notcoin_bot?start=er_33727210
Endi mavjud! Telegram Tadqiqoti 2025 — yilning asosiy insaytlari 