ar
Feedback
Creative Dev

Creative Dev

الذهاب إلى القناة على Telegram

Let's build your digital future Connect with me on LinkedIn: https://www.linkedin.com/in/ararso-dev

إظهار المزيد
2 423
المشتركون
-724 ساعات
-217 أيام
-9230 أيام
أرشيف المشاركات
Addunyaan gargar citaa jirti! Dhaabbileen tajaajila Microsoft fayyadaman hedduun adda cituun himamaa jira. 🤔

Maaltu mudate

Maaltu mudachaa jira

Repost from N/a
Hanga ammaatti namoonni hedduun galmaa'anii jiru, ammas galmaa'aa jiru. Namni hammi barbaannu guutamuuf nama muraasaatu hafe.
Hanga ammaatti namoonni hedduun galmaa'anii jiru, ammas galmaa'aa jiru. Namni hammi barbaannu guutamuuf nama muraasaatu hafe. Atihoo galmooftee jirtaa? Fedhii amantii tee barachuu qabdaa? Yeroo boqonnaa kanattu fayyadamii kitaabota tokko tokko baradhu. Bakka jirtutti yeroo siif mijatetti baradhu!! Kebor Academy Digital Training Center Galmaa'uuf👇👇👇 https://t.me/KeborBot?start=r05730575214

Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu °°°°°°°°°°°°°
🎊 Oduu gammachiisaa Namoota fedhii barnootaa qaban hundaaf 🧡💛💚
Akkaadaamiin Keebor ji'oota boqonnaa kanatti koorsiilee amantii islaamaa tokko tokko kanneen namni islaamaa hundi barachuu qabu isin barsiisuuf karoora kan qabu yommuu tahu, kunoo marsaa jalqabaatiin koorsii kitaaba Duruusul Muhimaa isin barsiisuuf qophii hunda xumuree as baheeti jira.
Akkaadaamii Keenya wanti adda isa taasisu: ☆ Bakkuma jirtanii karaa toora online irraan barattu ☆ Barumsi kennamus bilisa ☆ Darsiilee barnootaa yeroo kamittuu sagaleen ni argattu ☆ Erga seeraan barattanii, qormaatas fudhattanii xumurtanii booda waraqaan Ragaa (Certificate) isiniif kennama.
Baay'inni namoota barsiifnuu murtaa'aadha. Marsaa kanaan nama 25 qofa barbaanna. Namoonni kunneen warra koorsii kana seeraan baratanii  xumuruuf karoora qaban tahuu qabu. Yoo Networkiin mijataa tahe, online class live dhaan barattu. Yeroo rakkoon network jirtuus barumsi sagaleedhaan waraabamee isiniif gadhiifama. Erga barumsa sirnaan hordoftanii booda, waal isiniif hin gallee fi gaaffii qabdanis gaafattu.
● Yero yeroodhaan hojiin manaa fi Assaayimantiin adda addaa waan barattan keessaa isiniif kennamu. ● Yeroo kutaabicha walakkaa barattan battalleen yeroo tokko isiniif kennama. ● Dhumarratti qormaata xumuraa (final exam) ni fudhattu.
○ Haalli qabiinsa qabxii akka asiin gadiiti. 1) Hojii manaa ............. 10% 2) Assaayimantii.......... 25% 3) Battallee................... 10% 4) Atteendaansii........... 5% 5) Qormaata Final......... 50%
✅️ Darsii irratti argamuun dirqama. ❌️ Darsii irraa hafuun hin hayyamamu!! Akkaadaamii Keebor ~ Kebor Academy Galmeef: https://t.me/KeborBot?start=r05730575214 Odeeffannoo dabalataaf chaanaala keenya @kebor_academy join godhaa!! Galmeen guyyoo shaniif tura. Wiixata dhufu irraa barumsi ni eegala.

Repost from N/a
Haala kanaan suuraa ID keessanii ergitanii liinkii sanaa gara chaanaalii barnootaa seentu
Haala kanaan suuraa ID keessanii ergitanii liinkii sanaa gara chaanaalii barnootaa seentu

Repost from N/a
Iddoo xiyyaan agarsiifame sana xuqxanii suuraa ergitu
Iddoo xiyyaan agarsiifame sana xuqxanii suuraa ergitu

Repost from N/a
Foormii galmee haala kanaan guuttu
Foormii galmee haala kanaan guuttu

Repost from N/a
Register now kan jedhu tuqxu
Register now kan jedhu tuqxu

Repost from N/a
Dursa start godhaa
Dursa start godhaa

Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu °°°°°°°°°°°°° 🎊 Oduu gammachiisaa Namoota fedhii barnootaa qaban hundaaf 🧡💛💚 Akkaadaamiin Keebor ji'oota boqonnaa kanatti koorsiilee amantii islaamaa tokko tokko kanneen namni islaamaa hundi barachuu qabu isin barsiisuuf karoora kan qabu yommuu tahu, kunoo marsaa jalqabaatiin koorsii kitaaba Duruusul Muhimaa isin barsiisuuf qophii hunda xumuree as baheeti jira. Akkaadaamii Keenya wanti adda isa taasisu: ☆ Bakkuma jirtanii karaa toora online irraan barattu ☆ Barumsi kennamus bilisa ☆ Darsiilee barnootaa yeroo kamittuu sagaleen ni argattu ☆ Erga seeraan barattanii, qormaatas fudhattanii xumurtanii booda waraqaan Ragaa (Certificate) isiniif kennama. Baay'inni namoota barsiifnuu murtaa'aadha. Marsaa kanaan nama 25 qofa barbaanna. Namoonni kunneen warra koorsii kana seeraan baratanii  xumuruuf karoora qaban tahuu qabu. Yoo Networkiin mijataa tahe, online class live dhaan barattu. Yeroo rakkoon network jirtuus barumsi sagaleedhaan waraabamee isiniif gadhiifama. Erga barumsa sirnaan hordoftanii booda, waal isiniif hin gallee fi gaaffii qabdanis gaafattu. ● Yero yeroodhaan hojiin manaa fi Assaayimantiin adda addaa waan barattan keessaa isiniif kennamu. ● Yeroo kutaabicha walakkaa barattan battalleen yeroo tokko isiniif kennama. ● Dhumarratti qormaata xumuraa (final exam) ni fudhattu. ○ Haalli qabiinsa qabxii akka asiin gadiiti. 1) Hojii manaa ............. 10 2) Assaayimantii.......... 25 3) Battallee................... 10 4) Atteendaansii........... 5 5) Qormaata Final......... 50 ✅️ Darsii irratti argamuun dirqama. ❌️ Darsii irraa hafuun hin hayyamamu!! Akkaadaamii Keebor ~ Kebor Academy Galmeef: https://t.me/KeborBot?start=r05730575214 Odeeffannoo dabalataaf chaanaala keenya @kebor_academy join godhaa!!

Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu °°°°°°°°°°°°° 🎊 Oduu gammachiisaa Namoota fedhii barnootaa qaban hundaaf 🧡💛💚 Akkaadaamiin Keebor ji'oota boqonnaa kanatti koorsiilee amantii islaamaa tokko tokko kanneen namni islaamaa hundi barachuu qabu isin barsiisuuf karoora kan qabu yommuu tahu, kunoo marsaa jalqabaatiin koorsii kitaaba Duruusul Muhimaa isin barsiisuuf qophii hunda xumuree as baheeti jira. Akkaadaamii Keenya wanti adda isa taasisu: ☆ Bakkuma jirtanii karaa toora online irraan barattu ☆ Barumsi kennamus bilisa ☆ Darsiilee barnootaa yeroo kamittuu sagaleen ni argattu ☆ Erga seeraan barattanii, qormaatas fudhattanii xumurtanii booda waraqaan Ragaa (Certificate) isiniif kennama. Baay'inni namoota barsiifnuu murtaa'aadha. Marsaa kanaan nama 25 qofa barbaanna. Namoonni kunneen warra koorsii kana seeraan baratanii  xumuruuf karoora qaban tahuu qabu. Yoo Networkiin mijataa tahe, online class live dhaan barattu. Yeroo rakkoon network jirtuus barumsi sagaleedhaan waraabamee isiniif gadhiifama. Erga barumsa sirnaan hordoftanii booda, waal isiniif hin gallee fi gaaffii qabdanis gaafattu. ● Yero yeroodhaan hojiin manaa fi Assaayimantiin adda addaa waan barattan keessaa isiniif kennamu. ● Yeroo kutaabicha walakkaa barattan battalleen yeroo tokko isiniif kennama. ● Dhumarratti qormaata xumuraa (final exam) ni fudhattu. ○ Haalli qabiinsa qabxii akka asiin gadiiti. 1) Hojii manaa ............. 10 2) Assaayimantii.......... 25 3) Battallee................... 10 4) Atteendaansii........... 5 5) Qormaata Final......... 50 ✅️ Darsii irratti argamuun dirqama. ❌️ Darsii irraa hafuun hin hayyamamu!! Akkaadaamii Keebor ~ Kebor Academy Galmeef: @KeborAcademyBot

Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu °°°°°°°°°°°°° 🎊 Oduu gammachiisaa Namoota fedhii barnootaa qaban hundaaf 🧡💛💚 Akkaadaamiin Keebor ji'oota boqonnaa kanatti koorsiilee amantii islaamaa tokko tokko kanneen namni islaamaa hundi barachuu qabu isin barsiisuuf karoora kan qabu yommuu tahu, kunoo marsaa jalqabaatiin koorsii kitaaba Duruusul Muhimaa isin barsiisuuf qophii hunda xumuree as baheeti jira. Akkaadaamii Keenya wanti adda isa taasisu: ☆ Bakkuma jirtanii karaa toora online irraan barattu ☆ Barumsi kennamus bilisa ☆ Darsiilee barnootaa yeroo kamittuu sagaleen ni argattu ☆ Erga seeraan barattanii, qormaatas fudhattanii xumurtanii booda waraqaan Ragaa (Certificate) isiniif kennama. Baay'inni namoota barsiifnuu murtaa'aadha. Marsaa kanaan nama 25 qofa barbaanna. Namoonni kunneen warra koorsii kana seeraan baratanii xumuruuf karoora qaban tahuu qabu. Yoo Networkiin mijataa tahe, online class live dhaan barattu. Yeroo rakkoon network jirtuus barumsi sagaleedhaan waraabamee isiniif gadhiifama. Erga barumsa sirnaan hordoftanii booda, waal isiniif hin gallee fi gaaffii qabdanis gaafattu. ● Yero yeroodhaan hojiin manaa fi Assaayimantiin adda addaa waan barattan keessaa isiniif kennamu. ● Yeroo kutaabicha walakkaa barattan battalleen yeroo tokko isiniif kennama. ● Dhumarratti qormaata xumuraa (final exam) ni fudhattu. ○ Haalli qabiinsa qabxii akka asiin gadiiti. 1) Hojii manaa ............. 10 2) Assaayimantii.......... 25 3) Battallee................... 10 4) Atteendaansii........... 5 5) Qormaata Final......... 50 ✅️ Darsii irratti argamuun dirqama. ❌️ Darsii irraa hafuun hin hayyamamu!! Akkaadaamii Keebor ~ Kebor Academy

Barattuu Keeyiraa Jamaal ja'amti. Uumamaan harka lamaan malee dhalatte. Keeyiraan qormaata Biyyaalessaa kutaa12ffaa miila akka harkaatti fayyamuun Onlaayiniin qoramaa jirti. ‘Qaama miidhamtuu ta’uun koo caalmaatti na jabeeysa malee bakkaan ga’uuf yaadurraa na hin hambisu’ jetti Barattuu Keeyiraa Jamaal. Keeyiraan barnootaanis barattuu jajjabee fi qaxalee ta’uu ishee barsiisonni ishee ni dubbatu. Guyyaa har’aa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa saayinsii uumamaa miila ishee akka harkaatti fayyadamuu Yuunivarsiitii Dirre Dhawaatti qoramaa jirti. Qormaata kana qabxii gaariin darbuun bara dhufu Yuunivarsiitii seenuuf abdii qabaachuu dubbatti. Qaama miidhamaan waan hunda raawwachuu akka danda’u Barattuu Keeyiraan qabatamaan agarsiiste.

Nama affeeruu qofaan qarshii hojjedhaa. Nama tokkoon qarshii tokko kaffalaa kan ture, Utopet amma nama tokkoon qarshii lamatti ol guddiseera. Kanfaltii isaas karaa Telebirr Qarshii 25 yommuu guutu baafachuu dandeessu, ammuma eegalaa! 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/Utopet_bot?start=r05730575214 https://t.me/Utopet_bot?start=r05730575214

Nama affeeruu qofaan qarshii hojjedhaa. Nama tokkoon qarshii tokko kaffalaa kan ture, Utopet amma nama tokkoon qarshii lamatt
Nama affeeruu qofaan qarshii hojjedhaa. Nama tokkoon qarshii tokko kaffalaa kan ture, Utopet amma nama tokkoon qarshii lamatti ol guddiseera. Kanfaltii isaas karaa Telebirr Qarshii 25 yommuu guutu baafachuu dandeessu, ammuma eegalaa! 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/Utopet_bot?start=r0158985235

በወር እስከ 60,000 ብር ድረስ እንድታገኙ የሚረዳችሁን Platform ተዋወቁት ሰዎችን በመጋበዝ በ1 ሰው 1 ብር ከመቀበል ጀምሮ ሌሎች በሺዎች የሚቆጠሩ ብሮችን በስልካችሁ ብቻ  የምትሰሩበት ቦት ነው ተቀላቀሉን። የArarso Mohammed መጋበዣ Link 👇👇 https://t.me/Utopet_bot?start=r05730575214

Oduu Guddaa:   Notcoin amaloota haaraa gammachiisaa ta'e eegale:   Namotaa carraa notcoin mining jala darbeef Ammaa Hiriyyoota kessaan Affeeruun bonus %15 argachuu dandessu Akkasumas baafachuu dandessu jedhamee jalqabuuf link kana cuuqasa https://t.me/notcoin_bot?start=er_33504049 https://t.me/notcoin_bot?start=er_33504049

Repost from Abrelo
📰 Oduu Guddaa: 🤑 Notcoin amaloota haaraa gammachiisaa ta'e eegale: Namotaa carraa notcoin mining jala darbeef Ammaa Hiriyyo
📰 Oduu Guddaa:   🤑 Notcoin amaloota haaraa gammachiisaa ta'e eegale:   Namotaa carraa notcoin mining jala darbeef Ammaa Hiriyyoota kessaan Affeeruun bonus %15 argachuu dandessu Akkasumas baafachuu dandessu jedhamee 👏 jalqabuuf link kana cuuqasa 👉 https://t.me/notcoin_bot?start=er_33727210