es
Feedback
Creative Dev

Creative Dev

Ir al canal en Telegram

Let's build your digital future Connect with me on LinkedIn: https://www.linkedin.com/in/ararso-dev

Mostrar más
2 413
Suscriptores
-524 horas
-277 días
-9630 días
Archivo de publicaciones
Asoosama Kutaa hedduu qabu kan Gammachu Sheka barreeyse isiif qabannee dhufne. 💥"""""Dirmammuuu Fayye,,,,,,💥 🎉.........Kutaa tokkoffaa.....🎉 Marsi mooyiin ja'ama, barataa jiddu galaati. Barnootattiis humaa hin jau, kutaa 12 fudhadheen qabxii isaa eegaa jira, harmee maqaan isii Meetoo ja'amuufi abbaa maqaan isaa Boonaa ja'amu irraahiin dhaladhe. Maatii koof ilma lammaffaati dubartii takkaatu ana dura jira, obboleettii koo himmmmm dhiisi natti haa hafuu kan isii....maqaan isii maraaf ja'amti Dr fayyaati. ☆Maatiin koo jireenya jiddu galeessaa keessa jiraatan (Jireenyi isaanii hagas mara badhaadhina biyya lafaa isaaniif hin laanne, hagas maraas daaranii akka harki lafa isaan qabatu isaan hin goone) yaa bada jiruu biyya lafaa "inni kaan quufee quufaaf ciisuu dadhaba, innii kaan boruuf yaadee xiqqo alalfatee kaan ol kaahee biraa agaba."  Ani maatii koof  ilma jalaqaatiis lma dhumaatiis akkaan waan taheettiin if yaada, "anaan guyyaa tokko Rakkina keessaa bahuu hin oolan" ja'eetiin tilmaama. Obboleettiin too Dr Maraaf jireenya Mataa isii dhaabbattee jiraachaa jirti, gaa'ila qabdi, jiruu bareedaa jiraataa jirti, nyattee quuftee kan irraa hafe gadi naqaa quufa gubbaan quufa dabalataa jiraataa jirti. Maatii keessaa dhufte dagatteeti jirti, humaa takkallee isaan hin yaadattu yoo Rakkataniis maatiin qaba jattee isaan hin millattu, jireenya dhuunfaa isii kan waa marti isiif guute keessa jiraachaa jirti. Yaa bada hammina quufa namummaa, bakka kaate si dagachiisee bakka itti deemtu si wallaachisee arra qofaaf si jiraachisee? Himmmm. Abbaan koo barsiisaa "preparatory"ti haati koo humaa hojii hin qabdu San gubbaanuu yeroo hedduu ni dhukkuba, obboleeyyan hedduu biyya alaatii qabdi tahu illee namni isii quba qabu hin jiru, obboleessa isii kan magaalaa biraa jiraatu abbaa Firaas tokkootu isii yaadata waan qabu irraahiis ni garagaara. Kun otoo kanaan jiruu qabxiin qormaataa gad lakkifamee Jira dubbii jattuun dhagahe, akkumaan dhagaheen gara iddoo qormaata itti laallatanii fiiguu jalqabe....akkumaan achi gaheen...😊😳😔😁 .......Itti fufa.... #Miidiyaa @Riyaaduljannaa

🅿️Wal-dorgommmii Marsaa #34ffaa 🛜🛜🛜🛜🛜🛜🛜🛜🛜🛜🛜 #Maqaa:Rafiiqulislaam #Biyya;Geeraa #CODE_06 Milkii Addunyaa Akhiraa Yoo Barbaadde Qur’aana Qabadhu Imaamni Guddaan Hasan Al-Basriin Waa'ee Qur'aana Ilaalchisee Akkana Je'e: Namni duniyaarratti jiruu bareedduu barbaade qur'aana lafaa haa kaasu. Namni aakhiratti guddina barbaade qur'aana lafaa haa kaasu. Namni duniyaa fi aakhiratti namaa fi Rabbii birattis kabajamuu barbaade qur'aana lafaa haa kaasu. Ikhwaanii milkii babbareedduu akkanaa akka milkooynuuf mee nu hundinuu if booda deebinee qur'aana lafaa fuunee qaraanee itti haa daleeynuu! Jechi Rabbii Kabajamaadha, Namni Kabaje Nii Kabajama, Namni Guddise Ni Guddifama! @quwwatulislaam   @quwwatulislaam     @quwwatulislaam 👇👇👇👇👇👇👇 1⃣ffaa kan baheef 500MB🎁🎁🎁 2⃣ffaa kan baheef 400MB🏅🏅🏅 3⃣ffaa kan baheef 300MB🎊🎊🎊 4⃣ffaa kan baheef 200MB✅✅✅ 5⃣ffaa kan baheef 100MB📶📶📶 🚦🚦🚦🚦🚦🚦🚦 #Wal-dorgommmicha irratti hirmaachuudhaaf 🏆🏆🏆🏆🏆🏆 👇👇👇👇👇 #JOIN_SHARE 🎋🎋🎋 @quwwatulislaam   @quwwatulislaam     @quwwatulislaam          

Repost from BURQAA BEEKUMSAA
🅱REAKING NEWS Oduu Amma Nu Geesseen Namni Chaanaalota Armaan Gadiitti Argaman Kana Hin Qabne Rakkoo Hanqina Barnootaatiin Dararamaa Jiraachuu Akkuma Itti Fufetti Jiraa!! Hanqina Kana Ofirraa Ittisuuf Mallattoo Join Jedhu Tuquun Itti Fayyadamaa. Maal Egdaree #Join Kan Jedhu Tuqii 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

𝐓𝐢𝐤𝐭𝐨𝐤𝐞𝐫𝐚 𝐛𝐢𝐲𝐲𝐚 𝐀𝐦𝐞𝐞𝐫𝐢𝐤𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐧 𝐭𝐚𝐚𝐭𝐞𝐞 #𝐌𝐞𝐞𝐠𝐚𝐧_𝐑𝐚𝐚𝐲𝐢𝐬 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐟𝐮𝐝
𝐓𝐢𝐤𝐭𝐨𝐤𝐞𝐫𝐚 𝐛𝐢𝐲𝐲𝐚 𝐀𝐦𝐞𝐞𝐫𝐢𝐤𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐧 𝐭𝐚𝐚𝐭𝐞𝐞 #𝐌𝐞𝐞𝐠𝐚𝐧_𝐑𝐚𝐚𝐲𝐢𝐬 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐟𝐮𝐝𝐡𝐚𝐭𝐭𝐞. 𝐌𝐞𝐞𝐠𝐚𝐧 𝐑𝐚𝐤𝐤𝐨𝐨 𝐤𝐚𝐧𝐚 𝐡𝐮𝐧𝐝𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐈𝐢𝐦𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐉𝐚𝐛𝐢𝐧𝐧𝐢 𝐰𝐚𝐫𝐫𝐚 𝐟𝐢𝐥𝐢𝐬𝐱𝐞𝐞𝐦 𝐰𝐚𝐚𝐧 𝐢𝐬𝐡𝐢𝐢 𝐲𝐚𝐚𝐜𝐡𝐢𝐬𝐞𝐞𝐟 𝐢𝐜𝐜𝐢𝐭𝐢𝐢𝐧𝐬𝐚𝐚 𝐦𝐚𝐚𝐥𝐢? 𝐊𝐚𝐧 𝐣𝐞𝐝𝐡𝐮𝐮𝐧 𝐭𝐢𝐤𝐭𝐨𝐤 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 "𝐥𝐞𝐭'𝐬 𝐫𝐞𝐚𝐝 𝐪𝐮𝐫'𝐚𝐧" ( 𝐐𝐮𝐫'𝐚𝐚𝐧𝐚 𝐡𝐚𝐚 𝐝𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐧𝐮) 𝐭𝐫𝐞𝐧𝐝 𝐣𝐞𝐝𝐡𝐮 𝐞𝐞𝐠𝐚𝐥𝐭𝐞𝐞 𝐤𝐚𝐧𝐮𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐟𝐮𝐝𝐡𝐚𝐭𝐭𝐞.𝐭𝐫𝐞𝐧𝐝 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐚𝐧 𝐡𝐞𝐝𝐝𝐮𝐮𝐧 𝐧𝐚𝐦𝐚𝐚 𝐪𝐮𝐫'𝐚𝐚𝐧𝐚 𝐝𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐮𝐮 𝐞𝐫𝐠𝐚 𝐞𝐞𝐠𝐚𝐥𝐚𝐧𝐢𝐢𝐧 𝐛𝐨𝐨𝐝𝐚 𝐠𝐚𝐫𝐚 𝐈𝐬𝐚𝐚𝐦𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐡𝐚𝐫𝐤𝐢𝐟𝐚𝐦𝐮𝐮𝐟𝐢 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐟𝐮𝐝𝐡𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐧 𝐢𝐬𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐠𝐚𝐛𝐚𝐚𝐟𝐚𝐦𝐚𝐚 𝐣𝐢𝐫𝐚. ┌˚❀̥──◌─♻️🔗──◌─❀̥˚┐ ...𝐉𝐎𝐈𝐍:☞ @islamic_way_1 ...

Repost from BURQAA BEEKUMSAA
🅾𝐃𝐔𝐔  🅰𝐌𝐌𝐄𝐄 Caarraa Kanatti Namni Hin Fayyadamin Dafaa Ammuma Itti Dabalamaa Jabaadhaa Akka Isin Hin Dabarfannee Nama Tokko Qofa #999 Hanqatee Abbaa Caarraa Ta'uudhaaf Dafii Gadi Tuqii keessaa kan Barbaadde Abbaa Caarraa Ta'aa 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

Repost from BURQAA BEEKUMSAA
🔔🔔 TELEGRAM IRRA SEENTEE MAALAN DUBBISA HIN JEDHINII BARREEFFAMA ARMAAN GADII KANS GADI TUQUUDHAAN WAAN BARBAADDE ARGACHUU DANDEESSAA. ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 KARAA MILKAA'INAA ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 MILKAA'INA JIREENYAA ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 GAAFFII FI DEEBII ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 SEENAA MIMMIIDHAGOO ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓  🔔 ODUU HAALA YEROO ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 AMANTAA ISLAAMAA ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 SEENAA MUSLIMOOTAA ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 SEENAA SAHAABOTA ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 SEENAA NABIYYII (S A W) ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓   🔔 HADIISAAFI QUR'AANA ┗━━━━━━━━━━━━━━┛   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███

Repost from BURQAA BEEKUMSAA
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐆𝐮𝐫𝐠𝐮𝐝𝐝𝐨𝐨 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐁𝐚𝐫𝐬𝐢𝐢𝐬𝐚𝐧𝐢𝐢𝐟𝐢𝐢 𝐄𝐫𝐠𝐚𝐚𝐥𝐞𝐞  𝐁𝐚𝐛𝐛𝐚𝐫𝐞𝐞𝐝𝐨𝐨 𝐃𝐚𝐛𝐚𝐫𝐬𝐚𝐧 𝐢𝐬𝐢𝐧𝐢𝐢𝐟  𝐐𝐚𝐛𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞  𝐃𝐡𝐮𝐟𝐧𝐞𝐞𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐬𝐢𝐢 𝐆𝐚𝐝𝐢𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐦𝐮 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐇𝐮𝐧𝐝𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐝𝐚 𝐓𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐧 𝐀𝐭𝐢 𝐂𝐚𝐚𝐫𝐫𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐞 𝐈𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐃𝐚𝐧𝐝𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚. 𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐢𝐢 𝐊𝐚𝐧𝐚𝐭𝐭𝐢  𝐃𝐚𝐛𝐚𝐥𝐚𝐦𝐮𝐟 4𝐊+ 𝐟𝐢 𝐈𝐬𝐚𝐚 𝐎𝐥 𝐊𝐚𝐧 𝐐𝐚𝐛𝐝𝐚𝐧 𝐀𝐬𝐢𝐢𝐧 𝐍𝐮 𝐐𝐮𝐧𝐧𝐚𝐦𝐚𝐚!!  📩 𝑭𝒓𝒆𝒆 𝑾𝒂𝒗𝒆𝒓 @Rafiqul_Islaam

Seenaa barumsa guddaa of keeysaa qabdu. ✍️ By @Alrisaalaa Gaaf tokko Piroofeesarri barattoota Yunivarsitii barsiisu tokko afuuffee barattoota daree keeysa jiranitti kennee akka afuufanii qilleensa itti guutan ajaje. San booda hundi isaanii maqaa isaanii irratti barreeysanii daree keeysa akka gad lakkisan itti hime. Afuuffeen qilleensaan guuttamte walkeeysa makamtee daree keeysa guutte. San booda barsiisaan barattoonni afuuffee maqaan isaanii irratti barreeyfame barbaadanii akka arkataniif daqiiqaa 5 kenne. Barattoonni hammam tattaafatanillee osoo tokkolleen hin arkatin daqiiqaan isaaniif kennamte dhumte. Barsiisaan bifa haarayaan barattoota ajaje. Amma daqiiqaa 5 kan birootiin isiniif laadha. Namni hundi afuuffee dura harkaan qabe nama maqaan isaa irratti barraaweef dabarsee haa kennu je'ee dubbate. Namni hundinuu daqiiqaa 5 keeysatti afuuffee maqaa isaa qabdu arkate. San booda Piroofeessari akkana je'e, " Afuuffeen kunniin akka gammachuuti. Nuti martinuu yoo keenya qofa kan barbaannu tahe, argachuu hin dandeenyu. Garuu yoo kan gammachuu isa birootiif kan dhimmamnu tahe, nutiis gammachuu arkanna." Nama koo! Atiis yeroo rakkootti nama cinaa dhaabbadhu. Gammachuu arkachuuf nama gammachuu dhabe cinaa dhaabbadhu. Gammachuun ilma namaa nama keeysaan arkamti. Gammachuun fudhachuun osoo hin taane kennuun arkamti. السلام عليكم ورحمة الله وبركاته Seenaan tun yoo isinitti tolte share gochuun wal biraan gahaa!

Wal dorgommicha kannewn injifatan 1ffaa kan bahe Eyman Mohammed - view 2600+ badhaasa 300MB 2ffaa kan bahe Mahammaad Sheekaa - view 2500+ badhaasa 200MB Contact us @Alrisaalaa_bot

Repost from XAASOW ZABBUU
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐆𝐮𝐫𝐠𝐮𝐝𝐝𝐨𝐨 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐁𝐚𝐫𝐬𝐢𝐢𝐬𝐚𝐧𝐢𝐢𝐟𝐢𝐢 𝐄𝐫𝐠𝐚𝐚𝐥𝐞𝐞  𝐁𝐚𝐛𝐛𝐚𝐫𝐞𝐞𝐝𝐨𝐨 𝐃𝐚𝐛𝐚𝐫𝐬𝐚𝐧 𝐢𝐬𝐢𝐧𝐢𝐢𝐟  𝐐𝐚𝐛𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞  𝐃𝐡𝐮𝐟𝐧𝐞𝐞𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐬𝐢𝐢 𝐆𝐚𝐝𝐢𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐦𝐮 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐇𝐮𝐧𝐝𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐝𝐚 𝐓𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐧 𝐀𝐭𝐢 𝐂𝐚𝐚𝐫𝐫𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐞 𝐈𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐃𝐚𝐧𝐝𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚. 𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐢𝐢 𝐊𝐚𝐧𝐚𝐭𝐭𝐢  𝐃𝐚𝐛𝐚𝐥𝐚𝐦𝐮𝐟 4𝐊+ 𝐟𝐢 𝐈𝐬𝐚𝐚 𝐎𝐥 𝐊𝐚𝐧 𝐐𝐚𝐛𝐝𝐚𝐧 𝐀𝐬𝐢𝐢𝐧 𝐍𝐮 𝐐𝐮𝐧𝐧𝐚𝐦𝐚𝐚!!  📩 𝑭𝒓𝒆𝒆 𝑾𝒂𝒗𝒆𝒓 @Rafiqul_Islaam

Repost from XAASOW ZABBUU
CHAANAALII GURGURTAA Namni chaanaalii bituu barbaaddan dafaa na qunnamaa caarraan kun akka isin hin dabarfannee 9.1K 2.6K 2K
CHAANAALII GURGURTAA Namni chaanaalii bituu barbaaddan dafaa na qunnamaa caarraan kun akka isin hin dabarfannee 9.1K 2.6K 2K 1.9K Namni bituu fedha qabdan yeroo dhuftan kallattiidhaan gara haajaa keessanii seenaa!!! Karaa kanaan na qunnamaa @Rafiqul_Islaam

Umriin dargaggummaa umrii bu'aa bahii heddummaattu akka taate niin amana. Rakkinootaa fi gufuuwwan hedduun akkaa fi bakkaan ani hin eeynetti na mudachuu danda'u. Cinqii fi gidiraan wal yaammattee xaxaan ani keeysaa bahuu hin dandeenye narratti ijaarrachuu malti. Ani garuu abadan nama harka kennuu miti. Kufaatii fi gufaatiin kamiiyyuu na mudattuus of duuba deebi'ee hin mil'adhu. Deemsa koo gama fuulduraattiin itti fufa......🏃‍♂️ @Alrisaalaa | Qoraasuma Qalbii

Repost from XAASOW ZABBUU
CHAANAALII GURGURTAA Namni chaanaalii bituu barbaaddan dafaa na qunnamaa caarraan kun akka isin hin dabarfannee 9.1K 2.6K 2K
CHAANAALII GURGURTAA Namni chaanaalii bituu barbaaddan dafaa na qunnamaa caarraan kun akka isin hin dabarfannee 9.1K 2.6K 2K Namni bituu fedha qabdan yeroo dhuftan kallattiidhaan gara haajaa keessanii seenaa!!! Karaa kanaan na qunnamaa @Rafiqul_Islaam

🧶Chaanaalota   Akkamii  barbaadduu❓ Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa 🧶ምን አይነት ቻናል ይፈልጋሉ❓ ከታች የተመረጡትን ቻናሎች ይቀላቀሉ Free Waver @Rafiqul_Islaam

𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀 𝐆𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐘𝐨𝐨 𝐗𝐢𝐪𝐪𝐚𝐚𝐭𝐞 𝐐𝐚𝐫𝐬𝐡𝐢𝐢 300 𝐎𝐥 𝐇𝐨𝐣𝐣𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐃𝐚𝐧𝐝𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚‼️ 𝗛𝗼𝗷𝗶𝗶𝗻 𝗞𝘂𝗻 𝗡𝗮𝗺𝗮  𝗧𝗼𝗸𝗸𝗼𝗼𝗳 𝗬𝗼𝗼 𝗦𝗵𝗮𝗿𝗲 𝗚𝗼𝗼𝘁𝗮𝗻  𝗤𝗮𝗿𝘀𝗵𝗶𝗶 3 𝗜𝘀𝗶𝗻𝗶𝗶𝗳 𝗞𝗮𝗳𝗳𝗮𝗹𝘂𝘂 Hojii kana jalqabuuf step isaa suuraa irra ilaalaa akkasumas tartiiba armaan gadii hordofaa 👇👇 Jalqaba linkii kana tuqxanii start erga gootanii booda https://t.me/ET_Click_Bot?start=5728376436 1ffaa.  Share your contact isa jedhu tuqxu 2ffaa.  Official channel isa jedhu tuqxanii chanalii jaraa join gootu 3ffaa ✅Joined isa jedhu tuqx𝘂𝘂 Sana booda referral isa jedhu tuqxanii linkii keessan share namaaf gootu Qarshii keessan karaa telebirriitiin fudhachuu dandeessu

Repost from XAASOW ZABBUU
Seenaa Islaamaa Keessatti Sahaabiin Yeroo Jalqabaatiif Woreegamuuf Of Qopheessee Ture Eenyuu?

Repost from XAASOW ZABBUU
🅾𝐃𝐔𝐔  🅰𝐌𝐌𝐄𝐄 Caarraa Kanatti Namni Hin Fayyadamin Dafaa Ammuma Itti Dabalamaa Jabaadhaa Akka Isin Hin Dabarfannee Nama Tokko Qofa #999 Hanqatee Abbaa Caarraa Ta'uudhaaf Dafii Gadi Tuqii keessaa kan Barbaadde Abbaa Caarraa Ta'aa 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

Chaanaalii Akkamii Barbaadduu⁉️ Chaanaalota Barbaachisoo ta'an hundaayyuu isiniif qabannee dhufneerra join godhaa itti fayyadamaa ምን ቻናል ይፈልጋሉ⁉️  እንድትቀላቀሉ እና እንድትጠቀሙባቸው ሁሉም አስፈላጊ ቻናሎች አሉን። 𝐹𝑟𝑒𝑒 𝑤𝑎𝑣𝑒𝑟 𝑝𝑟𝑜𝑚𝑜 @Rafiqul_Islaam