Creative Dev
Kanalga Telegram’da o‘tish
Let's build your digital future Connect with me on LinkedIn: https://www.linkedin.com/in/ararso-dev
Ko'proq ko'rsatish2 423
Obunachilar
-724 soatlar
-217 kunlar
-9230 kunlar
Postlar arxiv
2 423
+1
Waldorgommiii Qurana fi azaanaa biyyoota 60 hirmaachiseen Ethiopian injifannoo galmeysite. Guutu oduu tana sagaleen arkachuuf 👇👇👇
https://www.tiktok.com/@miidiyaariyaaduljannaa69
2 423
Repost from Miidiyaa Riyaadul Jannaa
+5
Finfinneen Qur’aana Rabbiitiin oowwitee jirti.
@miidiyaariyaaduljannaa
2 423
Repost from Miidiyaa Riyaadul Jannaa
Daaima waggaa 8 gudeedani ajjeesan
Odeeyfannoo guutu addunyaa qopheeysine YouTube kheenya subscribe 4 qaba deema dawwadha. Subscribe tanas 4 bira dabarsaa.
👇
👇👇
https://youtu.be/1SnRkPBK_Xg?si=gNKxPzRC5d63VTTa
2 423
Repost from Miidiyaa Riyaadul Jannaa
Buhaartiif @miidiyaariyaaduljannaa
Gaaf tokko Abbaa fi ilmaatu akkana waliin ja'e.
Bashannanaaf @miidiyaariyaaduljannaa
👱♂ Abbii nafuusisi.
👨🦳 Hayye deemi intala bishaan waraabu beytuu fi tan gaara dheeyxee qoraan fiduu beeytu laalladhu.
Mucaanis deeme laallate dhufe.
👱♂ Abbii intala akka ati barbaaddadhu jattee arkadheetin jira.
👨🦳 Intalti tan eenyuti ilma kiyya?
👱♂ Aayyo guddo tiyyaa.
👨🦳 Yaa fujjisa ati Aayyoo tiyya fuudhuu feetaa?
👱♂ Atuu Ayyoo tiyya fuutee mii.
😃😄😀
Way bada joollummaa
Buhaartiif @miidiyaariyaaduljannaa
2 423
Repost from Miidiyaa Riyaadul Jannaa
+1
Masjiida hafe hunda diiguuf ammaas
Masjiidni kaartaa seera qabeessa qabu guyyaa 5 keessatti akka diigamu ajajni dabre.
@miidiyaariyaaduljannaa
2 423
Repost from Miidiyaa Riyaadul Jannaa
Gubachuu America guyyaa 20ffaa
https://youtube.com/watch?v=aZq0Jlv33TA&si=mj_oZz0HeeBn_Pao
2 423
Repost from Miidiyaa Riyaadul Jannaa
Akka guutuu biyyattii isniina arra manneen barnoota hundi qormaata semistera 1ffaa eegalan. Manni barnoota magaalaa aksum barattoota Islaamaa Akka qormaata hin fudhanne dhoorke.
@miidiyaariyaaduljannaa
2 423
Paws Waliin baay’ee wal fakkaata.
Airdrop haaraa January 18 eegalame.
Ammuma eegalaa
👇
https://t.me/Padsfambot/Padsapp?startapp=12c1994c4
https://t.me/Padsfambot/Padsapp?startapp=12c1994c4
2 423
✅DurovCaps Airdrop
Get Sticker Caps NFT - Maybe
For All User
➡️Event Link ➡️👇
https://t.me/DurovCapsBot/caps?startapp=5034841284
🛡 Taskota jiran xumura✔️
🛡Guyya 8 qofaaf Tura⚠️
🛡Done
Wahee isaa Balidhinaan qabannee dhufnaa Start godhu eegala amma.
2 423
Paws Waliin baay’ee wal fakkaata.
Airdrop haaraa January 18 eegalame.
Ammuma eegalaa
👇
https://t.me/Padsfambot/Padsapp?startapp=12c1994c4
https://t.me/Padsfambot/Padsapp?startapp=12c1994c4
2 423
Repost from Miidiyaa Riyaadul Jannaa
+1
Majliisni Tigray ummata Tigray wajjin hiriiratti oole. Rakkoon barattoota muslimaa furmaata ni arkata insha allah.
@miidiyaariyaaduljannaa
2 423
+2
Hamaas fi Israa’el hidhamtoota gadhiisan. Hamaas injifannoo guddaa galmeysite. Israel ummata Falasxiin 2000 hiitee kheessa 250 Umrii guutu itti murteysite turtus arra dirqamte hunda gadhiifte.
@miidiyaariyaaduljannaa
@dhaamsaa_ko
2 423
konkolaattonni gargaarsa Gaazaa seenuu isaanii Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii beeksiseera.
@miidiyaariyaaduljannaa
2 423
Seenaa
👉Jaarraa Abbaa
👉Dr Mohammed Rashad
👉Sadam Huussen fi
👉 Osama bin Ladan
Yeroo gabaabaa booda isiniif eegalla. Buhaartii fi erga gabaabaa argachuf 👇 as jirra
https://www.youtube.com/@Hafizsirajali1122
2 423
Paarlaamaan Israel waliigaltee dhukaasa dhaabu Hamaas wajjin Israel goote raggaasise. Dhiirti akka Hamaas khana tahu qabdi
2 423
Repost from Furtu Technology
Akkam jirtu maatiiwwan chaanaalii keenyaa?
Design wantoota armaan gadii yoo barbaaddan haala ajaa'ibaa fi hawwataa taheen isiniif hojjanna👇
● Banner Design
● Logo Design
● Poster Design
● Stamp Design
● Certificate Design
Contact us: @harargicha
@AM_Creative99
@AM_Creative99
@AM_Creative99
@AM_Creative99
2 423
Toomaas payn :- Qorataan amantii islaamaa lammii biyya amerikaa tahe kitaaba isaa " Holy Sword " ja'u keessatti ; Eega seenaa muslimtootaa fi injifannoo isaan biyyoota adda addaa keessatti galmeesissan kaase booda jacha kana barreesse.
" Amma haalli jijjiiramee muslimtoonni qabaa harkaa keenya keessa jiran. Garuu wanni dur mudate fuul duraas mudachuun isaa ni mala. Ifaan Nabi Muhammad ( S.A.W ) Ibse , Nuurri imaanaa isaan oonnee hordoftoota isaanii keessatti qabsiisan xiqqaatee haphata malee gonkumaa hin dhaamu ! " jachuun namni kun dubbata !
Endi mavjud! Telegram Tadqiqoti 2025 — yilning asosiy insaytlari 
