fa
Feedback
Creative Dev

Creative Dev

رفتن به کانال در Telegram

Let's build your digital future Connect with me on LinkedIn: https://www.linkedin.com/in/ararso-dev

نمایش بیشتر
2 423
مشترکین
-724 ساعت
-217 روز
-9230 روز
آرشیو پست ها
Waldorgommiii Qurana fi azaanaa biyyoota 60 hirmaachiseen Ethiopian injifannoo galmeysite. Guutu oduu tana sagaleen arkachuuf
+1
Waldorgommiii Qurana fi azaanaa biyyoota 60 hirmaachiseen Ethiopian injifannoo galmeysite. Guutu oduu tana sagaleen arkachuuf 👇👇👇 https://www.tiktok.com/@miidiyaariyaaduljannaa69

Finfinneen Qur’aana Rabbiitiin oowwitee jirti. @miidiyaariyaaduljannaa
+5
Finfinneen Qur’aana Rabbiitiin oowwitee jirti. @miidiyaariyaaduljannaa

Daaima waggaa 8 gudeedani ajjeesan Odeeyfannoo guutu addunyaa qopheeysine YouTube kheenya subscribe 4 qaba deema dawwadha. Subscribe tanas 4 bira dabarsaa. 👇 👇👇 https://youtu.be/1SnRkPBK_Xg?si=gNKxPzRC5d63VTTa

Buhaartiif @miidiyaariyaaduljannaa Gaaf tokko Abbaa fi ilmaatu akkana waliin ja'e. Bashannanaaf @miidiyaariyaaduljannaa 👱‍♂ Abbii nafuusisi. 👨‍🦳 Hayye deemi intala bishaan waraabu beytuu fi tan gaara dheeyxee qoraan fiduu beeytu laalladhu. Mucaanis deeme laallate dhufe. 👱‍♂ Abbii intala akka ati barbaaddadhu jattee arkadheetin jira. 👨‍🦳 Intalti tan eenyuti ilma kiyya? 👱‍♂ Aayyo guddo tiyyaa. 👨‍🦳 Yaa fujjisa ati Aayyoo tiyya fuudhuu feetaa? 👱‍♂ Atuu Ayyoo tiyya fuutee mii. 😃😄😀 Way bada joollummaa Buhaartiif @miidiyaariyaaduljannaa

Masjiida hafe hunda diiguuf ammaas Masjiidni kaartaa seera qabeessa qabu guyyaa 5 keessatti akka diigamu ajajni dabre. @miidi
+1
Masjiida hafe hunda diiguuf ammaas Masjiidni kaartaa seera qabeessa qabu guyyaa 5 keessatti akka diigamu ajajni dabre. @miidiyaariyaaduljannaa

Akka guutuu biyyattii isniina arra manneen barnoota hundi qormaata semistera 1ffaa eegalan. Manni barnoota magaalaa aksum bar
Akka guutuu biyyattii isniina arra manneen barnoota hundi qormaata semistera 1ffaa eegalan. Manni barnoota magaalaa aksum barattoota Islaamaa Akka qormaata hin fudhanne dhoorke. @miidiyaariyaaduljannaa

Paws Waliin baay’ee wal fakkaata. Airdrop haaraa January 18 eegalame. Ammuma eegalaa 👇 https://t.me/Padsfambot/Padsapp?startapp=12c1994c4 https://t.me/Padsfambot/Padsapp?startapp=12c1994c4

✅DurovCaps Airdrop Get Sticker Caps NFT - Maybe For All User ➡️Event Link ➡️👇 https://t.me/DurovCapsBot/caps?startapp=503484
DurovCaps Airdrop Get Sticker Caps NFT  - Maybe For All User ➡️Event Link ➡️👇 https://t.me/DurovCapsBot/caps?startapp=5034841284 🛡 Taskota jiran xumura✔️ 🛡Guyya 8 qofaaf Tura⚠️ 🛡Done
Wahee isaa Balidhinaan qabannee dhufnaa Start godhu eegala amma.

Paws Waliin baay’ee wal fakkaata. Airdrop haaraa January 18 eegalame. Ammuma eegalaa 👇 https://t.me/Padsfambot/Padsapp?startapp=12c1994c4 https://t.me/Padsfambot/Padsapp?startapp=12c1994c4

Majliisni Tigray ummata Tigray wajjin hiriiratti oole. Rakkoon barattoota muslimaa furmaata ni arkata insha allah. @miidiyaar
+1
Majliisni Tigray ummata Tigray wajjin hiriiratti oole. Rakkoon barattoota muslimaa furmaata ni arkata insha allah. @miidiyaariyaaduljannaa

Hamaas fi Israa’el hidhamtoota gadhiisan. Hamaas injifannoo guddaa galmeysite. Israel ummata Falasxiin 2000 hiitee kheessa 25
+2
Hamaas fi Israa’el hidhamtoota gadhiisan. Hamaas injifannoo guddaa galmeysite. Israel ummata Falasxiin 2000 hiitee kheessa 250 Umrii guutu itti murteysite turtus arra dirqamte hunda gadhiifte. @miidiyaariyaaduljannaa @dhaamsaa_ko

konkolaattonni gargaarsa Gaazaa seenuu isaanii Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii beeksiseera. @miidiyaariyaaduljannaa
konkolaattonni gargaarsa Gaazaa seenuu isaanii Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii beeksiseera. @miidiyaariyaaduljannaa

Seenaa 👉Jaarraa Abbaa 👉Dr Mohammed Rashad 👉Sadam Huussen fi 👉 Osama bin Ladan Yeroo gabaabaa booda isiniif eegalla. Buhaartii fi erga gabaabaa argachuf 👇 as jirra https://www.youtube.com/@Hafizsirajali1122

Paarlaamaan Israel waliigaltee dhukaasa dhaabu Hamaas wajjin Israel goote raggaasise. Dhiirti akka Hamaas khana tahu qabdi
Paarlaamaan Israel waliigaltee dhukaasa dhaabu Hamaas wajjin Israel goote raggaasise. Dhiirti akka Hamaas khana tahu qabdi

Repost from Furtu Technology
Akkam jirtu maatiiwwan chaanaalii keenyaa? Design wantoota armaan gadii yoo barbaaddan haala ajaa'ibaa fi hawwataa taheen isi
Akkam jirtu maatiiwwan chaanaalii keenyaa? Design wantoota armaan gadii yoo barbaaddan haala ajaa'ibaa fi hawwataa taheen isiniif hojjanna👇 ● Banner Design ● Logo Design ● Poster Design ● Stamp Design ● Certificate Design Contact us: @harargicha @AM_Creative99 @AM_Creative99 @AM_Creative99 @AM_Creative99

Toomaas payn :- Qorataan amantii islaamaa lammii biyya amerikaa tahe kitaaba isaa " Holy Sword " ja'u keessatti ; Eega seenaa
Toomaas payn :- Qorataan amantii islaamaa lammii biyya amerikaa tahe kitaaba isaa " Holy Sword " ja'u keessatti ; Eega seenaa muslimtootaa fi injifannoo isaan biyyoota adda addaa keessatti galmeesissan kaase booda jacha kana barreesse. " Amma haalli jijjiiramee muslimtoonni qabaa harkaa keenya keessa jiran. Garuu wanni dur mudate fuul duraas mudachuun isaa ni mala. Ifaan Nabi Muhammad ( S.A.W ) Ibse , Nuurri imaanaa isaan oonnee hordoftoota isaanii keessatti qabsiisan xiqqaatee haphata malee gonkumaa hin dhaamu ! " jachuun namni kun dubbata !