cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Islaamummaa 100%

لَقَدْ جِئْنَاكُم بِالْحَقِّ وَلَٰكِنَّ أَكْثَرَكُمْ لِلْحَقِّ كَارِهُونَ dhugumatti, Nuti haqaan isinitti dhufnee turre, Garuu irra baay’een keessan haqa jibbitoota turtan.

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
18 572
Obunachilar
+3924 soatlar
+1557 kunlar
+52630 kunlar
Post vaqtlarining boʻlagichi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Nashrni tahlil qilish
PostlarKo'rishlar
Ulashishlar
Ko'rish dinamikasi
01
- tarii wudun bishaan qabbanaan gootu kun... Ibidda akhiraa sirraa qabbaneessa taha. Salaata laylii tikfadhu. 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
1 1935Loading...
02
Seenaa shahiidotaa haala ajaa'ibaan qophaa’e 👇chaynali armaan gadii kana galtanii argachu dandeessu. 👇👇 https://t.me/HQ_Gaaffi https://t.me/HQ_Gaaffi
1 0812Loading...
03
Deebii:- Shahiida diiniif wareegame Jannata kessatti sadarkaawwan garaagaraatu jiru  sadarkaa 1ffaa fi isa olaanaa kan argatan Nabiyyootadha. Isaanitti aansuudhaan sadarkaa olaanaa kan argatan shahiidota karaa Rabbii kessatti wareegamaniidha.  قَالَ رَسُولُ اللَّهِ صَلَّى اللَّهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ : " الْقَتْلُ ثَلَاثَةٌ : رَجُلٌ مُؤْمِنٌ جَاهَدَ بِنَفْسِهِ وَمَالِهِ فِي سَبِيلِ اللَّهِ حَتَّى إِذَا لَقِيَ الْعَدُوَّ قَاتَلَهُمْ حَتَّى يُقْتَلَ، فَذَلِكَ الشَّهِيدُ الْمُمْتَحَنُ فِي خَيْمَةِ اللَّهِ تَحْتَ عَرْشِهِ، لَا يَفْضُلُهُ النَّبِيُّونَ إِلَّا بِدَرَجَةِ النُّبُوَّةِ، " "Ajjeechaan sadiihi: gurbaan mu'uminni karaa Rabbii kessatti  lubbuu fi qabeenya isaatiin haga aduwwiin walgahe lole ajjeefamutti jihaade, sana shahiinni qorame dunkaana Rabbii arshii jala kan jiraatu, nabiyyoonni sadarkaa nabiyyuumma isaanitiin male hincaalaniin." Ragaaleen kanbiroos nijiru. Shahiidni bakka guddaa akka qabu muslimni hundu kan beekudha. Garu shahiida tahuuf kan hojjatu nama baay’ee muraasadha. Mujaahida oso hintahin shahiida tahu kan hawwutu heddumaate.  Sadarkaan shahidoota kan akkan olkaa'eef sababa hedduutu jira. Namoonni ilmaan fi haadha manaa isaanii waliin  firaashi hoo'aa irratti hennaa bohaaran...mujaa'hi'nni gaara diilallaa'aa fi gammoojjii gubaa kessa Rakkinaan dabarsa. Namoonni nyaata barbaadan filataa Hennaa nyaatan inni garu guyyoota hedduuf waan liqmfamu dhabe baala mukaa afaan ka'ata.  Bombiin gaaraa gad akka roba ganna irratti gadhifam. Qabsoon karaa Rabbii kessatti godhu  shororkeessummaa jedhame midiyaa irratti maqaan isaa bada. Diina dura  namoota anii muslima jedhani falmanun balaaleffatama. Kana hunda obse lolee wareegame. Rabbiiniis sadarkaa guddaa  nama akka isaa tahe wareegame male bira hindhaqqabne  badhaasen. 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
1 0584Loading...
04
Media files
1 2602Loading...
05
Ibaadaa salafotaa " waggoota shantamaaf Rabbiin gabbare  garu mi'aawina ibaadaa haga wantoota sadan kana dhisuutti hin arganne:  - Namootaan jaallatamuuf kijiba dubbachu dhisee haga dhugaa dubbachu danda'utti. - hiryoota faasiqtoota dhise hiryoota gaggaarii horadhutti. - mi'aawina dunyaa dhisee mi'aawina akhiraa dhandhamadhutti". Ahmad ibnu harb  Rahimahu Allaah. 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
1 2893Loading...
06
Of eeggadhu!  yaa gabricha...  Rahmanni Rabbii bal'aa tahu abdatte halkanii fi guyyaa badii hojjattu.  Namoota Armaan gadii kanirraa akka hintaane enyuutu wabii siif kenne??   رَبَّنَآ أَخْرِجْنَا نَعْمَلْ صَٰلِحًا غَيْرَ ٱلَّذِى كُنَّا نَعْمَلُ Isaanis ishee keessatti “(Yaa) Gooftaa keenya! Isa duraan hojjachaa turreen ala toltuu hojjennaa nu baasi” فاطر 37 Hojii male jannataa fi Rahmata Rabbii argachuuf hawwuun gowwummaadha. 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
1 1221Loading...
07
💔namni dhukkuba qalbiiti ala dhukkubsate martu fayyaadha. Yaa Rabbii qalbii kenya - wanta si dallansiisu hunda irraa eegin - karaa qajeelaa hunda qajeelchin - jaalala keetiin guutiin - qalbii nagaa jannataan ittiin seennu nuf kenni! ﴿إِلَّا مَنْ أَتَى ٱللهَ بِقَلْبٍۢ سَلِيمٍۢ﴾ Nama onnee qulqulluudhaan Rabbitti dhufe malee. 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
1 72310Loading...
08
👇👇👇👇 https://t.me/HQ_Gaaffi/63 ☝️☝️☝️ kana tuqaati barreeffama isinif dhufu erga dubbisatan booda gaaffi armaan gadii dhihaate irratti hirmaadhaa.  Hiriyoota kessaniif share godhaa
1 4382Loading...
09
Qabsoo fi Arsaa - nabii Rabbii ﷺ hennaa lola badriif bahu  ummata mari'achise. Miqdaad ibnu amr Radiyallaahu Anhu ka'e dhaabbate akkana jedhe. . . " yaa rasuula Rabbii bakka Rabbiin si ajajee irratti imali nuti si waliin jirra. Wallaahi akka ilmaan Israa'el musaadhaan jedhan sana sin hinjeennu.. "Atiifi Gooftaan kee deemaa lolaa, nuti asuma teenya.’’ (Al maa'idaa 24) . . . Garuu atii fi Rabbiin kee deemaa lolaa, nutis isiin waliin taane lolla. Wallaahi!  Rabbii nabiyyi godhe si ergeen kakanna! Oso gama galaana duulte si waliin duulla". Garaagarummaan nuufi sahaabota gidduu jiru maal akkana bal'achuun isaa yaa jarana ?? 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
1 5555Loading...
10
#Deebii B. Nabiyyullaah zakariyyaa Umamtoota kessaa nama Nabiyyoota caalaa Rabbiitti dhihoo tahe hinjiru. Isaan ergamtoota isaa kabajamodha. Namni akka isaanii diinii kanaaf qabsaa’ee arsaa godhe hinjiru. Nabiiyonni hundu bu'aa ba'ii hedduu dabarsaniiru. Waamicha gara tawhiidaa godhan kessatti ummata isaanirraa dorsiifni fi yaaliin ajjeechaa irratti aggaammatamer. Kan ajjeefamees jira.  Biyya ari'ame rakkina guddaaf kan saaxilamees jira. Kanneen kessaa nabiiyyi kenya muhammad ﷺ isa tokko. Nabiyyoonni du'aayiin isaanii qeebalamtudha. Yoo kadhatan ni owwaatamaaf. Kana waliin garu rakkina hunda kessa dabarsan. Arrabaa fi harkaan diina irratti qabsa'an. Ofii Lolanii lolchiisan. Cabanii kufanii dadhabanii diinii kana nu biraan gahan.  Du'aayii qofaan oso islaamaafi muslimootaaf tumsa tahe silaa nabiyyoonni balaa kana hunda kessa hin dabarfan ture.  - Egaan nuti isaan caalaa Du'aayiin kenya Rabbiin biratti qeebalamtu taate  qabsoo dhifne du'aayiidhaan islaamaa fi muslimootaaf tumsuufi??  - jibriil alayhissalaam  kochoo isaa tokkon qofa Biyya guutuu garagaggalchu danda'a heyyama Rabbiitin. Jibriil saahib nabii Rabbii ﷺ dha.  Kana waliin nabii Rabbii ﷺ dirree waraanaa seene lolaa fi lolichasaa ture haga ilkaan irraa cabee mataansaa dhiguutti.  Du'aayii oso gochuu danda'u kan hunda maaf ta’e ?? Abbaan sammuu qabuu islaamummaan lafee fi dhigaan, lolaa fi qabsoodhaan male akka hinnassaramne haa baratudhaafi. 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
2 3528Loading...
11
Media files
2 24611Loading...
12
Haguma Jaalalli adunyaa lubbuu kee kessa jiraatteetti  diiniin fi imaanni kee hir'achuun isaa hin oolu. 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
2 3473Loading...
13
" Wantoota lamaan kana yoo qabaatte  khayrii dunyaa fi akhiraa milkoofta. . . - Wanta Rabbiin jaallatu tokko yoo lubbuun kee jibbiteelle hojjachu. - wanta Rabbiin jibbuu tokko yoo lubbuun kee jaallattelle hojjachu dhisu". 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
2 6679Loading...
14
Du'aayii male maal qabna? Dorsisaa fi ajjeechaa sukkanneessaa obboleeyyan kenya Filisxeem irratti gahaa jiru  hennaa dhagahan  " ayii du'aayii gonaaf  silas du'aayii male maal qabna" namoonni jedhan baay'achaa dhufun isaanii  jechii " du'aayii male maal qabna" jedhu kun namoota hedduu biratti sirri akka tahee hubatamaa dhufaa jira. Du'aayiin karaawwan muslimni tokko obboleyyan muslimaatif tumsuu (gargaarsa godhuuf) kessaa isa tokko male. . . Isa tokkicha qofaa miti.  Muslimni akka qaama tokkoti. Atii ijji kee ykn qaamni kee tokko  dhukkubsannaan  "du'aayii malee maalan qabaa?" Jette  mana yaalaa deemu ykn qoricha barbaadachu hin dhiftu. akka Rabbiin sifayyiisu du'aayii godhu kee waliin fayyaa kee deeffachuuf tarkaanfiiwwan hunda ni fudhatta. Fallii Dararaa fi ajjeechaa muslimoota adunyaa irratti gahaa jiruuf qabnu du'aayii qofaa miti!   Lugnummaa fi dadhabiin imaana kenyaa  golga #du'aayii jala dhokfachuun gara nifaaqumaatti nu oofa male   Ajaja Rabbii armaan gadii kana kessaa nun baasu!   ﴿وَمَا لَكُمْ لَا تُقَٰتِلُونَ فِى سَبِيلِ ٱللهِ وَٱلْمُسْتَضْعَفِينَ مِنَ ٱلرِّجَالِ وَٱلنِّسَآءِ وَٱلْوِلْدَٰنِ ٱلَّذِينَ يَقُولُونَ رَبَّنَآ أَخْرِجْنَا مِنْ هَٰذِهِ ٱلْقَرْيَةِ ٱلظَّالِمِ أَهْلُهَا وَٱجْعَل لَّنَا مِن لَّدُنكَ وَلِيًّۭا وَٱجْعَل لَّنَا مِن لَّدُنكَ نَصِيرًا﴾ Sila maaltu isiniif jiraatee karaa Rabbii keessatti, warra dadhaboo dhiirota, dubartoota, ijoollee irraa ta’an, isaan “Gooftaa keenya! Magaalattii jiraattonni ishee miidhaa raawwattoota ta'an kana irraa nu baasi; gargaaraa Si biraa ta’es nuuf taasisi; tumsaa Si biraa ta’es nuuf taasisi” jedhaniif jettanii hin lolle? [ النساء]-(75 : 4) Iii maaf hin lollee?? - du'aayii godhaafi jira - hiriira nagaa bahaafi jira jechuufi? Yoo islaamummaatti seente 100% dhibbaan dhibbatti seenudha. Tokko qabanii kaan dhisuun  nifaaqummaadha.  Karaa Rabbii kessatti qabsaa'uun kee du'aayii gochuurraa sin dhorkuu.  Nuti Haq-ibsoota 👇 kun telegraama kenya https://t.me/HQ_Gaaffi https://t.me/DAARU_SALAAM1
2 4325Loading...
15
Ibnu qayyiim akkana jedhe. . . " oso hojiin (ibaadaan) ikhlaasa male faayidaa qabdii tahe silaa Rabbiin munaafiqota hinkomatu ture". 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
1 9085Loading...
16
sababnii Dubbiin bade! ummanni islaamaa salphate...kabajaa dhabe bakka hundatti ajjeefamaa fi buqqaafamaa jiruu~ garaagarummaan dhiraa fi dubartii giddu jiru dhaabatanii fincaa’u fi ta’aanii fincaa’u qofa waan taheefi. Kormii bineensaalle diina alagaa gamtaa isaarraa qolachuuf ni lola, ni qabsa'aa. Hindaanqoon cuucii isirratti duuti male cuucii isii dinaaf dabarsite hin keennitu. Haala ummata islaamaa bara kanaa yoo ilaalte dhiroonni isii korma bineensaa fi beeylada gad tahaniiru. Abbaan isaa, haatii isaa, haadha manaan isaa fi ilmaan isaa oso ajjeefamanu ilaaluu  hin socho'uu. Dhiirummaan isaa waraaqaa adda ofitti maxxanfatanii  akka saree magaalaa kessa iyyaa naanna'urraa hindabarfatu (hiriira nagaa isa jedhan sana). Seenaa qabna seenaa keenya ofduuba mil'anne haa ilaallu yaa dargaggoo muslimaa! 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
2 2891Loading...
17
" oso lubbuun kessan Qulqulluu taate silaa jecha Rabbii kessan Qur’aanaa qara'urraa hin quftan ture ". Usmaan Radiyallaahu Anhu 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
2 3454Loading...
18
https://t.me/HQ_Gaaffi/55 ☝️kana tuqaati sagantaa Raadiyoo torbee 76ffaa dhaggeeffadhaa! sagantaa baay'ee midhagaa tahe nuf dhiheessan namoota biroofis erga!
2 4361Loading...
19
of gaafadhu? namichi kun... - soreessa - adii bareedaa ykn araba - saba kabajamaa - doktora ykn Profeser - nama hordoftoota hedduu qabu - hayyuu beekamaa fi wantoota adunyaa irratti namoonni argachuuf hawwan martu oso harka isaa jiraate  wantii amma isa fayyaduun jiraa?? Yaa namaa du'aa kee irraa yoon baranne enyurraa barattaa?? 📥 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
3 16910Loading...
20
Guyyaan guyyaa kibxataatii. . . Hiryootan koo lama waliin taane qabrii nurraa xiqqoo fagaate argamu tokko ziyaaruuf deemne. Bakka qabrii geenye  oliif gadii naanna'aa daawwachu eegalle. Hundi keenyatu adda faffacaanee turre. Isaanirraa xiqqoo fagaadhe kophaa dhaabadhe oso jiru... fooliin wahii dhufee funyaan na seene. Fooliicha hordofee Hennaa gara bitaa kootitti garagalu  tisiisonni muraasnii qaawwa wahii irratti barriisaa argeen. Hammuma gara qaawwichaatti dhihaadhaa dhufeen fooliin funyaan na seene sun dabalaa dhufe. Wanta baay'ee na rifachiisee tokko arge dhaabadhe!  takkaa waan akkanaa suuraa ykn vidiyodhaan male qaamaan ija kootin arge hinbeeku. Ijjii koo bolla sana kessaa akka waan malakal mawtiin argee wahii dhaabbate haafe.  Akkuma xiqqoo tasgabbaa'een  hiryoota koo lamaan iyyee waame.  " ko.. kottaa... qabrii bishaan lolaa jigse banaa jiru arge" jedhaa waameen.  Qabriicha kessa lafee nama guutu garu foon ofirraa hinqabne argee. Dugdaan ciisee samii ilaala. Foon tokko ofirraa hinqabu. Mataadhaa haga milaa lafee qofa.  Abbaan qabrii kanaa enyuu akka tahee hinbeeku kan obboleessa kenya Muslimaa tahu isaa male.  Sila garuu muslima tahu isaa male wanti biraa maal isa fayyadaan?? Lafe qabrii kana kessa cisaa jiru argitee... oromo ykn amhaar tahu isaa beeku hindandeessu. Oh  saba isaa dhisii faranjii adii ykn gurraacha Habashaa tahu isaa hinbeektu. Lafe Qulqulluu foon ofirraa hinqabneetu cisee jira. Faranjummaan ykn Oromummaan akkasumas bifti fi sabummaan  enyummaa dunyaa gubbaa gaafa lafeen kee foon uffate sana jiraataa turteedha. Dhaabadhe xinxaluu jalqabee! Qabrii kana kessa namicha lafe tahe cisaa jiru kana malee... maallaqa isaas tahe konkolaataa isaa hin agarre. Akkasumas qophaa isaa dukkana ija jaamsun marfame malee maatii isaas tahe ijoollee isaa isa waliin hin agarre. Hundii isaanii bolla tokkotti awwaalanii qophaa isaa isa dhisaniini irraa gara mana isaanitti deebi'anii kolfuu fi taphachuu eegalaniru. Hojii isaatu qofa isa waliin haafe! Ee salaata, sooma, sadaqaa fi da'awaa muslimootaaf godhu akkasumas kkf qofatu isa waliin haafe.  Haa wanni biraas haafera... Yoo Nama karaa Rabbii kessatti qabsaa'u ta’ee  karuma Rabbii kessatti wareegame tahee... qaama jijjirrate male gabrichi kun hinduune. Ee! lubbuun isaa qaama namummaa isaa kessaa baate gara qaama sinbiraatti seente jannata kessa bakka barbaaddetti barriisuuf ol baate. Qabrii ziyaaruun baay'ee jaalladha! Qalbii koo jiisa. Lubbuun koo... "Shahiida taate male dunyaa kana kessaa hin bahiin" naan jeetti. Shahiduummadhaan male karaan du'a jalaa itti baqatan hinjiru. Qabrii ziyaaruu baay'isaa inni mana kessani. قَالَ رَسُولُ اللَّهِ صَلَّى اللَّهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ : " أَكْثِرُوا ذِكْرَ هَاذِمِ اللَّذَّاتِ ". يَعْنِي الْمَوْتَ. " du'a mi'aawina addaan kutaa tahe yaadachu baay'isaa" ...✍Al~Oromiiyy 📥 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
2 65312Loading...
21
Kennaa fi salaamataa Aadaa warroota dhihaa oso nutii quba hinqabaatin nutti seene  nama beeknuun malee " as wr wb" hinjeennu ykn hinduubifnu... akkasumas niitiin abbaa manaa isitiif- Abbaan manaa niti isaatiif malee  muslimni obboleessa isaa muslimaaf hennaa kennu baay'inaan hin argamu. Salaamataan fi kennaan wantoota jaalala cimseenidha. Kennaan lubbuu namaa kessa jaalala hoora. Salaamataan hariiroo muslimootaa jabeessa.  Muslima tokko karaa irratti yoo argitee salaamataa jettu malee bira hindabriin. Obbolummaa imaanaa muslimoota gidduu du'aa dhufe sana akka haaraa jiraachisa. Tokkummaa muslimoota dagaagsa. Akkasumas obboleessa kee ykn hiriyaa kee muslimaa tokkoof  haadiyyaa (kennaa) kenniifii. Dirqama kennaa guddaa fi waan qaalii tahu hinqabu. Wanuma Rabbiin sif laaffise wahii obboleessa muslimaa kee tokkof kennii. Shakki male ilaalchi sif qabu ni jijjirama..jaalalli sif qabu ni dabala.  Kana gochu keetin fuula Rabbii barbaadachu kee lubbuu kee yaadachisu hin dagatiin. Hojiin kamtu niyyaa male fudhatama waan hinqabneef. Sunnaa nabii Rabbii ﷺ dagatamaa dhufe kana haa jiraachifnu... قَالَ : قَالَ رَسُولُ اللَّهِ صَلَّى اللَّهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ : " لَا تَدْخُلُونَ الْجَنَّةَ حَتَّى تُؤْمِنُوا، وَلَا تُؤْمِنُوا حَتَّى تَحَابُّوا، أَوَلَا أَدُلُّكُمْ عَلَى شَيْءٍ إِذَا فَعَلْتُمُوهُ تَحَابَبْتُمْ ؟ أَفْشُوا السَّلَامَ بَيْنَكُمْ ". " haga amantanitti jannata hin seentan, haga wal jaallattanitti hin amantan, sila isin dheeru gocha wahiitti yoo isa gootan wal jaallattan? Salaamataa gidduu kessanitti facaasaa (baay'isaa)". 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
2 47012Loading...
22
Sunnaa! Ilaalchi sunnaa nabii Rabbiitif qabnu kun baay'ee nama dhiiba. Ibaadaawwan waajiba tahan alatti jiran sunnaadha jenne yaadurraan kan ka'e  sunnaawwan kan akka... - siwaaka - salaatawwan kudha lamaan salaata waajibaa booda jiran - layli salaatu - kophee mirgaan ka'atanii bitaadhaan baafachu - quba sadiin nyaachu.. ta'anii dhugu fi sunnaawwan lakka'amanii hindhumne kkf itti dhiimmamne hin hojjannu ykn daganne jirra. Wantii tokko sunaadha male waajibaa miti jechu waan dhageenyeef qofa... wanta saniif xiyyeeffannoo akka itti hin keennine nu godha. Nama bishaan dhaabate dhugu tokko argitee.. ta'anii dhugun sunnaa nabii Rabbiiti ﷺ taa'iiti dhugii yoo jetteen... "sunnaadha miti? Yoo hojjachu baadhes badiin waan narratti hin katabamneef rakkoo hinqabu!" jedhe. Jaalala isaaniif qabnu maaliin mul'ifna? jannata kessa  isaanii waliin ollaa tahu hawwiina garu sunnaa isaanii daganne akkamitti waan hawwiine arganna? sahaabonni wanta tokko sunnaadha nabiin Rabbii ﷺ gocha kana raawwataniiru yoo jedhaman gocha sana akka waan waajiba isaanirratti tahe wahii hennaa hojjatan argita. Kana jaalalli dhugaa! Akkanatti jaalalli fi isaan jala deemun kan ibsamu. Gocha tokko sunnaa tahu isaa beekte sunnaa tahu isaatiif qofa kan irraa baqattu tahe lubbuu keetif nifaaqummaa sodaadhu. Haguma dandeessen sunnaa jabeeffadhu qabi.   Nutis wantii tokko sunnaa tahu yoo beenne jabeeffannee qabuutu nurra jira. faana isaanii hordofu qabna. Akkuma Rabbiin kenya jedheetti...   ﴿لَّقَدْ كَانَ لَكُمْ فِى رَسُولِ ٱللهِ أُسْوَةٌ حَسَنَةٌۭ لِّمَن كَانَ يَرْجُوا۟ ٱللهَ وَٱلْيَوْمَ ٱلْـَٔاخِرَ وَذَكَرَ ٱللهَ كَثِيرًۭا﴾ Dhugumatti, ergamaa Rabbii keessatti nama Rabbiifi Guyyaa Aakhiraa sodaatee Rabbiin baay’inaan yaadatuuf hidhannaa gaariitu jira 📥 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
2 54013Loading...
23
https://t.me/HQ_Gaaffi/50 ☝️kana tuqaati vidiyoo isinif dhufu nuf affeeramaa!
2 6972Loading...
24
https://t.me/HQ_Gaaffi/46 ☝️kana tuqaati vidiyoo isinif dhufu nuf affeeramaa!
10Loading...
25
Mee akkanas yaadaa! Guyyaa qiyaamaa gaafa daa'imnii rifate haarrii baasu sana...Gaafa iccittiin dhokate  martu ifa baatu sana...Gaafa mizaanni dhaabame hojiin namaa madaalamu sana... #Caatiin mizaan kamirra kan kaa'amu sitti fakkaata?         Khayrii ⚖ sharrii 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
2 6503Loading...
26
Haamileen kee duumessaa ol haa ta'u Muslimni kaka’umisi isaa olaanaa. Ilaalchi isa bal'aa. Yaaddoon isaa ofii dabree ummata Islaamaa maraaf tahu qaba. Yaaddon kee Maal yaadhe bulu oso hin tahiin... - akkamitti jijjiirama guddaa Islaamaaf adunyaa irratti galmeessu! - akkamitti muslimoota adunyaa... akka zamana sahaabaa fi salafootaa hoggansa tokko jalatti sassaabu. - akkamitti ummata islaamaa jaalala dunyaatiin laaqame jennaan yahuudaan fi nasaaraan akka feetetti ajjeesaa fi itti taphataa jirtu kana dhaabsisaa fi kkf... tahu qaba. Nabiin Rabbii  ﷺ hennaa rasuula tahe adunyaa kanatti ergamu tokkicha isaa ture. Isa malee Adunyaa kana kessa muslimni biraa hinturre. Waamichaa fi Qabsoo hadhaawaan booda adunyaa muslimootaan guute. Atis ni dandeessa! Dura ofii dammaqi! Ija banadhu. Kitaabaa fi sunnaa qabadhu. Seenaa gotoota islaamaa kan akka khaalid ibnu waliid, umar ibnul khaxxaab, salahaddin al ayyubi fi abubakar Al baagdaadii qu'adhu. Fakkeenya isaan godhadhu. Akka isaanii tahudhaaf hamilee qabaadhu. Namoonni seenaa hojjatanii dabran martu akkuma kee ji'a sagal gadaamessa kessa dabarsan. 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
3 7377Loading...
27
Beekumsa! beekumsi ulfina. Qomaafi sammuu namaa bal'isa. Qajeelumaaf sababa guddaa taha. Rabbiitti nama dhiheessa. Beekumsi hunda caalu beekumsa diiniiti. Haguma diinii kee beektun ibaadaan kee bareeda. Haguma Beekumsa Rabbiif qabduu dabalaa dhufeen sodaan Rabbiif qabdu dabalaa dhufa. Haguma Rabbiin sodaatten daangaa isaa eggatta, badii irraa fagaatta, ajajawwan isaa raawwatta. Beekaa ykn hayyu jedhamuuf hin baratiin. Akka beektu namoonni haa beekaniif beeksiisuuf hin cinqamiin. Beekumsi tokko haga hojirra olutti beekumsa hin jedhamu!  Beekumsi Rabbiin biratti ragaa sif taha akkasumas ragaa sirratti taha. Yoo wanta beektun hojjatte beekumsi kee sif ragaa taha. Yoo wanta beektun hojjachu baatte beekumsi kee sirratti ragaa taha.  Kanaaf hojjachuudhaaf male beekumsa kusachuudhaaf qofa hin baratiin.   يَرْفَعِ ٱللهُ ٱلَّذِينَ ءَامَنُوا۟ مِنكُمْ وَٱلَّذِينَ أُوتُوا۟ ٱلْعِلْمَ دَرَجَٰتٍۢ ۚ وَٱللهُ بِمَا تَعْمَلُونَ خَبِيرٌۭ Rabbiin isin irraa warra amananiifi isaan beekumsi kennameef sadarkaa baay’ee isaan ol kaasaRabbiinis waan isin hojjattan keessa Beekaadha. 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
3 08315Loading...
28
#Diinii_ka_qabdu_filadhu! Fitnaawwan bara kana kessa baaya'atanii argaman kessaa (sagaagalummaa) zinaadha! Dargaggoonni muslimaas kanumaan qormaataman. Dargaggeessa diini isaa irratti jabaadha hennaa salaatu, soomuu, sadaqatu fi hojiwwan galateeffamaa hojjatu argituun sun dubartii wahii hiriyaa zinaa (girl friend) godhate hennaa qabatu argita.  maaf karaa halaalaan hinfuutun nikaa hin hidhattuu jennaan... maallaqa, mana dhunfaa, konkolaataa fi wantoota jiru kenya midhagsan sana hinqabu jedha. Kuni garu zinaa hojjachuuf sababa hintahu. Sababni kamu badii guddaa akkanaa kana hojjachuuf fudhatama hinqabu. Nabiin Rabbii ﷺ namni baasii bultii ijaarrachuuf dandeessisuun hinqabaanne akka soomu ajajaniin. Kanaan ala  intala diinii qabdu fi jiruu adunyaa kanaaf bakka hin qabne, diinii isirratti cimtuu, yaaddoon fi cinqiin isi ganda akhiraatif tahe barbaaddadhu. 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
2 7087Loading...
29
Assalamu aleykum waraahamtuallahi wabarakaatuh Obboleewwan maatii channel #Islaamummaa_100%  akkam jirtu nagumaa?   Mee obboleewwan tenya afaan arabaa ykn afaan ingiliffaa sirritti dubbisuu fi dhagahuu dandeessan  gama @Qaribanbot nu dubbisaa. Obboleewwan kaanis yaada chaannel kanirratti qabdan ykn komi qabdan ykn wamti idaa'amu fi hir'ifamu qaba jettan.. Guyyaatti barreffamoota hagana nuf maxxansaa  wanti gadhiftan nujalaa hir'ate kan jettanis yoo jiraate  asumaan @Qaribanbot yaada kessan nuf ladhaa. https://t.me/DAARU_SALAAM1
2 7261Loading...
30
Sahaabota kessa tokko oso adunyaa ammaan kana kessa jirru tana arge   adunyaa shayxaanaa male muslimni tokko waan kessatti argamu hin se'u! 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
2 9181Loading...
Photo unavailableShow in Telegram
- tarii wudun bishaan qabbanaan gootu kun... Ibidda akhiraa sirraa qabbaneessa taha. Salaata laylii tikfadhu. 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
Hammasini ko'rsatish...
20👍 7
Seenaa shahiidotaa haala ajaa'ibaan qophaa’e 👇chaynali armaan gadii kana galtanii argachu dandeessu. 👇👇 https://t.me/HQ_Gaaffi https://t.me/HQ_Gaaffi
Hammasini ko'rsatish...
Deebii:- Shahiida diiniif wareegame Jannata kessatti sadarkaawwan garaagaraatu jiru  sadarkaa 1ffaa fi isa olaanaa kan argatan Nabiyyootadha. Isaanitti aansuudhaan sadarkaa olaanaa kan argatan shahiidota karaa Rabbii kessatti wareegamaniidha.  قَالَ رَسُولُ اللَّهِ صَلَّى اللَّهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ : " الْقَتْلُ ثَلَاثَةٌ : رَجُلٌ مُؤْمِنٌ جَاهَدَ بِنَفْسِهِ وَمَالِهِ فِي سَبِيلِ اللَّهِ حَتَّى إِذَا لَقِيَ الْعَدُوَّ قَاتَلَهُمْ حَتَّى يُقْتَلَ، فَذَلِكَ الشَّهِيدُ الْمُمْتَحَنُ فِي خَيْمَةِ اللَّهِ تَحْتَ عَرْشِهِ، لَا يَفْضُلُهُ النَّبِيُّونَ إِلَّا بِدَرَجَةِ النُّبُوَّةِ، " "Ajjeechaan sadiihi: gurbaan mu'uminni karaa Rabbii kessatti  lubbuu fi qabeenya isaatiin haga aduwwiin walgahe lole ajjeefamutti jihaade, sana shahiinni qorame dunkaana Rabbii arshii jala kan jiraatu, nabiyyoonni sadarkaa nabiyyuumma isaanitiin male hincaalaniin." Ragaaleen kanbiroos nijiru. Shahiidni bakka guddaa akka qabu muslimni hundu kan beekudha. Garu shahiida tahuuf kan hojjatu nama baay’ee muraasadha. Mujaahida oso hintahin shahiida tahu kan hawwutu heddumaate.  Sadarkaan shahidoota kan akkan olkaa'eef sababa hedduutu jira. Namoonni ilmaan fi haadha manaa isaanii waliin  firaashi hoo'aa irratti hennaa bohaaran...mujaa'hi'nni gaara diilallaa'aa fi gammoojjii gubaa kessa Rakkinaan dabarsa. Namoonni nyaata barbaadan filataa Hennaa nyaatan inni garu guyyoota hedduuf waan liqmfamu dhabe baala mukaa afaan ka'ata.  Bombiin gaaraa gad akka roba ganna irratti gadhifam. Qabsoon karaa Rabbii kessatti godhu  shororkeessummaa jedhame midiyaa irratti maqaan isaa bada. Diina dura  namoota anii muslima jedhani falmanun balaaleffatama. Kana hunda obse lolee wareegame. Rabbiiniis sadarkaa guddaa  nama akka isaa tahe wareegame male bira hindhaqqabne  badhaasen. 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
Hammasini ko'rsatish...
Islaamummaa 100%

لَقَدْ جِئْنَاكُم بِالْحَقِّ وَلَٰكِنَّ أَكْثَرَكُمْ لِلْحَقِّ كَارِهُونَ dhugumatti, Nuti haqaan isinitti dhufnee turre, Garuu irra baay’een keessan haqa jibbitoota turtan.

5👍 1
Jannata kessatti nabiyyootatti aanee sadarkaa 2ffaa kan argatu eenyu?Anonymous voting
  • Shahiida diiniif ka wareegame
  • Ulamaa'ii gurguddoo
  • Hafizal Qur’aana
  • Sadaqaa kennachuu kan baay'isan
0 votes
29👍 16
Ibaadaa salafotaa " waggoota shantamaaf Rabbiin gabbare  garu mi'aawina ibaadaa haga wantoota sadan kana dhisuutti hin arganne:  - Namootaan jaallatamuuf kijiba dubbachu dhisee haga dhugaa dubbachu danda'utti. - hiryoota faasiqtoota dhise hiryoota gaggaarii horadhutti. - mi'aawina dunyaa dhisee mi'aawina akhiraa dhandhamadhutti". Ahmad ibnu harb  Rahimahu Allaah. 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
Hammasini ko'rsatish...
8👍 3
Of eeggadhu!  yaa gabricha...  Rahmanni Rabbii bal'aa tahu abdatte halkanii fi guyyaa badii hojjattu.  Namoota Armaan gadii kanirraa akka hintaane enyuutu wabii siif kenne??   رَبَّنَآ أَخْرِجْنَا نَعْمَلْ صَٰلِحًا غَيْرَ ٱلَّذِى كُنَّا نَعْمَلُ Isaanis ishee keessatti “(Yaa) Gooftaa keenya! Isa duraan hojjachaa turreen ala toltuu hojjennaa nu baasi” فاطر 37 Hojii male jannataa fi Rahmata Rabbii argachuuf hawwuun gowwummaadha. 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
Hammasini ko'rsatish...
8👍 7
Photo unavailableShow in Telegram
💔namni dhukkuba qalbiiti ala dhukkubsate martu fayyaadha. Yaa Rabbii qalbii kenya - wanta si dallansiisu hunda irraa eegin - karaa qajeelaa hunda qajeelchin - jaalala keetiin guutiin - qalbii nagaa jannataan ittiin seennu nuf kenni! ﴿إِلَّا مَنْ أَتَى ٱللهَ بِقَلْبٍۢ سَلِيمٍۢ﴾ Nama onnee qulqulluudhaan Rabbitti dhufe malee. 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
Hammasini ko'rsatish...
11🥰 9👍 4
👇👇👇👇 https://t.me/HQ_Gaaffi/63 ☝️☝️☝️ kana tuqaati barreeffama isinif dhufu erga dubbisatan booda gaaffi armaan gadii dhihaate irratti hirmaadhaa.  Hiriyoota kessaniif share godhaa
Hammasini ko'rsatish...
Qabsoo fi Arsaa - nabii Rabbii ﷺ hennaa lola badriif bahu  ummata mari'achise. Miqdaad ibnu amr Radiyallaahu Anhu ka'e dhaabbate akkana jedhe. . . " yaa rasuula Rabbii bakka Rabbiin si ajajee irratti imali nuti si waliin jirra. Wallaahi akka ilmaan Israa'el musaadhaan jedhan sana sin hinjeennu.. "Atiifi Gooftaan kee deemaa lolaa, nuti asuma teenya.’’ (Al maa'idaa 24) . . . Garuu atii fi Rabbiin kee deemaa lolaa, nutis isiin waliin taane lolla. Wallaahi!  Rabbii nabiyyi godhe si ergeen kakanna! Oso gama galaana duulte si waliin duulla". Garaagarummaan nuufi sahaabota gidduu jiru maal akkana bal'achuun isaa yaa jarana ?? 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
Hammasini ko'rsatish...
7👍 5😱 3

20👍 12