cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qilingยป, bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Faaruuwwan Haaraa orthodox Tewahido

โœ”๏ธ Channel keenya kana keessatti: ๐Ÿ‘‡ โžช Faaruuwwan Ortodoksii Tewaahidoo โžช Barumsa wangeelaa bifa sagalee fi barreeffamaan, โžช Akkasumas link garaagaraa, kitaabolee pdf dhaan argattu! Faaruu keessan beeksifachuuf: @Elshaadayii @Kaankooti

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
8 092
Obunachilar
+2324 soatlar
+1517 kunlar
+84230 kunlar
Post vaqtlarining boสปlagichi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Nashrni tahlil qilish
PostlarKo'rishlar
Ulashishlar
Ko'rish dinamikasi
01
https://youtu.be/qwVokb1huC4
1350Loading...
02
https://youtu.be/Up3Ju6EH-1M
8512Loading...
03
Media files
1 40330Loading...
04
Media files
1 42634Loading...
05
https://youtu.be/tKkvUyJmD3Y?si=FKioMjUCGe4oJlF8
1 4741Loading...
06
Media files
1 62827Loading...
07
https://youtu.be/ufv6sTpwMO8?si=L_pE67533zNIlaa3
10Loading...
08
Amala Mana Kiristaanaa 4n 1. Duukaabu'uutudha . 2. Kan Hundaati . 3. Qulqulleettiidha . 4. Tokkittidha . Manni Kiristaanaa keenyi Addunyaa kana irra jirtu Amalli Wal Fakkessu warroota kana 4niidha !!! Manni Kiristaanaa Hundaa Oliidha ! Kan ishee utube Kiristoosiidha Kan ishee hundeesse kiristoosiidha Kan ishee qulqulleesse kiristoosiidha Kan ishee tokkomsee kiristoosiidha ! Nan Ilaale Mana Kiristaanaa koo Nan Jaalladheย  Mana Amantaakoo
1 88926Loading...
09
Media files
2 09628Loading...
10
Media files
90Loading...
11
Media files
2 45465Loading...
12
Maal Jedheen Dhubbadhaa Maal jedheen dubadhaa Yaa Haadha koo Maalan imee fixaa an Wayee kee (ร—2) Nyaataf dhugati koot Anaaf maqaan kee(ร—2) ๐Ÿ”น Bela'ee dhebodhee Yaa gaftii koo Waa of biraa dhabee An nanย  joree Yeemuun kuufee ciisuu Of dadhabee Sin na wajjin tahee Na gargaree Kottuu yaa mariyami Nabira in hafini Bela'a mucaa kee Nan in irranfatinii ๐Ÿ”น Firaย  of bira laleen Yaa hadha koo Argachuu dandenyee Kan naaf dhimmuu Achii laale darba Namnii hundumtuu Dhiibee gara kooti Yoomun imuu Sin argadhe kunoo Bakka Fira kootii Lammata bela'uu Ano quufaaย  kooti ๐Ÿ”น Ol kahuu dadhabee Humna dhaabee Bohee imimaan koo Dhangalaasee Kadhanan hadha ko Maal dadhabaa Kunoo dhiphina Jaalaย  na baasee Ammaa bara barat An garbitti keetii Na boji'e durbee Wa'een gochaa keetii F/tu Mabraat dirribsaa ๐Ÿ“ฌFaruu Keessan Beksifacuuf ย ย ย ย ย ย ย ย  ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ ย ย ย ย ย  @Elshaadayii ย ย ย ย ย ย ย  @Elroohii ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡follow. Join โ•ญโ•โ•โ€ข|โ€:โœžโœŸโœžโ€|โ€ขโ•โ•โ•ฎ โœฅโ”ˆโ”ˆโ€ขโ€ขโ—โ—‰โœžโ—‰โ—โ€ขโ€ขโ”ˆโ€ขโ€ขโœฅ @faruuHaara @faruuHaaraa โœฅโ”ˆโ”ˆโ€ขโ€ขโ—โ—‰โœžโ—‰โ—โ€ขโ€ขโ”ˆโ€ขโ€ขโœฅ โ•ฐโ•โ•โ€ข|โ€:โœžโœŸโœžโ€|โ€ขโ•โ•โ•ฏ
10Loading...
13
Maal Jedheen Dhubbadhaa Maal jedheen dubadhaa Yaa Haadha koo Maalan imee fixaa an Wayee kee (ร—2) Nyaataf dhugati koot Anaaf maqaan kee(ร—2) ๐Ÿ”น Bela'ee dhebodhee Yaa gaftii koo Waa of biraa dhabee An nanย  joree Yeemuun kuufee ciisuu Of dadhabee Sin na wajjin tahee Na gargaree Kottuu yaa mariyami Nabira in hafini Bela'a mucaa kee Nan in irranfatinii ๐Ÿ”น Firaย  of bira laleen Yaa hadha koo Argachuu dandenyee Kan naaf dhimmuu Achii laale darba Namnii hundumtuu Dhiibee gara kooti Yoomun imuu Sin argadhe kunoo Bakka Fira kootii Lammata bela'uu Ano quufaaย  kooti ๐Ÿ”น Ol kahuu dadhabee Humna dhaabee Bohee imimaan koo Dhangalaasee Kadhanan hadha ko Maal dadhabaa Kunoo dhiphina Jaalaย  na baasee Ammaa bara barat An garbitti keetii Na boji'e durbee Wa'een gochaa keetii F/tu Mabraat dirribsaa ๐Ÿ“ฌFaruu Keessan Beksifacuuf ย ย ย ย ย ย ย ย  ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ ย ย ย ย ย  @Elshaadayii ย ย ย ย ย ย ย  @Elroohii ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡follow. Join โ•ญโ•โ•โ€ข|โ€:โœžโœŸโœžโ€|โ€ขโ•โ•โ•ฎ โœฅโ”ˆโ”ˆโ€ขโ€ขโ—โ—‰โœžโ—‰โ—โ€ขโ€ขโ”ˆโ€ขโ€ขโœฅ @faruuHaara @faruuHaaraa โœฅโ”ˆโ”ˆโ€ขโ€ขโ—โ—‰โœžโ—‰โ—โ€ขโ€ขโ”ˆโ€ขโ€ขโœฅ โ•ฐโ•โ•โ€ข|โ€:โœžโœŸโœžโ€|โ€ขโ•โ•โ•ฏ
10Loading...
14
๐ŸŽตYaa Harmee Qulquuluu ๐Ÿ“ฌFaruu Keessan Beksifacuuf ย ย ย ย ย ย ย ย  ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ ย ย ย ย ย  @Elshaadayii ย ย ย ย ย ย ย  @Elroohii ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡follow. Join โ•ญโ•โ•โ€ข|โ€:โœžโœŸโœžโ€|โ€ขโ•โ•โ•ฎ โœฅโ”ˆโ”ˆโ€ขโ€ขโ—โ—‰โœžโ—‰โ—โ€ขโ€ขโ”ˆโ€ขโ€ขโœฅ @faruuHaara @faruuHaaraa โœฅโ”ˆโ”ˆโ€ขโ€ขโ—โ—‰โœžโ—‰โ—โ€ขโ€ขโ”ˆโ€ขโ€ขโœฅ โ•ฐโ•โ•โ€ข|โ€:โœžโœŸโœžโ€|โ€ขโ•โ•โ•ฏ Faarfannaa Afaan Oromoo Ortodoksii Tewahidoo Haaraa
2 1302Loading...
15
๐ŸŽตAkka Fayyinuuf ๐Ÿ“ฌFaruu Keessan Beksifacuuf ย ย ย ย ย ย ย ย  ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ ย ย ย ย ย  @Elshaadayii ย ย ย ย ย ย ย  @Elroohii ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡follow. Join โ•ญโ•โ•โ€ข|โ€:โœžโœŸโœžโ€|โ€ขโ•โ•โ•ฎ โœฅโ”ˆโ”ˆโ€ขโ€ขโ—โ—‰โœžโ—‰โ—โ€ขโ€ขโ”ˆโ€ขโ€ขโœฅ @faruuHaara @faruuHaaraa โœฅโ”ˆโ”ˆโ€ขโ€ขโ—โ—‰โœžโ—‰โ—โ€ขโ€ขโ”ˆโ€ขโ€ขโœฅ โ•ฐโ•โ•โ€ข|โ€:โœžโœŸโœžโ€|โ€ขโ•โ•โ•ฏ Faarfannaa Afaan Oromoo Ortodoksii Tewahidoo Haaraa
2 1503Loading...
16
https://youtu.be/iWkt8ZVaIy0?si=gbJpU6vVjVRzdo7a
10Loading...
17
https://youtu.be/AsElGejAeq4
2 0164Loading...
18
Media files
2 34527Loading...
19
Media files
2 18230Loading...
20
โœ"Hundeen ishee tulluu qulqullootaa irraati"โœ ย ย ย ย ย  Far 86/87:1 Jecha kana qulqullichi Daawwit dhaloota dubree maariyaam rajiin ilaalee hiddi dhaloota ishee sanyii warra qulqullotaa irraa akka ta'e arge. Waa'ee hidda dhaloota dubroo maariyaami Macaafa Raajii maariyaami irraa kunooti. โ˜žHidda durbee Maariyaam kan taan Teekita fi Pheexriqaa kan jedhaman qabeenya isaaniitiin kan beekaman turan. Qabeenyi isaanii kun baayachuu irraa kan kaee, warqee,meetii, nasii, qotiyyoo,saโ€™aa akkasumas tajaajiltoota dhiraa fi durbaa qabu turan. Yaa tau malee dhala qabeenya isaanii kanaa dhaalu waan hin qabneef baayee dhiphachaa turan. Caalmaatti garuu guyyaa tokko Pheexriqaan gara mana kuusaa qabeenya isaatti olgaluudhaan baayinaa qabeenyaa isaa ilaaluudhaan ani ilma ykn dhala hin qabu Teektaanis dahuu hin dandeessuu, kuni hundi eenyuuf taa? Enyutu Qabeenya keenya dhaala jedhanii lachuu dhiphachuu jalqaban. Yeruma sana Teektaan deebistee ati maaliif dhiphatta Haadha manaa biraa fuutee dahuu dandeessa jetten. Pheexriqaan immoo deebisee Waaqni Isiraa'eel beekaadha jedhe. Halkanuma sana Teektaan mul'ata ykn abjuu argite akkas jechuudhaan Pheexiriqaatti himte. jabbii adii tokko mooraa (dallaa) keenya keessaa yoo baatu nan arge. Isheenis jabbiiwwan adii adii 6 dhalte 6ffaan immoo addeessaa deesse, Addeessi immoo biiftuu yoo deessu argitee itti himte. Isaanis waan argan kana nama abjuu hiikutti himan. Innis abjuu kana akkas jechuudhaan hiikeef.Jalqaba adiin mooraa keessan baatu amma ilmoo garii ati deessuu dha.Isheen immoo ijoollee gaarii biroo deessi. Ishee torbaffaan garuu uummamtootaan ol uumaadhaa gadi kan taate ni deessi. Kan aduu garuu naaf hin ifnee...... Jechuudhaan abjuu isaani hiikeef. Kunis Hemeen, Derdiim, Toonan, Sikaaran, Heermeelaa, Haannaa ni deesse. Haannaan immoo Haadha nama hundaa kan taate qulqulleettii durbee Maariyaam ni desse . โ–Dhaloonni dubroo Mariyaam dhaloota keenyadha โ–
2 15421Loading...
21
Media files
1 9593Loading...
22
๐‘ฐ๐’๐’Š๐’๐’Š ๐’‹๐’†๐’…๐’‰๐’‚๐’‚ ๐’”๐’Š๐’ ๐’๐’‚๐’Ž๐’๐’๐’•๐’‚ ๐’‡๐’‚๐’š๐’š๐’Š๐’๐’‚ ๐’‚๐’“๐’ˆ๐’‚๐’๐’† ๐’ˆ๐’‚๐’‚๐’๐’‚๐’•๐’‚ ๐’ˆ๐’๐’๐’‡๐’•๐’‚ ๐‘บ๐’–๐’‘๐’‰๐’† ๐’๐’‚๐’‚ ๐’Œ๐’‚๐’‚๐’”๐’† ๐’‚๐’˜๐’‚๐’‚๐’“๐’‚ ๐’Œ๐’†๐’†๐’”๐’‚๐’‚ ๐’–๐’๐’‡๐’Š๐’๐’‚๐’‚ ๐’ˆ๐’๐’๐’‡๐’•๐’‚ ๐’ˆ๐’‚๐’‚๐’๐’‚๐’•๐’‚๐’ ๐’…๐’†๐’†๐’ƒ๐’Š๐’”๐’‚ โฎ๏ธ ๐‘ต๐’‚๐’ ๐’•๐’–๐’‡๐’‚๐’•๐’‚๐’Ž๐’† ๐’‡๐’–๐’๐’‚๐’‚ ๐’๐’‚๐’Ž๐’‚๐’•๐’Š ๐‘ฌ๐’“๐’ˆ๐’Š ๐’๐’‚๐’‚ ๐’˜๐’‚๐’‚๐’Ž๐’† ๐’•๐’Š๐’Œ๐’Œ๐’‚ ๐’‰๐’๐’๐’๐’‚๐’•๐’Š ๐’‹๐’‚๐’‚๐’‹๐’‚๐’ƒ๐’๐’๐’Š ๐’‹๐’Š๐’“๐’– ๐’Œ๐’‚๐’ ๐’๐’‚๐’‚ ๐’„๐’‚๐’‚๐’๐’‚๐’๐’Š(2) ๐’‚๐’‹๐’‚๐’‚๐’‹๐’‚ ๐’ˆ๐’๐’๐’‡๐’•๐’‚๐’ ๐’˜๐’‚๐’‚๐’Ž๐’‚๐’Ž๐’† ๐’‚๐’๐’Š โฏ๏ธ ๐‘ซ๐’‰๐’Š๐’ˆ๐’๐’Š ๐’Œ๐’๐’ ๐’“๐’๐’Ž๐’† ๐’‚๐’Œ๐’Œ๐’‚๐’‚ ๐’ƒ๐’Š๐’”๐’‰๐’‚๐’๐’Š ๐’–๐’‡๐’‚๐’‚๐’•๐’‚ ๐’ˆ๐’๐’๐’‡๐’•๐’‚ ๐’™๐’–๐’’๐’† ๐’…๐’–๐’ƒ๐’‚๐’๐’Š ๐’‰๐’–๐’Ž๐’๐’Š ๐’Š๐’”๐’”๐’‚ ๐’ƒ๐’‚๐’‚๐’‰๐’† ๐’…๐’‰๐’Š๐’ˆ๐’‚๐’‚ ๐’Œ๐’ ๐’…๐’‰๐’‚๐’ƒ๐’†(2) ๐’‹๐’‚๐’‚๐’๐’‚๐’๐’‚ ๐’‚๐’ƒ๐’ƒ๐’‚ ๐’Œ๐’๐’ ๐’˜๐’‚๐’‚ ๐’‰๐’–๐’๐’…๐’‚๐’‚๐’‚ ๐’„๐’‚๐’‚๐’๐’† โฎ๏ธ ๐‘ฎ๐’‚๐’‚๐’…๐’‚๐’ ๐’ˆ๐’–๐’–๐’•๐’‚๐’Ž๐’‚๐’ ๐’๐’ƒ๐’ƒ๐’๐’๐’†๐’˜๐’‚๐’๐’”๐’”๐’‚ ๐‘จ๐’๐’‚๐’›๐’‚๐’“ ๐’Œ๐’‚๐’‚๐’‰๐’† ๐‘จ๐’˜๐’‚๐’๐’‚ ๐’Œ๐’†๐’†๐’”๐’”๐’‚๐’‚ ๐’“๐’‚๐’‚๐’‹๐’Š ๐’‹๐’†๐’…๐’‰๐’‚๐’๐’Š ๐’ƒ๐’‚๐’‚๐’“๐’‚๐’•๐’๐’๐’๐’Š ๐’Š๐’”๐’‚๐’‚(2) ๐’‚๐’๐’Š ๐’”๐’Š๐’Š๐’ ๐’‡๐’‚๐’‚๐’“๐’”๐’‚๐’‚ ๐’ƒ๐’‚๐’‚๐’“๐’‚ ๐’‰๐’‚๐’๐’ˆ๐’‚๐’‚ ๐’ƒ๐’‚๐’“๐’‚๐’‚ โฏ๏ธ ๐’€๐’†๐’“๐’๐’๐’ ๐’‚๐’๐’Š ๐’„๐’Š๐’Š๐’”๐’– ๐’˜๐’‚๐’ˆ๐’๐’๐’•๐’‚ ๐’‰๐’†๐’†๐’…๐’– ๐’๐’‚๐’Ž๐’๐’๐’๐’๐’Š ๐’ƒ๐’‚๐’‚๐’š๐’š๐’†๐’†๐’ ๐’‚๐’๐’‚๐’•๐’Š ๐’’๐’๐’”๐’– ๐’ˆ๐’–๐’š๐’š๐’‚ ๐’Œ๐’๐’ ๐’ˆ๐’‚๐’‚๐’‰๐’† ๐’๐’ƒ๐’”๐’‚๐’ ๐’†๐’ˆ๐’‚๐’…๐’‰๐’†(2) ๐’“๐’‚๐’Œ๐’Œ๐’ ๐’Œ๐’๐’ ๐’Œ๐’†๐’†๐’”๐’”๐’‚๐’‚ ๐’๐’‚๐’‚ ๐’‡๐’‚๐’‚๐’š๐’Š๐’‡๐’‚๐’•๐’†๐Ÿ“ฌFaruu Keessan Beksifacuuf ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ @Elshaadayii @Elroohii ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡follow. Join โ•ญโ•โ•โ€ข|โ€:โœžโœŸโœžโ€|โ€ขโ•โ•โ•ฎ โœฅโ”ˆโ”ˆโ€ขโ€ขโ—โ—‰โœžโ—‰โ—โ€ขโ€ขโ”ˆโ€ขโ€ขโœฅ @faruuHaara @faruuHaaraa โœฅโ”ˆโ”ˆโ€ขโ€ขโ—โ—‰โœžโ—‰โ—โ€ขโ€ขโ”ˆโ€ขโ€ขโœฅ โ•ฐโ•โ•โ€ข|โ€:โœžโœŸโœžโ€|โ€ขโ•โ•โ•ฏ
2 18033Loading...
23
Arraa bahee kaa maqaan isaa Gammadetan isa faarsaa Yohannis kan jedhanii Dubbatanii argamanii (ร—2) """""""""""" Ergaman waaqa sami irra ni dhufe Dhalachun yohanis zakkariyasitis imee Amanu waan didef Arranbi isaa hidhame Yohannis jechudhan Afaan isaa banamee """"""""""" Gammojii irraa bakken Guddina isaa Rifeensa gaalaa Tasisee huccuu isaa Kan lafa onarraa Sagalee jedhamee Afaan nama eeguuf isaatu mudamee """"""""""" Kan lafa onarraa Sagalee jedhamtaa Holicha waqayyoof Ati dandii hartaa Laphee abbototaa Da'imanif laatte Barumsa keetini Gaarri wal qixate """"""""""" Miya'a biyyaa lafaa Dhugumat ni jibbe Qulqulluu dhiigasaas Waaqaf dhangalase Motummaa waqayyof Nuf waqa waqomse Yohannis abba ko Kee tahun na boonsee ๐Ÿ“ฌFaruu Keessan Beksifacuuf ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ @Elshaadayii @Elroohii ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡follow. Join โ•ญโ•โ•โ€ข|โ€:โœžโœŸโœžโ€|โ€ขโ•โ•โ•ฎ โœฅโ”ˆโ”ˆโ€ขโ€ขโ—โ—‰โœžโ—‰โ—โ€ขโ€ขโ”ˆโ€ขโ€ขโœฅ @faruuHaara @faruuHaaraa โœฅโ”ˆโ”ˆโ€ขโ€ขโ—โ—‰โœžโ—‰โ—โ€ขโ€ขโ”ˆโ€ขโ€ขโœฅ โ•ฐโ•โ•โ€ข|โ€:โœžโœŸโœžโ€|โ€ขโ•โ•โ•ฏ
2 35043Loading...
24
โœMootummaan waaqaa dhi'aateraatii yaada garaa keessanii geeddaradhaaโ– Bara sanatti Yohannis cuuphaan sabatti mul'atee, lafa onaa biyya Yihudaatti labsee, "Mootummaan waaqaa dhi'aateeraatii yaada garaa keessanii geddaradhaa!"jedhe. Isaayaas raajichi, "Sagaleen lafa onaa keessaa in iyya; dhaga'aa dhaggeeffadhaa,ย  gooftichaaf karaa tolchaatii haraa, daandii inni irra adeemus qajeelchaa"ย  yommuu jedhe waa'ee namicha kanaaf dubbate. Yohannis uffata rifeensa gaalaa irraa dha'ame uffatee, mudhii isaas teephaan hidhate; nyaanni isaa immoo hawaannisaa fi damma moggaa ture. Yeroo sanatti warri Yerusaalem jiraatan, warri Yihudaa, warri kutaa biyya naanna'aa Yordaanos jiraatan hundinuu lafa Yohannis cuuphaan jirutti ba'an. Isaan kun cubbuu isaanii himachaa laga Yordaanositti isa of in cuuphsisu turan. Yohannis garuu Fariisotaa fi Saduqoota keessaa namoonni baay'een cuuphamuudhaaf gara isaa dhufuu isaanii yommuu arge, "Isin ijoollee mar'ataa nana, dheekkamsa isinitti bu'uuf jiru jalaa akka baqattaniif, eenyutu isin yaadachiise? Ammas yaada garaa geddarachuun keessan ija gaarii haa godhatu! Abbaan keenya Abrahaamii dha jettanii kan galtan isinitti hin fakkaatin Waaqayyo dhagoota kanattii Abrahaamiif ijoollee kaasuu akka danda'u isinitti nan hima. Ammuma iyyuu qottoon hidda mukaa hundumaa irra kaa'amee jira; mukti ija gaarii hin godhanne hundinuu muramee ibiddatti in naqama" jedhee gorse.ย  Yohannisis itti fufee, "Yaada garaa keessanii geddarachuu keessaniif bishaaniin isin nan cuupha, inni ana booddee dhufu garuu ana irra in jabaata, anis kophee miilla isaatii illee baachuudhaaf nama ta'u miti; inni hafuura qulqulluudhaa fi ibiddaan isin in cuupha. Oobdii isaa keessatti midhaan kan ittiin qulleessu hafarsaa of harkaa qaba; midhaan isa qulleeffames gombisaa isaatti in sassaaba; habaqii isaa garuu ibidda hin dhaamneen in guba" jedheen. ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย  W.Yoh 3:1-12 Ebbi Qulqulluu Yohaannis Cuuphaa nu waliin yaa ta'u.
2 57725Loading...
25
Media files
2 2865Loading...
26
https://youtu.be/AbsQ4aGkXrA
2 1103Loading...
27
Media files
2 47063Loading...
28
Media files
2 67358Loading...
29
Media files
2 62865Loading...
30
Ulfa baasuun ni eeyyamamaa?Kitaabni qulqulluun maali jedhaa?Dubbisnee ittiin fayyadamnu!Share waliif taasisaa!
2 62913Loading...
31
https://youtu.be/d7NtO4L-18M
2 4521Loading...
32
Fayyisaa Addunyaa Fayyisaa(2) Addunyaa Mootiin moototaa Dorgomaa hin qabu baraan jiraata * Jirma wayiiniiti....Fayyisaa Addunyaa Nyaata jireenyaatu.... Barsiisaa dhugaati...... Ifa Addunyaati.... * Kaโ€™umsaaf jireenya....Fayyisaa Addunyaa Jaalalaaf mageenya..... Abbaa Abbaa caalu..... Maqaa maqaa caalu..... * Hangafa lubootaa...... Fayyisaa Addunyaa Balbala Hoolotaa..... Tiksee dhugaa gaarii... Urjiidha kan barii..... * Waaqa waaqoliiti..... Fayyisaa Addunyaa Uumaa uumamaati.... Hunda dandaโ€™aadha.... Alfaa oomeeggaadha.... ==โ€ข|โ€ข== F.Dn Fayyisaa Asrat Faruu kessan Erguuf @Elshaadayii @Elroohii ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡follow us โ•โ•โ€ข|โ€:โœžโœŸโœžโ€|โ€ขโ•โ•โ•ฎ โœฅโ”ˆโ”ˆโ€ขโ€ขโ—โ—‰โœžโ—‰โ—โ€ขโ€ขโ”ˆโ€ขโ€ขโœฅ @faruuHaara .... โœฅโ”ˆโ”ˆโ€ขโ€ขโ—โ—‰โœžโ—‰โ—โ€ขโ€ขโ”ˆโ€ขโ€ขโœฅ โ•ฐโ•โ•โ€ข|โ€:โœžโœŸโœžโ€|โ€ขโ•โ•โ•ฏ
2 63150Loading...
33
โšœQaama Eebbifamtuuโšœ โ–บIjji eebbifamtuun yeroo hundaa jecha waaqayyoo dubbisti! โ–บGurri eebbifamtuun faaruu gaabbii dhaggeeffachuun of ijaarti! โ–บQoonqoo eebbifame irratti bishaan qulqulluutu dhangala'a! โ–บArrabni eebbifamtuun Qulqulluu Foon fi kabajamaa Dhiiga gooftaashii fudhatti! โ–บAfaan eebbifamtuu irraa dubbiin 'Galata Waaqayyoo' jedhu hin dhibamu! โ–บMormi eebbifamtuun fannoo qulqulluu dhiigni gooftaa irratti dhangala'e baatti! โ–บLaphee eebbifamtuun jaalala Iyyesuus fi haadhasaan guutamti! โ–บHarki eebbifamtuun nyaata isheef dhiyaate maqaa Waaqayyoon eebbifatti! โ–บMiilli eebbifamtuun ganamaa fi galgala mana qulqullummaa dhaabatti! "Ani Waaqayyo waaqa keessanidhaa, qaama keessan qulqulleessaa, qulqulluus ta'aa , Ani qulqulluudhaatii!" S.Lew 11:44 ย ย ย ย  โœAbbaa Shinoodaa III โ•ญโ•โ•โ€ข|โ€:โœงเน‘โ™กเน‘โœงโ€|: โ•โ•โ•ฎ ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย  @Kalabhiyahu ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย  @Kalabhiyahu โ•ฐโ•โ•โ€ขเณ‹โ€ขโœงเน‘โ™กเน‘โœงโ€ขย  โ•โ•
3 21838Loading...
34
Media files
2 80179Loading...
35
โ™ฆNuti si waammannaaโ™ฆ Nuti si wammannaa ati nuuf koottuu Ergamaa nageenyaa ati nuuf dhabadhuu Samiirraa ergamee waaqayyo biraa Ati nuu gargaari Mikaa'el adaraa ยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐ Aangoon kee guddaadhaa ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย  Mikaa'eel adaraaย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย  Hangafa eergamotaaย  >> Nunis nu gargaariย ย ย ย ย ย ย ย  >> Akkaa Israa'elotaaย ย ย ย ย ย ย  >> Mikaa'eel/2/ jennee siwammannaa Kadhaannaa keetini dhifama argannaa ยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐ Atii nuf dhaabattaa ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย  Mika'eel adaraa Cinaa keenya taateeย ย ย ย ย ย ย  >> Nutoo ragaa baanaaย ย ย ย ย ย ย  >> Gochaa ati nuuf gooteefย  >> Mikaa'eel/2/ jennee siwammannaa Kadhaannaa keetini dhifama argannaa ยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐ Gaddaaf gaammachuurrati ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย  Mikaa'eel adaraa Nuti si waammannaaย ย ย ย ย  >> Hangafa eergamotaaย ย ย ย ย  >> Kottuu koottu jennaaย ย ย ย ย ย  >> Mikaa'eel/2/ jennee siwammannaa Kadhaannaa keetini dhifama argannaa ยฐยฐยฐยฐยฐยฐยฐ Gargarsa kee abdannaa ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย  Mikaa'eel adaraa Nurraa hin fagaatiniย ย ย  >> Eegumsa keetiniiย ย ย ย ย ย ย ย ย  >> Ati nu hin gatiniiย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย  >> Mikaa'eel/2/ jennee siwammannaa Kadhaannaa keetini dhifama argannaa ===###=== ย ย ย ย ย ย ย  โ˜žF/ttuu Roobee Caaqaaย  ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡follow โ•โ•โ€ข|โ€:โœžโœŸโœžโ€|โ€ขโ•โ•โ•ฎ โœฅโ”ˆโ”ˆโ€ขโ€ขโ—โ—‰โœžโ—‰โ—โ€ขโ€ขโ”ˆโ€ขโ€ขโœฅ @faruuHaara ........ @FaruuHaara ........ โœฅโ”ˆโ”ˆโ€ขโ€ขโ—โ—‰โœžโ—‰โ—โ€ขโ€ขโ”ˆโ€ขโ€ขโœฅ โ•ฐโ•โ•โ€ข|โ€:โœžโœŸโœžโ€|โ€ขโ• ย ย ย ย ย ย ย ย  ๐Ÿ‘† join ๐Ÿ‘† Faarfannaa erguuf๐Ÿ‘‰ @Elshaadayii
2 83827Loading...
36
Media files
2 47117Loading...
37
Media files
2 80151Loading...
38
Baga nagaan gessan guyyaa sanbataa qulqulettii boqonnaa kiristaana Maatii orthodox tawayidoo hundinuu OLMAA GAARII QABADHAA
3 1708Loading...
39
https://youtu.be/Xk6FUzmbncI
2 6488Loading...
40
Media files
3 13160Loading...
Repost fromย Dagnu Studio Official
Hammasini ko'rsatish...
Nama Homaa Hin Beknee,F/taa Filaannoo Gammachiis,Faarfannaa Afaan Oromoo Ortodoksii Tawaahidoo.

@dagnustudio3457 #subscribe #like #share gochu hin dagatina.

โค 1
Repost fromย Dagnu Studio Official
Hammasini ko'rsatish...

โค 18๐Ÿ‘ 2
Faaruu_Haaraa_Afaan_Oromoo_OLBA_EE_GALATAANII_Q_Abbaa_G_Iyyesuus.mp36.37 MB
โค 18๐Ÿ‘ 6๐Ÿ‘ 5๐Ÿฅฐ 4
Guddaa_Kan_ta_e_แ‰ณแˆ‹แ‰…_แ‰ แˆ†แŠ_แ‰ แŠ แ‹แŠ•_แŠฆแˆฎแˆž_with_lyrics_F_ttuu_Shawaa_Battee.mp35.32 MB
โค 18๐Ÿ‘ 4๐Ÿฅฐ 1๐ŸŽ‰ 1๐Ÿ•Š 1
Repost fromย Dagnu Studio Official
Hammasini ko'rsatish...
Qulqullinni kee, F/taa D/n Galataa Waggaarii,Faarfannaa Afaan Oromoo Ortodoksii Tawaahidoo Haaraa

@dagnustudio3457 #subscribe #share #like gochu hin dagatina.

โค 7
๐Ÿ›‘Aabuyee_koo_sin_yaama...๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘(128k) (1).mp35.00 MB
๐Ÿ‘ 11โค 6๐Ÿ•Š 1
Photo unavailableShow in Telegram
Amala Mana Kiristaanaa 4n 1. Duukaabu'uutudha . 2. Kan Hundaati . 3. Qulqulleettiidha . 4. Tokkittidha . Manni Kiristaanaa keenyi Addunyaa kana irra jirtu Amalli Wal Fakkessu warroota kana 4niidha !!! Manni Kiristaanaa Hundaa Oliidha ! Kan ishee utube Kiristoosiidha Kan ishee hundeesse kiristoosiidha Kan ishee qulqulleesse kiristoosiidha Kan ishee tokkomsee kiristoosiidha ! Nan Ilaale Mana Kiristaanaa koo Nan Jaalladheย  Mana Amantaakoo
Hammasini ko'rsatish...
โค 22๐Ÿ‘ 8๐Ÿฅฐ 5๐Ÿ‘ 2๐Ÿ•Š 1
Yoom Gahee.mp35.89 MB
โค 13๐Ÿ‘ 9๐Ÿฅฐ 6๐Ÿ‘ 1๐Ÿ•Š 1
Yoom Gahee.mp35.89 MB