cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qilingยป, bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Faaruuwwan Haaraa orthodox Tewahido

โœ”๏ธ Channel keenya kana keessatti: ๐Ÿ‘‡ โžช Faaruuwwan Ortodoksii Tewaahidoo โžช Barumsa wangeelaa bifa sagalee fi barreeffamaan, โžช Akkasumas link garaagaraa, kitaabolee pdf dhaan argattu! Faaruu keessan beeksifachuuf: @Elshaadayii @Kaankooti

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
7 327
Obunachilar
+1724 soatlar
+947 kunlar
+80630 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

โค 23๐Ÿ˜ข 8๐Ÿ‘ 3
Photo unavailableShow in Telegram
โš ๏ธ Yaadachiisa!! Miseensota chaanaalii hunda bira haa  ga'uu  โžฒ Akka imaammata telegiraamii haaraa kanaan miseensonni chaanaalii kana #UNMUTE๐Ÿ‘ˆ gootan akka waan chaanaalii kanarra hin jirreetti ilaalama. #MUTE๐Ÿ‘ˆ gochuun chaanaaliin #VIEW odeeffannoo maxxanfame ni hir'isa. Waan nuti maxxansinu ilaalaa jirtanillee yoo chaanaalii #UNMUTE๐Ÿ‘ˆ  gootan hin lakkaa'amu. โžฒ Yoo #MUTE๐Ÿ‘ˆ  irra jira ta'e hin tuqin, #UNMUTE๐Ÿ‘ˆ irratti yoo ta'e garuu yeroo 1 tuquun #MUTE  tti Goodha . ๐Ÿ™ Tumsa keessaniif Galatoomaa Join share MUTE โœ… UMMUTEโŒ ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡follow โ•โ•โ€ข|โ€:โœžโœŸโœžโ€|โ€ขโ•โ•โ•ฎ โœฅโ”ˆโ”ˆโ€ขโ€ขโ—โ—‰โœžโ—‰โ—โ€ขโ€ขโ”ˆโ€ขโ€ขโœฅ @faruuHaara ........ @FaruuHaara ........ โœฅโ”ˆโ”ˆโ€ขโ€ขโ—โ—‰โœžโ—‰โ—โ€ขโ€ขโ”ˆโ€ขโ€ขโœฅ โ•ฐโ•โ•โ€ข|โ€:โœžโœŸโœžโ€|โ€ขโ•โ•โ•ฏ
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 5โค 2๐Ÿ•Š 2
Photo unavailableShow in Telegram
โš ๏ธ Yaadachiisa!! Miseensota chaanaalii hunda bira haa  ga'uu  โžฒ Akka imaammata telegiraamii haaraa kanaan miseensonni chaanaalii kana #UNMUTE๐Ÿ‘ˆ gootan akka waan chaanaalii kanarra hin jirreetti ilaalama. #MUTE๐Ÿ‘ˆ gochuun chaanaaliin #VIEW odeeffannoo maxxanfame ni hir'isa. Waan nuti maxxansinu ilaalaa jirtanillee yoo chaanaalii #UNMUTE๐Ÿ‘ˆ  gootan hin lakkaa'amu. โžฒ Yoo #MUTE๐Ÿ‘ˆ  irra jira ta'e hin tuqin, #UNMUTE๐Ÿ‘ˆ irratti yoo ta'e garuu yeroo 1 tuquun #MUTE  tti Goodha . ๐Ÿ™ Tumsa keessaniif Galatoomaa Join share MUTE โœ… UMMUTEโŒ ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡follow โ•โ•โ€ข|โ€:โœžโœŸโœžโ€|โ€ขโ•โ•โ•ฎ โœฅโ”ˆโ”ˆโ€ขโ€ขโ—โ—‰โœžโ—‰โ—โ€ขโ€ขโ”ˆโ€ขโ€ขโœฅ @faruuHaara ........ @FaruuHaara ........ โœฅโ”ˆโ”ˆโ€ขโ€ขโ—โ—‰โœžโ—‰โ—โ€ขโ€ขโ”ˆโ€ขโ€ขโœฅ โ•ฐโ•โ•โ€ข|โ€:โœžโœŸโœžโ€|โ€ขโ•โ•โ•ฏ
Hammasini ko'rsatish...
Giiftii Keenya /แŠฅแˆ˜แ‰คแ‰ณแ‰ฝแŠ•/ Giiftii keenyaa Araarsummaa keen Dubroo Maariyaam Araarsummaa keen Fayyisaa Addunyaa Raajii Hojjete bishaan Qaanaatiin *2 Raajii Waaqayyootif.... Bishaan Qaanaatiin Carroomuun Filamte Qaanaa Za Galiilaan Kan jalqabaa taate
Qaanaa Taasisuuf kan jalqabaa raajii Hojjete Kabajni Dubroof Araarsummaan ishees mullate
Beektee Waan jetteeniif.... Bishaan Qaanaatiin Waynii Hin Qabanii Bishaan Wayni yo ta'u Hunduu ilaalani
Qaanaa Taasisuuf kan jalqabaa raajii Hojjete Kabajni Dubroof Araarsummaan ishees mullate
Keessummeessitoonni.... Bishaan Qaanaatiin Yaaddoon isaan raase Ilmi Dubroo maaryaam Dhiphinaa isaan baase
Qaanaa Taasisuuf kan jalqabaa raajii Hojjete Kabajni Dubroof Araarsummaan ishees mullate
Nutis ni Amanna.... Bishaan Qaanaatiin Jechasheen dubbattu Waadaasheef Galameen Hundi akka sirratu
Qaanaa Taasisuuf kan jalqabaa raajii Hojjete Kabajni Dubroof Araarsummaan ishees mullate
             ==โ€ข|โ€ข== ๐ŸŽ™ F/taa Tafarraa Baqqalaa Kan biroof โ€ขโ€ขโ—โ—‰โœžโ—‰โ€ขโœฅ @faruuHaara @faruuHaaraa โ€ขโ—โ—‰โœžโ€ขโ€ขโœฅ
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 6โค 6๐Ÿ‘ 3
โค 8๐Ÿ‘ 3๐Ÿฅฐ 2๐Ÿ•Š 1
โ™ฆTaakliyyee kooโ™ฆ Taakliyyeekoo jeedheetan si waamaa Naaf kadhaadhuu galgalaf gaanamaa Waaqnikoo siif jedhee natti araaramaa/2/       /4/ Rawwataa waangelaa Taaklahaaymanoti Ilma Tawaayidoo duuka bu'aa abbootii Dhiifama naaf kadhu waa'e cubbuu kooti Goonfoo akkan argadhu fuula goftaa kootti           ===###=== Eenyutu waaqayyoof laataree lapheesaa Kan abbaa Takliyyee naa nidhiba keennansaa Waaqayyoon jaalachuun qaamaa hirrifame Abbaa koochoo ja'a jeedhame waamame            ===###=== Abiddaaf qilleensarraa kan uumamanii Kirubeel Suraafeel warri jedhaamanii Isaan malee maaltuu koocho ja'a qaabaa Kan Taaklahaaymaanot baay'isee naa dhibaa         ===###=== Dabralibanosin waggaa toorba tessee Amantaa tawaahidoo fiddee asiin geessee Raakkinaaf gidiraa dhiphachuu daandessee Hundumaa obsuun kee ana na jaabeessee Kan biroof ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡follow โ•โ•โ€ข|โ€:โœžโœŸโœžโ€|โ€ขโ•โ•โ•ฎ โœฅโ”ˆโ”ˆโ€ขโ€ขโ—โ—‰โœžโ—‰โ—โ€ขโ€ขโ”ˆโ€ขโ€ขโœฅ @faruuHaara ........ @faruuHaaraa ........ โœฅโ”ˆโ”ˆโ€ขโ€ขโ—โ—‰โœžโ—‰โ—โ€ขโ€ขโ”ˆโ€ขโ€ขโœฅ โ•ฐโ•โ•โ€ข|โ€:โœžโœŸโœžโ€|โ€ขโ•โ•โ•ฏ
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 19โค 12๐Ÿฅฐ 1
Faaruu haaraa โ™ฆQulqulluu mika'elโ™ฆ Qulqulluu mika'elii Angafa ergamotaa Cimnee akkaa dhabannuuf Nuuf kadhadhuu mee goftaa (ร—2) """""""""""" Q. mika'eli,        jajabessaa namotaa  >> Rakkof furmataa laataa  >> Gandaa nurraa calaasaa  >>Gammachuu nu badhaasaa    >>Dani'elin mudamnaan >>Bayyee sittii inaafanii >>Moticha eyemsisuun >>Balesudhaf yadanii        """""""""""""" Q.mika'eli,         sorata nu argachunii   >> Lencota balleessani   >>Dani'elin qabanii   >>Achii kesaaa buusanii   >>Atoo kennaa ni qabdaa   >>Kan waqayyoo siif laatee   >>Barristee samii dhuftee   >>Afaan lencotaa cuftee             """""""""""""" Q.mika'eli,      hojii raajii rawattee >>Atii Israeli fii >> Faariyon arkaa basuuf >> Galaana addaan kuutefii >> Yaa gagessaa Israel >> Kan boojii jalaa baastee >> Nyaataa isaanif kahuun >> Mana samii arcastee             """""""""""""" Q.mika'eli,      xalayaa du'a kennen >>Mootiin bari'aniti >>Mika'el afuurasan >>Jijire jirenyaati >>Dubartii eebifamtuu >>Kan waqayyoo ishee wamattu >>Afaan miyawa jabesee >>Diina ishis qanesee             """"""""""""""" Q.mika'eli,      Akkumaa isaat gargaree >>Nuyinis nu gargaraa >> Du'a gidiraa kessaa >> Mika'el nu bararaa >> Kanaf maqa kee wamna >> Sanyiin addam hundumtu >> At waqayyoo kadhattee >> Dhiphurraa akkaa furtuu                 """"""""//""""""" Kan biroof ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡follow โ•โ•โ€ข|โ€:โœžโœŸโœžโ€|โ€ขโ•โ•โ•ฎ โœฅโ”ˆโ”ˆโ€ขโ€ขโ—โ—‰โœžโ—‰โ—โ€ขโ€ขโ”ˆโ€ขโ€ขโœฅ @faruuHaara ........ @faruuHaaraa ........ โœฅโ”ˆโ”ˆโ€ขโ€ขโ—โ—‰โœžโ—‰โ—โ€ขโ€ขโ”ˆโ€ขโ€ขโœฅ โ•ฐโ•โ•โ€ข|โ€:โœžโœŸโœžโ€|โ€ขโ•โ•โ•ฏ
Hammasini ko'rsatish...
Faaruu haaraa Qulqulluu mika'el Qulqulluu mika'elii Angafa ergamotaa Cimnee akkaa dhabannuuf Nuuf kadhadhuu mee goftaa (ร—2) """""""""""" Q. mika'eli, jajabessaa namotaa Rakkof furmataa laataa Gandaa nurraa calaasaa Gammachuu nu badhaasaa Dani'elin mudamnaan Bayyee sittii inaafanii Moticha eyemsisuun Balesudhaf yadanii """""""""""""" Q.mika'eli, sorata nu argachunii Lencota balleessani Dani'elin qabanii Achii kesaaa buusanii Atoo kennaa ni qabdaa Kan waqayyoo siif laatee Barristee samii dhuftee Afaan lencotaa cuftee """""""""""""" Q.mika'eli, hojii raajii rawattee Atii Israeli fii Faariyon arkaa basuuf Galaana addaan kuutefii Yaa gagessaa Israel Kan boojii jalaa baastee Nyaataa isaanif kahuun Mana samii arcastee """""""""""""" Q.mika'eli, xalayaa du'a kennen Mootiin bari'aniti Mika'el afuurasan Jijire jirenyaati Dubartii eebifamtuu Kan waqayyoo ishee wamattu Afaan miyawa jabesee Diina ishis qanesee """"""""""""""" Q.mika'eli, akkumaa isaat gargaree Nuyinis nu gargaraa Du'a gidiraa kessaa Mika'el nu bararaa Kanaf maqa kee wamna Sanyiin addam hundumtu At waqayyoo kadhattee Dhiphurraa akkaa furtuu """"""""//"""""""
Hammasini ko'rsatish...
โค 13๐Ÿ‘ 11๐Ÿฅฐ 2๐Ÿ™ 1
๐Ÿ•Š 8๐Ÿ‘ 2