uz
Feedback
Maaddaa Haraashii sh/Aadam Tuulaa

Maaddaa Haraashii sh/Aadam Tuulaa

Kanalga Telegram’da o‘tish

U can also contact us on Facebook page

Ko'proq ko'rsatish
675
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
Ma'lumot yo'q7 kun
Ma'lumot yo'q30 kun

Ma'lumot yuklanmoqda...

O'xshash kanallar
Ma'lumot yo'q
Muammo bormi? Iltimos, sahifani yangilang yoki bizning qo'llab-quvvatlash boshqaruvchimizga murojaat qiling>.
Taglar buluti
Ma'lumot yo'q
Muammo bormi? Iltimos, sahifani yangilang yoki bizning qo'llab-quvvatlash boshqaruvchimizga murojaat qiling>.
Kirish va chiqish esdaliklari
---
---
---
---
---
---
Obunachilarni jalb qilish
Dekabr '23
Dekabr '23
+12
0 kanalda
Noyabr '23
+10
0 kanalda
Get PRO
Oktabr '23
+26
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '23
+21
0 kanalda
Get PRO
Avgust '23
+96
0 kanalda
Get PRO
Iyul '23
+96
0 kanalda
Get PRO
Iyun '23
+48
0 kanalda
Get PRO
May '23
+14
0 kanalda
Get PRO
Aprel '23
+16
0 kanalda
Get PRO
Mart '23
+12
0 kanalda
Get PRO
Fevral '23
+12
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '23
+37
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '22
+12
0 kanalda
Get PRO
Noyabr '22
+41
0 kanalda
Get PRO
Oktabr '22
+53
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '22
+356
0 kanalda
Sana
Obunachilarni jalb qilish
Esdaliklar
Kanallar
29 Dekabr0
28 Dekabr0
27 Dekabr+1
26 Dekabr0
25 Dekabr0
24 Dekabr0
23 Dekabr0
22 Dekabr+1
21 Dekabr0
20 Dekabr0
19 Dekabr0
18 Dekabr0
17 Dekabr+1
16 Dekabr0
15 Dekabr+1
14 Dekabr0
13 Dekabr0
12 Dekabr+1
11 Dekabr0
10 Dekabr0
09 Dekabr0
08 Dekabr0
07 Dekabr+1
06 Dekabr0
05 Dekabr+2
04 Dekabr+2
03 Dekabr0
02 Dekabr+1
01 Dekabr+1
Kanal postlari
2
👉FURTUU MILKAA'INAA (Keys to Success) Namni kamiyyuu Jireenya milkaa'aa, karaa milkaa'aa fi Gabaa milkaa'aa Keessa jiraachuu akka barbaadu waan irratti mari'atamu miti. Milkaa'inaaf sababni:- haala jireenya maatii kee, haala biyya keetii fi iddoo jireenya keetii utuu hin ta'in, ✔️ Karoora, ✔️ Sagantaa, ✔️ yaadaa fi ✔️ Ilaalcha mataa keetiif qabdu irratti hundaa'a. 🔑 Furtuun Milkaa'inaa Dandeettii fi Humna qabduun haala kamiyyuu keessatti of jijjiiruuf kutannoo jijjiiramaaf ati gochuu qabduu dha. Mee har'aaf Wantoota 4 milkaa'inaaf barbaachisoo ta'an haa ilaallu: 1️⃣ Wanta barbaadduu fi eessa akka adeemtu murteessi! —(Decide what you want and where you want to go) 2️⃣ Galma xumuuraa qopheessi! Galmicha gahuuf karoorsi! —(Set a deadline and make plan to get there) 3️⃣ Karoora kee irratti hojjadhu! guyyaa guyyaadhaan kallattii galmichaatti imali! —(Take action on your plan; do something every day to move toward to your goal) 4️⃣ Hanga milkaa'inaatti Gonkumaa: 👉 hin dhaabatin! 👉 hin laafin !! 👉 Mogoleen si in bu'in! 👉 harka hin kennin! —(Until Succed, you will never give up ) https://www.facebook.com/profile.php?id=100088730481996
223
3
Matn yo'q...
282
4
𝘕𝘶𝘵𝘵𝘪𝘪 𝘮𝘶𝘴𝘭𝘪𝘮𝘰𝘯𝘪𝘪 𝘭𝘶𝘣𝘣𝘶𝘶 𝘵𝘢𝘬𝘬𝘢 𝘲𝘢𝘣𝘯𝘢 𝘛𝘢𝘬𝘬𝘪𝘵𝘪𝘯 𝘴𝘢𝘯𝘶 𝘪𝘴𝘭𝘢𝘢𝘮𝘶𝘮𝘮𝘢𝘢 𝘵𝘦𝘦�+1
𝘕𝘶𝘵𝘵𝘪𝘪 𝘮𝘶𝘴𝘭𝘪𝘮𝘰𝘯𝘪𝘪 𝘭𝘶𝘣𝘣𝘶𝘶 𝘵𝘢𝘬𝘬𝘢 𝘲𝘢𝘣𝘯𝘢 𝘛𝘢𝘬𝘬𝘪𝘵𝘪𝘯 𝘴𝘢𝘯𝘶 𝘪𝘴𝘭𝘢𝘢𝘮𝘶𝘮𝘮𝘢𝘢 𝘵𝘦𝘦𝘯𝘺𝘢𝘢𝘧 𝘲𝘢𝘣𝘯𝘢 #MashaAllah
298
5
Namni Bakka bu'aa Sheeka keenya Sheikh Aadam Tuulaa (rahimahullaah) qubsiise akka nama Sheikh Aadam Qubsiiseeti. Sheikh Daawi
Namni Bakka bu'aa Sheeka keenya Sheikh Aadam Tuulaa (rahimahullaah) qubsiise akka nama Sheikh Aadam Qubsiiseeti. Sheikh Daawid qubsiisuun Jaalalaa fi Kaayyoo Sheeka keenyaa haa mirkaneessinuu✍️
358
6
Matn yo'q...
464
7
Deebisaa qormaata barattoota maaddaa haraashii sheekh Aadam tuula waggaa lammaffaa marsaa lammaffaa
Deebisaa qormaata barattoota maaddaa haraashii sheekh Aadam tuula waggaa lammaffaa marsaa lammaffaa
365
8
Qormaata barattoota maaddaa haraashii sheekh Aadam tuula waggaa lammaffaa marsaa lammaffaa+1
Qormaata barattoota maaddaa haraashii sheekh Aadam tuula waggaa lammaffaa marsaa lammaffaa
350
9
Qormaata barattoota maaddaa haraashii sheekh Aadam tuula kan bakka bu'aa isaa Sheekh Daawwid mahamediin adeemsifamaa jiru wag+1
Qormaata barattoota maaddaa haraashii sheekh Aadam tuula kan bakka bu'aa isaa Sheekh Daawwid mahamediin adeemsifamaa jiru waggaa tokkoffaa marsaa lammaffaa
406
10
Matn yo'q...
755
11
Matn yo'q...
284
12
https://www.youtube.com/@majlisashaadamtuulaa
https://www.youtube.com/@majlisashaadamtuulaa
256
13
Haasawa akka malee onnee nutuqe amaanaa ati nurra keessee deemte hanga dandeeytii teenyaatti ni tattaafanna rabbiin nu haa ga
Haasawa akka malee onnee nutuqe amaanaa ati nurra keessee deemte hanga dandeeytii teenyaatti ni tattaafanna rabbiin nu haa gargaaru qubsuma tee ollaa ergamaa rabbii s.a.w siif haa godhu
297
14
Karaa daddaba tokko hin qabne, kan wal ganuu fi ol'aantummaa walirratti barbaaduun keessa hin jirre Karaa Rabbii fi Ergamaa i
Karaa daddaba tokko hin qabne, kan wal ganuu fi ol'aantummaa walirratti barbaaduun keessa hin jirre Karaa Rabbii fi Ergamaa isaa qofa ﷺ Yaa Rabbi Daandii milkii tanarra nu kaahii irratti nu jiraachisii, irratti khaatimaa nu tolchi🤲 Sheekni keenya Abbaan keenya gaafa nukeessa jiran daandii tanarra deemuu fi irratti jiraachuu nu barsiisanii, nuu dhaaman. Nuutiis warra dhaamsa isaanii hojitti hiikaa, itti jiraatu nuhaa godhu. Rabbiin Sheeka keenya quubsuma isaa ollaa Nabiiyyii ﷺ haa godhu.🤲
275
15
tiktok.com/@haraashii
267
16
akkami tuqamaa ergamaan aalamaa #Sallallaahu Aleeyhi Wasallam yaa nama ergamaa rabbii tuqu #abi lahabb fakkeenya siif haa tah
akkami tuqamaa ergamaan aalamaa #Sallallaahu Aleeyhi Wasallam yaa nama ergamaa rabbii tuqu #abi lahabb fakkeenya siif haa tahu #addunyaarratti #sitiqqeessa dhageeffadhu mee🦻🦻
254
17
barattoota maaddaa haraashii qofa ilaallata
barattoota maaddaa haraashii qofa ilaallata
373
18
Gaggeessitoonni Maaddaa Haraashii qubsuma bakka bu'aa sheekh Aadam tuulaa irratti maal ja'an https://www.youtube.com/@majlisa
Gaggeessitoonni Maaddaa Haraashii qubsuma bakka bu'aa sheekh Aadam tuulaa irratti maal ja'an https://www.youtube.com/@majlisashaadamtuulaa
270
19
KAROORA DURAA HAA GODHANNU !!! Obboleewwan keenya tokko tokko kan salaatni itti ulfaatuun, ‘Maaf hin salaanne?’ jettanii yoo gaafattan, ‘aboo bar uffata xahaaraa hin qabu. Miicadheetiin salaata’ isiniin jedha. ‘Yoom miiccatta?’ yoo jettaniin ammoo, ‘galee miicadhee, ammuma jalqaba’ jedhee isinii deebisa. Kana caala yoo gaafattan kan sababaa qabu akkuma jiru, kan salaaftee cinqamus numa jira. Kun sossobbii sheeyxanaati. Sheeyxaanni sababaa hin taane qalbii keessa nu yaasee, ibaadaarraa akka fagaannu nu taasisa. Namuma salaatuun, ‘aboo tafsiira qur’aanaa haa qaraanu, kitaaba haa qaraanu’ yoo jettaniin, ‘aboo bar qur’aana bal’aa kan irratti barreeffachuuf tolu barbaadaa jira. Isa biteet jalqabna. Ykn ammoo sagantaa wahii of harkaa qaba, isii xumuree jennaan, nin jalqaba’ jedhee deebisa. An wantootni kunniin hedduminaan na qunnamanii jiran. Guyyaa boruu qaamni waadaa nuu seene hin jiru. Guyyaa duunu kan nutti himes hin jiru. Kanaafuu salaatas ta’e diinii barachuu boriif dabarsuun hin ta’u. Rabbi (SW) guyyaa hunda akka gara isaa deebinu nurraa barbaada. Haga feene turree itti deebinus, haga feene balleessinee, itti deebinus inni nu hin didu. Kanaafuu ta amma dura dabarte akkasumatti dhiisnee, ammumarraa kaasnee diinal islaamiin karoora duraa haa godhannu. Rabbi ibaadaa Nuuf haa laaffisu
295
20
Matn yo'q...
340