Maaddaa Haraashii sh/Aadam Tuulaa
前往频道在 Telegram
675
订阅者
无数据24 小时
无数据7 天
无数据30 天
吸引订阅者
十二月 '2312月 '23
十二月 '23
+12
在0个频道中
十一月 '23
+10
在0个频道中
Get PRO
十月 '23
+26
在0个频道中
Get PRO
九月 '23
+21
在0个频道中
Get PRO
八月 '23
+96
在0个频道中
Get PRO
七月 '23
+96
在0个频道中
Get PRO
六月 '23
+48
在0个频道中
Get PRO
五月 '23
+14
在0个频道中
Get PRO
四月 '23
+16
在0个频道中
Get PRO
三月 '23
+12
在0个频道中
Get PRO
二月 '23
+12
在0个频道中
Get PRO
一月 '23
+37
在0个频道中
Get PRO
十二月 '22
+12
在0个频道中
Get PRO
十一月 '22
+41
在0个频道中
Get PRO
十月 '22
+53
在0个频道中
Get PRO
九月 '22
+356
在0个频道中
| 日期 | 订阅者增长 | 提及 | 频道 | |
| 29 十二月 | 0 | |||
| 28 十二月 | 0 | |||
| 27 十二月 | +1 | |||
| 26 十二月 | 0 | |||
| 25 十二月 | 0 | |||
| 24 十二月 | 0 | |||
| 23 十二月 | 0 | |||
| 22 十二月 | +1 | |||
| 21 十二月 | 0 | |||
| 20 十二月 | 0 | |||
| 19 十二月 | 0 | |||
| 18 十二月 | 0 | |||
| 17 十二月 | +1 | |||
| 16 十二月 | 0 | |||
| 15 十二月 | +1 | |||
| 14 十二月 | 0 | |||
| 13 十二月 | 0 | |||
| 12 十二月 | +1 | |||
| 11 十二月 | 0 | |||
| 10 十二月 | 0 | |||
| 09 十二月 | 0 | |||
| 08 十二月 | 0 | |||
| 07 十二月 | +1 | |||
| 06 十二月 | 0 | |||
| 05 十二月 | +2 | |||
| 04 十二月 | +2 | |||
| 03 十二月 | 0 | |||
| 02 十二月 | +1 | |||
| 01 十二月 | +1 |
频道帖子
| 2 | 👉FURTUU MILKAA'INAA
(Keys to Success)
Namni kamiyyuu Jireenya milkaa'aa, karaa milkaa'aa fi Gabaa milkaa'aa Keessa jiraachuu akka barbaadu waan irratti mari'atamu miti.
Milkaa'inaaf sababni:- haala jireenya maatii kee, haala biyya keetii fi iddoo jireenya keetii utuu hin ta'in,
✔️ Karoora,
✔️ Sagantaa,
✔️ yaadaa fi
✔️ Ilaalcha mataa keetiif qabdu irratti hundaa'a.
🔑 Furtuun Milkaa'inaa Dandeettii fi Humna qabduun haala kamiyyuu keessatti of jijjiiruuf kutannoo jijjiiramaaf ati gochuu qabduu dha.
Mee har'aaf Wantoota 4 milkaa'inaaf barbaachisoo ta'an haa ilaallu:
1️⃣ Wanta barbaadduu fi eessa akka adeemtu murteessi!
—(Decide what you want and where you want to go)
2️⃣ Galma xumuuraa qopheessi! Galmicha gahuuf karoorsi!
—(Set a deadline and make plan to get there)
3️⃣ Karoora kee irratti hojjadhu! guyyaa guyyaadhaan kallattii galmichaatti imali!
—(Take action on your plan; do something every day to move toward to your goal)
4️⃣ Hanga milkaa'inaatti Gonkumaa:
👉 hin dhaabatin!
👉 hin laafin !!
👉 Mogoleen si in bu'in!
👉 harka hin kennin!
—(Until Succed, you will never give up )
https://www.facebook.com/profile.php?id=100088730481996 | 223 |
| 3 | 没有文字... | 282 |
| 4 | 𝘕𝘶𝘵𝘵𝘪𝘪 𝘮𝘶𝘴𝘭𝘪𝘮𝘰𝘯𝘪𝘪 𝘭𝘶𝘣𝘣𝘶𝘶 𝘵𝘢𝘬𝘬𝘢 𝘲𝘢𝘣𝘯𝘢
𝘛𝘢𝘬𝘬𝘪𝘵𝘪𝘯 𝘴𝘢𝘯𝘶 𝘪𝘴𝘭𝘢𝘢𝘮𝘶𝘮𝘮𝘢𝘢 𝘵𝘦𝘦𝘯𝘺𝘢𝘢𝘧 𝘲𝘢𝘣𝘯𝘢 #MashaAllah | 298 |
| 5 | Namni Bakka bu'aa Sheeka keenya Sheikh Aadam Tuulaa (rahimahullaah) qubsiise akka nama Sheikh Aadam Qubsiiseeti.
Sheikh Daawid qubsiisuun Jaalalaa fi Kaayyoo Sheeka keenyaa haa mirkaneessinuu✍️ | 358 |
| 6 | 没有文字... | 464 |
| 7 | Deebisaa qormaata barattoota maaddaa haraashii sheekh Aadam tuula waggaa lammaffaa marsaa lammaffaa | 365 |
| 8 | Qormaata barattoota maaddaa haraashii sheekh Aadam tuula waggaa lammaffaa marsaa lammaffaa | 350 |
| 9 | Qormaata barattoota maaddaa haraashii sheekh Aadam tuula kan bakka bu'aa isaa Sheekh Daawwid mahamediin adeemsifamaa jiru waggaa tokkoffaa marsaa lammaffaa | 406 |
| 10 | 没有文字... | 755 |
| 11 | 没有文字... | 284 |
| 12 | https://www.youtube.com/@majlisashaadamtuulaa | 256 |
| 13 | Haasawa akka malee onnee nutuqe amaanaa ati nurra keessee deemte hanga dandeeytii teenyaatti ni tattaafanna rabbiin nu haa gargaaru qubsuma tee ollaa ergamaa rabbii s.a.w siif haa godhu | 297 |
| 14 | Karaa daddaba tokko hin qabne, kan wal ganuu fi ol'aantummaa walirratti barbaaduun keessa hin jirre Karaa Rabbii fi Ergamaa isaa qofa ﷺ
Yaa Rabbi Daandii milkii tanarra nu kaahii irratti nu jiraachisii, irratti khaatimaa nu tolchi🤲
Sheekni keenya Abbaan keenya gaafa nukeessa jiran daandii tanarra deemuu fi irratti jiraachuu nu barsiisanii, nuu dhaaman. Nuutiis warra dhaamsa isaanii hojitti hiikaa, itti jiraatu nuhaa godhu. Rabbiin Sheeka keenya quubsuma isaa ollaa Nabiiyyii ﷺ haa godhu.🤲 | 275 |
| 15 | tiktok.com/@haraashii | 267 |
| 16 | akkami tuqamaa ergamaan aalamaa #Sallallaahu Aleeyhi Wasallam yaa nama ergamaa rabbii tuqu #abi lahabb fakkeenya siif haa tahu #addunyaarratti #sitiqqeessa dhageeffadhu mee🦻🦻 | 254 |
| 17 | barattoota maaddaa haraashii qofa ilaallata | 373 |
| 18 | Gaggeessitoonni Maaddaa Haraashii qubsuma bakka bu'aa sheekh Aadam tuulaa irratti maal ja'an
https://www.youtube.com/@majlisashaadamtuulaa | 270 |
| 19 | KAROORA DURAA HAA GODHANNU !!!
Obboleewwan keenya tokko tokko kan salaatni itti ulfaatuun, ‘Maaf hin salaanne?’ jettanii yoo gaafattan, ‘aboo bar uffata xahaaraa hin qabu. Miicadheetiin salaata’ isiniin jedha. ‘Yoom miiccatta?’ yoo jettaniin ammoo, ‘galee miicadhee, ammuma jalqaba’ jedhee isinii deebisa. Kana caala yoo gaafattan kan sababaa qabu akkuma jiru, kan salaaftee cinqamus numa jira. Kun sossobbii sheeyxanaati. Sheeyxaanni sababaa hin taane qalbii keessa nu yaasee, ibaadaarraa akka fagaannu nu taasisa.
Namuma salaatuun, ‘aboo tafsiira qur’aanaa haa qaraanu, kitaaba haa qaraanu’ yoo jettaniin, ‘aboo bar qur’aana bal’aa kan irratti barreeffachuuf tolu barbaadaa jira. Isa biteet jalqabna. Ykn ammoo sagantaa wahii of harkaa qaba, isii xumuree jennaan, nin jalqaba’ jedhee deebisa. An wantootni kunniin hedduminaan na qunnamanii jiran.
Guyyaa boruu qaamni waadaa nuu seene hin jiru. Guyyaa duunu kan nutti himes hin jiru. Kanaafuu salaatas ta’e diinii barachuu boriif dabarsuun hin ta’u. Rabbi (SW) guyyaa hunda akka gara isaa deebinu nurraa barbaada. Haga feene turree itti deebinus, haga feene balleessinee, itti deebinus inni nu hin didu. Kanaafuu ta amma dura dabarte akkasumatti dhiisnee, ammumarraa kaasnee diinal islaamiin karoora duraa haa godhannu.
Rabbi ibaadaa Nuuf haa laaffisu | 295 |
| 20 | 没有文字... | 340 |
