Ambo University And College's Public Campus Ministry (AUCPCM)
Kanalga Telegram’da o‘tish
This is Ambo University and Colleges Seventh-day Adventist PCM official telegram channel! contact @Komilkins 0952800504
Ko'proq ko'rsatish373
Obunachilar
-124 soatlar
Ma'lumot yo'q7 kun
+930 kun
Postlar arxiv
Duraan dursee isa hangafa hojii kanaa ta'eef waaqayyoof galanni guddaan haa ta'u.
Inni warrootuma xixinnayyoo ta'aniin dinqiisaa hojjetta waa'ee sagantaa har'aatiif waaqayyo Galata haa argatu.
Kanatti aansuun Obbolootakoo
Milkoo,Faarfataa gameessa keenya Girmaayee,Firaa'ol,Roobsan,Surraa,Koree pcm hundaa,Guutummaa Maatii waldoolee adiveentistii Amboo fi Miseensota AUCPCM hundaa jaarsolii waldaa,daaqonoota, Harmooti, wangeelaawwota fi Luboota keenya maraa tumsa keessan har'aaf Dadhabbiin keessan gatiinsaa samaayii haa ta'u jechuu jaallanna!
Isin dhugumatti maatii jaalalati akkuma isin hojii gooftaa isa ulfina qabeessa kana hojjechuu filattaniifi jaallattan
waaqayyoommoo hojii keessanitti darbee siniif haa hojjetu ulfaadhaa tarii namoota hundaa maqaa isaanii katabuun yoo ulfaatellee kanneen hojii kanatti dadhabdan marti keessanuu eebbifamaa dhimmoota sagantaalee har'aa waliin wal qabatan kan irratti yaada siniif kenninu bal'aasaatu jira kanaafiyyuu isaa marsaa itti aanuun walitti deebina fayyaa ta'aa.
Duraan dursee isa hangafa hojii kanaa ta'eef waaqayyoof galanni guddaan haa ta'u.
Inni warrootuma xixinnayyoo ta'aniin dinqiisaa hojjetta waa'ee sagantaa har'aatiif waaqayyo Galata haa argatu.
Kanatti aansuun Obbolootakoo
Milkoo
Faarfataa gameessa keenya Girmaayee
Firaa'ol
Roobsan
Surraa
Koree pcm hundaa
Guutummaa Maatii waldoolee adiveentistii Amboo fi Miseensota AUCPCM hundaa jaarsolii waldaa,daaqonoota, Harmooti, wangeelaawwota fi Luboota keenya maraa tumsa keessan har'aaf
Dadhabbiin keessan gatiinsaa samaayii haa ta'u jechuu jaallanna!
Isin dhugumatti maatii jaalalati akkuma isin hojii gooftaa isa ulfina qabeessa kana hojjechuu filattaniifi jaallattan waaqayyoommoo hojii keessanitti darbee siniif haa hojjetu ulfaadhaa tarii namoota hundaa maqaa isaanii katabuun yoo ulfaatellee kanneen hojii kanatti dadhabdan marti keessanuu eebbifamaa dhimmoota sagantaalee har'aa waliin wal qabatan kan irratti yaada siniif kenninu bal'aasaatu jira kanaafiyyuu isaa marsaa itti aanuun walitti deebina fayyaa ta'aa.😊
🔴Hundumti keessan Affeeramtanii jirtu🔴
🔸All you are invited🔹Sanbata dura keenya jiru jechuunis Onkoloolessa 21/2019 Sagantaa simannaa barattoota haaraa Yuuniversiitii fi Koollejjiiwwan Amboo isaan qaqqabe simachuuf karaa gurmuu AUCPCM'tiin qophaa'e jiru irratti jiraattonni magaalaa Amboo fi naannoo isheetti argamtan marti keessanuu akka argamattaniif hirmaattuu eebba sagantaa kanaa akka taataniif Affeerraa siniif taasisu. Marree isinis irraa hin hafiinaa😊
🔸ሁሉም በክብር ተጋብዘዋል🔹
መጪው ቅዳሜ ማለትም ጥቅምት 21/2019 ዓ.ም ወደ አምቦ ዩኒቨርሲቲ እና ኮሌጆች አዲስ ገቢ ተማሪዎች ለመቀበልና ለማስተናገድ በ«AUCPCM» ማስተባበሪያ ቡድን የተዘጋጀው የእንኳን ደህና መጣችሁ መርሃ-ግብር ላይ የአምቦ ከተማ እና አካባቢዋ ነዋሪዎች በሙሉ እንዲገኙና የዚህ መርሃ-ግብር የደስታ ተካፋይ እንዲሆኑ ጥሪ ቀርቦላችኋል። እንግዲህ እናንተም ከዚህ መርሃ-ግብር እንዳትቀሩ ተጋብዘዋል ::🙏
🔥😊Dencha Sanbata
lo''o Sanbata
happy sabbath
Sanbata gaarii
መልካም ሰንበት
ሓጎስ ሰንበት🙏🙌
Repost from Registrar Office, Ambo University
📌 NOTICE
To All First Year (Freshman Program) Students:
The registration schedule for the 2026/2027 academic year will take place from October 26 to October 27, 2026.
Please report to your assigned campus as specified below.
• Natural Science Stream: Hachalu Hundessa Campus, Ambo.
• Social Science Stream:
Main Campus, Ambo.
Office of the Registrar
💥 Channel: @registrarambo
💬 Chat: @FAQ_response
BARATTOOTA HAARAA ADIVEENTISTII BARA KANA( 2019 A.L.I ) YUUNIVARSITII AMBOO'TTI RAMADAMTANIIFI KOOLLEEJJOOTA MAGAALICHA KEESSATTI ARGAMAN IRRAA BARACHUUF GALMA'AA JIRTAN MARAAF!
Duraan dursa Waaqa isa angafa milkaa'ina keessanii ta'ee sadarkaa kana irra akka geessan isin taasise guddaa galateeffanna! Fedha Waaqayyoo ta'ee gara keenyatti kan ramadamtan hunduu baga milkooftan, baga carroomtan jenna.
Nutis akka AUCPCM( Ambo University And College's Public Campus Ministry ) simannaa ho'aafi bareedaa ta'e isiniif gochuuf qophee barbaachisu xumuruu keenya gamanumaan isin beeksisuu jaallanna. Maarree barattoonni keenya bara kana gara Yuunivarsiitii Ambootti ramadamtaniifi Koollejjiiwwan Amboo jiran keessaa barachuuf sochii irra jirtan martuu, amma irraa eegaluun haalota isiniif mijeessinu waan qabnuuf ergaan kun akka isin qaqqabeen bilbila armaan gadii irratti bilbiluun akka nu quunnamtan jaalala Gooftaan isin gaafanna
➡️MAIN CAMPUS
TINSAYE MESFIN 0951426797
HABTAMUU TAMESGEN 0940995902
➡️HACHALU HUNDESSA CAMPUS
MILKESSA AGA 0952800504
BARECHA DAMXO 0947215463
SAMUEL BEGNA+251956286923
➡️KOLLEJJI AMBOO KEESSATTI ARGAMANIIF
FIRA'OL BIRANU 0965464233
UMERAN REGASA 0940708572
Waan abboomamtaniif ammoo eebbifamaa!
@aucpcm
በ 2019 የትምህርት ዘመን በ አምቦ ዩንቨርስቲ ለተመደባችሁ
ዉድ የ አድቬንቲስት ታማሪዎች በ
ቅድሚያ እንኳን ደስ አለችሁ ላምለት እንወዳለን
ባማሆኑም እኛ የ አምቦ PCM (አምቦ ዩኒቨርሲቲ እና ኮሌጅ አድቬንቲስት ታማሪዎች ህብረት እናንተን ዉድ ታማሪዎች ለመቀበል ዝግጅት አጠናቀን እየጠበቅናችሁ እንገኛለን
ለበለጠ መረጃ
ከ ታች ባሉ ስልክ ቁጥሮች ይደዉሉ
➡️ ዋና ካምፓስ
ትንሳዬ መስፍን — 0951426797
ሐብታሙ ታመሰገን — 0940995902
➡️ ሐጫሉ ሁንዴሳ ካምፓስ
ሚልኬሳ — 0952800504
ባሬቻ — 0947215463
ሳሙኤል — +251956286923
AUCPCM
To all the new students assigned to Ambo University in 2019, as well as to all Adventist students enrolled in colleges in the city!
We truly thank our God, who made it possible every thing for us. We are happy that you have been assigned to our yard as the Lord's will. We, the AUCPCM (Ambo University & Collage's Public Campus Ministry), would like to inform you that we have already completed our preparations to give you a warm welcome. Therefore, we would like to ask you to contact us by the phone number below.
For those who're assigned to Hachalu Hundessa Campus(Natural Science Students):
-MILKESSA AGA 0952800504
-BARECHA DAMTO 0947215463
-SAMUEL BEGNA+251956286923
For those assigned to the Main Campus (Social Science Students):
TINSAYE MESFIN 0951426797
HABTAMUU TAMESGEN 0940995902
Lord bless you for your willingness !!!
@aucpcm
📱 GALAANA FAARUU SDA
🎶 Faaruu Afaan Oromoo fi Amaariffaan walitti fiduuf kan qophaa’e app haaraa.Waldoota hedduu irraa giddu galeeffatee kan qophaa'ee fi barattoota Universityfillee kan caalmaatti mijatu,
GALAANA FAARUU SDA-Apk
🙏 Yeroo kamiyyuu faaruuwwan jaallattu argachuu fi dubbisuuf
📖 Faaruuwwan karaa salphaa fi qindaa’een itti fayyadamuuf
📝 Yaadannoo dhuunfaa kee barreessuu fi kuusuu
🌙 Dark Mode fayyadamuuf
🏫 SDA Social Network keessatti manneen barumsaa, kolleejjota, yunivarsiitiiwwan, hospitaalota fi kilinikoota SDA beekamoo argachuuf
⛪ Odeeffannoo fi qabeenyaalee hawaasa SDA waliin wal qunnamsiisuuf
✨ Qabiyyee isaa keessaa:
🎵 Faaruuwwan Afaan Oromoo 140
🎵 Faaruuwwan Afaan Amaaraa 50
🔍 Search
📝 Yaadannoo Koo
🌙 Dark/Light Mode
🏫 SDA Social Network
💚 Kaayyoon app kanaa faaruu fi quunnamtiiwwan Garaa garaa qabeenya SDA guyyaa guyyaa keessatti kan dhiyeessu ta'a.
📲GALAANA FAARUU SDA
🙏 App kana fayyadamaa, hiriyoota keessaniifis qoodaa.
💚🎶 Waaqayyo isin haa eebbisu!
