ar
Feedback

لا تقع ضحية للمخادعين! تيليمتريو يكتشف ويُميّز هذه القنوات 👉 إذا كنت تريد رؤية العلامة، اشترك

Ambo University And College's Public Campus Ministry (AUCPCM)

Ambo University And College's Public Campus Ministry (AUCPCM)

الذهاب إلى القناة على Telegram

This is Ambo University and Colleges Seventh-day Adventist PCM official telegram channel! contact @Komilkins 0952800504

إظهار المزيد
373
المشتركون
+124 ساعات
+17 أيام
+1030 أيام
أرشيف المشاركات
Waaqayyoof galanni guddaan haa ta'u! Sanbata darbe waldaa Adiveentistii Guyyaa 7ffaa Amboo, Beeteelitti sagantaa addaa seenaa
+9
Waaqayyoof galanni guddaan haa ta'u! Sanbata darbe waldaa Adiveentistii Guyyaa 7ffaa Amboo, Beeteelitti sagantaa addaa seenaa yaadannoo hirbaata qulqulluu, akkasumas sagantaa tokkummaa maatii waldaa beeteefi Barattootaa gidduu jiru cimsu kan qabaanne yeroo ta'u,addumaan maatii waldaa beeteel Jaalalaafi kunuunsa keessan maraaf waaqayyo dachaa sin haa eebbisu jechuu jaallanna akka kanaatti yeroo seena qabeessa kana akka qabaannuutiif isa taasise waaqayyoof galanni haa ta'u🙏😊

Duraan dursee isa hangafa hojii kanaa ta'eef waaqayyoof galanni guddaan haa ta'u. Inni warrootuma xixinnayyoo ta'aniin dinqii
Duraan dursee isa hangafa hojii kanaa ta'eef waaqayyoof galanni guddaan haa ta'u. Inni warrootuma xixinnayyoo ta'aniin dinqiisaa hojjetta waa'ee sagantaa har'aatiif waaqayyo Galata haa argatu. Kanatti aansuun Obbolootakoo Milkoo,Faarfataa gameessa keenya Girmaayee,Firaa'ol,Roobsan,Surraa,Koree pcm hundaa,Guutummaa Maatii waldoolee adiveentistii Amboo fi Miseensota AUCPCM hundaa jaarsolii waldaa,daaqonoota, Harmooti, wangeelaawwota fi Luboota keenya maraa tumsa keessan har'aaf Dadhabbiin keessan gatiinsaa samaayii haa ta'u jechuu jaallanna! Isin dhugumatti maatii jaalalati akkuma isin hojii gooftaa isa ulfina qabeessa kana hojjechuu filattaniifi jaallattan waaqayyoommoo hojii keessanitti darbee siniif haa hojjetu ulfaadhaa tarii namoota hundaa maqaa isaanii katabuun yoo ulfaatellee kanneen hojii kanatti dadhabdan marti keessanuu eebbifamaa dhimmoota sagantaalee har'aa waliin wal qabatan kan irratti yaada siniif kenninu bal'aasaatu jira kanaafiyyuu isaa marsaa itti aanuun walitti deebina fayyaa ta'aa.

Duraan dursee isa hangafa hojii kanaa ta'eef waaqayyoof galanni guddaan haa ta'u. Inni warrootuma xixinnayyoo ta'aniin dinqii
Duraan dursee isa hangafa hojii kanaa ta'eef waaqayyoof galanni guddaan haa ta'u. Inni warrootuma xixinnayyoo ta'aniin dinqiisaa hojjetta waa'ee sagantaa har'aatiif waaqayyo Galata haa argatu. Kanatti aansuun Obbolootakoo Milkoo Faarfataa gameessa keenya Girmaayee Firaa'ol Roobsan Surraa Koree pcm hundaa Guutummaa Maatii waldoolee adiveentistii Amboo fi Miseensota AUCPCM hundaa jaarsolii waldaa,daaqonoota, Harmooti, wangeelaawwota fi Luboota keenya maraa tumsa keessan har'aaf Dadhabbiin keessan gatiinsaa samaayii haa ta'u jechuu jaallanna! Isin dhugumatti maatii jaalalati akkuma isin hojii gooftaa isa ulfina qabeessa kana hojjechuu filattaniifi jaallattan waaqayyoommoo hojii keessanitti darbee siniif haa hojjetu ulfaadhaa tarii namoota hundaa maqaa isaanii katabuun yoo ulfaatellee kanneen hojii kanatti dadhabdan marti keessanuu eebbifamaa dhimmoota sagantaalee har'aa waliin wal qabatan kan irratti yaada siniif kenninu bal'aasaatu jira kanaafiyyuu isaa marsaa itti aanuun walitti deebina fayyaa ta'aa.😊

Are you ready tonight🔥🔥
Are you ready tonight🔥🔥

20261029_080715.jpg2.21 MB