cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

🕊 Risalat Al-Rasuul ﷺ Official

Risalat Al-Islamiya Official Da3wa Center fb.me/Risala1442 t.me/Risala1442

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
403
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
Ma'lumot yo'q7 kunlar
Ma'lumot yo'q30 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

00:20
Video unavailableShow in Telegram
🦋🦋. Jannanni hoo akkami laata?. 🍁🍂. اللهم إنّا نسألك الفردوس الأعلى.... https://t.me/al_suniy/2146
Hammasini ko'rsatish...
1.38 MB
🌱. Irra Guddaa fii irra Fayyadaan Tola Namatti Ooluu kan Namoota Dhimma Diin isaanii keessaatti isaan qajeelchuu, Waan wallaalan isaan barsiisuufii waan irraa Dagatan isaan Yaadachiisu ga'u tokkolleen hin jiru." 🍃Sheikh Abdurrahman Ibn Nasir Al-Ssiعdii [Rahimahullah]. الفتاوى السّعدية (صـ 626).
Hammasini ko'rsatish...
03:07
Video unavailableShow in Telegram
5.45 MB
01:00
Video unavailableShow in Telegram
2.99 MB
✍🏻🖌. Towhiida qabaachuu wajjiin Gara isaatti Namoota yaamuun dirqama. Yoo kana hin ta'in [ towhiidni] namichaa hir'uudha. Kuniis Namni Karaa towhiidaa filatee irra deeme kun, karaan kun irra caalaa karaati jechuu beekeeti Malee akkanumatti akkan hin taane shakkiin tokko hin jirtu. Yoo akki inni jedhee yaadu kun dhugaa ta'e ; Gara towhiida kanaatti Nama yaamuun isaa hafiinsan qabu. Gara " Allaahaa Malee gabbaramaan haqaa hin jiru" jechuu Ragaa bahuutti Nama yaamuun Guutumiinsa towhiidaa irraayi. Isaan Malee towhiidni Namaa hin guutamu. *". *« لا بد مع التوحيد من الدعوة إليه، وإلاّ كان ناقصًا، ولا ريب أن هذا الذي سلك سبيل التوحيد لم يسلكه إلاّ وهو يرىٰ أنه أفضل سبيل، وإذا كان صادقًا في اعتقاده، فلا بدّ أن يكون داعياً إليه، والدعاء إلى شهادة أن لا إلٰه إلّا الله من تمام التوحيد، ولا يتمّ التوحيد إلاّ به » .* ✍🏼 قال العلامة ابن العثيمين - رحمه الله - 📚 |[ المصدر: «القول المفيد» ص (١٢٨/١) ]| https://t.me/al_suniy/2119
Hammasini ko'rsatish...
🕊بـن يـــونس الأنصـاري🕊

✍🏻🖌. Towhiida qabaachuu wajjiin Gara isaatti Namoota yaamuun dirqama. Yoo kana hin ta'in [ towhiidni] namichaa hir'uudha. Kuniis Namni Karaa towhiidaa filatee irra deeme kun, karaan kun irra caalaa karaati jechuu beekeeti Malee akkanumatti akkan hin taane shakkiin tokko hin jirtu. Yoo akki inni jedhee yaadu kun dhugaa ta'e ; Gara towhiida kanaatti Nama yaamuun isaa hafiinsan qabu. Gara " Allaahaa Malee gabbaramaan haqaa hin jiru" jechuu Ragaa bahuutti Nama yaamuun Guutumiinsa towhiidaa irraayi. Isaan Malee towhiidni Namaa hin guutamu. *". *« لا بد مع التوحيد من الدعوة إليه، وإلاّ كان ناقصًا، ولا ريب أن هذا الذي سلك سبيل التوحيد لم يسلكه إلاّ وهو يرىٰ أنه أفضل سبيل، وإذا كان صادقًا في اعتقاده، فلا بدّ أن يكون داعياً إليه، والدعاء إلى شهادة أن لا إلٰه إلّا الله من تمام التوحيد، ولا يتمّ التوحيد إلاّ به » .* ✍🏼 قال العلامة ابن العثيمين - رحمه الله - 📚 |[ المصدر: «القول المفيد» ص (١٢٨/١) ]|

https://t.me/al_suniy/2119

✍🏻📃__||°. Bakkuma hundattuu Namootaaf Diin isaanii isaaniif ibsuun, Maalummaa towhiidaa fii Maalummaa shirkii isaaniif galchuun Dirqama Warra beekumsa qaban irra jiruudha; Akkasumas Karaalee shirkii keessa ittiin bu'anii fii gosoota bid'aa isaan Gidduutti argamtu akka irraa sodaatanii eeggataniif jecha Namootaaf ibsuun Dirqama Namoota ilmii qaban irra jiruudha. " *« فالواجب على أهل العلم في كل مكان أن يوضحوا للناس دينهم وأن يبينوا لهم حقيقة التوحيد، وحقيقة الشرك، كما يجب على أهل العلم أن يوضحوا للناس وسائل الشرك وأنواع البدع الواقعة بينهم حتى يحذروها » .* ✍🏼 ‏قال العلامة ابن باز - رحمه الله تعالى 📚 |[ المصدر: « مجموع الفتاوى » (٤٥/٧) ]| https://t.me/al_suniy/2118
Hammasini ko'rsatish...
🕊بـن يـــونس الأنصـاري🕊

✍🏻📃__||°. Bakkuma hundattuu Namootaaf Diin isaanii isaaniif ibsuun, Maalummaa towhiidaa fii Maalummaa shirkii isaaniif galchuun Dirqama Warra beekumsa qaban irra jiruudha; Akkasumas Karaalee shirkii keessa ittiin bu'anii fii gosoota bid'aa isaan Gidduutti argamtu akka irraa sodaatanii eeggataniif jecha Namootaaf ibsuun Dirqama Namoota ilmii qaban irra jiruudha. " *« فالواجب على أهل العلم في كل مكان أن يوضحوا للناس دينهم وأن يبينوا لهم حقيقة التوحيد، وحقيقة الشرك، كما يجب على أهل العلم أن يوضحوا للناس وسائل الشرك وأنواع البدع الواقعة بينهم حتى يحذروها » .* ✍🏼 ‏قال العلامة ابن باز - رحمه الله تعالى 📚 |[ المصدر: « مجموع الفتاوى » (٤٥/٧) ]|

https://t.me/al_suniy/2118

📃✍🏻__°. Namni Muslimaa kan beekumsa shari'aatirraa waa barate tokko Osoo Namoonni [ beekumsa barate sanitti] haajamuu arguu Isaanirratti Callisuun hin danda'amtu. Keessumaa [Yoo haajaan namootaa] Dhimma beekumsa towhiidaa fii beekumsa aqiidaa taate [ Callisuun isaa Gonkumaa sirrii miti], Kanarratti Ni callisa taanaan Waajiba guddaa lakkiseeti jira.". *« فلا يجوز للمسلم الذي عرف شيئاً من العلم أن يسكت عليه وهو يرى الناس في حاجة إليه، خصوصاً علم التوحيد وعلم العقيدة لأنه إذا فعل ذلك فقد ترك واجباً عظيماً » .* ☘العلامة الشيخ صالح الفوزان حفظه الله 📚 |[ المصدر: «إعانة المستفيد» ص (١٣٧) ]| https://t.me/al_suniy/2117
Hammasini ko'rsatish...
🕊بـن يـــونس الأنصـاري🕊

📃✍🏻__°. Namni Muslimaa kan beekumsa shari'aatirraa waa barate tokko Osoo Namoonni [ beekumsa barate sanitti] haajamuu arguu Isaanirratti Callisuun hin danda'amtu. Keessumaa [Yoo haajaan namootaa] Dhimma beekumsa towhiidaa fii beekumsa aqiidaa taate [ Callisuun isaa Gonkumaa sirrii miti], Kanarratti Ni callisa taanaan Waajiba guddaa lakkiseeti jira.". *« فلا يجوز للمسلم الذي عرف شيئاً من العلم أن يسكت عليه وهو يرى الناس في حاجة إليه، خصوصاً علم التوحيد وعلم العقيدة لأنه إذا فعل ذلك فقد ترك واجباً عظيماً » .* ☘العلامة الشيخ صالح الفوزان حفظه الله 📚 |[ المصدر: «إعانة المستفيد» ص (١٣٧) ]|

https://t.me/al_suniy/2117

01:00
Video unavailableShow in Telegram
2.49 MB
01:42
Video unavailableShow in Telegram
1.94 MB
00:12
Video unavailableShow in Telegram
1.57 MB
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.