cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

Reklama postlari
692
Obunachilar
+124 soatlar
+17 kunlar
+1430 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

5.83 KB
👍 3
Repost from N/a
★*|[ "Duniyaa sodaadhaa Dubartii Sodaadhaa. Fitinaan jalqabaa ilmaan israa'iil Dubartii keessatti turte" akhii anaa fii sillee rabbiin ﷻ nuhaa tiksu. Fitinaa dubartii sodaatanii eeggachuun dardara qofarrattii miti akka gariin namaa yaadu. Khan fuudhellee ni dabalata. Dhimma khana jala sararii qabadhu. Dhaamsa Rasuula kheetiitii Qalbiitti guduunfadhu Yoo Nagya bahuu feete. ]|*💜.
Hammasini ko'rsatish...
Repost from N/a
★*|[ Rasuulli ﷺ Fitinaa fii qormaata jabaa fii hamaa akka Dhalaan Dhiirarraan Geeysuu tokkollee of boodatti hin dhiisne. Yeroo himma Dhimma khana ija tee of hin Dhabin. ]|*👌
إِنِّي لَكَ مِنْ النَّاصِحِين
Hammasini ko'rsatish...
Repost from N/a
★*|[ An gama khiyyaan wantiin addatti isiniif Dhaamuu hawwuu fii fedhurraa; Dhimma Waa'ee RABBI ﷻ GUDDISUU gama khamiinuu itti laffa'uu fii itti ta'aabuu qabna. Isaan booda wanta hundaa sirraaye arguuf jiraanna. Wallaahi Silaa Rabbiﷻ haqa guddisuu isaa isa guddisnee akkanatti hin baxaabbaxamnu turre. ]|*💜 ★Muhaadaraa Sheikh Rayyis tana Of him Dabarsinaa. 👌
Hammasini ko'rsatish...
Repost from N/a
★. Rabbi ﷻ guddisuun TOWHIIDA irraayi. Namni tokko hanguma Rabbi ﷻ guddisuun isaa guddaa ta'uun TOWHIIDNI isa biratti bakka guddaa qabaata. Namni tokko hanguma Rabbi ﷻ guddisuun isaa guddaa ta'uun hedduminaan baay'inaan ajajoota Rabbiiﷻ Raawwata. Namni tokko hanguma Rabbi ﷻ guddisuun isaa guddaa ta'uun Rabbi ﷻ Jaalachuun isaatilleen guddaa ta'a.]|*
🎙Sheikh Abdulaziz Al-Rayis Hafizahullah
Hammasini ko'rsatish...
Repost from N/a
★*|[ Dhiirti Dhalaadhatti Dhihaachuun Dhimma hamaa fii ulfaataadha
( أَمْرٌ خَطِيرٌ) ]|*👌
Hammasini ko'rsatish...
Repost from N/a
★*|[ Manneen Zamana khanaa mana guddisaa tarbiyaa ta'uuf osoo hin taane; hoteela ilmaanii fii warra manaa itti furdisuuf baname fakkaata ]|*👌
Sheikh Rasln hafizahullah.
Jijjiiraa xiqqoo wajjiin
Hammasini ko'rsatish...
Repost from N/a
★*|[ garii salaftootaa irraa " namni halaakamee bade akkamitti akka itti haalakame hin ajaa'ibsiidatin haa ta'uu malee namni nagaya baha akkamitti akka nagya bahe ajaa'ibsiifadhu" jechuun dhufee jira. ]|*💜.
🎙Sheikh Abdulaziz Al-Rayis Hafizahullah
★. Gorsa guddaatu kheeysa jira Nama kheeysa gad lallaaleef.
Hammasini ko'rsatish...
Repost from N/a
★*|[ sababa barnootaatiin ta'u,sababa dalagaatiin ta'u Dhiiraa fii Dhalaan walitti makachuun,walitti dhihaachuun,bilbilaa fii karaalee sooshaal miidiyaatiin wal qunnamuun Dhiiraa fii Dubartiin walitti gad naqachuun Dhimma hamaa fii ulfaataa nama dhunfaa fii hawaasa balaa hamtuu guddoo ulfaattuu kheeysa buusuudha. Haalli amma hawaasni biyya teenyaa itti jiru hedduu hedduu akka malee hamaa fii nama yaachisaadha. ]|*
👌. Yoo Nagya bahuu Feene Duaaiin Rabbitti ﷻ haa waywaannuu!!
Hammasini ko'rsatish...
Repost from N/a
★Deddeebisi💜
"اللهُمَ علق قلبي بالصلاة والقرآن وأرزقني الثبات حتى ألقاك يالله"
Hammasini ko'rsatish...
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.