Jechoota Onnachiiftu
Kanalga Telegram’da o‘tish
6 020
Obunachilar
-824 soatlar
-317 kun
-11830 kun
Postlar arxiv
6 020
Repost from Barruulee
Channel kana miseensa 900 galchinee bulluu? 💪
Warri qabiyyee keenya jaallattan kottaa nama 5 qofaaf karaa keessaa ergaa!
Group irratti nuuf qoodaa!
Jarana waan jaallannu guddisuu haa barru malee!
6 020
Repost from Barruulee
Jaalala keessatti " nama naaf ta'u/taatu" jecha jedhu faana qofa hin oolin! " Nama ani ta'uuf" jechuus baradhu! Jaalala jechuun lafa ati itti nama ofittummaa kee dhufee siif kunuunsu argattu miti. Atis ga'een ati namaaf laachuu qabdu jira! " Namuma naaf ta'un dhabe" akkuma jechuu amaleeffatte kana, " Tarii ani namaaf nan ta'aa? Maaliin of qopheessuun qaba? Tarii akkuman 'nama naaf ta'u' jedhu kana namni ani jaalladhus 'nama naaf ta'u' jechaa jira/jirti, ani ulaagaa isaanii nan guutaa?" jechuu yeroo eegaltu jaallataa dhugaa ta'uu eegalta!Utuu dubbannuu, namni guutummaatti siif ta'us hin jiru! Atiyyuu guutummaatti ofiif hin taane!
6 020
Repost from Barruulee
Waan qarshii siif hin fidnetti qarshii kee baasuu dura deddeebisii yaadi!
🐓
6 020
Fedhiin jiraannaan karaan jira!
Gaafa nama milkaa'inaaf fedhii guddaa qabu taatu akka namoota baayyee dachee keenyaa kana sababa ittiin dorgommii keessaa baatu qopheeffachuu hin dandeessu! Fedhiin milkaa'inaa ati qabdu sodaa kufaatii ati qabdu caalaa guddaa waan ta'eef gaarri ati hin yaabne hin jiru!
6 020
Repost from Barruulee
⚠️ Akeekkachiisa!
Lafan si beellametti Yeroon si beellametti Saffisaan mul'adhu! Kanan si argadhe Utuun ishee eeguu Ta'uusaa yaadadhu!🤷♂️
6 020
+6
🟢 BANK LIAN ZOTAY NOMAD
💵 PRICE:
CASH 700,000
BANK 600,000
MONTHLY 20,000
🫂ስለመረጡን እናመሰግናለን
።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።
───❅✵ ·❆· ✵❅───
🚗 Brand: ZOTAY
🎯 Model: NOMAD
📅 Year: 2009
🔄 Transmission: MANUAL
⛽ Fuel Type: BENZIL
📟 Plate no: 3-B****
🛣️ Mileage: Loading
📍 Location: **
🚂 Engine : 1.2L
።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።
───❅✵
6 020
+1
IPhone 17 Promax
Battery 100%
Storage 256gb
Both colors are available
Price 265k
Inbox me @gutexy
6 020
Repost from Barruulee
Shamarraniif miidhaginni qarshiidha; Dhiirotaaf qarshiitu miidhagina! (Dhiira yoo taate qarshiin qabaachuun dhimma filannoo gaafatu miti; dirqama)Akkas natti fakkaata 🚶♂️
6 020
Repost from Barruulee
Hiyyummaan waan hamaadha. Yooma aartellee akka itti qodaa caccabsitee aarii kee ibsattu hin qabdu!
😉
6 020
+4
🟢 MISTUBSH ATTRAGE
🗳️ 𝙋𝙍𝙄𝘾𝙀: 3,200,000
👥ስለመረጡን እናመሰግናለን🇪🇹
።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።
───❅✵ ·❆· ✵❅───
🚗 𝘽𝙧𝙖𝙣𝙙: MISTUBSH
🎯 𝙈𝙤𝙙𝙚𝙡: ATTRAGE
📅 𝙔𝙚𝙖𝙧: 𝟮𝟬22
🔄 𝙏𝙧𝙖𝙣𝙨𝙢𝙞𝙨𝙨𝙞𝙤𝙣:𝘼𝙐𝙏𝙊𝙈
⛽ 𝙁𝙪𝙚𝙡 𝙏𝙮𝙥𝙚: 𝘽𝙀𝙉𝙕𝙄𝙇
📟 𝙋𝙡𝙖𝙩𝙚𝙣𝙤: 2-C****
🛣️ 𝙈𝙞𝙡𝙚𝙖𝙜𝙚: 34,000km
📍 𝙇𝙤𝙘𝙖𝙩𝙞𝙤𝙣: 𝘼A
🚂 𝙀𝙣𝙜𝙞𝙣𝙚 : 𝟭.2
።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።
───❅✵ ·❆· ✵❅───
📥𝘾𝙤𝙢𝙢𝙞𝙨𝙨𝙞𝙤𝙣 𝟮%
6 020
+9
𝙊𝙔𝙊𝙏𝘼 RADO
💲 𝙋𝙍𝙄𝘾𝙀:9,000,000
👥ስለመረጡን እናመሰግናለን
።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።
───❅✵ ·❆· ✵❅───
Make:Toyota
Model:Landcruiser prado
Fuel: Diesel
Engine 5L
Transmission: Manual
Year:2010
Plate: B2***
Mileage: Loading
Status:Original Left Handed
Color....Silver
Condition...Super Excellet
።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።
───❅✵ ·❆· ✵❅───
📥𝘾𝙤𝙢𝙢𝙞𝙨𝙨𝙞𝙤𝙣 𝟮%
Call +251917641883
6 020
+3
Make...toyota
Model...vitz
Year....2002real
Transmission ...automatic
Not original left hand drive
Engine size ...1.0L
Mileage.
Plate no...code
Condition...super excellent
Price 2,200,000birr fitesha
Contact 0995689764
