ar
Feedback

لا تقع ضحية للمخادعين! تيليمتريو يكتشف ويُميّز هذه القنوات 👉 إذا كنت تريد رؤية العلامة، اشترك 👈

Jechoota Onnachiiftu

Jechoota Onnachiiftu

الذهاب إلى القناة على Telegram

NO ONE IS THERE FOR YOU 💥

إظهار المزيد
6 020
المشتركون
-824 ساعات
-317 أيام
-11830 أيام
أرشيف المشاركات
Repost from Barruulee
Channel kana miseensa 900 galchinee bulluu? 💪 Warri qabiyyee keenya jaallattan kottaa nama 5 qofaaf karaa keessaa ergaa! Group irratti nuuf qoodaa! Jarana waan jaallannu guddisuu haa barru malee!

Repost from Barruulee
Jaalala keessatti " nama naaf ta'u/taatu" jecha jedhu faana qofa hin oolin! " Nama ani ta'uuf" jechuus baradhu! Jaalala jechuun lafa ati itti nama ofittummaa kee dhufee siif kunuunsu argattu miti. Atis ga'een ati namaaf laachuu qabdu jira! " Namuma naaf ta'un dhabe" akkuma jechuu amaleeffatte kana, " Tarii ani namaaf nan ta'aa? Maaliin of qopheessuun qaba? Tarii akkuman 'nama naaf ta'u' jedhu kana namni ani jaalladhus 'nama naaf ta'u' jechaa jira/jirti, ani ulaagaa isaanii nan guutaa?" jechuu yeroo eegaltu jaallataa dhugaa ta'uu eegalta!
Utuu dubbannuu, namni guutummaatti siif ta'us hin jiru! Atiyyuu guutummaatti ofiif hin taane!

Repost from Barruulee
Waan qarshii siif hin fidnetti qarshii kee baasuu dura deddeebisii yaadi! 🐓

Danda'uu fi dadhabuun sammuu kee keessatti eegala!
🌤

⚠️
Dhibaa'ummaan hiriyaa badaadha; irraa adda ba'i!


Fedhiin jiraannaan karaan jira!
Gaafa nama milkaa'inaaf fedhii guddaa qabu taatu akka namoota baayyee dachee keenyaa kana sababa ittiin dorgommii keessaa baatu qopheeffachuu hin dandeessu! Fedhiin milkaa'inaa ati qabdu sodaa kufaatii ati qabdu caalaa guddaa waan ta'eef gaarri ati hin yaabne hin jiru!

13 pro max American Battery 96 Excellent condition Price @gutexy
+2
13 pro max American Battery 96 Excellent condition Price @gutexy

Repost from Barruulee
⚠️ Akeekkachiisa!
Lafan si beellametti Yeroon si beellametti Saffisaan mul'adhu! Kanan si argadhe Utuun ishee eeguu Ta'uusaa yaadadhu!
🤷‍♂️

Sababoota falaasamni siif laatu sadan gaabbii ittiin injifattu!

Samsung s23 ultra Storage 512gb Price 140k Call 0917641883
+2
Samsung s23 ultra Storage 512gb Price 140k Call 0917641883

🟢 BANK LIAN ZOTAY NOMAD 💵 PRICE: CASH 700,000 BANK 600,000 MONTHLY 20,000 🫂ስለመረጡን እናመሰግናለን ።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።። ───❅✵ ·❆
+6
🟢 BANK LIAN ZOTAY NOMAD    💵 PRICE: CASH 700,000 BANK 600,000 MONTHLY 20,000 🫂ስለመረጡን እናመሰግናለን ።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።       ───❅✵ ·❆· ✵❅─── 🚗  Brand:          ZOTAY 🎯  Model:         NOMAD 📅  Year:            2009 🔄  Transmission: MANUAL ⛽  Fuel Type:   BENZIL 📟  Plate no:      3-B**** 🛣️  Mileage:       Loading 📍  Location:    ** 🚂  Engine :        1.2L ።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።      ───❅✵

IPhone 17 Promax Battery 100% Storage 256gb Both colors are available Price 265k Inbox me @gutexy
+1
IPhone 17 Promax Battery 100% Storage 256gb Both colors are available Price 265k Inbox me @gutexy

Repost from Barruulee
Shamarraniif miidhaginni qarshiidha; Dhiirotaaf qarshiitu miidhagina! (Dhiira yoo taate qarshiin qabaachuun dhimma filannoo gaafatu miti; dirqama)
Akkas natti fakkaata 🚶‍♂️

Repost from Barruulee
Hiyyummaan waan hamaadha. Yooma aartellee akka itti qodaa caccabsitee aarii kee ibsattu hin qabdu! 😉

Samsung s24 ultra Storage 256gb Clean Dubai used Price inbox @gutexy
Samsung s24 ultra Storage 256gb Clean Dubai used Price inbox @gutexy

13 pro max Battery 🔋92 Face ID ✅ True tone ✅ Waterproof ✅ 256 Gb @gutexy
+3
13 pro max Battery 🔋92 Face ID ✅ True tone ✅ Waterproof ✅ 256 Gb @gutexy

🟢 MISTUBSH ATTRAGE 🗳️ 𝙋𝙍𝙄𝘾𝙀: 3,200,000 👥ስለመረጡን እናመሰግናለን🇪🇹 ።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።። ───❅✵ ·❆· ✵❅─── 🚗 𝘽𝙧𝙖𝙣𝙙: MI
+4
🟢 MISTUBSH ATTRAGE 🗳️ 𝙋𝙍𝙄𝘾𝙀: 3,200,000 👥ስለመረጡን እናመሰግናለን🇪🇹 ።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።    ───❅✵ ·❆· ✵❅─── 🚗  𝘽𝙧𝙖𝙣𝙙:      MISTUBSH 🎯  𝙈𝙤𝙙𝙚𝙡:     ATTRAGE 📅  𝙔𝙚𝙖𝙧:               𝟮𝟬22 🔄  𝙏𝙧𝙖𝙣𝙨𝙢𝙞𝙨𝙨𝙞𝙤𝙣:𝘼𝙐𝙏𝙊𝙈 ⛽  𝙁𝙪𝙚𝙡 𝙏𝙮𝙥𝙚:     𝘽𝙀𝙉𝙕𝙄𝙇 📟 𝙋𝙡𝙖𝙩𝙚𝙣𝙤:         2-C**** 🛣️  𝙈𝙞𝙡𝙚𝙖𝙜𝙚:        34,000km 📍  𝙇𝙤𝙘𝙖𝙩𝙞𝙤𝙣:       𝘼A 🚂  𝙀𝙣𝙜𝙞𝙣𝙚 :         𝟭.2 ።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።      ───❅✵ ·❆· ✵❅───       📥𝘾𝙤𝙢𝙢𝙞𝙨𝙨𝙞𝙤𝙣 𝟮%

𝙊𝙔𝙊𝙏𝘼 RADO 💲 𝙋𝙍𝙄𝘾𝙀:9,000,000 👥ስለመረጡን እናመሰግናለን ።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።። ───❅✵ ·❆· ✵❅─── Make:Toyota Model:Landcruise
+9
𝙊𝙔𝙊𝙏𝘼 RADO 💲 𝙋𝙍𝙄𝘾𝙀:9,000,000 👥ስለመረጡን እናመሰግናለን ።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።       ───❅✵ ·❆· ✵❅─── Make:Toyota Model:Landcruiser prado Fuel: Diesel Engine 5L Transmission: Manual Year:2010 Plate: B2*** Mileage: Loading Status:Original Left Handed Color....Silver Condition...Super Excellet  ።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።።   ───❅✵ ·❆· ✵❅───            📥𝘾𝙤𝙢𝙢𝙞𝙨𝙨𝙞𝙤𝙣 𝟮% Call +251917641883

Birr ati qabdu yeroo rakkinaaf adara sitti kenname, akka argite hin baasin. @moufi

Make...toyota Model...vitz Year....2002real Transmission ...automatic Not original left hand drive Engine size ...1.0L Mileag
+3
Make...toyota Model...vitz Year....2002real Transmission ...automatic Not original left hand drive Engine size ...1.0L Mileage. Plate no...code Condition...super  excellent                Price 2,200,000birr fitesha   Contact 0995689764