uz
Feedback
Abbu Tech

Abbu Tech

Kanalga Telegram’da o‘tish

🌟 Stay Ahead in Technology! 🔹 Get the latest tech news and updates 🔹 Discover insights and trends in crypto Join us as we explore the future of tech Buy ads: https://telega.io/c/Abbu_Tech CEO: @Abi_Jss

Ko'proq ko'rsatish

📈 Telegram kanali Abbu Tech analitikasi

Abbu Tech (@abbu_tech) kanali faol ishtirokchi. Hozirda hamjamiyat 44 806 obunachidan iborat bo'lib, Texnologiyalar & Aralashmalar toifasida 2 998-o'rinni va Efiopiya mintaqasida 715-o'rinni egallagan.

📊 Auditoriya ko‘rsatkichlari va dinamika

невідомо sanasidan buyon loyiha tez o‘sib, 44 806 obunachiga ega bo‘ldi.

10 Iyul, 2026 dagi oxirgi ma’lumotlarga ko‘ra kanal barqaror faollikka ega. Oxirgi 30 kunda obunachilar soni 2 966 ga, so‘nggi 24 soatda esa 37 ga o‘zgardi va umumiy qamrov yuqori darajada qolmoqda.

  • Tasdiqlash holati: Tasdiqlanmagan
  • Jalb etish (ER): Auditoriya o‘rtacha 3.33% darajada jalb etiladi. Nashrdan keyingi dastlabki 24 soatda kontent odatda umumiy obunachilar sonining 1.23% ini tashkil etuvchi reaksiyalarni to‘playdi.
  • Post qamrovi: Har bir post o‘rtacha 1 489 marta ko‘riladi; birinchi sutkada odatda 551 ta ko‘rish yig‘iladi.
  • Reaksiyalar va o‘zaro ta’sir: Auditoriya faol: har bir postga o‘rtacha 8 ta reaksiya keladi.
  • Tematik yo‘nalishlar: Kontent liquidity, syntax, chart, dev, vault kabi asosiy mavzularga jamlangan.

📝 Tavsif va kontent siyosati

Muallif resursni shaxsiy fikrni ifoda etish maydoni sifatida ta’riflaydi:
🌟 Stay Ahead in Technology! 🔹 Get the latest tech news and updates 🔹 Discover insights and trends in crypto Join us as we explore the future of tech Buy ads: https://telega.io/c/Abbu_Tech CEO: @Abi_Jss

Yuqori yangilanish chastotasi (oxirgi ma’lumot 11 Iyul, 2026 da olingan) sababli kanal doimo dolzarb va katta qamrovli bo‘lib qoladi. Analitika auditoriya kontent bilan faol hamkorlik qilishini, uni Texnologiyalar & Aralashmalar toifasidagi muhim ta’sir nuqtasiga aylantirishini ko‘rsatadi.

44 806
Obunachilar
+3724 soatlar
+9217 kunlar
+2 96630 kunlar
Postlar arxiv
Abbu Tech
44 809
Spot irratti opportunity akkasii argachuun bayyee cima baayyinaan otuu list hin ta,in order kaa,uun waan hin danda,amneef wanta akkasii argachuun hin yaadamu erga list ta,eedha wanta akkasii kan argattan isumayyuu dollar bayyeedhaan yoo galtan malee bu,aansaa hanga kana miti Kanaafuu spot irraa wanta akkasii hin eeginaa an akka fakkeenyyaattun fudhadhe malee yeroo hundumaan akkas godha miti Wanta akkasii future irrattidha kan argattan innimmoo risk qaba garuu risk qaba gaafa jedhamu akka yaaddan miti .

Abbu Tech
44 809
Zoo trade godhee dollar 3.8$ gara 19$ tti ilaaluu dandeessu Carraadha fi x empire irraa wantan baradhetu na fayyafe malee car
+1
Zoo trade godhee dollar 3.8$ gara 19$ tti ilaaluu dandeessu Carraadha fi x empire irraa wantan baradhetu na fayyafe malee carraan akkas ta,uu isaa baayyee dhiphaa ture gaafan akkas siniin jedhu carraa 0.00005$ ga,ee deebi,uu saadha malee carraan akkas ta,uu isaa bala,aa ture Kanaafuu token haraa gaafa list ta,an character isaan agarsiisan sirriitti hordofaa gaaficha ofiimasaa sinii gala specially ton blockchain jalatti token list ta,an amala isaan agarsiisan hubachuun baayyee salphaadha

Abbu Tech
44 809
Sana booda limit order kanas gatiin zoo gaafa 0.00001$ akka naa bitun kaa,e akkuma kana gatiin isaa gaafa 0.00005$ akka naa gurguruuf limit order kaa,e Sana booda akkan yaade ta,ee akkuman godhe ta,e 0.00001$ bitee 0.00005$ irratti naaf gurgure kana gidduutti dollar 3$ gara dollar 18$ tti naa jijjiire Soba yoo sinitti fakkaateef screenshot siniifan gadhiisa  sana booda dollar 19$ naa ta,e isaanimmoo future trade gochuun gara dollar 30$tti ol guddiseera Kana hundumaa akkan akkas godhu kan na godhe an jalqaba dollar kanaan trade gochuuf yaada hin qabun ture dollar isheen qabuyyuu gara mexc irratti withdraw godhee mexc irratti trade gochuufan ture kanan mexc filadhes leverage hanga 400× fayyadamuu waanan danda,uuf isa filadheen ture garuu. Bitget irraa minimum withdraw dollar 10$n ture anis filannoo dhabeen bitget irratti ittiin trade gochuun eegale achumaanan flip gochaan jira Kanaafuu warri dollar muraasa qabdan future trade gochuun mexc akka fayyadamtan recommend sinin godha Kanaafuu sinis ofii keessaniin dollar muraasa gara dollar 50$ 100$ 1000$ flip gochuu yaalaa hanga kana wanta challenge sin godhu miti muuxannoo fi guyyaa guyyaattu crypto market hordofuu qofa sin barbaada Kanaafuu nunis kana booda challenge akkasii yeroo yeroon sinii qopheessina kanaafuu ammumaa kaasaatii market sirriitti hordofaa Challenge sila haasofnemmoo yoom akka eegallu paws erga list ta,ee booda haasofna hangasitti future trade gochuu shaakalaa post kana irraa Maal akka barattan comment irratti barreessaa

Abbu Tech
44 809
Ammaaf Muuxannoo Argachuu Waan qabdaniif Seeraan Dubbisaa boru immo Future Trade Maal akka tahe Video Dhaan Isin Argisiisna Sana Booda Adminota Keenya Faana Challenge Dubbatame waliin eegalla!

Abbu Tech
44 809
Bitget account koo kana akkuma argaa jitan dollar 30$+ oltu irra jira dollar guyyaa lama dura dollar 25$ ture hara,a qofa dol
+1
Bitget account koo kana akkuma argaa jitan dollar 30$+ oltu irra jira dollar guyyaa lama dura dollar 25$ ture hara,a qofa dollar 3.88$ hojjedheera position banee waanan jiruufidha malee hara,a qofa gara dollar 5$ hojjedheera Wanta kana kanan sinitti himeef kanan hojjedhe minamin jechuuf jedhee osoo hin taane akka dollar xiqqaa flip ta,uu danda,u akka hubattaniif jedheeni kanaafuu dollar kana akkamitti akkan hojjedhe gabaabsee sinitti haa himu Jalqabaratti an bitget irra asset kaawwachuun natti hin tolu badaas hin kaa,adhu garuu gaafa airdrop hojjedhee claim godhu bitget irratti claim nan godha achii zoo akkuma beekamu ji,a darbe list ta,e anis bitget irrattin claim godhadhe Garuu zoo akkan yaade hin taane dollar 3$+ naaf laate anis dollar isheeman argadhe gara usdttin jijjiire sana booda zoo spot dhaan trade gochuun yaade kana durammoo x empire maal akka ta,e argeen ture anis x empire irraa fakkeenya fudhadhee limit order zoo biituuf jedheen kaa,e limit order kanas itti fufa na hordofaa irra barattuu

Abbu Tech
44 809
Namoonni Telegram Premium  qabdan Channel kana Boost gochuun Gara Level 1 akka Guddisnu Nu Gargaaraa Gara Level 1 Yoo Guddisne Feature haaraa Heedduu dabalanna Garas Guddisuuf immoo Nama Muraasa qofa nuuf hafa Hanga Ammaa Channel Afaan Oromoo Level 1 irra ga'e hin jiru... Waliin taanee Channel Kana Haa guddisnu! https://t.me/boost/abbu_tech

Abbu Tech
44 809
Namoonni Telegram Premium qabdan Channel kana Boost gochuun Gara Level 1 akka Guddisnu Nu Gargaaraa Gara Level 1 Yoo Guddisne Feature haaraa Heedduu dabalanna Garas Guddisuuf immoo Nama Muraasa qofa nuuf hafa Hanga Ammaa Channel Afaan Oromoo Level 1 irra ga'e hin jiru... Waliin taanee Channel Kana Haa guddisnu! https://t.me/boost/abbu_tech

Abbu Tech
44 809
OKX 👀 Paws OKX fi Binance irratti List kan ta'u taanaan Wow👌 dha! Blockchain Solana 🔥 Kana irratti immoo Yoo CEX gurguddoo
OKX 👀 Paws OKX fi Binance irratti List kan ta'u taanaan Wow👌 dha! Blockchain Solana 🔥 Kana irratti immoo Yoo CEX gurguddoo waliin kan Walii galtee uuman yoo ta'e...Gatii Paws Meeqatti Tilmaamtu?

Abbu Tech
44 809
Paws in binance 👀❓
Paws in binance 👀❓

Abbu Tech
44 809
Ovozli xabar04:00

Abbu Tech
44 809
photo content

Abbu Tech
44 809
Akkuma Kana dura beeksisaa turre Solanan officially Project Paws akka deeggeran Twitter isaanii irratti maxxansanii turan 🔥
+1
Akkuma Kana dura beeksisaa turre Solanan officially Project Paws akka deeggeran Twitter isaanii irratti maxxansanii turan 🔥 Maxxansa isaanii argachuuf here That's impressive, I hope PAWS will achieve the best listing among all the mini-apps in Telegram. [Tarii Paws Telegram Mini-apps Hanga hojjenne Caalaattiyyuu Gatii Gaarii argamsiisuu danda'a Bullee Ilaalla! @Abbu_Tech

Abbu Tech
44 809
Michael Saylor's ( Strategy owner ) bitcoin 130 dollar million $10.8ol baasuun bitee jira Walumaa gala bitcoin 499k ol hold g
Michael Saylor's ( Strategy owner ) bitcoin 130 dollar million $10.8ol baasuun bitee jira Walumaa gala bitcoin 499k ol hold godhee jira

Abbu Tech
44 809
Paws Bitget Irratti Countdown godhaa jiraatus bor list akka hin taane Confirm taheera Rakkoon bitget bira jira, Isaantu Update hin goone Tarii Exchange Haaraan Kan dabalamu ykn Waan haaraan kamuu yoo jiraatef dafnee isiniif ni maxxansina!

Abbu Tech
44 809
photo content

Abbu Tech
44 809
Michael Saylor's ( Strategy owner ) bitcoin 130 dollar million $10.8ol baasuun bitee jira Walumaa gala bitcoin 499k ol hold g
Michael Saylor's ( Strategy owner ) bitcoin 130 dollar million $10.8ol baasuun bitee jira Walumaa gala bitcoin 499k ol hold godhee jira

Abbu Tech
44 809
#Officially_Official!😁 Pavel Durov Gara Dubai Deebi'uu Isaa Telegram channel isaa irratti beeksiseera! Baga Baate boss! Waa'
#Officially_Official!😁 Pavel Durov Gara Dubai Deebi'uu Isaa Telegram channel isaa irratti beeksiseera! Baga Baate boss! Waa'een Ton Sana itti yaaduu qabda!😄 biraan naaf ga'aa @Abbu_Tech

Abbu Tech
44 809
Challenge keenya akkam haa goonu ?
Anonymous voting

Abbu Tech
44 809
photo content

Abbu Tech
44 809
Maqaan Jawar Mohamed Jedhu Fragment irratti Gatii Ton 104'n Gabaatti bahee jira! Gatiin Kun Ni xiqqaataa? By the way Maqaa ka
Maqaan Jawar Mohamed Jedhu Fragment irratti Gatii Ton 104'n Gabaatti bahee jira! Gatiin Kun Ni xiqqaataa? By the way Maqaa kana Jawar yoo barbaade Nama asirratti baase qofaaf Ton 104 kaffaluun Kan isaa godhachuu dandaha Gatiin Kun ni xiqqaata Namni jedhe immoo bitachuun Gatii biraa itti baasuu dandaha Eenyu Laata Kan Jawaarin Dursee maqaa isaa qabate😄 Jawar Maqaa kanaan Tg fayyadamuu waan hin dandeenyeef Jawarofficial jedhee banatee jira😄 Maqaa Username kamuu akkamitti akka gurguruu dandeessan Video hojjennee Edit godhaa jirra! Obsaan Nu Eegaa!