Abbu Tech
前往频道在 Telegram
🌟 Stay Ahead in Technology! 🔹 Get the latest tech news and updates 🔹 Discover insights and trends in crypto Join us as we explore the future of tech Buy ads: https://telega.io/c/Abbu_Tech CEO: @Abi_Jss
显示更多📈 Telegram 频道 Abbu Tech 的分析概览
频道 Abbu Tech (@abbu_tech) 是活跃参与者。目前社区聚集了 44 806 名订阅者,在 技术与应用 类别中位列第 2 998,并在 埃塞俄比亚 地区排名第 715 位。
📊 受众指标与增长动态
自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 44 806 名订阅者。
根据 10 七月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 2 966,过去 24 小时变化为 37,整体触达仍然可观。
- 认证状态: 未认证
- 互动率 (ER): 平均受众互动率为 3.33%。内容发布后 24 小时内通常能获得 1.23% 的反应,占订阅者总量。
- 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 1 489 次浏览,首日通常累积 551 次浏览。
- 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 8。
- 主题关注点: 内容集中在 liquidity, syntax, chart, dev, vault 等核心主题上。
📝 描述与内容策略
作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“🌟 Stay Ahead in Technology!
🔹 Get the latest tech news and updates
🔹 Discover insights and trends in crypto
Join us as we explore the future of tech
Buy ads: https://telega.io/c/Abbu_Tech
CEO: @Abi_Jss”
凭借高频更新(最新数据采集于 11 七月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 技术与应用 类别中的关键影响点。
44 806
订阅者
+3724 小时
+9217 天
+2 96630 天
帖子存档
44 809
Spot irratti opportunity akkasii argachuun bayyee cima baayyinaan otuu list hin ta,in order kaa,uun waan hin danda,amneef wanta akkasii argachuun hin yaadamu erga list ta,eedha wanta akkasii kan argattan isumayyuu dollar bayyeedhaan yoo galtan malee bu,aansaa hanga kana miti
Kanaafuu spot irraa wanta akkasii hin eeginaa an akka fakkeenyyaattun fudhadhe malee yeroo hundumaan akkas godha miti
Wanta akkasii future irrattidha kan argattan innimmoo risk qaba garuu risk qaba gaafa jedhamu akka yaaddan miti .
44 809
+1
Zoo trade godhee dollar 3.8$ gara 19$ tti ilaaluu dandeessu
Carraadha fi x empire irraa wantan baradhetu na fayyafe malee carraan akkas ta,uu isaa baayyee dhiphaa ture gaafan akkas siniin jedhu carraa 0.00005$ ga,ee deebi,uu saadha malee carraan akkas ta,uu isaa bala,aa ture
Kanaafuu token haraa gaafa list ta,an character isaan agarsiisan sirriitti hordofaa gaaficha ofiimasaa sinii gala specially ton blockchain jalatti token list ta,an amala isaan agarsiisan hubachuun baayyee salphaadha
44 809
Sana booda limit order kanas gatiin zoo gaafa 0.00001$ akka naa bitun kaa,e akkuma kana gatiin isaa gaafa 0.00005$ akka naa gurguruuf limit order kaa,e
Sana booda akkan yaade ta,ee akkuman godhe ta,e 0.00001$ bitee 0.00005$ irratti naaf gurgure kana gidduutti dollar 3$ gara dollar 18$ tti naa jijjiire
Soba yoo sinitti fakkaateef screenshot siniifan gadhiisa sana booda dollar 19$ naa ta,e isaanimmoo future trade gochuun gara dollar 30$tti ol guddiseera
Kana hundumaa akkan akkas godhu kan na godhe an jalqaba dollar kanaan trade gochuuf yaada hin qabun ture dollar isheen qabuyyuu gara mexc irratti withdraw godhee mexc irratti trade gochuufan ture kanan mexc filadhes leverage hanga 400× fayyadamuu waanan danda,uuf isa filadheen ture garuu.
Bitget irraa minimum withdraw dollar 10$n ture anis filannoo dhabeen bitget irratti ittiin trade gochuun eegale achumaanan flip gochaan jira
Kanaafuu warri dollar muraasa qabdan future trade gochuun mexc akka fayyadamtan recommend sinin godha
Kanaafuu sinis ofii keessaniin dollar muraasa gara dollar 50$ 100$ 1000$ flip gochuu yaalaa hanga kana wanta challenge sin godhu miti muuxannoo fi guyyaa guyyaattu crypto market hordofuu qofa sin barbaada
Kanaafuu nunis kana booda challenge akkasii yeroo yeroon sinii qopheessina kanaafuu ammumaa kaasaatii market sirriitti hordofaa
Challenge sila haasofnemmoo yoom akka eegallu paws erga list ta,ee booda haasofna hangasitti future trade gochuu shaakalaa
post kana irraa Maal akka barattan comment irratti barreessaa
44 809
Ammaaf Muuxannoo Argachuu Waan qabdaniif Seeraan Dubbisaa boru immo Future Trade Maal akka tahe Video Dhaan Isin Argisiisna
Sana Booda Adminota Keenya Faana Challenge Dubbatame waliin eegalla!
44 809
+1
Bitget account koo kana akkuma argaa jitan dollar 30$+ oltu irra jira dollar guyyaa lama dura dollar 25$ ture hara,a qofa dollar 3.88$ hojjedheera position banee waanan jiruufidha malee hara,a qofa gara dollar 5$ hojjedheera
Wanta kana kanan sinitti himeef kanan hojjedhe minamin jechuuf jedhee osoo hin taane akka dollar xiqqaa flip ta,uu danda,u akka hubattaniif jedheeni kanaafuu dollar kana akkamitti akkan hojjedhe gabaabsee sinitti haa himu
Jalqabaratti an bitget irra asset kaawwachuun natti hin tolu badaas hin kaa,adhu garuu gaafa airdrop hojjedhee claim godhu bitget irratti claim nan godha achii zoo akkuma beekamu ji,a darbe list ta,e anis bitget irrattin claim godhadhe
Garuu zoo akkan yaade hin taane dollar 3$+ naaf laate anis dollar isheeman argadhe gara usdttin jijjiire sana booda zoo spot dhaan trade gochuun yaade kana durammoo x empire maal akka ta,e argeen ture anis x empire irraa fakkeenya fudhadhee limit order zoo biituuf jedheen kaa,e limit order kanas
itti fufa na hordofaa irra barattuu
44 809
Namoonni Telegram Premium qabdan Channel kana Boost gochuun Gara Level 1 akka Guddisnu Nu Gargaaraa
Gara Level 1 Yoo Guddisne Feature haaraa Heedduu dabalanna Garas Guddisuuf immoo Nama Muraasa qofa nuuf hafa
Hanga Ammaa Channel Afaan Oromoo Level 1 irra ga'e hin jiru...
Waliin taanee Channel Kana Haa guddisnu!
https://t.me/boost/abbu_tech
44 809
Namoonni Telegram Premium qabdan Channel kana Boost gochuun Gara Level 1 akka Guddisnu Nu Gargaaraa
Gara Level 1 Yoo Guddisne Feature haaraa Heedduu dabalanna Garas Guddisuuf immoo Nama Muraasa qofa nuuf hafa
Hanga Ammaa Channel Afaan Oromoo Level 1 irra ga'e hin jiru...
Waliin taanee Channel Kana Haa guddisnu!
https://t.me/boost/abbu_tech
44 809
OKX 👀
Paws OKX fi Binance irratti List kan ta'u taanaan Wow👌 dha!
Blockchain Solana 🔥
Kana irratti immoo Yoo CEX gurguddoo waliin kan Walii galtee uuman yoo ta'e...Gatii Paws Meeqatti Tilmaamtu?
44 809
+1
Akkuma Kana dura beeksisaa turre Solanan officially Project Paws akka deeggeran Twitter isaanii irratti maxxansanii turan 🔥
Maxxansa isaanii argachuuf here
That's impressive, I hope PAWS will achieve the best listing among all the mini-apps in Telegram.
[Tarii Paws Telegram Mini-apps Hanga hojjenne Caalaattiyyuu Gatii Gaarii argamsiisuu danda'a
Bullee Ilaalla!
@Abbu_Tech
44 809
Michael Saylor's ( Strategy owner ) bitcoin 130 dollar million $10.8ol baasuun bitee jira
Walumaa gala bitcoin 499k ol hold godhee jira
44 809
Paws Bitget Irratti Countdown godhaa jiraatus bor list akka hin taane Confirm taheera
Rakkoon bitget bira jira, Isaantu Update hin goone
Tarii Exchange Haaraan Kan dabalamu ykn Waan haaraan kamuu yoo jiraatef dafnee isiniif ni maxxansina!
44 809
Michael Saylor's ( Strategy owner ) bitcoin 130 dollar million $10.8ol baasuun bitee jira
Walumaa gala bitcoin 499k ol hold godhee jira
44 809
#Officially_Official!😁
Pavel Durov Gara Dubai Deebi'uu Isaa Telegram channel isaa irratti beeksiseera!
Baga Baate boss! Waa'een Ton Sana itti yaaduu qabda!😄 biraan naaf ga'aa
@Abbu_Tech
44 809
Maqaan Jawar Mohamed Jedhu Fragment irratti Gatii Ton 104'n Gabaatti bahee jira!
Gatiin Kun Ni xiqqaataa?
By the way Maqaa kana Jawar yoo barbaade Nama asirratti baase qofaaf Ton 104 kaffaluun Kan isaa godhachuu dandaha
Gatiin Kun ni xiqqaata Namni jedhe immoo bitachuun Gatii biraa itti baasuu dandaha
Eenyu Laata Kan Jawaarin Dursee maqaa isaa qabate😄
Jawar Maqaa kanaan Tg fayyadamuu waan hin dandeenyeef Jawarofficial jedhee banatee jira😄
Maqaa Username kamuu akkamitti akka gurguruu dandeessan Video hojjennee Edit godhaa jirra!
Obsaan Nu Eegaa!
