cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

ABBU TECH ®

ABBU TECH®️ ☑️Tajaajiloota nuyi kenninu: ☑️Viidiyoolee Technology haaraa. ☑️Moosaajota haaraa. ☑️Sooftiweerota haaraa. ©️ YouTube Keenya Subscribe Godha. https://www.youtube.com/channel/UC8u6ho8WBk0PFbhFQgVtnGw CONTACT 📤 @abi_jss 📥 @Lijabi23_bot

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
9 792
Obunachilar
+15324 soatlar
+7927 kunlar
+3 45330 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Photo unavailableShow in Telegram
✅ Airdrop Tron ittin mine gootan kana isiniif qabannee dhufnee jirra airdrop kun 100% dhugaadha galtani seenuun Tron mine godhadhaa akkasuma nama afeeruun coin Shiba inu waliti qabadhaa isa booda baafachuu dandeessu. Eegaluuf👇👇👇👇👇 https://t.me/tronix_app_robot?start=832300687
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
✅ Airdrop CEOX jedhamu kun ji'a july kana keessa list tahuuf qophii xumuraniiru yeroo argattaniti fayyadamuum seenuun walitti qabadhaa. Eegaluuf👇👇👇👇👇👇 https://t.me/cexio_tap_bot?start=1716712060738912
Hammasini ko'rsatish...
👍 6
📱Memeficoin secret tap daily combo kan miiliyeena 2 ittiin argattan. 🚨 Akkaataa suuraarra jiruun 👆👆 ➡️Jalqaba tap lakkoofsa ⬇️ 4->2->3->2->1 ➡️bakka lakkoofsi jiran tartiibaan tap tap gochuun irra deddeebi'aa yaalaa. 💥 Memeficoin link 🔗 👇 https://t.me/memefi_coin_bot?start=r_1ad57ddd2f @abbu_tech @abbu_tech
Hammasini ko'rsatish...
👍 4
Photo unavailableShow in Telegram
#OroArsenal |Deeggartoota Kilaba Arseenaal hundaaf: Jijjiirraa taphattootaa, Seenaa taphattootaa, Tapha kallattiidhaan fi odeeffannoo kilaabaa Arseenaal hundaa ni argattuu. Itti dabalamaa(JOIN)!👇 https://t.me/joinchat/AAAAAFb8UYDIW31McnqHjA
Hammasini ko'rsatish...
👍 5👎 2
Photo unavailableShow in Telegram
🟡PixelTap by PixelVerse daily combo ✔️Bot PixelTap keessa seenuun bakka Rewards jedhu jalaa daily combo tuquun akkaataa suuraarra jiruun boxoota jiran keessatti tartiibaan guutaa. 👀 Altokko qofa guutuu dandeessu kanaaf dura suuraa ilaalaa. 🟡 PixelTap by PixelVerse link 👇 👇 https://t.me/pixelversexyzbot?start=1621023329 https://t.me/pixelversexyzbot?start=769599801 ✅ Afaan Keenyaan Teknooloojjii haa barannu! 👋 👇👇OUR YOUTUBE CHANNEL 👇👇 https://www.youtube.com/@Urjiinet #Share @Abbu_Tech @Abbu_Tech
Hammasini ko'rsatish...
👍 2
Photo unavailableShow in Telegram
🤔 29😁 24👍 11 8😱 8🤬 3
Photo unavailableShow in Telegram
🔥Daily cipher hamster Kombat guyyaa har'aa 👇 👇 KYC K: -•- (dash dot dash) Y: -•-- (dash dot dash dash) C: -•-• (dash dot dash dot) @abbu_tech
Hammasini ko'rsatish...
👍 34🔥 4 3
Photo unavailableShow in Telegram
......Inni lammataa airdroppiin tokko har'a xumuramee har'a list hin tahu. Fknf Notcoin hojjetaaniittu yoo tahe beekuu dandeessu April keessa xumuramee May keessa list kan tahe. Yeroo hojjettanis qarshii guddaan argadha jettanii hin eeginaa hanga isin hojjettanii fi gatii isaan baasan irratti hundaaun isiniif kaffalama. Fknf Notcoin 1M kan hojjette qarshii 1500 (10M-->>15000) amma kana argata namoonni baayyeen kana ol hojjetanis gabaa amma jiruun kan tapswap, hamster,Blum.... yeroo list tahan gatii isaanii walumaan ilaalla kanaaf airdrop yeroo hojjettan waantota kana beekuu qabdu. Akkasumas airdrop tokko qofa hin hojjetinaa yoo dandeessan walfaanaa deemsisu yaalaa tokko yoo fail tahe tokko argachuu dandeessu akkasumas liinkii isiniif ergame hundasaani start gootanii hin jalqabinaa ofii keessaniinis waa'ee airdroppiichaa onlinerra check godhaa nutillee aidropoota real tahu jedhaman isiniif gaddhiisna . July keessa waan baay'ee eegna 🙏 Notcoin gurgarachuuf ➡️ @Abi_Jss @abbu_tech @abbu_tech
Hammasini ko'rsatish...
👍 12 2😁 2🥰 1
Photo unavailableShow in Telegram
🚨REPOST 🗯️Kanaan dura waa'ee airdroppii haga tahe irraa dubbanne turre har'as waa'eesaa waan muraasa haa ilaallu. ⚠️Waa'ee airdroppii waan isin beekuu qabdan⬇️⬇️ 💲Kaampaanoonni cryptocurrency haaraa yeroo gara exchangetti dhufan baayyeen isaanii jalqaba tokenoota isaanii beeksifachuu jecha jalqaba bifa airdroppiin kan isaan dhufan. Kunis akka marketing strategyitti isaan fayyada. Namoota tokenoota isaanii kana Reward gochuun crypto currency isaanii beeksifatu. Yeroo dhihoo as Telegramrratti airdroppiin ha jalqabamaniyyuu malee kanaan dura ammas airdroppiin hedduun websitoota fi appdhaanillee jiru isaan hojjechuu yoo barbaaddu tahe isin biraan geenya. ⚠️Akka qorannoowwan tokko tokko agarsiisanitti airdroppoonni 95% scamidha. Kana jechuun hundi isaaniyyuu scamidha jechuu miti real kan tahan jiru.Notcoin erga xumurameellee airdroppoonni kuma 10 ol jalqabamanii jiru baayyeen isaanii scam tahaniis❕ Itti fufa... Notcoin gurgarachuu warri barbaaddan contact>> @Abi_Jss @abbu_tech
Hammasini ko'rsatish...
👍 6 3
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.