uz
Feedback
Asset Building + Money + Mindset

Asset Building + Money + Mindset

Kanalga Telegram’da o‘tish

Helping Ethiopians build wealth, business discipline, and financial freedom through practical daily strategies For business opportunity👇👇 @naatoo16 Owner: Samuel Wakgari Kitila

Ko'proq ko'rsatish

📈 Telegram kanali Asset Building + Money + Mindset analitikasi

Asset Building + Money + Mindset (@im_done_check) Amxar til segmentidagi kanali faol ishtirokchi. Hozirda hamjamiyat 44 652 obunachidan iborat bo'lib, Yaratish & Iqtiboslar toifasida 524-o'rinni va Efiopiya mintaqasida 721-o'rinni egallagan.

📊 Auditoriya ko‘rsatkichlari va dinamika

невідомо sanasidan buyon loyiha tez o‘sib, 44 652 obunachiga ega bo‘ldi.

11 Iyun, 2026 dagi oxirgi ma’lumotlarga ko‘ra kanal barqaror faollikka ega. Oxirgi 30 kunda obunachilar soni -1 672 ga, so‘nggi 24 soatda esa -43 ga o‘zgardi va umumiy qamrov yuqori darajada qolmoqda.

  • Tasdiqlash holati: Tasdiqlanmagan
  • Jalb etish (ER): Auditoriya o‘rtacha 0.70% darajada jalb etiladi. Nashrdan keyingi dastlabki 24 soatda kontent odatda umumiy obunachilar sonining 0.34% ini tashkil etuvchi reaksiyalarni to‘playdi.
  • Post qamrovi: Har bir post o‘rtacha 313 marta ko‘riladi; birinchi sutkada odatda 151 ta ko‘rish yig‘iladi.
  • Reaksiyalar va o‘zaro ta’sir: Auditoriya faol: har bir postga o‘rtacha 3 ta reaksiya keladi.

📝 Tavsif va kontent siyosati

Muallif resursni shaxsiy fikrni ifoda etish maydoni sifatida ta’riflaydi:
Helping Ethiopians build wealth, business discipline, and financial freedom through practical daily strategies For business opportunity👇👇 @naatoo16 Owner: Samuel Wakgari Kitila

Yuqori yangilanish chastotasi (oxirgi ma’lumot 12 Iyun, 2026 da olingan) sababli kanal doimo dolzarb va katta qamrovli bo‘lib qoladi. Analitika auditoriya kontent bilan faol hamkorlik qilishini, uni Yaratish & Iqtiboslar toifasidagi muhim ta’sir nuqtasiga aylantirishini ko‘rsatadi.

44 652
Obunachilar
-4324 soatlar
-3617 kunlar
-1 67230 kunlar
Postlar arxiv
Dhaggeeffadhu ⭐️⭐️

Amma dhumaatti dhaggeeffadhaa 🦻🏽 prof.Mihretu Shanko
Amma dhumaatti dhaggeeffadhaa 🦻🏽     prof.Mihretu Shanko

For those who need @naatoo16
For those who need @naatoo16

Qormaanni Madaallii Gahumsa Ogeessota Fayyaa Waxabajjii 17–19, 2018 A.L.Itti ni kennama Ministeerri Fayyaa akka beeksisetti, ogeessonni fayyaa mootummaa ol’aanaa irraa digirii jalqabaa (First Degree) eebbifamanii fi qormaata madaallii gahumsaa fudhachuuf galmee isaanii xumuran, qormaata isaanii Waxabajjii 17 irraa eegalee guyyoota sadii walitti aananiif ni fudhatu. Sagantaa Qormaata Madaallii Gahumsaa 📅 Waxabajjii 17, 2018 A.L.I Ogeessa Yaalaa (Medicine) Fayyaa Hawaasaa (Public Health) Saayinsii Laaboraatorii Yaalaa (Medical Laboratory Science) Da’umsa Deggersuu (Midwifery) Teknooloojii Raadiyooloojii Yaalaa (Medical Radiology Technology) Narsii Fayyaa Daa’immanii fi Ijoollee (Pediatric and Child Health Nursing) 📅 Waxabajjii 18, 2018 A.L.I Narsii (Nursing) Nyaata Namaa (Human Nutrition) Optoomeetirii (Optometry) Fiiziyooteraappii (Physiotherapy) Narsii Baqaqsanii Yaaluu (Surgical Nursing) 📅 Waxabajjii 19, 2018 A.L.I Farmaasii (Pharmacy) Suuxa (Anesthesia) Yaala Ilkaanii (Dental Medicine) Narsii Tajaajila Ariifachiisaa fi Kunuunsa Cimaa (Emergency and Critical Care Nursing) Fayyaa Naannoo (Environmental Health) Narsii Fayyaa Sammuu (Psychiatric Nursing) Ogeessonni qormaata kana fudhatan hundi yeroo isaanii eeggatanii qophaa’anii akka irratti hirmaatan ni hubachiifamu. 👇🏾👇🏾👇🏾 TikTok

💼 We are Hiring 👉Place of work: Addis Ababa(Head Office) 👉Salary: As per the Bank’s Scale Required Quantity for each posit
💼 We are Hiring 👉Place of work: Addis Ababa(Head Office) 👉Salary: As per the Bank’s Scale Required Quantity for each position: (One) 1 👉Interested and qualified applicants shall apply via the following link only 👉CLICK HERE Application Deadline Date June, 12/2026 Only Shortlisted Candidates will be communicated. If you need more information, please call us on 📞+251-11-5-260-795 AHADU BANK Inclusive Intermediation

የመጀመሪያ ድግሪ ትምህርት መውጫ ፈተና (Exit Exam) ከሰኔ 4 - 12/2018 ዓ/ም ድረስ የሚሰጥ መሆኑን የትምህርት ምዘናና ፈተናዎች አገልግሎት አሳውቋል። ተፈታኞች እንዲሁም አስፈታኝ ተቋማት አስፈላጊውን ቅድመ ዝግጅት ሁሉ እንዲያደርጉ አሳስቧል። 🕒 የ2018 ዓ.ም የዩኒቨርሲቲ ተማሪዎች የመውጫ ፈተና መርሐግብር (Exit Exam Schedule) ከላይ ተያይዟል። Via @tikvahuniversity

𝗧𝘂𝘂𝗹𝗮𝗺𝗻𝗶 𝗝𝗶𝗹𝗮 𝗾𝗮𝗯𝗮🌳❤️ Sirni wal harkaa fuudhinsa Alangee(Aangoo) waxabajjii 4 #Dhaka_Koraatti ni gaggeeffama
𝗧𝘂𝘂𝗹𝗮𝗺𝗻𝗶 𝗝𝗶𝗹𝗮 𝗾𝗮𝗯𝗮🌳❤️ Sirni wal harkaa fuudhinsa Alangee(Aangoo) waxabajjii 4 #Dhaka_Koraatti ni gaggeeffama. Gadaan quufaa gabbina, barris roobaa nagaa haa ta'u!

Dhugaa Hin Haalamne!!! ​Yoo ofii keessaniif sagantaa hin baafanne, namoonni sagantaa isiniif baasu. ​Jireenya keessan yoo ofi
Dhugaa Hin Haalamne!!! ​Yoo ofii keessaniif sagantaa hin baafanne, namoonni sagantaa isiniif baasu. ​Jireenya keessan yoo ofiin hin gaggeessine, namoonni gara fedhanitti isin oofu. ​Jireenya keessan sirnaan yoo hin ijaarre, haala dhufe hunda fudhattanii jiraachuuf dirqamtu. ​sagantaa baastanii waan hordoftan yoo hin qabaanne, haalota jalaa baqachaa jiraattu. ​Dandeettii dandeettii keessoo baay'ee qabaattanii garuu karoora fi ijaarama malee yoo jiraattan, warri beekumsa hin qabne garuu ijaaraman isin oofaa jiraatu. ​Xiinxalaa!

Namni dhiphinaaf bakka hin laatne uumama ilaale gammachuusaa gonfata.
+1
Namni dhiphinaaf bakka hin laatne uumama ilaale gammachuusaa gonfata.

Positive attitude pushs you to happy. @naatoo16
Positive attitude pushs you to happy. @naatoo16

Hamma Abjuu fi Mul'ata kee galmaan geessutti kutannoo jabaadhan itti fufi! Never give up 👋 Yoo injifatte hunduu harka siif rukuta, suuraa si waliin ka'a. @Oromoo_inspire

record.ogg14.33 MB

🎈Trainer:-#Dereje_Birhanu On Speaking 🎤📣
🎈Trainer:-#Dereje_Birhanu          On Speaking 🎤📣

Barnootawwan 10n kitaaba "Yaada: Milkaa'ina Xiinsammuu Haaraa" jedhu kan Keerol Duwek barreesse irraa fudhatame: 1. Yaadotni lamatu jiru. Isaanis: yaada dhaabbataa fi yaada guddinaati. Yaada dhaabbataa keessatti namoonni dandeettii fi kennaan isaanii dhaabbataa akka ta'eetti amanu. Qaroomina, kennaa fi kalaqa hamma murtaa’e qabatanii akka dhalatan, sana jijjiiruuf wanti isaan gochuu danda’an akka hin jirreetti amanu. Yaada guddinaa keessatti namoonni kennaa fi dandeettiin isaanii guddachuu akka danda’utti amanu. Ciminaan hojjachuu fi carraaqqii gochuun caalaatti qaroo, kennaa kan qabanii fi kalaqa kan qaban akka ta'uu danda’anitti amanu. 2. Yaadni dhaabbataan yaada daanga'aadha. Dandeettii namootaa daangeessa akkasumas galma isaanii akka galmaan hin geenye dhorka. Namoonni yaada dhaabbataa qaban qormaata ni sodaatu, sababiin isaas kufaatii waan sodaataniif. Qeeqas ni sodaatu, sababni isaas akka gaarii hin taaneetti itti murtaa'uu waan sodaataniif. 3. Yaadni guddinaa yaada dandeessisuudha. Namoonni dandeettii isaanii guutuu bira akka ga'an taasisa. Namoonni yaada guddinaa qaban qormaata hin sodaatan, sababiin isaas qormaata akka carraa barachuu fi guddachuutti ilaalu. Qeeqas hin sodaatan, sababni isaas qeeqa akka yaada fooyya’iinsaaf isaan gargaaruutti ilaalu. 4. Yaadni guddinaa yaada dhaabbataa caalaa kan madaquudha. Addunyaa yeroo hunda jijjiiramaa jiru keessatti dandeettiin barachuu fi madaquu milkaa’inaaf barbaachisaadha. Namoonni yaada guddinaa qaban jijjiiramatti caalaatti madaqu, sababiin isaas qormaata haaraa hin sodaatan. 5. Yaadni guddinaa hariiroof caalaatti faayidaa qaba. Namoonni yaada guddinaa qaban namoota biroo deggeruu fi jajjabeessuuf carraan isaanii guddaadha. Akkasumas yaada kennuudhaaf banaa ta’u akkasumas dogoggora isaanii irraa barachuu danda’u. 6. Yaadni guddinaa fayyaa fi nageenyaaf caalaatti faayidaa qaba. Namoonni yaada guddinaa qaban, bu’aa ba’ii mudatu keessatti dandamachuu danda’u. Akkasumas fayyaa qaamaa fi sammuu isaanii kunuunsuuf carraan isaanii guddaadha. 7. Yaada guddinaa barachuun ni danda’ama. Yaada kee dhaabbataa irraa gara guddinaatti jijjiiruuf yeroon isaa hin darbine. 8. Yaadni guddinaa furtuu milkaa’inaati. Kaayyoo kee galmaan gahuu fi jireenya gammachiisaa jiraachuu yoo barbaadde yaada guddinaa horachuu qabda. Kallattii jireenyaa hundaan milkaa’inaaf furtuudha. 9. Yaadni guddinaa namoota dhuunfaa qofaaf miti. Dhaabbilee irrattis hojiirra oolchuun ni danda’ama. Dhaabbileen yaada guddinaa qaban carraa kalaqaa fi milkaa’inaa guddaa qabu. 10. Yaadni guddinaa egereedha. Addunyaa yeroo hunda jijjiiramaa jirtu keessatti dandeettiin barachuu fi madaquu milkaa’inaaf barbaachisaadha. Yaadni guddinaa jaarraa 21ffaa keessatti furtuu milkaa’inaati. Barumsi kun imala milkaa'inaa keetiif akka si gargaaru abdiin qaba. kan hiike Tilahun Gemechü Waan dubbistaniif 📖galatoomaa! 👇🏾👇🏾👇🏾 @naatoo16

Post: 2🌟 Wealth is not built overnight. It is built daily through: ✅ Discipline ✅ Investment ✅ Smart decisions @naatoo16
Post: 2🌟 Wealth is not built overnight. It is built daily through: ✅ Discipline ✅ Investment ✅ Smart decisions @naatoo16

Daandii Milkaa’inaa(The Path to Success) I. Qajeelfama (Guidelines) Baradhuu = Learn= Seek knowledge and prepare yourself. Hubadhuu = Understand = Understand your education clearly and know its meaning. Hojjadhuu = Act = Put your understanding into practice. Cimadhuu = Persevere= Do not retreat from challenges; keep going. Mul’adhuu = Achieve / Manifest = Express yourself through results; demonstrate success. 1. Baradhuu Milkaa’inni hundi barnoota irraa ka’a. Baradhuun mana barumsaa qofaan hin daangeffamu; jireenya irraa, namoota waliin jiraachuu irraa, akkasumas dogoggora ofii irraa barachuun ni danda’ama. Namni baratu sammuu isaa bal’isa, yaada haaraa simata, of qopheessa. Yoo bu’uura barnootaa cimaa hin qabaanne, tarkaanfiin itti aanu ni rakkisa. Kanaaf, barachuun jalqaba milkaa’inaa ti. 2. Hubadhuu Barachuun qofa gahaa miti; hubannoon murteessaadha. Hubadhuun jechuun beekumsa argatte gadi fageenyaan xiinxaluu fi kaayyoo isaa sirriitti hubachuu dha. Namni hubate waan inni hojjatuuf hiika kenna; maalif akka hojjatu beeka. Kun hojii isaa sirnaan qindeessa, dogoggora hir’isa, abdii fi ifa sammuu isaaf kenna. 3. Hojjadhuu Hubannoon hojii malee bu’aa hin fidu. Hojjadhuun jechuun yaada fi karoora gara hojii qabatamaatti jijjiiruu dha. Namni sodaa fi shakkii of keessaa balleesse, tarkaanfii jalqaba fudhata. Hojii jalqabuu qofa osoo hin taane, itti fufee xumuruun barbaachisaadha. Jijjiiramni dhugaa kan dhufu hojii irraa qofa. 4. Cimuu Karaa milkaa’inaa irratti gufuu fi rakkoon ni mudatu. Cimuun jechuun abdii hin kutin, rakkoo jalaa hin deebi’in, kaayyoo kee irratti cichuu dha. Kufaatin barnoota; nama cimsuu danda’a yoo inni irraa barate. Itti fufiinsi fi obsaan milkaa’inatti si geessu. Namni cimee deemu, yeroo dheeraaf bu’aa waaraa argata. 5. Mul’adhuu Dhuma irratti bu’aan hojii ni mul’ata. Mul’adhuun jechuun milkaa’ina keessaa fi alaa argisiisuu dha. Keessatti quufaa fi gammachuu argata; alaan immoo kabajaa fi jijjiirama hawaasaa fiduu danda’a. Namni barate, hubate, hojjate, cime, dhuma irratti milkaa’ina isaa ni mul’isa. Xumura irratti daandiin milkaa’inaa ifa dha,Baradhuu, Hubadhuu, Hojjadhuu, Cimadhuu, Mul’adhuu.Namni tarkaanfii kana sirnaan hordofu kaayyoo isaa galmaan ga’a; jireenya isaa keessatti jijjiirama dhugaa uuma. @Oromoo_inspire

Post: 🔥 BUILD ASSETS, NOT EXCUSES! 🔥 Your salary pays bills… Assets create FREEDOM. 💸 Start building today. #AssetBuilding
Post: 🔥 BUILD ASSETS, NOT EXCUSES! 🔥 Your salary pays bills… Assets create FREEDOM. 💸 Start building today. #AssetBuilding #FinancialFreedom #WealthMindset @naatoo16

Asset Building + Money + Mindset - Telegram kanali @im_done_check statistikasi va tahlili