uz
Feedback
Gali Ababor Official

Gali Ababor Official

Kanalga Telegram’da o‘tish

Hubannoo sirrii uumuuf

Ko'proq ko'rsatish

📈 Telegram kanali Gali Ababor Official analitikasi

Gali Ababor Official (@glababor) kanali faol ishtirokchi. Hozirda hamjamiyat 10 207 obunachidan iborat bo'lib, Din & Maʼnaviyat toifasida 8 910-o'rinni va Finlandiya mintaqasida 415-o'rinni egallagan.

📊 Auditoriya ko‘rsatkichlari va dinamika

невідомо sanasidan buyon loyiha tez o‘sib, 10 207 obunachiga ega bo‘ldi.

10 Sentabr, 2026 dagi oxirgi ma’lumotlarga ko‘ra kanal barqaror faollikka ega. Oxirgi 30 kunda obunachilar soni 53 ga, so‘nggi 24 soatda esa 6 ga o‘zgardi va umumiy qamrov yuqori darajada qolmoqda.

  • Tasdiqlash holati: Tasdiqlanmagan
  • Jalb etish (ER): Auditoriya o‘rtacha 25.38% darajada jalb etiladi. Nashrdan keyingi dastlabki 24 soatda kontent odatda umumiy obunachilar sonining 6.13% ini tashkil etuvchi reaksiyalarni to‘playdi.
  • Post qamrovi: Har bir post o‘rtacha 0 marta ko‘riladi; birinchi sutkada odatda 626 ta ko‘rish yig‘iladi.
  • Reaksiyalar va o‘zaro ta’sir: Auditoriya faol: har bir postga o‘rtacha 0 ta reaksiya keladi.

📝 Tavsif va kontent siyosati

Muallif resursni shaxsiy fikrni ifoda etish maydoni sifatida ta’riflaydi:
Hubannoo sirrii uumuuf

Yuqori yangilanish chastotasi (oxirgi ma’lumot 11 Sentabr, 2026 da olingan) sababli kanal doimo dolzarb va katta qamrovli bo‘lib qoladi. Analitika auditoriya kontent bilan faol hamkorlik qilishini, uni Din & Maʼnaviyat toifasidagi muhim ta’sir nuqtasiga aylantirishini ko‘rsatadi.

10 207
Obunachilar
+624 soatlar
+127 kun
+5330 kun
Postlar arxiv
ህዝቡ የኢራን ዝናብ ነጎድጓድ መሬቱን ስያንቀጠቅጥ፣ ከዋሻ ወተን ካልሸሸን ይላል፣ ወታደሮች ደግሞ አትወጡም ይላሉ። ብቻ ከባድ ነው😎 Ummanni roobni Iraan gubbaarraa roobsitu isa sodaachisee Boolla keessaa baanee baqannu malee jedha. Poolisoonnimmoo lakkii hin baatanii jedhee hulaa itti cufa.

Mos-Ad akkasitti gubate jettanii? Isaan nama ajjeesan Iraan immoo waajjira tikaa isaanii olaanaa barbadeessite. Kanuma arguun gammachuu addaati. እስራኤል የኢራን የደህንነት ሀላፊዎችን ስት*ገድል ... ኢራን ደግሞ የሞሳድ ዋና ቢሮን አውድማለች

Humni kan Rabbiiti. Waan fedhe godha. Kunis kan ganama kanaati.

Gamoo Telaabiib keessa jiru ganama kana akkasitti gubataa jira. حريق ضخم يلتهم عمارة في تل أبيب إثر إصابة مباشرة بصاروخ إيراني في الموجة الأخيرة

+2
VID_20250616_073907_151.mp41.61 MB

Israa'iil akkasitti bultee ganama kanas akkasitti jirti.

Gaafa Rabbiin murteesse azaabni akkas samii irraa Israa'iilitti gadi itti rooba.

Hidaa ijoollee yatiimaa kana kaffallee mana isaanii keessatti isaan hambisuuf amma birrii 700,000 keessaa 360,000 tu nu hafe. Ijoollee yatiimaa shan abbaan irraa du'e. Bakki jireenya isaanii Magaalaa Sokorruuti. Abbaan isaanii hidaa birrii 700,000 tu irra jira ture. Abbaan hidichaa immoo mana keessaa naaf bahaa jedhe. Amma ijoolleen kun haadhaa wajjin dirree irratti hafaa jiru. Idaa isaanii kaffaallee mana jaraa keessatti haa hambifnu jechuudhaan waamichi dhihaate. Yatiima kana gargaaruun baankii Rabbii kan dachaa dachaan namaaf galfamu keessa kaa'achuudha. Namni yatiimaaf wabii ta'e ollaa ergamaa Rabbii ta'uun gabaafamee jira. *Kanaafuu mee waan qabnu hin tuffannu walitti daballee idaa kana irraa haa kaffallu.* LakKoofsa herrega baankii daldala Ethiopia maqaa namoota lamaatiin baname kanarratti kottaa hirmaadhaa. *~Musaa jamaal & Mohamadsani kader~* CBE : 1000685138038 00251991197419 +251993652157 +251911280802 https://chat.whatsapp.com/CsBnHC4IJ445fBbSbUOFeV

Ijoollee yatiimaa nama shan Magaalaa Sokorruutti abbaan isaanii hidaa birrii 700,000 irra jiruu du'e. Namni hidaa irraa qabu mana keessaa gadhiisisuuf jennaan ijoolleen dirree irratti hafaa jiru. Dhimmi ijoollee Yatiimaa kun kanaan dura dubbatamee ture, ammas furmaanni hin argamne. Ijoollee kana irraa abban Aakiraa deeme idaan Qarshii 700,000 irra jira. Kanaaf abbaan hidaa mana keessaa naaf bahaa jedhe . Idaa abbaa ijoollee yatiima kanaa kaffaallee mana jaraa keessatti haa hambifnu jechuun waamichi dhihaate. *Mee Akkam Hataanu?* *Utuu nuti biyya* *addunyaarra jirruu* *ilmaan Yatiimaa ta'aa dabalata mana keessa jiraattu keessaa baatii?* Namni yatiimaaf wabii ollaa ergamaa Rabbii ta'uun gabaafamee jira. *Kanaafuu mee waan qabnu hin tuffannu walitti daballee idaa kana irraa haa kaffallu.* LakKoofsa herrega baankii daldala Ethiopia maqaa namoota lamaatiin baname kanarratti kottaa hirmaadhaa. *~Musaa jamaal & Mohamadsani kader~* CBE : 1000685138038 00251991197419 +251993652157 +251911280802

Beeksisa Barnoota Gannaa **** "Cetifcate Sharii'aa" sagantaa gannaa: https://t.me/markazibnabbas Ibn Abbaas Akkaadaamiin boqonnaa gannaa sababa godhachuudhaan barumsa "sartifikeettii sharii'aa" barattootaaf qopheessee jira. Gosoota barumsaa kennaman: . Aqiidaa, . Fiqhii (Manhaj Assaalik) . Tafsiira suuraalee filatamoo . Usuul Alfiqhii (Al-Usuul Min Ilmil Usuul) kan Ibn Useymiin . Hadiisa Umdatul Ahkaam Fiqhii Ibaadaa ta'a Inshaa Allaah. Ulaagaalee barbaachisan: . Qur'aana ilaalchaan sirriitti xumuruu, . Afaan Oromoo dubbisuu fi barreessuu danda'uu, . Sagantaa barumsaa irratti argamuu danda'uu, . Qorumsa yeroon qoramuu Akkaataa barumsaa . Barumsichi online baratama. . Sa'aatiin isaas ganama salaata Subhii boodaafi galgala sa'aa 3:00-4:30 ta'a. . Telegraamii irratti live baratama Inshaa Allaah. Wantoota galmeef barbaachisan **** 1. Email mataa keessanii banachuu 2. Foormii guutuu 3. Kafaltii barumsichaaf barbaachisu kaffaluudha. Odeeffannoo dabalataatiif: Bilbila: +251952418212 +251985426569 +251927867842 Garee telegraamii kana seenaa: https://t.me/markazibnabbas

photo content

بِسْمِ ٱللَّٰهِ ٱلرَّحْمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ اَلسَّلَامُ عَلَيْكُمْ وَرَحْمَةُ اللهِ وَبَرَكَاتُهُ _Kabajamtootaa fi Jaallatamtootaa Obboleettiwwan muslimaa Maraaf bakka jirtanitti nageenyi Rabbii isin waliin haata'u_ *ODUU GAMMACHIISAA* _Akkuma beekamu markazni Aaisha shamarran qofaan kan qophxaawu bara 2023 irraa kaasee karaa zoomn barnoota dubartootaa qofa haga ammaatti barsiisaa jiraachuun isaa ni beekama Karaa qilensarraa barsiisu qofa irratti hin dhaabanne lafarrattis gad dhaabatee magaalaa jimmaa keessatti ijaaramuuf qophii xumuree jira itti gaafatamummaa markazichaas kan ofitti fudhatee gad dhaabaa jiru Shekh// Alii Jimmaatiin eegalee jira inshaa allaahu yeroo dhiyootti kan gad dhaabatu taha_ _Gareen kun kan adda isa taasisu akkuma armaan olitti kaasne Shamarran qofa (ikhtilaaxan)maleetti Ahkaama dubartootaa akkasuma qooda dubartiin islaamummaa keessatti qabdu akkasuma kitaabota waa'ee dubartii qofaan qophxaawu Barsiisee haadha gaarii fii madrasaa diiniif gumaachuudha alhamdulillaa haga ammaatti barsiisaa jira_ _Yeroo dheeraaf garee markaza Aa'ishaa keessatti Barnootni kitaabota dubartiin qophxaawuus tahee Barnootni biroon ustaazota keenyaan baratamaa ture amma ammoo barnoota waa'ee dubartii kan barsiisu shamarran garee kana keessatti baratanii bahanin taha_ _barnootni ammaaf eegalus kitaaba hadiisa waa'ee dubartii qofaati innis Ustaaza keenya Ummu Feysalin @⁨أم فيصل الجمِّية⁩ tartiibaan kan baratamu taha_ _Kanaaf Inshaa allaah gaafa sanbata duraa sa'atii 11:00 halkan irraa akka 🇸🇦tti yoo ta'u barnoota kitaaba الأربعين النسائية(Arbaaun Alnisaaiyyaah))kan eegalamu taha Maarregaa obboleetti tiyya qaalii koottu waa'ee kankee obboleetti keetirraa qaanfiif sodaan maleetti koottu baradhuu of qopheessi ati Madrasaadha ati daaiyaadha ati haadha jagnaa oomishuu koottu of qopheessi siin jenna_ مركز عائشة للعلوم الخاصة بالنساء ⛔HUBACHIISA⛔ GAREEN KUN SHAMARRAN QOFA ILAALLATA Linki armaan gadii tuquun seena https://chat.whatsapp.com/BlINocg4JYMDSiGT6RH7yD وبالله التوفيق ♥️♥️♥️🥀🥀🥀💐💐♥️♥️

Guyyaa Jumu'aa keessa jirra. Nabiyyii keenya (saw) irratti salawaata (rahmata) buusuun bu'aa maalii qaba? قال الله تعالى👇 إِنَّ اللَّهَ وَمَلَائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى النَّبِيِّ ۚ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا صَلُّوا عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيمًا Rabbiin ol ta'e ni jedhe: Dhugumatti, Rabbiifi maleykonni Isaa Nabiyyii irratti rahmata buusu. Yaa warra amantan! isinis rahmata isa irratti buusaa; nageenyas buusuus buusaa. (Ahzab :56) وفي الحديث👇 أَكثِروا الصَّلاةَ عليَّ يومَ الجمعةِ وليلةَ الجمعةِ فمن صلَّى عليَّ صلاةً صلَّى اللَّهُ عليْهِ عشرًا، Guyyaa Jum'aafi halkan Jum'aa rahmata narratti buusuu baay'isaa. Nama rahmata tokko narratti buuse Rabbiin rahmata kudhan irratti buusa. Rasuul (SAW) ( وعن أوس بن أوس رضي الله عنه قال : قال رسول الله صلى الله عليه وسلم : { من أفضل أيامكم يوم الجمعة : فيه خلق آدم ، وفيه قبض ، وفيه النفخة ، وفيه الصعقة ، فأكثروا علي من الصلاة فيه فإن صلاتكم معروضة علي ، قالوا : يا رسول الله وكيف تعرض عليك صلاتنا وقد أرمت ؟ يعني وقد بليت ، فقال : إن الله عز وجل حرم على الأرض أن تأكل أجساد الأنبياء } رواه الخمسة إلا الترمذي ) Aws bin Aws irraa odeeffamee (ra) ni jedhe: Ergamaan Rabii (saw) ni jedhan: "Caalaan guyyootii keessanii guyyaa Jum'aati. Aadam isa keessa uumame. Isuma keessa du'e. Xurumbaan qiyaamaas isa keessa. Dhumaatiin isuma keessa. Isa keessa rahmata narratti buusuu baay'isaa. Salawaanni keessan narra ni fidama. 'Yaa Ergamaa akkamitti salawaanni keenya sirra fidama sihii tortoree jiruu?' Jedhaniin. "Rabbiin guddatee ol ta'e qaama nabiyyootaa nyaachuu dachii irratti haraama godhe" jedhan. Tirmiziin qofti hafee Khamsaatu gabaasan. اللهم صل وسلم وبارك على محمد وعلى آله وصحبه ومن سار على دربه واقتفى اثره،

قال ليس للنحو جئتكم ** لا ولا فيه أرغـبُ خَـلِّ زيــداً لــشـــأنــه ** أَيـنما شـاء يذهـب أنــا مــالــي ولعمرو ** أبدَ الدهر يُضرَبُ