Gali Ababor Official
الذهاب إلى القناة على Telegram
📈 نظرة تحليلية على قناة تيليجرام Gali Ababor Official
تُعد قناة Gali Ababor Official (@glababor) لاعباً نشطاً. يضم المجتمع حالياً 10 209 مشتركاً، محتلاً المرتبة 8 918 في فئة الدين والقيم الروحية والمرتبة 415 في منطقة فنلندا.
📊 مؤشرات الجمهور والحراك
منذ تأسيسه في невідомо، حقق المشروع نمواً سريعاً وجمع 10 209 مشتركاً.
بحسب آخر البيانات بتاريخ 09 سبتمبر, 2026، تحافظ القناة على نشاط مستقر. خلال آخر 30 يوماً تغيّر عدد الأعضاء بمقدار 46، وفي آخر 24 ساعة بمقدار 1، مع بقاء الوصول العام مرتفعاً.
- حالة التحقق: غير موثّقة
- معدل التفاعل (ER): يبلغ متوسط تفاعل الجمهور 25.39%. وخلال أول 24 ساعة من النشر يحصد المحتوى عادةً 6.14% من ردود الفعل نسبةً إلى إجمالي المشتركين.
- وصول المنشورات: يحصل كل منشور على متوسط 0 مشاهدة. وخلال اليوم الأول يجمع عادةً 626 مشاهدة.
- التفاعلات والاستجابة: يتفاعل الجمهور بانتظام؛ متوسط التفاعلات لكل منشور يبلغ 0.
📝 الوصف وسياسة المحتوى
يصف المؤلف القناة بأنها مساحة للتعبير عن الآراء الذاتية:
“Hubannoo sirrii uumuuf”
بفضل وتيرة التحديث المرتفعة (أحدث البيانات بتاريخ 10 سبتمبر, 2026) تحافظ القناة على حداثتها ومستوى وصول مرتفع. وتُظهر التحليلات تفاعلاً نشطاً من الجمهور، ما يجعلها نقطة تأثير مهمة ضمن فئة الدين والقيم الروحية.
10 209
المشتركون
+124 ساعات
+87 أيام
+4630 أيام
أرشيف المشاركات
10 207
Mos-Ad akkasitti gubate jettanii? Isaan nama ajjeesan Iraan immoo waajjira tikaa isaanii olaanaa barbadeessite. Kanuma arguun gammachuu addaati.
እስራኤል የኢራን የደህንነት ሀላፊዎችን ስት*ገድል ... ኢራን ደግሞ የሞሳድ ዋና ቢሮን አውድማለች
10 207
Gamoo Telaabiib keessa jiru ganama kana akkasitti gubataa jira.
حريق ضخم يلتهم عمارة في تل أبيب إثر إصابة مباشرة بصاروخ إيراني في الموجة الأخيرة
10 207
Gaafa Rabbiin murteesse azaabni akkas samii irraa Israa'iilitti gadi itti rooba.
10 207
Repost from 𝗜𝗯𝗻 𝗔𝗯𝗯𝗮𝘀 𝗔𝗰𝗮𝗱𝗲𝗺𝘆
Hidaa ijoollee yatiimaa kana kaffallee mana isaanii keessatti isaan hambisuuf amma birrii 700,000 keessaa 360,000 tu nu hafe.
Ijoollee yatiimaa shan abbaan irraa du'e. Bakki jireenya isaanii Magaalaa Sokorruuti. Abbaan isaanii hidaa birrii 700,000 tu irra jira ture. Abbaan hidichaa immoo mana keessaa naaf bahaa jedhe. Amma ijoolleen kun haadhaa wajjin dirree irratti hafaa jiru.
Idaa isaanii kaffaallee mana jaraa keessatti haa hambifnu jechuudhaan waamichi dhihaate.
Yatiima kana gargaaruun baankii Rabbii kan dachaa dachaan namaaf galfamu keessa kaa'achuudha.
Namni yatiimaaf wabii ta'e ollaa ergamaa Rabbii ta'uun gabaafamee jira.
*Kanaafuu mee waan qabnu hin tuffannu walitti daballee idaa kana irraa haa kaffallu.*
LakKoofsa herrega baankii daldala Ethiopia maqaa namoota lamaatiin baname kanarratti kottaa hirmaadhaa.
*~Musaa jamaal & Mohamadsani kader~*
CBE : 1000685138038
00251991197419
+251993652157
+251911280802
https://chat.whatsapp.com/CsBnHC4IJ445fBbSbUOFeV
10 207
Ijoollee yatiimaa nama shan Magaalaa Sokorruutti abbaan isaanii hidaa birrii 700,000 irra jiruu du'e. Namni hidaa irraa qabu mana keessaa gadhiisisuuf jennaan ijoolleen dirree irratti hafaa jiru.
Dhimmi ijoollee Yatiimaa kun kanaan dura dubbatamee ture, ammas furmaanni hin argamne.
Ijoollee kana irraa abban Aakiraa deeme idaan Qarshii 700,000 irra jira. Kanaaf abbaan hidaa mana keessaa naaf bahaa jedhe .
Idaa abbaa ijoollee yatiima kanaa kaffaallee mana jaraa keessatti haa hambifnu jechuun waamichi dhihaate.
*Mee Akkam Hataanu?*
*Utuu nuti biyya* *addunyaarra jirruu* *ilmaan Yatiimaa ta'aa dabalata mana keessa jiraattu keessaa baatii?*
Namni yatiimaaf wabii ollaa ergamaa Rabbii ta'uun gabaafamee jira.
*Kanaafuu mee waan qabnu hin tuffannu walitti daballee idaa kana irraa haa kaffallu.*
LakKoofsa herrega baankii daldala Ethiopia maqaa namoota lamaatiin baname kanarratti kottaa hirmaadhaa.
*~Musaa jamaal & Mohamadsani kader~*
CBE : 1000685138038
00251991197419
+251993652157
+251911280802
10 207
Beeksisa Barnoota Gannaa
****
"Cetifcate Sharii'aa" sagantaa gannaa:
https://t.me/markazibnabbas
Ibn Abbaas Akkaadaamiin boqonnaa gannaa sababa godhachuudhaan barumsa "sartifikeettii sharii'aa" barattootaaf qopheessee jira.
Gosoota barumsaa kennaman:
. Aqiidaa,
. Fiqhii (Manhaj Assaalik)
. Tafsiira suuraalee filatamoo
. Usuul Alfiqhii (Al-Usuul Min Ilmil Usuul) kan Ibn Useymiin
. Hadiisa Umdatul Ahkaam Fiqhii Ibaadaa ta'a Inshaa Allaah.
Ulaagaalee barbaachisan:
. Qur'aana ilaalchaan sirriitti xumuruu,
. Afaan Oromoo dubbisuu fi barreessuu danda'uu,
. Sagantaa barumsaa irratti argamuu danda'uu,
. Qorumsa yeroon qoramuu
Akkaataa barumsaa
. Barumsichi online baratama.
. Sa'aatiin isaas ganama salaata Subhii boodaafi galgala sa'aa 3:00-4:30 ta'a.
. Telegraamii irratti live baratama Inshaa Allaah.
Wantoota galmeef barbaachisan
****
1. Email mataa keessanii banachuu
2. Foormii guutuu
3. Kafaltii barumsichaaf barbaachisu kaffaluudha.
Odeeffannoo dabalataatiif:
Bilbila:
+251952418212
+251985426569
+251927867842
Garee telegraamii kana seenaa:
https://t.me/markazibnabbas
10 207
بِسْمِ ٱللَّٰهِ ٱلرَّحْمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ
اَلسَّلَامُ عَلَيْكُمْ وَرَحْمَةُ اللهِ وَبَرَكَاتُهُ
_Kabajamtootaa fi Jaallatamtootaa Obboleettiwwan muslimaa Maraaf bakka jirtanitti nageenyi Rabbii isin waliin haata'u_
*ODUU GAMMACHIISAA*
_Akkuma beekamu markazni Aaisha shamarran qofaan kan qophxaawu bara 2023 irraa kaasee karaa zoomn barnoota dubartootaa qofa haga ammaatti barsiisaa jiraachuun isaa ni beekama Karaa qilensarraa barsiisu qofa irratti hin dhaabanne lafarrattis gad dhaabatee magaalaa jimmaa keessatti ijaaramuuf qophii xumuree jira itti gaafatamummaa markazichaas kan ofitti fudhatee gad dhaabaa jiru Shekh// Alii Jimmaatiin eegalee jira inshaa allaahu yeroo dhiyootti kan gad dhaabatu taha_
_Gareen kun kan adda isa taasisu akkuma armaan olitti kaasne Shamarran qofa (ikhtilaaxan)maleetti Ahkaama dubartootaa akkasuma qooda dubartiin islaamummaa keessatti qabdu akkasuma kitaabota waa'ee dubartii qofaan qophxaawu Barsiisee haadha gaarii fii madrasaa diiniif gumaachuudha alhamdulillaa haga ammaatti barsiisaa jira_
_Yeroo dheeraaf garee markaza Aa'ishaa keessatti Barnootni kitaabota dubartiin qophxaawuus tahee Barnootni biroon ustaazota keenyaan baratamaa ture amma ammoo barnoota waa'ee dubartii kan barsiisu shamarran garee kana keessatti baratanii bahanin taha_
_barnootni ammaaf eegalus kitaaba hadiisa waa'ee dubartii qofaati innis Ustaaza keenya Ummu Feysalin @أم فيصل الجمِّية tartiibaan kan baratamu taha_
_Kanaaf Inshaa allaah gaafa sanbata duraa sa'atii 11:00 halkan irraa akka 🇸🇦tti yoo ta'u barnoota kitaaba الأربعين النسائية(Arbaaun Alnisaaiyyaah))kan eegalamu taha Maarregaa obboleetti tiyya qaalii koottu waa'ee kankee obboleetti keetirraa qaanfiif sodaan maleetti koottu baradhuu of qopheessi ati Madrasaadha ati daaiyaadha ati haadha jagnaa oomishuu koottu of qopheessi siin jenna_
مركز عائشة للعلوم الخاصة بالنساء
⛔HUBACHIISA⛔
GAREEN KUN SHAMARRAN QOFA ILAALLATA
Linki armaan gadii tuquun seena
https://chat.whatsapp.com/BlINocg4JYMDSiGT6RH7yD
وبالله التوفيق
♥️♥️♥️🥀🥀🥀💐💐♥️♥️
10 207
Guyyaa Jumu'aa keessa jirra. Nabiyyii keenya (saw) irratti salawaata (rahmata) buusuun bu'aa maalii qaba?
قال الله تعالى👇
إِنَّ اللَّهَ وَمَلَائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى النَّبِيِّ ۚ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا صَلُّوا عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيمًا
Rabbiin ol ta'e ni jedhe:
Dhugumatti, Rabbiifi maleykonni Isaa Nabiyyii irratti rahmata buusu. Yaa warra amantan! isinis rahmata isa irratti buusaa; nageenyas buusuus buusaa. (Ahzab :56)
وفي الحديث👇
أَكثِروا الصَّلاةَ عليَّ يومَ الجمعةِ وليلةَ الجمعةِ فمن صلَّى عليَّ صلاةً صلَّى اللَّهُ عليْهِ عشرًا،
Guyyaa Jum'aafi halkan Jum'aa rahmata narratti buusuu baay'isaa. Nama rahmata tokko narratti buuse Rabbiin rahmata kudhan irratti buusa. Rasuul (SAW)
( وعن أوس بن أوس رضي الله عنه قال : قال رسول الله صلى الله عليه وسلم : { من أفضل أيامكم يوم الجمعة : فيه خلق آدم ، وفيه قبض ، وفيه النفخة ، وفيه الصعقة ، فأكثروا علي من الصلاة فيه فإن صلاتكم معروضة علي ، قالوا : يا رسول الله وكيف تعرض عليك صلاتنا وقد أرمت ؟ يعني وقد بليت ، فقال : إن الله عز وجل حرم على الأرض أن تأكل أجساد الأنبياء } رواه الخمسة إلا الترمذي )
Aws bin Aws irraa odeeffamee (ra) ni jedhe: Ergamaan Rabii (saw) ni jedhan: "Caalaan guyyootii keessanii guyyaa Jum'aati. Aadam isa keessa uumame. Isuma keessa du'e. Xurumbaan qiyaamaas isa keessa. Dhumaatiin isuma keessa. Isa keessa rahmata narratti buusuu baay'isaa. Salawaanni keessan narra ni fidama. 'Yaa Ergamaa akkamitti salawaanni keenya sirra fidama sihii tortoree jiruu?' Jedhaniin. "Rabbiin guddatee ol ta'e qaama nabiyyootaa nyaachuu dachii irratti haraama godhe" jedhan. Tirmiziin qofti hafee Khamsaatu gabaasan.
اللهم صل وسلم وبارك على محمد وعلى آله وصحبه ومن سار على دربه واقتفى اثره،
10 207
قال ليس للنحو جئتكم ** لا ولا فيه أرغـبُ
خَـلِّ زيــداً لــشـــأنــه ** أَيـنما شـاء يذهـب
أنــا مــالــي ولعمرو ** أبدَ الدهر يُضرَبُ
10 207
Amma garee Sheykh Alii Jimmaa irratti du'aa'iin godhamaa jira. Gargaarsatu Sheik Zaakir Koroodoof godhamaara. Seenaa.
https://s.imoim.net/EjA6ML?from=TG
