cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qilingยป, bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Harmee Tewaahidoo๐ŸŒท

Kaayyoon Channel kanaa: Ogummaa qabnuun sagalee Waaqayyoo barsiisuu fi waaโ€™ee mana Amantaa Ortodoksii Tewaahidoo qofa kan barsiisuu dha. Yaada keessaniif : @Mariyamkoo YouTube: https://youtu.be/Uy_rxqf2_Zs โ€œDammaqaa cimaatii dhaabadhaa!โ€๐ŸŒฒ

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
5 027
Obunachilar
+524 soatlar
+907 kunlar
+56630 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

๐๐ฎ๐ฅ๐ช๐ฎ๐ฅ๐ฅ๐ž๐ž๐ญ๐ญ๐ข๐ข ๐€๐ซ๐ฌ๐ž๐ž๐ฆ๐š๐š Baga Guyyaa Yaadannoo Haadha keenya Qulqulleettii Arseemaa nagaadhaan geessan! โ™ฅ ๐๐ฎ๐ฅ๐ช๐ฎ๐ฅ๐ฅ๐ž๐ž๐ญ๐ญ๐ข๐ข๐ง ๐€๐ซ๐ฌ๐ž๐ž๐ฆ๐š๐š ๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐ฎ๐๐ก๐š! โ™ฅ ๐’๐ข'๐ข๐ฅ๐ข๐ข๐ง ๐๐ฎ๐ฅ๐ช๐ฎ๐ฅ๐ฅ๐ž๐ž๐ญ๐ญ๐ข๐ข ๐€๐ซ๐ฌ๐ž๐ž๐ฆ๐š๐š ๐ข๐ง๐ง๐ข ๐ฌ๐ข๐ซ๐ซ๐ข๐ข๐ง ๐Œ๐š๐ง๐ง๐ข ๐Š๐ข๐ซ๐ข๐ฌ๐ญ๐š๐š๐ง๐š๐š ๐ค๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š ๐Ÿ๐ฎ๐๐ก๐š๐ญ๐ญ๐ฎ ๐ค๐š๐ฆ๐ข๐๐ก๐š? โ™ฅ ๐’๐ข'๐ข๐ฅ๐ข๐ข ๐๐ฎ๐ฅ๐ช๐ฎ๐ฅ๐ฅ๐ž๐ž๐ญ๐ญ๐ข๐ข ๐€๐ซ๐ฌ๐ž๐ž๐ฆ๐š๐š๐ญ๐ข ๐ฃ๐ž๐ง๐ง๐ž๐ž ๐›๐š๐š๐ฒ'๐ข๐ง๐š๐š๐ง ๐ค๐š๐ง ๐Ÿ๐š๐ฒ๐ฒ๐š๐๐š๐ฆ๐ง๐ฎ ๐’๐ข'๐ข๐ฅ๐ข๐ข ๐๐ฎ๐ฅ๐ช๐ฎ๐ฅ๐ฅ๐จ๐จ๐ญ๐š ๐ค๐š๐ฆ๐ข๐ข๐ญ๐ข? โ™ฅ ๐๐ฎ๐ฅ๐ช๐ฎ๐ฅ๐ฅ๐จ๐จ๐ง๐ง๐ข ๐ค๐ฎ๐ง๐ง๐ž๐ž๐ง ๐ก๐จ๐จ ๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐ฎ ๐Ÿ๐š'๐ข? ๐†๐š๐š๐Ÿ๐Ÿ๐ข๐ฅ๐ž๐ž ๐ค๐š๐ง๐ง๐ž๐ž๐ง๐ข๐ข ๐Ÿ๐ข ๐ค๐š๐ง๐ง๐ž๐ž๐ง ๐›๐ข๐ซ๐จ๐จ ๐ฐ๐š๐š'๐ž๐ž ๐๐ฎ๐ฅ๐ช๐ฎ๐ฅ๐ฅ๐ž๐ž๐ญ๐ญ๐ข๐ข ๐€๐ซ๐ฌ๐ž๐ž๐ฆ๐š๐š ๐ข๐ซ๐ซ๐š๐ญ๐ญ๐ข ๐ค๐š'๐š๐š๐ง๐ข๐ข๐Ÿ ๐๐ž๐ž๐›๐ข๐ข ๐ข๐ฌ๐š๐š๐ง๐ข๐ข ๐ฅ๐ข๐ง๐ค ๐ค๐š๐ง๐š๐š ๐ ๐š๐๐ข ๐ฃ๐ข๐ซ๐ฎ ๐ญ๐ฎ๐ช๐ฎ๐ฎ๐ง ๐๐ฎ๐›๐›๐ข๐ฌ๐š! Akkasumas bakka INSTALL jedhu tuquun Application keenya buufadhaa! ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://bit.ly/3qC1a7f https://bit.ly/3qC1a7f
Hammasini ko'rsatish...
โค 6๐Ÿฅฐ 2๐Ÿ‘ 1
Repost fromย Ortodoksii Tawaahidoo
Ergaa Qulqulluu Phaawuloos gara namoota Roomeetti erge โ™ฆ Seenaafi hundeeffama magaalaa Room durii โ™ฆ Seenaa fi hundeeffama Mana Kiristaanaa Room โ™ฆ Ergaa fi Seenaa Kitaaba gara warra Roomee โ™ฆ Qoqqoodamaa fi akkaataa qo'annaa Kitaaba Ergaa gara warra Roomee fi k.k.f. Link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa! ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://bit.ly/3jOJkv2 https://bit.ly/3jOJkv2
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿฅฐ 2๐Ÿ‘ 1
Sirna Uumamaa Kutaa 3ffaa Koorsii Afuurawaa Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Afaan Oromootiin sirna Uumamaa kutaa 3ffaa link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa! ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://www.qubeeonline.com/2024/05/sirna-uumamaa3.html
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 7โค 4
Baga Guyyaa Ayyaana Abuna Gabra Manfas Qidduusiin Nagaan isin gahe! โ™ฆ Abuna Gabra Manfas Qidduus eenyudha? โ™ฆ Jaalalli Uummanni Itoophiyaa isaaniif qabu akkamitti kan Qulqulloota kaanirraa adda ta'e? โ™ฆ Uummanni keenya maalif jiruufi jireenya isaa keessatti maqaa Aabboo baayi'naan waama? Kanneenii fi kanneen biroo wantoota ajaa'ibaa waa'ee abbaa keenya Abuna Gabra Manfas Qidduus link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa! waliif qoodaa! https://bit.ly/3FJu1xe https://bit.ly/3FJu1xe
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 10๐Ÿฅฐ 3โค 1
Mul'ata Qulqulluu Yohaannis ๐Ÿ’  Seenaa Kitaaba Mul'ata Yohaannis ๐Ÿ’  Seenaa Magaalaa Efeesoon fi Qulqulluu Yohaannis ๐Ÿ’  Mana Xaa'otii Arxeems fi Qulqulluu Yohaannis ๐Ÿ’  Qoqqoodiinsa fi Hiikoo Mul'ata Yohaannis ๐Ÿ’  Kaayyoo Mul'anni Yohaannis itti barreeffameef fi k.k.f link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa! ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://bit.ly/3I22FCz https://bit.ly/3I22FCz
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿฅฐ 4๐Ÿ‘ 1
Repost fromย Ortodoksii Tawaahidoo
Luba Malka Tsedeeq ๐Ÿ’  Lubni Malka Tsedeeq eenyudha? ๐Ÿ’  Lubummaan Malka Tsedeeq Lubummaa Leewwotaa irraa maaliin adda? ๐Ÿ’  Lubummaan Malka Tsedeeq fi Lubummaan Gooftaa maaliin wal fakkaatu? Waa'ee Luba Malka Tsedeeq link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa! Kutaa 1ffaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://bit.ly/3FprPcP https://bit.ly/3FprPcP Kutaa 2ffaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://bit.ly/3vdhJKz https://bit.ly/3vdhJKz
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 5
Repost fromย Nehemiah Promotion
Hammasini ko'rsatish...
Kitaaba Qulqulluu
Kitaabolee Koorsii
Kitaabolee Andimtaa
Kitaabolee Kadhannaa
Repost fromย Nehemiah Promotion
Ijoollee Ortodoksii Tawaahidoo hundaaf! Channel Afaan Oromoo Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo kunneen join taasisaa! โ›ช Faaruuwwan Ortodoksii Tawaahidoo โ›ช Koorsiiwwan Ortodoksii Tawaahidoo โ›ช Barnoota Amantaa โ›ช Walaloowwan Afuurawaa โ›ช Seenessa Afuurawaa fi k.k.f ni argattu. Join Join Join
Hammasini ko'rsatish...
โค 5๐Ÿ‘ 2๐Ÿ‘ 1
Koorsiiwwan EOTC
Faaruuwwan EOTC
Join โœ…
Repost fromย Ortodoksii Tawaahidoo
Qulqulluun Luqaas eenyudha? โ™ฅ Wangeelli Luqaas akkamitti qo'atama? qabiyyeewwan isaa maal maali? โ™ฅ Wangeela Luqaas Wangeelota kaanirraa kan adda isa taasisan maal maali? โ™ฅ Wangeelli Luqaas fi Hojiin Duuka Bu'ootaa bara meeqa barreeffaman? โ™ฅ Hojiin Duuka Bu'ootaa hoo qabiyyeen isaa maali? Link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa! ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://www.qubeeonline.com/2021/10/luqaas.html
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 4
Qulqulluu Abuna Ewoosxaatewoos โ™ฆ Abbaan keenya Qulqulluun Abuna Ewoosxaatewoos eenyudha? โ™ฆ Seenaa fi Qabsuura Qulqulluu Abuna Ewoosxaatewoos ๐Ÿ™ Abuna Ewoosxaatewoos fi Abuna Takla Haymaanoot โœ… Raajiiwwan Abuna Ewoosxaatewoos taasisan fi deemsa isaanii โœ… Boqonnaa fi guyyoota yaadannoo Abuna Ewoosxaatewoos Link kanaa gadi jiru tuquun waa'ee Qulqulluu Abuna Ewoosxaatewoos guutummaa isaa dubbisaa! ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://urltiger.li/UAcmf https://urltiger.li/UAcmf
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 7