cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Madda Jaalalaa

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
1 268
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
+37 kunlar
Ma'lumot yo'q30 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Waan ajaa’ibaati dawwaadha. https://vm.tiktok.com/ZM2nXNCQN/
Hammasini ko'rsatish...
TikTok · Jechaa Beektootaa

Check out Jechaa Beektootaa's post.

Hammasini ko'rsatish...

Hammasini ko'rsatish...
Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.

Photo unavailableShow in Telegram
#MinistryOfEducation Barattoonni bara 2014 qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa qoramanii qabxii 50% ol argataan gara Yuunivarsitiitti darbuu akka danda'an Ministeerri Barnootaa ibsaa har'a midiyaaleef keennen beeksiseera. Bara barnootaa 2014tti barattoonni kuma 899 fi 520 qoratamaniiru. Kanneen keessa qabxii quubsaa (% 50 ol) fiduun kan darban garuu kuma 29 fi 909 duwwaa dha. Kana jechuun dhibbentaa 3.3 qofaatu darbe jechuu dha, akka Proff. Biraanuu Naggaa Ministirri Ministeera Barnootaa qormaata kaleessa lakkifame ilaalchisuun ibsa kennanitti. Qabxiin Olaanaan Barattoota saayinsii uumamaa dhiiraan 700 irraa Qabxii 666 fi  dubaraa irraa 650 galmeessaniiru. Saayinsii Hawaasummaatiin 600 keessaa qabxii 524 galmeeffameera. @Gadaamagazine @Gadaamagazine
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
#grade12entranceexamresult Qabxiin qorumsaa barattootaa kutaa 12ffaa Jimaata boru ykn Sambata Xiqqaa kana akka gadhifamuu himameera. Odeeffannoo har'a 'TIKVAH ETHIOPIA'n Ministeera Barnootaa wabeeffachuudhaan ibseen qabxiin barattootaa qorumsaa biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2014 qoramanii guyyaa boru Jimaata ykn Sanbataa Xiqqaa akka ifoomuu beeksiseera. #share @Gadaamagazine @Gadaamagazine
Hammasini ko'rsatish...
Dawwaadha, follow godha. https://vm.tiktok.com/ZMFJgRUmj/
Hammasini ko'rsatish...
ROBA on TikTok

#oromotiktok #oromomusic #gadaahamdaa kana jedhiin leenca maal gooti sareen baay'attulle .

Repost from GADAA MAGAZINE
Photo unavailableShow in Telegram
#JimmaUniversity Yuunivarsitiin Jimmaa guyyaan galmee barattootaa haaraa Caamsaa 04 fi 05/2014 Kampaasiiwwan itti ramadamaniitti akka rawwaatamuu beeksise. Barattoonni wayita galmeef dhufan: • Ragaa barnootaa orijinaala kutaa 10ffaa fi 12ffaa kooppii isaa tokko waliin qabattanii argamuu qabu. • Suuraa gabaabaa waraqaa eenyummaaf ta'u qabattani dhufuu qabdu. • Uffata qorraa, uffata sireefi boraatii akkasumas uffata ispoortii qopheeffanii akka dhufan beeksiseera. @Gadaamagazine @Gadaamagazine
Hammasini ko'rsatish...
Repost from GADAA MAGAZINE
Photo unavailableShow in Telegram
Waamicha Yuunivarsitii Hawaasaa Galmeen barattoota haaraa ONLINE Caamsaa 01 hanga 05/2014 ta'uu yuunivarsitiin Hawaasaa beeksiseera. Guyyaa barattoonni moora guddicha itti seenuun report gochuu qaban caamsaa 08fi 09/2014. Akkaataa galmee odeeffannoo argachuuf https://hu.edu.et Barattoonni waggaa 1ffaa barnoota addaan kutuun deebitanii galmaa'uu barbaaddan qabxiin keessan ga'aa ta'uu qaba, guyyaan galmee keessanii caamsaa 10fi 11/2014ti. @Gadaamagazine @Gadaamagazine
Hammasini ko'rsatish...
Odeeffannoo dhugaa Afaan Oromoon argachuuf chanaalaa armaan gadii #cuqasuun itti dabalamaa.👇
Hammasini ko'rsatish...
BBC Afaan Oromoo
VOA Afaan Oromoo
Addis Standard
FBC Afaan Oromoo
FiB Finfinnee Integrated Broadcasting
OBN Afaan Oromoo
CNN Afaan Oromoo
Gadaa Magazine