cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qilingยป, bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ

๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/๐ŸŒ ู‚ูŽู†ุงุฉูŒ ุชูุนู†ู‰ ุจุฎุฏู…ุฉ ุงู„ุณู†ู‘ุฉ ุงู„ู…ุญู…ู‘ุฏูŠู‘ุฉุŒ ุนู„ู‰ ุตุงุญุจู‡ุง ุฃูุถู„ู ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ูˆุฃุชู…ู‘ู ุงู„ุณู‘ู„ุงู…. Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam) Yaadaaf๐Ÿ‘‡ https://t.me/Ibrahim_92taf

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
8 880
Obunachilar
+2024 soatlar
+1207 kunlar
+63230 kunlar
Post vaqtlarining boสปlagichi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Nashrni tahlil qilish
PostlarKo'rishlar
Ulashishlar
Ko'rish dinamikasi
01
Rabbiin faaruu haqa godhatu, faarfamuu jaalataa... Alhamdulillaah jedhi....! โ€ุฅู†ูŽู‘ ุงู„ู„ู‘ูฐู‡ ูŠูุญุจ ุฃู†ู’ ูŠูุญู…ุฏ ุŒ ูู‚ูู„ ุงู„ุญู…ุฏู„ู„ู‡ ๐Ÿฉถ. Alhamdulillaah๐Ÿ‘‡ @tafak_or
5922Loading...
02
Media files
7786Loading...
03
Rabbitti qarqaarsifadhu....hin dadhabin....! ุงุณุชุนู† ุจุงู„ู„ู‡ ูˆู„ุง ุชุนุฌุฒ
7583Loading...
04
#Hortee_gaarii โœ Haadha manaatiin eegale, haati manaa tollaan, horteen ishee irraa daraarus midhaaga waan taheef.... ๐Ÿ‘‡ โ€๏ดฟูˆุงู„ุฐูŠู† ูŠู‚ูˆู„ูˆู† ุฑุจู‘ู†ุง ู‡ูŽุจ ู„ู†ุง ู…ู† ุฃูŽุฒูˆุงุฌูู†ุง ูˆูŽุฐูุฑูู‘ูŠู‘ุงุชูู†ุง ู‚ูุฑูŽู‘ุฉูŽ ุฃุนูŠูู†ู๏ดพ [ุงู„ูุฑู‚ุงู†: ูงูค] โ€œ Isaannan jedhan, Rabbii keenya dubartoota keenyarraa fi daraaraa keenyarraa dasii ijaa nuuf kenyi....โ€ [Furqaan: 74}. Rabbiin jaartii gaarii isiniif haa kennu..... ๐Ÿ’๐ŸŒน https://t.me/tafak_or
8252Loading...
05
Media files
1 0511Loading...
06
Jiraachuun qofti gahaa miti...! โœ Wanti murteessaan jireenya hagam jiraattee osoo hin taane, jireenya akkam jiraattee dabarsiteedha....! แ‹‹แŠ“แ‹ แˆแŠ• แ‹ซแˆ…แˆ แŠ–แˆญแŠญ แˆณแ‹ญแˆ†แŠ• แˆแŠ• แŠ แ‹ญแŠแ‰ต แˆ…แ‹ญแ‹ˆแ‰ต แŠ–แˆญแŠญ แŠแ‹แข Share๐Ÿ‘‡ https://t.me/tafak_or
1 0542Loading...
07
โœ Ilma namaa taatee maaf boonta....! Tasgabbaahaa mee...! Hanga feetes jabaa taatu, hundi keenyaa guyyaa tokko qabrii keessatti, ciree mixiidhaa tahuu dandeenyaa...!! @tafak_or
9191Loading...
08
Addunyaan tuni dawaa tokko qofa qabdi. innis: Obsa gaarii qabaachuudha....!
9221Loading...
09
Seennee jirra https://t.me/tafak_or?livestream=3a7ff78a41d58ac304
2731Loading...
10
Sarara ykn Beeytii 10ffaa irraa eegalla hardha ....!
1 1232Loading...
11
Daqiiqaa muraasa booda Darsiin ni eegalla
1 0050Loading...
12
#Irraa_baqadhaa.... ๐Ÿšซ โœ Jireenya ishee keessa kaayyoo wanti jedhamaa goonkumaa hin jiru...! โœ Akka haadha manaatti ittigaafatamummaa ishee bahachuu hin dandeessu...! โœ Gatii ishee qaama ufii qofaan uf madaalti ( Furdinnaa fi Bareedinna isheettu isheef waan guddaadha ..)...! โœ Qullaa uffattee hawaasa keessa qaanfii malee yaati...! โœ Qaanfii tokko malee dubbataa... sunuu jabeenya itti fakkaata...! โœ Abbaan manaa gaariin ishee biratti, nama kiishaa waa qabu qofa...! โœ Fiilmii Romance movies ilaalaa oolti....! โœ Abbaa barbaaddetti laaqamtee wajjiin taphachaa oolti....! โœ Filmiin Turkey, Hollywood, Korea fi chinaa kan isheen hin beekne hin jiru...! โœ Social Median addunyaa tanarratti suusii ishee keessaa guddaadha...! โœ Sirba feete yoo gaafatte, ishetu nama sirbe waliin itti siif guuta...! Haalli shamarran gadaa tanaa hedduun kana fakkaata.... tan akkanaa tana fuudha jettee yeroo ufirraa hin gubin...! ๐Ÿ‘‰ Osoo giiftii bareedumaas taatee irraa fagaadhu...! Join๐Ÿ‘‡Share https://t.me/tafak_or
1 1928Loading...
13
#Sirkaa.....๐Ÿ˜ข Aamiin jedhaa... Nama isaan beelesse Rabbiin beela baraa Rabbiin isaaniitti haa buusu, nama isaaniitti mala baase Rabbiin isaan haa salphisu, Nama qe'ee isaanii irraa isaan buqiise, Rabbiin dachee itti haa dhiphisu.... Aamiin Yaa Allaah..... ๐Ÿคฒ
1 2444Loading...
14
Seenaa Darsii eegallee https://t.me/tafak_or?livestream=38717f9332c40a58c4
2651Loading...
15
#Kutaa_3ffaa Hardha galgala.... sa'aatii muraasa booda.... Isin qophiidhaa ?
1 4900Loading...
16
#Ignore.... โœ Waa hedduu akka waan hin garreetti bira kunna: Ijaan laallee arguu dhabnee osoo hin taane, qalbii keenyatu waan arge sana ilaalee quufe. Bubbeen hobonboleettii hundi jireenya kee diiguuf hin dhuftu, bubbeen gariin karaa kankee qulqulleessuudhaaf dhufti...! Join๐Ÿ‘‡ https://t.me/tafak_or
1 4312Loading...
17
Mee dhageeffadhaa......
10Loading...
18
๏ดฟุฅูู†ู‘ูŽ ู‡ุฐูŽุง ุงู„ู‚ูุฑุขู†ูŽ ูŠูŽู‡ุฏูŠ ู„ูู„ู‘ูŽุชูŠ ู‡ููŠูŽ ุฃูŽู‚ูˆูŽู…ู ูˆูŽูŠูุจูŽุดู‘ูุฑู ุงู„ู…ูุคู…ูู†ูŠู†ูŽ ุงู„ู‘ูŽุฐูŠู†ูŽ ูŠูŽุนู…ูŽู„ูˆู†ูŽ ุงู„ุตู‘ุงู„ูุญุงุชู ุฃูŽู†ู‘ูŽ ู„ูŽู‡ูู… ุฃูŽุฌุฑู‹ุง ูƒูŽุจูŠุฑู‹ุง๏ดพ [ุงู„ุฅุณุฑุงุก: ูฉ] ๐Ÿ“š ๐Ÿ“–ุฃูˆุขุฎุฑ ุณูˆุฑุฉ ุงู„ุฃู†ุจูŠุงุก | ุฑูˆุงูŠุฉ ูˆุฑุด | ุงู„ู‚ุงุฑุฆ ุนุจุฏุงู„ุนุฒูŠุฒ ุณุญูŠู…. ๏ดฟููŽุงุณุชูŽุฌูŽุจู†ุง ู„ูŽู‡ู ูˆูŽู†ูŽุฌู‘ูŽูŠู†ุงู‡ู ู…ูู†ูŽ ุงู„ุบูŽู…ู‘ู ูˆูŽูƒูŽุฐู„ููƒูŽ ู†ูู†ุฌููŠ ุงู„ู…ูุคู…ูู†ูŠู†ูŽ๏ดพ [ุงู„ุฃู†ุจูŠุงุก: ูจูจ] ู„ุง ุฅู„ู‡ ุฅู„ุง ุฃู†ุช ุณุจุญุงู†ูƒ ุฅู†ูŠ ูƒู†ุช ู…ู† ุงู„ุธุงู„ู…ูŠู†๐Ÿคฒ
1 3511Loading...
19
โœ Abjuun kankee guddaa akka tahe Rabbiin kankee ni beeka. akka ati abjuu sanatti gahuudhaaf tattaaffii godhaa jirtus sirritti beeka. Kanaafuu yoomuu harka hin kennatin, maaliif beektaa ?! Rabbiin hawwii kankee beeku sun, osoo yeroo dheeraa booda taatellee waan ati hawwaa turte sana inuma siif kenna. Share๐Ÿ‘‡ https://t.me/tafak_or
1 4142Loading...
20
Jimaata dhufurraa torbaan keessatti guyyaa 3 qaraana jechuu muldhisa Ragaan arganne.... Galatoomaa....
1 5211Loading...
21
Media files
1 6392Loading...
22
โœ Nama wajjiin jaartanii arrii wajjii filattan argachuun waan bareeda, garuu nama manguddomtanis caayaa ijoollummaa fi darggaggummaa bira kutte sana keessa si jiraachisu argachuun, kan duraa caala sirritti bareedaadha...!! @Ibro Nama akkasii Rabbiin siif haa hiru..... ๐Ÿ‘‡ https://t.me/tafak_or
1 7031Loading...
23
Guyyaan Jum'aa kennaa Rabbiin Ummata hunda keessaa... Ummata Nabi Muhammadiif (Sallallaahu aleyhi wasallam) qofa kenneedha. Ragaa isaa Hadiisa suuraa gubbaa jiru sana dubbisaa.
1 4661Loading...
24
#Jannah.... โœ Jannata keessa duuti hin jirtu; dhibeen hin jirtu; gaddaa f gadadoon hin jirtu; dhiphachuun hin jiru; nyaatanii mana fincaanii deemuun hin jiru.... gammachuu qofa... Anaaf isinillee warra Jannataa nu haa taasisu Rabbiin....๐Ÿคฒ ุฌุนู„ู†ุง ุงู„ู„ู‡ ูˆุฅูŠุงูƒู… ู…ู† ุฃู‡ู„ ุงู„ุฌู†ุฉ. Join๐Ÿ‘‡ https://t.me/tafak_or
1 5086Loading...
25
โ€"ุฒูŠู†ูˆุง ุฌูู…ุนุชูƒู… ุจุงู„ุฏุนุงุก๐Ÿ•Šโ€ ูˆ ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ุนู„ู‰ ุฑุณููˆู„ ๏ทฒ ุนู„ูŠู‡ ุงู„ุตู„ุงุฉ ูˆุงู„ุณู„ุงู…ุŒูˆุฃุณุนุฏูˆุง ุฃู…ูˆุงุช ุงู„ู…ูุณู„ู…ูŠู† ููŠู‡ุง ุจุฏุนูˆุฉ "๐Ÿ’™. โ€โง#ูŠูˆู…_ุงู„ุฌู…ุนู‡โฉ https://t.me/tafak_or
1 3872Loading...
26
Muslimoonni Wal tuffachuun haraama.... ๐Ÿšซ โœ Hanga fedhe hiyyoomatus, hanga fedhe wallaalaa tahus muslima tuffachuun haraamaa beeki. Nama muslima hin tuffatinaas, hin xiqqeessinaas..! #Ibnu_Useymiin(Rahimahullaah) Kitaaba armaan gadii keessatti dubbatan. ๏บท๏บฎ๏บก ๏บ๏ปท๏บญ๏บ‘๏ปŒ๏ปด๏ปฆ ๏บ๏ปŸ๏ปจ๏ปฎ๏ปญ๏ปณ๏บ” 382 Share๐Ÿ‘‡ https://t.me/tafak_or
1 5889Loading...
27
Guyyaa boruu/Jimaata Haa'iyyaa osoo qaraanee.... guyyaa 3n kana keessatti buusnee Kitaaba biraa eegaluu ni dandeenya..... Mee maal jettu? Yaada keessan bahaa
1 5740Loading...
28
Media files
1 6753Loading...
29
#Hikmaa... โœ Kopheen kee masjidatti dhokachuun rakko xiqqoodha. kopheen kee masjidarraa dhokachuun garuu rakkoo guddaadha. Yoo dandeessan seenaaf isinii taatii Balbala masjidaa gubbatti varreeffadhaa.... gaafa asirraa na dhabdan maybe ittiin na yaadattuu....!! Share๐Ÿ‘‡ https://t.me/tafak_or
1 8024Loading...
30
Ganama kee furtuu ๐Ÿ—๏ธ lamaan banachuu qabda. isaanis: #Niyyaa_gaarii Niyyaan gaariin furtuu Rizqii siif taati. #Dubbii_gaarii dubbiin gaariin furtuu qalbii siif taati. Oolmaa gaarii isiniif haa tahu. ูŠูˆู… ุฌู…ูŠู„ ุจุงุฐู† ุงู„ู„ู‡ Share๐Ÿ‘‡ https://t.me/tafak_or
1 5148Loading...
31
#Salphaa_seetaa.... โ€œFuula Obboleessa keetiitti seeqachuun sadaqaadhaโ€ ูˆุชุจุณู…ูƒ ููŠ ูˆุฌู‡ ุฃุฎูŠูƒ ุตุฏู‚ุฉ...... โœ Wanti un yoo ilaalan salphaa wahii namatti hin fakkaatuu?! Mee koottaa namoota namaaf seeqachuu hin dandeenyeen wal isin barsiisaa...: Waanyoon hin seeqattu, namni jibbaa kee qabu siif hin seeqatu..., ๐Ÿ˜‰ Namni aarii qabu seequu hin danda'u..., ๐Ÿ˜‰ Namni faallaa kee deemu seequu hin danda'u..., ๐Ÿ˜ Namni guddinna kee hin jaalanne seequu hin danda'u....,๐Ÿ˜‰ namni boonu seequu hin danda'u...., ๐Ÿ˜‰ namni hinaaffaa kee qabu seequu hin danda'u...,๐Ÿ˜ diinni keetis siif hin seeqatuu itti qabadhu... ๐Ÿ˜ โœ Seequun nama qoma fayyaa qabdu qabuu fi nama dhugaan si jaalatu qofarraahi....! Join๐Ÿ‘‡ https://t.me/tafak_or
1 61412Loading...
32
โฐ..... โœ Biyya chaayinaa keessatti sa'aatii harkaa baaftanii namaa kennuu fi bitanii akka kennaattis namaaf kennuun dhorkaadha. sa'aatii namaaf kennuu jechuun si ajjeesaa/hin duutaa qaxaroo eeggadhu jechuudha...!! Share๐Ÿ‘‡ https://t.me/tafak_or
1 6265Loading...
33
โ€๏ดฟุฅูู†ูŽู‘ ุงู„ู„ู‡ ูŠูุญูุจูู‘ ุงู„ุชูˆูŽู‘ุงุจููŠู†ูŽ๏ดพย  โ€ ุฃุณุชุบูุฑู ุงู„ู„ู‡ ู…ู† ูƒู„ ุฐู†ุจ ูˆุฃุชูˆุจู ุฅู„ูŠู‡.
1 6314Loading...
34
โœ Nama dhugaa dubbatu tasa yoo gartan harkatti hidhadhaa... lakkoofsi isaanii gadaa tana keessa xiqqaataa dhufee jira.
1 6775Loading...
35
Media files
1 7624Loading...
36
โœ Namni hedduun harka bitaa isaatti sa'aatii ๐Ÿ•ฐ gatii qaaliidhaan bitame hidhatee deema, garuu yeroon isa biratti waa hunda caalaa rakasa...!! Afaaniinis yeroon qaaliidha jedhaa deema... maa itti hin fayyadamin ree...!? @tafak_or
1 9411Loading...
37
#Dhiirummaa......๐Ÿซต Jecha kabajaati.... bakka ulfinnaati.... ๐Ÿ‘‰ Dhiirummaan kennuu, arjoomuu fi wareegama barbaachisu kafaluudha...! ๐Ÿ‘‰ Dhiirummaan nama gaarii siif ooleef gaarii ooluu fi nama hamaa sitti ooleefis gaarima yaaduudha...! ๐Ÿ‘‰ Dhiirummaa jechuun... namoota biraaf kabaja qabaachuu, akkasuma ilaalcha isaaniitiifis kabaja qabaachuu... isaan tuffachuu fi sadarkaa isaanii gadi buusuu dhabuudha.. ๐Ÿ‘‰ Dhiirummaa jechuun dhugaa ol baastee dubbachuu... dhugaa dirretti baasuudha... dhugaa dubbachuu keessatti sodaa wanni jedhamu keessa keetii dhabamuudha...! ๐Ÿ‘‰ Dhiirummaa jechuun...guddinna lubbuu... guddinna sammuu.... bakka guddaa gahuuf tarkanfachuudha... ๐Ÿ‘‰ Dhiirummaa jechuun Duudhaa fi Safuu hawaasaa eeggachuu... ๐Ÿ‘‰ Dhiirummaa jechuun... sodaa Rabbii qabaachuudha... bakka Rabbiin jaalatutti argamuudha...! ๐Ÿ‘‰ Dhiirummaa jechuun... Bareedinna keetiin osoo hin taane namummaa keetiin dubartii hawatuudha...! ๐Ÿ‘‰ Dhiirummaa jechuun bakka miidhamni jirutti haqa dalaguudha...! ๐Ÿ‘‰ Dhiirummaa jechuun... Hajamaa hunda, bakka inni harka diriirsetti moggaa dhaabachuudha....! ๐Ÿ‘‰ Dhiirummaa jechuun... Sadarkaa kankee beektee... bakka siif kenname bira kutuu dhabuudha....! ๐Ÿ‘‰ Dhiirummaa jechuun... bakka silaa Aaluu/gadoo bahachuu dandeessutti Irra namaaf dabruu... iddoo aariin sitti jirtutti if toohachuu...! ๐Ÿ‘‰ Dhiirummaa jechuun... harka lafaadhaan... imimmaan fula Abdii kutaterraa haquu...! ๐Ÿ‘‰ Dhiirummaa jechuun... ijji kee gammachuun.. keessi kee boqonnaa horatee... osoo nama hin miine rafuudha... yoom kana qofa๐Ÿ‘‡ https://t.me/tafak_or
1 92412Loading...
38
Dhiirummaa jechuun maal jechuudha.....? ibsa barbaadeeti... nama sirritti naa ibsu Mee .....
1 6272Loading...
39
#Aamiin_jedhi.... โœ Qalbii bareedduu, ishee jaalachuu qofaan galata ishee deebisuu hin dandeessu. sanuu yoo du'aa'ii gooteef malee...! Rabbii koo... qalbiiwwan nuti jaalanne tan ati qofti beektu sana nuuf tiksi.., hanga jaalala nuti qabnuuf saniin nuuf gammachiisi..., gammachuu gammachuu irraan nuuf dabaliif....! Allaahumma... aamiin... ๐Ÿคฒ https://t.me/tafak_or
1 7544Loading...
40
Dhaloota dhumatu.... addunyaa teessee akka fiilmiitti daaw'attu... ๐Ÿ˜ข
1 6860Loading...
Rabbiin faaruu haqa godhatu, faarfamuu jaalataa... Alhamdulillaah jedhi....! โ€ุฅู†ูŽู‘ ุงู„ู„ู‘ูฐู‡ ูŠูุญุจ ุฃู†ู’ ูŠูุญู…ุฏ ุŒ ูู‚ูู„ ุงู„ุญู…ุฏู„ู„ู‡ ๐Ÿฉถ. Alhamdulillaah๐Ÿ‘‡ @tafak_or
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 27โค 5
โœ๏ธ Maqaan haadha Bilaal binu Rabaah (Radiyallaahu anhu) eennu jedhama___?Anonymous voting
  • A) Yamaamaa
  • B) Hamaamaa
  • C) Hilaanaa
0 votes
๐Ÿ‘ 24โค 7
Rabbitti qarqaarsifadhu....hin dadhabin....! ุงุณุชุนู† ุจุงู„ู„ู‡ ูˆู„ุง ุชุนุฌุฒ
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 17
#Hortee_gaarii โœ Haadha manaatiin eegale, haati manaa tollaan, horteen ishee irraa daraarus midhaaga waan taheef.... ๐Ÿ‘‡ โ€๏ดฟูˆุงู„ุฐูŠู† ูŠู‚ูˆู„ูˆู† ุฑุจู‘ู†ุง ู‡ูŽุจ ู„ู†ุง ู…ู† ุฃูŽุฒูˆุงุฌูู†ุง ูˆูŽุฐูุฑูู‘ูŠู‘ุงุชูู†ุง ู‚ูุฑูŽู‘ุฉูŽ ุฃุนูŠูู†ู๏ดพ [ุงู„ูุฑู‚ุงู†: ูงูค] โ€œ Isaannan jedhan, Rabbii keenya dubartoota keenyarraa fi daraaraa keenyarraa dasii ijaa nuuf kenyi....โ€ [Furqaan: 74}. Rabbiin jaartii gaarii isiniif haa kennu..... ๐Ÿ’๐ŸŒน https://t.me/tafak_or
Hammasini ko'rsatish...
๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ

๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/๐ŸŒ ู‚ูŽู†ุงุฉูŒ ุชูุนู†ู‰ ุจุฎุฏู…ุฉ ุงู„ุณู†ู‘ุฉ ุงู„ู…ุญู…ู‘ุฏูŠู‘ุฉุŒ ุนู„ู‰ ุตุงุญุจู‡ุง ุฃูุถู„ู ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ูˆุฃุชู…ู‘ู ุงู„ุณู‘ู„ุงู…. Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam) Yaadaaf๐Ÿ‘‡

https://t.me/Ibrahim_92taf

๐Ÿ‘ 12
Namni yeroo jalqabaatiif Safaa fi marwaa gidduu fiige eennu____?Anonymous voting
  • A) Isma'il (Aleyhissalaam)
  • B) Ibraahim (Aleyhissalaam)
  • C) Haajara...
0 votes
Jiraachuun qofti gahaa miti...! โœ Wanti murteessaan jireenya hagam jiraattee osoo hin taane, jireenya akkam jiraattee dabarsiteedha....! แ‹‹แŠ“แ‹ แˆแŠ• แ‹ซแˆ…แˆ แŠ–แˆญแŠญ แˆณแ‹ญแˆ†แŠ• แˆแŠ• แŠ แ‹ญแŠแ‰ต แˆ…แ‹ญแ‹ˆแ‰ต แŠ–แˆญแŠญ แŠแ‹แข Share๐Ÿ‘‡ https://t.me/tafak_or
Hammasini ko'rsatish...
๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ

๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/๐ŸŒ ู‚ูŽู†ุงุฉูŒ ุชูุนู†ู‰ ุจุฎุฏู…ุฉ ุงู„ุณู†ู‘ุฉ ุงู„ู…ุญู…ู‘ุฏูŠู‘ุฉุŒ ุนู„ู‰ ุตุงุญุจู‡ุง ุฃูุถู„ู ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ูˆุฃุชู…ู‘ู ุงู„ุณู‘ู„ุงู…. Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam) Yaadaaf๐Ÿ‘‡

https://t.me/Ibrahim_92taf

โค 12๐Ÿ‘ 3
โœ Ilma namaa taatee maaf boonta....! Tasgabbaahaa mee...! Hanga feetes jabaa taatu, hundi keenyaa guyyaa tokko qabrii keessatti, ciree mixiidhaa tahuu dandeenyaa...!! @tafak_or
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 12
Addunyaan tuni dawaa tokko qofa qabdi. innis: Obsa gaarii qabaachuudha....!
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 16โค 3
Hammasini ko'rsatish...
๐—ง๐—”๐—™๐—”๐—ž๐—ž๐—จ๐—ฅ /ุชููƒุฑ

๐šƒ๐™ฐ๐™ต๐™ฐ๐™บ๐™บ๐š„๐š/๐ŸŒ ู‚ูŽู†ุงุฉูŒ ุชูุนู†ู‰ ุจุฎุฏู…ุฉ ุงู„ุณู†ู‘ุฉ ุงู„ู…ุญู…ู‘ุฏูŠู‘ุฉุŒ ุนู„ู‰ ุตุงุญุจู‡ุง ุฃูุถู„ู ุงู„ุตู‘ู„ุงุฉ ูˆุฃุชู…ู‘ู ุงู„ุณู‘ู„ุงู…. Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam) Yaadaaf๐Ÿ‘‡

https://t.me/Ibrahim_92taf

Photo unavailableShow in Telegram
Sarara ykn Beeytii 10ffaa irraa eegalla hardha ....!
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 11