Wiirtuu Beekumsaa waliigalaa worldwide/wk23/
General knowledge / Beekumsa waliigalaa
Ko'proq ko'rsatish604
Obunachilar
+624 soatlar
+177 kunlar
+5330 kunlar
- Kanalning o'sishi
- Post qamrovi
- ER - jalb qilish nisbati
Ma'lumot yuklanmoqda...
Obunachilar o'sish tezligi
Ma'lumot yuklanmoqda...
Hammasini ko'rsatish...
Wiirtuu Beekumsaa waliigalaa worldwide/wk23/
Boost this channel to help it unlock additional features.
Repost from Elias K. Law Room
👉Laabsii VAT haaraa lakk. 1341/2016 mirkannaa'e.
👉አድሱ የተጨማሪ እሴት ታክስ አዋጅ ቁጥር 1341/2016.
VAT Proclamation No. 1341_2016 (Amharic Version).pdf46.76 MB
Repost from Elias K. Law Room
Qajeelfama Ka'umsa Liizii Lafa Abaaboo.pdf1.25 MB
Repost from Elias K. Law Room
Murtii dirqisiisaa Dhaddachi Ijibbaataa MMWF, dhaddacha gaafa 21/02/2015 ooleen Lakk.Ga.235413 ta'e irratti kennedha. (Kan hin maxxanfamne)
Desalegn B.
Habeas Corpus (Cassation).pdf3.60 KB
Repost from Elias K. Law Room
Dhaddachi Ijibbaataa Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa dhimma ol iyyannoo Mana Murtii Aadaa irraa dhiyaatu ilaalchisee Manneen Murtii Ol'aanaa fi Manni Murtii Waliigalaa aangoo kan hin qabne ta'uu murtii dirqisiisa kennee jira.kunoo☝️☝️☝️☝️
https://t.me/eluLaw
Murtii Dirqisiisoo.pdf5.73 MB
Repost from Desalegn B.
Namni Lafa Baadiyyaa Bittaafi Gurgurtaa Dhoksaatiin Argate Darbiinsa Yeroo Akka Ittisaatti Kaasuu Ni Danda'aa? (Labsii Lakk.248/2015 Kwt 53(2) irratti xiyyeeffachuun Marii abbootii seeraa Manneen Murtii Godina Harargee Lixaa Waliin 'Google Meeting'dhaan Taasifame) Desalegn B.
DARBIINSA YEROO WALIIGALTEE BITTAAFI GURGURTAA LAFAA.pdf5.58 KB
Repost from Elias K. Law Room
Murtiilee Dirqisiisaa Dhaddacha Ijibbaataa MMWF, Kanneen Dhimmoota Yakkaa qofa Ilaallatan, Haala Iftoomina Qabuufi Gabaabinaan (gabatee keessa teechifamuun) Abbaa Alangaa Waliigalaa Federaalaatiin kan Qophaa'eedha.
Credit to Bisrat T.
Hubachiisa: Haala Itti Ogeessi Gabaabsee Gabatee Keessatti Barreessu Hubannoo Dhuunfaa Isaa Irratti Hundaa'uu Waan Danda'uuf Qabiyyee Murtichaa Guutummaa Isaa Dubbisuu Hin Dagatinaa!
Credit to:Desalegn B.
Murtiiwan_Ijibaata_Kan_Abbootti_Alangaa_Fedeeralattin_walit_kurfa'aan.pdf6.93 KB
Repost from Elias K. Law Room
👉Waraqaa dhaaltummaa(certificate heir) dhaala ta'u isaa qofa ibsu(gaheen isaa kan hin ibsamne) fudhachuun baankiin qarshii baankii keessa jiru kafaluuf dirqama qabaayii?👉falmii baankii fi nama dhaaltummaa mirkanneesse jiddutti falmii ka'e dhaddachi ijibbaataa murteesseedha. Interesting dubbisa.👇👇👇
https://t.me/eluLaw
decision (effect of certificate--liquidation) (1).pdf0.52 KB
Repost from Elias K. Law Room
Labsii lakkoofsa 1233/2013 keewwanni 32(1) heera waliin wal faalleessuu fi dhabuu isaa qulqelleessuun akka murtii irratti kennaniif iyyanni gumii qulqulleessituu dhimmoota heeraa mana maree federeeshiniiti dhiyaatee jira.
በአዋጅ ቁ. 1233/2013 አንቀፅ 32(1) ህገመንግስታዊነት ላይ አቤቱታ ለኢፌድሪ የህገ-መንግስት ጉዳዮች አጣሪ ጉባኤ በማቅረብ ጉዳዩን ለፌደሬሽን ምክር ቤት ቀርቦ የህገ-መንግስት ትርጉም እንዲሰጥበት እና አንቀፁ እንዲሻርልን በሚል የቀድሞ ዳኞች ቀርቦ መዝገቡ ለአጣሪ ጉባኤው በቀጥታ ተመርቷል።
Musa lawyer
አቤቱታ - Stamped.pdf9.42 KB
Boshqa reja tanlang
Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.