cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Hospitaala Kompireensiivii Ispeeshaalaayizdii Yuunivarsiitii Wallaggaa

HRYW4 WU Referral Hospital

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
1 281
Obunachilar
+1524 soatlar
+537 kunlar
+13630 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

The first batch of Generic Anesthesia Students at Wallaga University! First batch Anesthesia Students completed their Qualification Exam successfully!
Hammasini ko'rsatish...
#Leenjiin Milkaa’inaan Xumurame. Leenjiin mata-duree "Motivated, Competent and Compassionate (MCC) " jedhu irratti Ogeessota dhaabbilee Fayyaa garaa garaa lixa Oromiyaa irraa dhufaniif Marsaa lamaaf Torbee tokkoof kennamaa ture xumurame. Inistiitiyuuti Saayiinsi Fayyaa Yuunivarsiitii Wallaggaatti Giddu-galli CPD Center(Wiirtuu Gabbina Ogummaa walitti Fufiinsaa ) Biiroo Eegumsa Fayyaa Oromiyaa waliin ta'uun leenjii mata duree Motivated, Competent and Compassionate (MCC) irratti kennitoota eegumsa Fayyaa dhaabbilee Fayyaa adda addaa lixa Oromiyaa irraa dhufaniif kennaa Turee xumurame . Leenjiin kun kan qophaa'e kennitoota eegumsa fayyaa hunda waliin hidhachiisuuf kan qophaa'edha kunis beekumsa, ilaalchaa fi dandeettii barbaachisaa ta’e kaka’umsa humna hojjetaa fayyaa, gahumsaa fi kunuunsa gara laafina irratti xiyyeeffachuun tajaajila barbaachisaa ta’eefi kenniinsa tajaajila fayyaa si’aataa fi qulqullina qabuu kennuufi ogeessi fayyaa kaka’umsaa olaanaa fi gara laafinaan hawaasa isaa akka tajaajiluuf kan dandeessisu ta’uu isaa hubatameera.
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
#Qophii_Fayyaa_Keessaniin FM Faanaa Naqamtee 96.1 Ka’umsa , Mallattoo fi Yaalii/waldhaansi Dhibee BUSAA (Malaria) maal fa'i? Dhukkubni Busaa dhukkuboota daddarboo rakkoo fayyaa hawaasaa yeroo dheeraa ta'an keessaa isa tokko.ta'ee, dhukkubichi paaraasaayitii/ maxxantuu pilaasmoodiyemii jedhamuun nama kan qabu yoo ta'uu bookee busaa ishii dhaltuu 'Anophles Mosquito' jedhamuun daddarba Haaluma kanaan hawaasni Odeeffannoo gahaa argatee akka of eeguuf Marii kallattiin Dr Seenaa Nagaasaa waliin FM faanaa Naqamtee 96.1 irratti gaafa Roobii nu eegaa Guyyaa Roobii (19/10/2016) waaree booda sa'aa 9:00 irraa eegalee hanga 10:00tti FM Faanaa Naqamtee 96.1#Live dhaggeefadhaa DR. SEENAA NAGAASAA JARBOO HRYW tti Hakiima Waliigalaa
Hammasini ko'rsatish...
Po'stilar arxiv
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.