cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Fazakkir-tube

𖣔 As gubbatti inshaa'allaah 𖣔 🎙Da'awaalee fi ●nashidaalee haarawa,fi waalaloo jechoota babbareedoo fi gorsaalee boharsoo fi barsiisoo ta'aan argaachuuf maati channeli kana ta'aa

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
1 030
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
+127 kunlar
+3030 kunlar
Post vaqtlarining boʻlagichi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Nashrni tahlil qilish
PostlarKo'rishlar
Ulashishlar
Ko'rish dinamikasi
01
Maatiin fazakkirtube hunduu Eid Mubarak isiniin jedhee jira.... Baga geessan.... تقبل الله منا ومنكم صالح الاعمال
761Loading...
02
Maatiin fazakkirtube hunduu Eid Mubarak isiniin jedhee jira.... Baga geessan.... تقبل الله منا ومنكم صالح الاعمال
770Loading...
03
Arafaah Liman Arafah! 🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴 Guyyaan borii guyyaa mana Qulqulleessu, jijjirraa maggaarajaati fi Guyyaa bashannanaati miti. Guyyaan borii Rabbiin namoottan arafaatin/arafaa dhaabataniin malaa'ikotarratti ittiin boonu, ilmi namaa baay'inaan ibiddarraa kan bilisa jedhamu, waan mararrayyu guyyaa du'aa'iwwan guutumaan guututti qeebalama argatanii dha. Laylatul qadr beekamu baatus guyyaan arafaa immoo ni beekama. Halkan laylatul qadr malaa'ikoonni ni buuti guyyaa arafaa immoo Allaahun (bu'iinsa isaan malu) bu'a. Nama fayyaadhaan guyyaa borii qunnaamuf ibaadaa godhuu qabuu fi danda'uu isinif haa qoodu Ganama * fajriin duratti laylirraa salaatu, suhuura nyaachu fi istigfaara heddummeessu! * salaata fajriin booda takbiiraa jalqabuu, haga aduun baatutti Qur'aana qar'uu, taahlila taahmiida jechu walumaa galatti zikriin dabarsuu(azkaarassabaah osoo hindagatamiin) * yeroo aduun baatu achumatti sigaajaa keenyarraa osoo hinka'in salaata mindaa/ajrii rasuula wajjin(saw) hajjuu argachuuf salaatu. * Ibaadaa guyyaa keessa goonuf nugargaara yoo jenne xiqqoo haa rafnu. Yeroo kaanu xiqqomaan rak'aa 4 haa salaannu. Sa'aa booda * salaata zuhrin booda Qur'aana haa qaraanu. Khuxbaa Arafaa(ergaa masjiida namiraah irraa dabarfamu) sirnaan hordofuu * kitaaboota ykn vidiyoowwan onnee keenya jiisuu danda'aniin yeroo keenya haa dabarsinu * akkasumatti asriin boodas Qur'aanaa fi zikriin haga magribni dhihaatutti isaan dabarsu Yeroon guddaa isa ammaa kana. * kan dhukkubsate ka itti yaalamu kan abdii kute abdiin isaa ka lubbuu itti hoortu sa'aa dinqii. Du'aa'ii!!! Du'aayii qofa! guyyaa kanatti ibiddarraa bilisa jedhamuu baatun kasaaraa dha. Fedhii qabaanne fedhii keenya osoo hin guutin hafuun wallaalummaa dha! "Namni gaara arafaarratti dhaabatu hin dandeenne daangaa Rabbiin isa beeksiseerratti haa dhaabbatu. Namni muzdalifaa buluu hin dandeenne ajaja Rabbii isaa irrratti haa bulu. Namni minaarratti qalma qalu hin dandeenne fedhi lubbuu isaa haa qalu. Namni gara mana Rabbii isaa sababa fageenyaatin deemuu hin dandeenne Allaahu hidda dhigaa isaa irra itti dhihaatu haa kajeelu!" Ibnu Rajab Araaramatu nuu wayya! https://t.me/fazakkirtube
2934Loading...
04
“Ud-hiyyaan(waan guyyaa Iidaa gorra’amuun) wal qabatee waan beekuun barbaachisu. Udihiyyaan ulaagaa 4 guutuu qabdi. 1. Beyladaa Sadeen irraa tahuu qabdi (Gaala, Loonii fi Re’ee[Hoolaa]) 2. Umriin beyladoota kanniinii • Gaalli amata 5 fi sanii ol • Loon amata 2 fi sanii ol • Re’een amata 1 fi sanii ol • Hoolaan ammoo baatii 6 fi sanii ol tahuu qaba. Tokkolleen umrii kanaa gaditti hin tahu. 3. Beyladaan tamilleen hir’ina(eybii) armaan gadii tanarraa nagaya tahuu qabdi. • Hokkola dirree bahe • Balooqa mul’ataa tahe(jaamaa) • Dhukkuba mul’ataa • Caba, akkaan huqqattuu • Gurra muraa, gaafa cabaa fi eegee muraa 4. Udihiyyaan yeroo tam gorra’amuu qabdi? Yeroon qalmaa Salaata Iid al Ad-haa akka xumurreeni, hanga aduun ZulHijjaa guyyaa 13ffaa seentutti qaluu dandeenya. Guyyaa Iidaa fi guyyoota Sadan Iida booda dhufan keessa gurra’uu dandeenya (guyyaan Sadan kunis guyyuma Iidaa irraa lakkaawama). • Namni gorra’u “bismiLlaah wallaahu akbar” jechuu qaba. BismiLlaah jechuun dirqama, Allaahu-akbar itti ida’uun Sunnaa dha. • Namni Udihiyyaa godhu, akka Rabbiin isaaf Qeebalu kadhatuu qaba. “BismiLlaah yaa Rabbi naafi maatii tiyya irraahis Qeebali”. • Namni Udihiyyaa godhe dhiiraafi dhalaas tahu ifumaa yoo gorra’e caala. Ibaadaa waan taheef abbummaan ittiin Rabbitti haa dhihaatu. • Nama gorra’uuf Ujraa(mindaa isaa) Udihiyyaa irraa kannuun hin tahu, kun walii galtee Ulamaatiin dhoowwame. ‎وصلى الله على خير البرية محمد بن عبد الله وعلى آله وصحبه أجمعين وسلم تسليما كثيرا إلى يوم الدين.” https://t.me/fazakkirtube
1671Loading...
05
Assalamu alayekum warahmatulahi wabarakatuh Vs G  እንኳን ወደ  online shopping Birr Bonus  በሰላም መጡ ✅ ሰዎችን አድ በማድረግ ብቻ በቀላሉ ረብጣ ገንዘብ እና ተጨማሪ ሽልማቶች እንዲንበሸበሹ ተጋብዘዋል ✨ 25 ሰው add ሲያደርጉ 50 ብር 50 ሰው add ሲያደርጉ 100 ብር 100 ሰው add ሲያደርጉ 120 ብር 150 ሰው add ሲያደርጉ 150 ብር . . 500 ሰው add ሲያደርጉ 1000 ብር.... በዚህ ስሌት መሰረት በጋበዙት ሰው መጠን ተሰልቶ ያሸነፉት ገንዘብ በዚህ አድራሻ በሚልኩልን አካውንት ቁጥር ገቢ ይደረግልዎታል @ETCcustomer_supportbot _ -_ ተጨማሪ ፈጣን ሽልማቶችን ለማሸነፍ የቦነስ ግሩፓችን ይቀላቀሉ 👉 on https://t.me/+V202qC038NFlNWE0 _ ✅ እንዳያመልጥዎ!በአንድ ሰው 10 ብር ሂሳብ ተሰልቶ ከሚሰጠው የገንዘብ ሽልማት በተጨማሪ ከ 200 ሰው በላይ add ካደረጉ ከ 150ሺ ብር በላይ የሚያወጣ iPhone ይሸለማሉ ‼️
1741Loading...
06
🔴ጨረቃ በመታየቷ የዙልሒጃ ወር ነገ ጁምዓ አንድ ብሎ ይጀምራል! አስሩን ቀናት በመልካም ስራ እናሳልፋቸው!
2160Loading...
07
Sadarkaa Kurnan Zulhijjaa jalqabaa **** عن ابن عباس رضي الله عنهما أن النبي صلى الله عليه وسلم قال: «ما من أيام العمل الصالح فيها أحب إلى الله من هذه الأيام – يعني أيام العشر - قالوا : يا رسول الله ولا الجهاد في سبيل الله؟ قال ولا الجهاد في سبيل الله إلا رجل خرج بنفسه وماله ثم لم يرجع من ذلك بشيء». رواه البخاري Ibn Abbaas irraa akka odeeffametti Nabiyyiin (SAW) akkana jedhan: "Guyyootiin kamuu kan guyyoota kurnan (Zulhijjaa) kana caalaa hojiin isaan keessa jaalatamu hin jiru." Ogga kana sahaabonni "jihaanni karaa Rabbii keessatti godhamullee moo?" jedhan. Nabiyyiinis (SAW) "jihaanni karaa Rabbii keessatti godhamullee isaan hin caalu, nama lubbuufi qabeenya isaatiin bahee ergasii homaa fudhatee hin deebine qofti osoo hafuu." Bukhaariitu gabaase. Hojiileen khayrii kamuu yeroo kana keessa baay'ee jaalatamaadha. Kanaafuu: 1. Hajjii gochuu, 2. Salaata waajibaa sirriitti eeggachuu, dhiironni msajidatti deddeebi'uu, 3. Zikrii akka takbiiraa, subhaanallaahfi laa ilaaha illallaah baay'isuu, 4. Sooma sunnaa soomuu, 5. Uduhiyyaa qaluu, 6. Qur'aana baay'isuufi kkf heddummeessuudhaan yeroo kana haa booji'annu. https://t.me/fazakkirtube
2172Loading...
08
🪙 Tapswap ሊያበቃ ቀናት ብቻ ቀሩት‼️ ከስር ሊንኩን ተጭነው start በማለት PLAY ሚለውን ተጭነው ታፕ ታፕ በማድረግ እና ለሰዎች ሼር በማድረግ ኮይን በመሰብሰብ በመጨረሻ በሰበሰቡት መጠን በcrypto currency አማካኝነት dollar ያገኛሉ። ከዛ ልክ ባለፈው $NOTCOIN የሰሩ ልጆች እንዳደረጉት 1 ዶላር በ120 ብር ሂሳብ በ Black market በመሸጥ ከፍተኛ ገቢ ማግኘት ትችላላችሁ። 🔻🔻ይፍጠኑ ይሄ እድል እንዳያመልጥዎት JOIN AND  ታፕ ታፕ!👇👇👇👇 https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_843091445
3231Loading...
09
Assalamu alayekum warahmatulahi wabarakatuh Vs G  እንኳን ወደ  online shopping Birr Bonus  በሰላም መጡ ✅ ሰዎችን አድ በማድረግ ብቻ በቀላሉ ረብጣ ገንዘብ እና ተጨማሪ ሽልማቶች እንዲንበሸበሹ ተጋብዘዋል ✨ 25 ሰው add ሲያደርጉ 50 ብር 50 ሰው add ሲያደርጉ 100 ብር 100 ሰው add ሲያደርጉ 120 ብር 150 ሰው add ሲያደርጉ 150 ብር . . 500 ሰው add ሲያደርጉ 1000 ብር.... በዚህ ስሌት መሰረት በጋበዙት ሰው መጠን ተሰልቶ ያሸነፉት ገንዘብ በዚህ አድራሻ በሚልኩልን አካውንት ቁጥር ገቢ ይደረግልዎታል @ETCcustomer_supportbot _ -_ ተጨማሪ ፈጣን ሽልማቶችን ለማሸነፍ የቦነስ ግሩፓችን ይቀላቀሉ 👉 on https://t.me/+V202qC038NFlNWE0 _ ✅ እንዳያመልጥዎ!በአንድ ሰው 10 ብር ሂሳብ ተሰልቶ ከሚሰጠው የገንዘብ ሽልማት በተጨማሪ ከ 200 ሰው በላይ add ካደረጉ ከ 150ሺ ብር በላይ የሚያወጣ iPhone ይሸለማሉ ‼️
3632Loading...
10
Media files
10Loading...
11
Yaala carra gaari
2530Loading...
12
Yaala carra gaari
10Loading...
13
Hamma yonatti nama sadi badhaasufi isin  ho 🔗 linki gaadi kanan seenun add godha badhaafama carra gaari 👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/+V202qC038NFlNWE0
2670Loading...
14
Assalamu alayekum warahmatulahi wabarakatuh Vs G  እንኳን ወደ  online shopping Birr Bonus  በሰላም መጡ ✅ ሰዎችን አድ በማድረግ ብቻ በቀላሉ ረብጣ ገንዘብ እና ተጨማሪ ሽልማቶች እንዲንበሸበሹ ተጋብዘዋል ✨ 25 ሰው add ሲያደርጉ 50 ብር 50 ሰው add ሲያደርጉ 100 ብር 100 ሰው add ሲያደርጉ 120 ብር 150 ሰው add ሲያደርጉ 150 ብር . . 500 ሰው add ሲያደርጉ 1000 ብር.... በዚህ ስሌት መሰረት በጋበዙት ሰው መጠን ተሰልቶ ያሸነፉት ገንዘብ በዚህ አድራሻ በሚልኩልን አካውንት ቁጥር ገቢ ይደረግልዎታል @ETCcustomer_supportbot _ -_ ተጨማሪ ፈጣን ሽልማቶችን ለማሸነፍ የቦነስ ግሩፓችን ይቀላቀሉ 👉 on https://t.me/+V202qC038NFlNWE0 _ ✅ እንዳያመልጥዎ!በአንድ ሰው 10 ብር ሂሳብ ተሰልቶ ከሚሰጠው የገንዘብ ሽልማት በተጨማሪ ከ 200 ሰው በላይ add ካደረጉ ከ 150ሺ ብር በላይ የሚያወጣ iPhone ይሸለማሉ ‼️
2090Loading...
15
Media files
1990Loading...
16
Media files
10Loading...
17
Hooji online tapswap jedhamu dha tap tap godha hojjadha reef hooji eegale waan ta,eef takkatu hojadha link gaadi kaanan seena 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_843091445 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift
2250Loading...
18
Hooji online tapswat jedhamu dha tap tap godha hojjadha reef hooji eegale waan ta,eef takkatu hojadha link gaadi kaanan seena 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_843091445 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift
2520Loading...
19

2610Loading...
20

2675Loading...
21
👋 ሰላም ቤተሰብ፣ 🪙💰 BLUM  👈  ይሄ ከኖትኮይን ይበልጥ ይችላል እየተባለ ነው 💰 አዲስ ነው ጥቂት ቀን ብቻ ነው የቀረው ስለዚህ መሞከሩ እይከፋም እና ዳይ🏃 👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_843091445 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift
2590Loading...
22
Innaa lillaahi wa innaa ileyhi raaji'un...! Oduu Gaddaa. Xiyyaara tokkoon imalaa kan turan Pirezidaantii Iraan Ibraahim Ra'iisii dabalatee Ministeerri Haajaa alaa Iraan Amiir Abdullahi, Bulchaa Baha Azarbaajaan Maliik Rahamati, Imaama Baha Azarbaajaan Imaam Muhammad Alii Al-Haashimi fi namoonni Xiyyaara sana keessa turan hundi isaanii lubbuun isaanii darbuu mirkanaa'ee jira. Iraan seenaa ishee keessatti gadda ulfaataa akka kanaa keessummeessitee kan hin beekne yoo ta'u taateen kun guddittii Iraan gadda ulfaataaf kaadhimee jira. https://t.me/ASHAMTECH24
3100Loading...
23
Bakka helikooptarri Pirezidaantii Iraan Ibraahim Raayisii fe'ee ture kufetti mallattoon lubbuu namaa hin mul'anne. 👉 Namoonni siyaasaa Ameerikaa X irratti gammachuu isaanii ibsaa jiru Televizhiniin mootummaa Iraan akka gabaasetti, bakka balaan helikooptarri Pirezidaantii Ibraahim Raayisii fi Ministira Dhimma Alaa Iraan Huseen Amiir Abdolayan fe’ee mudatetti mallattoon lubbuu namaa hin mul’anne. Raayisiin naannoo daangaa Iraan fi Azarbaajaan irraa erga deebi'ee booda gara magaalaa Tabriiz deemaa ture. Balaan walfakkaataan kun kaaba dhiha Iraan keessatti kan mudateera., Hojiin barbaacha guddaan haala qilleensaa hamaadhaan kan gufate yoo ta’u, dirooniin Turkii barbaacha helikooptara Raisin irratti hirmaate marsariitiiwwan balalii hordofan irratti argamee jira. Namoonni siyaasaa Ameerikaa balaa helikooptara kanaa irratti gammaduu isaanii ibsaa jiru. Dura taa'aan koree tajaajila hidhannoo mana maree paartii Rippabilikaan Maayikeel Waaltz, helikooptarri kun dhabamuu isaa ''kasaaraa gaarii'' jedhan. Rippabilikaan Filooriidaa Riik Iskootiin X irratti akkas jedhe, "Raisiin yoo du’e addunyaa kana caalaa bakka nageenya qabuu fi fooyya'aa ta'a." Namoonni giddugala magaalaa Tehran keessatti addabaabayii Vali-Asur keessatti jilbeenfatanii kadhannaa taasisaa jiru, pirezidaantichi akka lubbuun jiraatan hawwaa jiru. @Fazakkirtube
2990Loading...
24
Media files
2380Loading...
25
✍ Pireezidaantiin Iraan Ibrahim Raa'isii fi  qoondaalonni biyyaatti ol'aanoon saddeet balaa helikooptaraan lubbuun isaanii darbuu miidiyaan biyyattii gabaasee jira. التلفزيون الإيراني الرسمي يعلن وفاة الرئيس إبراهيم رئيسي ومرافقيه بتحطم مروحيتهم. odeeffannoo dabalataf @fazakkirtube
2750Loading...
Photo unavailableShow in Telegram
Maatiin fazakkirtube hunduu Eid Mubarak isiniin jedhee jira.... Baga geessan.... تقبل الله منا ومنكم صالح الاعمال
Hammasini ko'rsatish...