cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qilingยป, bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Fazakkir-tube

๐–ฃ” As gubbatti inshaa'allaah ๐–ฃ” ๐ŸŽ™Da'awaalee fi โ—nashidaalee haarawa,fi waalaloo jechoota babbareedoo fi gorsaalee boharsoo fi barsiisoo ta'aan argaachuuf maati channeli kana ta'aa

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
1 019
Obunachilar
-224 soatlar
-47 kunlar
-730 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Waan Urgaa'u hunda Urgeeffadheera Waan akka Rasuulaa (S.A.W) Urgaa'u hin Agarre jedhe [Anas Ibnu malik]
Hammasini ko'rsatish...
โค 8
โœ…Telegram akkuma Tik Tok waan addaa qabatee dhufee jira๐Ÿคฉ โญ๏ธ Telegram stars Akkuma beektan TikTok'n namootni hedduun Kennaa coin TikTok jedhamu kanaan jireenyi isaanii akka jijjiiramu gargaareera. Miila TikTok hordofuun Telegram ammoo Gift Coin haaraa, Telegram Stars jedhamu, kan maamiltootni Telegram kennaa isaanii gara maallaqaatti jijjiiruuf dandeessisu dhiyaateera. Kana beeksisuuf Telegram waan Airdrop fakkaatu Major jedhamu kan namoota affeeruun salphaatti Telegram Star Coins argachuuf isin dandeessisu baasee jira. Yeroo nama 1 affeertan urjii 15โญ๏ธโญ๏ธ argattu Kana akka airdrop hin ilaalinaa, qarshii dhugaa waan ta'eef jarana, ammuma jalqaba ๐Ÿ’ฅ๐Ÿ‘‡๐Ÿป๐Ÿ‘‡ https://t.me/major/start?startapp=843091445
Hammasini ko'rsatish...
Major

Hello, future major! Welcome to @Majorโญ๏ธ Your task is to become the best of the best in the player rating. Vote for others by stars and collect stars yourselfโญ๏ธ The coolest majors will receive a valuable token in the future!

Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu Guyyaan har'aa kun akka lakkoofsa islaamaatti bara haaraa Muharram 1, 1446 Hijiraadha. Har'i muharram 1, ji'a 1ffaa bara 1446ffaadha. Jiini Muharram ji'a 1ffaadha. (Islamic Callander muharam 1, 1446 Hijir) Baga guyyaa gammachuu kana geeysan. Ji'a kana guyyaa 10ffaa soomuun badii waggaa 1 guutuu namarraa qulqulleeysa. Warra irraa fayyadamu nu haa taasisu!!! https://t.me/fazakkirtube
Hammasini ko'rsatish...
แ‰ดแˆŒแŒแˆซแˆ แˆแŠญ แŠฅแŠ•แ‹ฐ แ‰ฒแŠญแ‰ถแŠญ แ‰ฅแ‹™แ‹Žแ‰ฝแŠ• แ‰ฃแˆˆแˆ€แ‰ฅแ‰ต แˆŠแ‹ซแ‹ฐแˆญแŒ แŠแ‹ แ‰ แ‰ฐแŒจแˆ›แˆชแˆ แ‰ดแˆŒแŒแˆซแˆแŠ• แ‰ฐแ‹ˆแ‹ณแŒ… แˆŠแ‹ซแ‹ฐแˆญแŒ‰แ‰ต แŠจแˆšแ‰ฝแˆ‰ แŠแŒˆแˆฎแ‰ฝ แŠ แŠ•แ‹ฑ แ‹ญแˆ… แŠแ‹ ๐Ÿคฉ โญ๏ธ แŠ แˆฑแˆ MAJOR Telegram Stars แ‹ญแˆฐแŠ›แˆ๐Ÿ”ด แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆšแ‰ณแ‹ˆแ‰€แ‹ TikTok แ‰ แˆแŒ แˆจแ‹ แ‹จแ‰ฒแŠญแ‰ถแŠญ แŠฎแ‹ญแŠ• แŒŠแแ‰ต แŠ แˆ›แŠซแŠแŠแ‰ต แ‰ฅแ‹™แ‹Žแ‰น แˆ…แ‹ญแ‹ˆแ‰ณแ‰ธแ‹แŠ• แŠฅแŠ•แ‹ฒแ‰€แ‹ญแˆฉ แˆจแ‹ตแ‰ทแˆแข แ‰ดแˆŒแŒแˆซแˆแˆ แ‹จแ‰ฒแŠญแ‰ถแŠญแŠ• แˆแˆˆแŒ แ‰ แˆ˜แŠจแ‰ฐแˆ แŠ แ‹ฒแˆต Telegram Stars แ‹จแ‰ฐแˆฐแŠ˜ Gift Coin แŠ แˆแŒฅแ‰ทแˆ แ‹ญแˆ…แˆ แ‹จแ‰ดแˆŒแŒแˆซแˆ แŠญแˆฌแ‰ฐแˆฎแ‰ฝ แ‹จแ‰ฐแˆฐแŒฃแ‰ธแ‹แŠ• แŒŠแŠแ‰ต แ‹ˆแ‹ฐ แŒˆแŠ•แ‹˜แ‰ฅ แˆ˜แ‰€แ‹จแˆญ แŠฅแŠ•แ‹ฒแ‰ฝแˆ‰ แ‰ฐแ‹ฐแˆญแŒ“แˆแข แ‰ดแˆŒแŒแˆซแˆแˆ แ‹ญแˆ…แŠ•แŠ• แŠแŒˆแˆญ แˆˆแˆ›แˆตแ‰ฐแ‹‹แ‹ˆแ‰… Major แ‰ แ‰ฐแˆฐแŠ˜ Airdrop แˆ˜แˆฐแˆ แŠแŒˆแˆ แˆ˜แŒฅแ‰ทแˆ แ‹ญแˆ…แˆ แˆฐแ‹ invite แ‰ แˆ›แ‹ตแˆจแŒ แ‰ แ‰€แˆ‹แˆ‰ แ‹จแ‰ดแˆŒแŒแˆซแˆ Star Coin แˆ˜แˆตแˆซแ‰ต แŠฅแŠ•แ‹ตแ‰ฝแˆ‰ แ‹ซแ‹ฐแˆญแŒ‹แˆแข แ‰ แ‰ฐแŒจแˆ›แˆชแˆ Verify แ‹จแˆ†แŠ Airdrop แŠแ‹ แŠจแˆ˜แŒฃแˆ 5 แ‰€แŠ• แŠ แˆแˆ†แŠแ‹แˆ แ‹ญแˆ…แŠ•แŠ•แˆ แ‰ แ‹ฐแŠ•แ‰ฅ แ‹จแˆฐแˆซ แˆฐแ‹ แ‹จTON แˆฝแˆแˆ›แ‰ต แŠฅแŠ•แ‹ณแˆˆแ‹ แŠ แˆณแ‹แ‰€แ‹‹แˆ 1 แˆฐแ‹ invite แˆตแ‰ณแ‹ฐแˆญแŒ‰ 15 star แ‰ณแŒˆแŠ›แˆ‹แ‰น โญ๏ธโญ๏ธ แ‹ญแˆ…แŠ•แŠ• แŠฅแŠ•แ‹ฐ แŠคแˆญแ‹ตแˆฎแ• แŠฅแŠ•แ‹ณแ‰ตแ‰†แŒฅแˆฉแ‰ต แˆŠแˆตแ‰ต แ‰ฅแˆŽ แŠแŒˆแˆญ แ‹จแˆˆแ‹แˆ แ‰ตแŠญแŠญแˆˆแŠ› แŒˆแŠ•แ‹˜แ‰ฅ แŠแ‹ แˆตแˆˆแ‹šแˆ… Guys แŠ แˆแŠ‘แŠ‘ แŒ€แˆแˆฉแ‰ต๐Ÿ’ฅ๐Ÿ‘‡๐Ÿป https://t.me/major/start?startapp=843091445
Hammasini ko'rsatish...
Major

Hello, future major! Welcome to @Majorโญ๏ธ Your task is to become the best of the best in the player rating. Vote for others by stars and collect stars yourselfโญ๏ธ The coolest majors will receive a valuable token in the future!

แŠ แˆณแˆแˆ™ แŠ แˆ‹แ‹จแŠฉแˆ แ‹‹แˆซแˆ…แˆแ‰ฑแˆ‹แˆ…
Hammasini ko'rsatish...
แŠ แˆณแˆ‹แˆ™alayekum
Hammasini ko'rsatish...
#Humnaa_ol.....!! โœ Sadarkaa Sababa gahaa namaaf ibsitee... sababni kee isaan biratti fudhatama dhabee jennaan... dhumarratti uf dadhabbii irraa kan ka'e, badii kankee hin taane keessatti boqattee/afattee raftee beektaa....!! ๐Ÿค” @fazakkirtube
Hammasini ko'rsatish...
Innaan Illahi wainna ilayihi raaji'uun ๐Ÿฅน Mucaan asii gaditti argitan kun galgala har'aa Godina Jimmaa magaalaa Aggaarootti of ajjee*ftee argamte jedhu! Baay'ee nama gaddisiisa Rakkoon hedduun jiraachuudha mala garuu rakkoon lubbuu ofii caalu jiraachuun nama gaddisiisa!๐Ÿ˜ญ Namni gaafa uffate deemu, gaafa kokkolfu waanuma gaarii jiru waanuma itti tole nutti fakkaata๐Ÿ˜ญ Garuu rakkoon isa waade jiru hedduun akka jiraachuu malu yaadnee hin beeknu. Nama ofirra darbee waliif gadduu, jiraatti wal iyyaafachuun waan dorgommii hin qabneedha.๐Ÿ˜ข
Hammasini ko'rsatish...
Rassulli Rabbi salalahu walahi Wasalam akkaana jedhaani Isinirra naamni bariisifate maati isa kessatti nagaya kan qaamni isa fayya kan nyaata guyya sani qabu barsifate akka waan duniyaan hundi walitti isaa qabamteeti
Hammasini ko'rsatish...
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.