cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qilingยป, bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Daandii j/marroo

FILANNOO BOORDI โŒ HIDHANNOO FI BOMBITU โœ” bilisa nu baasa Yeroo toora irratti deebine isiniif baarressina yaada nuuf laachu dandeessu @yaadawbo_bot t.me/share/url?url=t.me/daandii_marroo

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
2 978
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
Ma'lumot yo'q7 kunlar
Ma'lumot yo'q30 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Photo unavailableShow in Telegram
Dargaggoo Gumii Suurichoo erga hidhamee baatiiwwan lama tahus hanga ammaa M/nutti hin dhiyyaatiin jira. Dargaggoo Gumii Surichoo kaampii waraanaa Godina Negellee Booranaatti hidhamee akka jiruu fi maatiin isaallee dubbisuu akka dhorkaman odeeffanne. Waaqayyo isa gargaarinnaa !
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 8โค 4๐Ÿ‘Ž 1
Isin hunduu join gochuun dirqama keessan bahaa!
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 7
๐Ÿ”— Liinkin affeerraa kesssani โฌ‡๏ธ ๐Ÿ”— https://t.me/bestOnline_market_bot?start=r0012083974 #share join gochuun wbo jabeessudha!
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 3
Photo unavailableShow in Telegram
Tarree alabaa biyyoota Addunyaa si dhaabuuf kumaa kitilatu kaayyoo ABO jalatti kufaa jira. Oromiyaan Biyya!
Hammasini ko'rsatish...
โค 23๐Ÿ‘ 1
Photo unavailableShow in Telegram
Haal duree marii araaraf jecha Jaalย ย  Marroon biyyaa wan hin jirreef lola eegalla qaama jedhuuf lola ijaan agartan hin beekne isiin agarsiisuf nunis qophii dha jechutti jiru jaallan hoggaansa garaagararraa jiran. Kanaaf hawwaasi kan duriirra of eeggannoon socho'aa. #๐™’๐˜ฝ๐™Š_๐™’๐™–๐™ก๐™ž๐™ž๐™ฃ_๐™๐™ช๐™ก๐™™๐™ช๐™ง๐™–๐™ฉ๐™ฉ๐™ž #๐™Š๐™ง๐™ค๐™ข๐™ž๐™ฎ๐™–๐™–๐™ฃ_๐˜ฝ๐™ž๐™ฎ๐™ฎ๐™–
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 21โค 5
05:48
Video unavailableShow in Telegram
Wbo๐Ÿ’ช
Hammasini ko'rsatish...
17.96 MB
โค 13๐Ÿ‘ 10
00:24
Video unavailableShow in Telegram
Abboo lalii WBO This weapon was taken from regime soldiers by OLA.
Hammasini ko'rsatish...
IMG_9577.MP42.06 MB
โค 11๐Ÿ‘ 7๐Ÿ‘ 3
Repost fromย SI raj official
finally I am coming up with my 6th invention. I have reached the end of my invention and I am programming it. I'll have it soon Alhamdulillah @siraj_hu @sirajhu
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
Shirri Irreecha akka ummatni hedduminaan bahee hin irreeffanneef xaxamaa jiru Bishooftuu keessatti eegalee jiraachuu agarsiiftuuwwan mulโ€™ataa jiru. Irreecha Ibsituu Eenyummaa Oromummaa kan tahe Ummatni Oromoo akka bahee hin irreeffatamneef shira gama kamiin xaxamu ummatni waloon saaxilee Irreecha nagaa fi jaalalaa tahuu mulโ€™isuu qabaan dhaamsa keenya.
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 8
Photo unavailableShow in Telegram
๐™„๐™ฃ๐™Ÿ๐™ž๐™›๐™–๐™ฃ๐™ฃ๐™ค๐™ค ๐˜ผ๐™ข๐™ช๐™ง๐™ช๐™ช Humni bakakkaa birgeedi Galgala kana humna waraana pp ooralii tokkoo guutumma ishee Irraa rukuchuun dhuunfateera!
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 13
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.