cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Barsiisoo , Bashannansiisoo fi Dinqisiisoo

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
1 362
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
-37 kunlar
-1930 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

for the total knowledge 🤗 Beekumsa wolii galaariifi
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
#OroArsenal |Deeggartoota Kilaabaa Arseenaal hundaaf: Jijjiirraa taphattootaa, Seenaa taphattootaa, Tapha kallattiidhaan fi odeeffannoo kilaabaa Arseenaal hundaa ni argattuu. Itti dabalamaa(JOIN)!👇 https://t.me/joinchat/AAAAAFb8UYDIW31McnqHjA
Hammasini ko'rsatish...
#RobertMugabe “Giiftii heerumte tokkoof bilbileen ture qarshiin irraa liqii qaba, garuu bilbila koo hin kaastu. Si'a 10 caalaa bilbile, ammallee deebii hin arganne. Abbaan manaa ishee mana akka hin jirre waanan beekuuf ergaa kana isheef erguuf murteesse: "Akkam jirtu Sister, ani qarshiif siif bilbilaa hin jiru.Har'a magaalaa keessatti shamarran 2 abbaa warraa kee irratti akka wal lolan qofa sitti himuun barbaade, Waldhabdee guddaa ture,inni immoo qofaa dhaabbatee ilaalaa ture,Intalli isheen tokko miliquun dhuftee konkolaataa isaa keessa waliin seenanii sokkan. Daqiiqaa muraasa booda naaf bilbilte garuu anis isheen tuffadhe. Isheen bilbiluu itti fufte bilbila ishee irraa hin kaasne si'a 21 erga bilbiltee booda ergaa akkas jedhu ergite; "Lolli eessa ture?" Eessa deeman? Shamarran sana Hubatteettaa? Mee natti himi,ani kufaan jira." Dubbiseen dhiise, deebii hin kennine. Ammas bilbilte, yeroo 5 anis hin deebisne, sana booda ergaa biraa ishee irraa naaf ergame: "Maallaqa kee qabeen jira maaloo wal arguu dandeenyaa? kanaaf caalaatti natti himtaa" Sana booda nan deebiseef, "Tole, karaa Mobile Money Ergi akkan boba'aa guuttadhee yeroon darbu dhufeen si fuudhee gara mana intala inni waliin deemeen si geessatii ittin jedhe Daqiiqaa 2 booda,haftee herrega koon ilaale, maallaqni koo guutummaatti kaffalameera. Sana booda bilbila koo cufadhee akka daa'immattin rafe... Diinagdee irratti haala kanaan qara ta'uu qabda.” jedha namichi maraataan😊
Hammasini ko'rsatish...
Dhaabbitti Nu Qaluuf..! ፨ ፨ ፨ Na nyaattu na nyaadhu Madda hin booressini Humna kee abdattee Tasa hin roorrisin Diina biraa hin qabnuu Dur si'i ofirraa eegna Namnis nu eegale Magan carraa keenya ! Guyyaa dhalanneerraa Haara hin galfanne Ilmaan dachaan horrus Dirra hin cabsanne Qarqabaan kuntaalaa Dugda nu luqqisee Fe'umaan laastikii Coraa koo quuncisee Inuma darba jennee Obsaan bira kunnee Faantuun nutti baate Qalmaaf qeeraa buune Ajab yaa woraabu Isa harki gabaabaa Miilli duubaa dheeraa Yoo du'aan boqannes Nut' si baasaa beela Atis maaf caldhifta ? Mirgi kees sarbamee Sooruu kee saamachuuf Masaanuun argame Ati nu nyaattullee Ibiddaan nu hin geettuu Dhaabbitti nu qaluuf Ooftee Qeeraa hin deemtu Gogaa nurraa fuutee Export hin gootu Funyoon ol-rarraftee Fooniif lafee hin footu Barri faallaa ta'ee Safuun dagatame Ilmi an guddise Na nyaachuuf raata'e Dugda kootti baadhee Anaan nama ta'ee Quufni macheessinaan Foon koo nyaachuuf ka'e..!
Hammasini ko'rsatish...
JAALALA DHUGAA! "Obbolaan lama maasaa abbaa isaanii irraa hojjetantu turan. Inni tokko fuudhee maatii hedduu qaba ture. Inni tokko immoo hin fuune. Galgala hunda midhaan maasaa irraa argatan wal-qixa hirmaatu. Gaaf tokko obboleessi inni kophaa jiraatu sun, "midhaan kana wal-qixa hirmaachuun keenyi sirrii miti. Ani kophaakoon jiraadha wanti na barbaachisu baay'ee miti" jedhee yaade. Kanaaf galgala hunda midhaan isa ga'e irraa keeshaa tokko tokko fuudhee dhoksee mana obboleessa isaa geessee gombisaa isaatti naqaaf ture. Inni fuudhe immoo, "midhaan argannu kana obboleessakoo wajjin wal-qixa hirmaachuunkoo sirrii miti. Ani haadha manaa qaba. Ijoollees nan qaba. Isaan na kunuunsu. Obboleessikoo garuu nama isa kunuunsu hin qabu" jedhee yaade. Kanaaf, galgala galgala otoo inni hin argiin midhaan keeshaa tokko *2 gombisaa obboleessa isaatti naqaaf ture. Lamaan isaaniiyyuu maaliif akka gombisaan isaanii hin hir'anne waggootaaf ajaa'ibsiifachaa jiraatan. Isa booda galgala tokko akka tasaa lamaan isaanii karaa irratti walitti ba'ani. Lachuun isaanii keeshaa midhaanii baatanii jiru. Maaltu ta'aa akka ture hubachuuf yeroo itti hin fudhanne. Keeshaa isaanii lafa kaa'atanii walitti marmanii boo'an" jedha seenaan kun. ~Nutihoo Obboleessa keenyaaf jaalala akkamii qabnaa? ~Waan gaarii moo waan hamaa dhoksinee gudunfinaafii? ~Lafa jirru dhaabannee of haa ilaallu! Naaf ulfaadhaa isinan jaalladha! Dubbistanii yoo xiqqaate namni tokkollee akka irraa barattan abdii guutuun qaba. Hiriyaa keessaniif share godhaa. Madda: [Eebbisaa baay'isaatiin kan barreefame] kitaaba (abjuukoo hin gurguru) jedhu irraa Nagaan bulaa!
Hammasini ko'rsatish...
Repost from 🔊ORO ARSENAL⚽
Photo unavailableShow in Telegram
Guyyaa 3 qofatu hafe Dv Kan bara kanaa Xumuramuuf Guyyoota muraasa qofatu hafe namoonni hanga Ammaa in galmaa'in dafaatii galmaa'aa carraa keessan ilaalaa Username kana Gadiin na quunnamaa @Abi_Jss 0911843573 0907203261
Hammasini ko'rsatish...
Iyyaaffannoo Maqaan isii Aliimaa(dasii) Abdalla uffannaan shaarbii diimaa kootii bulee harka irraan adii shiita gurraacha barruu caammaan shabaxii umriin 16 bifti diimtuu teessoon magalaa Shashamannee ganda ol(awasho) guyyaa jimaata 11/1/2016 sa'aatii 8 tti manaa baatee waan dhabamteef namin argitan maatiin ishee bayyee rakkachaa waan jiraniif waajjira poolisa naannoo keessan jirutti akka nuu geessitan.maqaa rabbiitiin isin gaafanna laakkofsa bilbila 09 61 88 53 59 ykn 09 74 77 17 68 nama isii argeef waan ijaa ni kafalla Maatii Aliimaa(dasii) irraa Namoon channel fi group qabdan hundumtti keessan irratti akka share gootan kabajaan isin gaafanna
Hammasini ko'rsatish...
𝐍𝐚𝐦𝐨𝐨𝐧 𝐜𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐥 𝐦𝐢𝐬𝐞𝐞𝐧𝐬𝐚 𝐤𝐮𝐦𝐚 7 𝐪𝐚𝐛𝐮 𝐛𝐢𝐭𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐛𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐚𝐧 @𝐈𝐛𝐫𝐢𝐬𝐡16 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐧𝐚 𝐪𝐮𝐧𝐧𝐚𝐦𝐚𝐚 𝐇𝐮𝐛: 𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐝𝐡𝐮𝐠𝐚𝐚𝐧 𝐛𝐢𝐭𝐭𝐚𝐧 𝐪𝐨𝐟𝐭𝐢 𝐧𝐚 𝐪𝐮𝐧𝐧𝐚𝐦𝐚𝐚 @Ibrish16 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐧𝐚 𝐪𝐮𝐧𝐧𝐚𝐦𝐚𝐚 𝐥𝐚𝐤𝐤 𝐁𝐢𝐥. 0916384457
Hammasini ko'rsatish...
Namoon channeel miseensa kuma 7 qabu bitachuu barbaaddan @Ibrish16 irratti na qunnamaa Hub: Namni dhugaan bittan qofti na qunnamaa @Ibrish16 irratti na qunnamaa lakk Bil. 0916384457
Hammasini ko'rsatish...
Namoon channeel miseensa 7 qabu bitachuu barbaaddan @Ibrish16 irratti na qunnamaa Hub: Namni dhugaan bittan qofti na qunnamaa @Ibrish16 irratti na qunnamaa lakk Bil. 0916384457
Hammasini ko'rsatish...