cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Kombolcha Agricultural Polytechnic College

Official account of Kombolcha Agricultural Polytechnic College to share updated information for its trainees and workers

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
462
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
+67 kunlar
+3430 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Leenjistootaa Mootummaa fi dhunfaa.pdf1.48 MB
MGO Leenjistootaa-Holistiki dhaan.xlsx0.14 KB
Leenjistoota Bara 2015 Eebbifaman.pdf6.39 MB
👍 1
CamScanner 12-09-2023 16.25.pdf
Hammasini ko'rsatish...
CamScanner 12-09-2023 16.25 (1).pdf4.14 KB
Barattoota Qormaata Biyyooleessa Kutaa 12ffaa fudhattanii Kolleejjii Poolii Teekinika Qonna Kombolchaatti galmooftan hundumti keessan guyyaa jedhamee kanatti akka argamttan haa ta'u. Barattoonni dubartoota keenya tajaajila doormii argattu waan ta'eef kenna leenjiitti akka gabaasa gootan kabajaan isiniif ibsina.
Hammasini ko'rsatish...
1👏 1
Kolleejjiin Poolii Teekinika Qonna Kombolchaa guyyaa har'aa (29/03/2016) Madaallii Gahuumsa Ogumma (MGO) ogummaa Animal Health fi Irrigation irratti leenjifamtoota idilee kolleejjicha fi dargaggoota leenjii gaggababaa UC operation and maintenance of irrigation pump jedhamu irratti bifa hoo'a ta'een kennamu eegaleera.
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
Kolleejjota Pooliiteeknika 40 fi Diinii Haarawoomsa Keessa Dabartanii Biiroo Keenya Irraa Xalayaa Ramaddii Hojii Argattan Qofaaf. Guyyaa Roobii Muddee 3/2016 Ganama sa'aa 2:30 irraa Eegalee Magaala Finfinnee galma walgahii Mootummoota Gamtooman (UN) የተባበሩት መንግስታት የአፍሪካ ኢኮኖሚክ ኮሚሽን ባንኬት የስብሰባ አደራሽ keessatti waltajjii irratti akka hirmaattan, itti aanee Inistitiwutii Teeknikaatti leenjii hoggansummaa guyyaa 4 walitti aansee akka hirmaatan quba qabaadhaa qophaayaa kootaa. Diiniin haarawoomsa keessa hin dabrin hirmaachuu hin danda'u.
Hammasini ko'rsatish...
👍 1
👍 1
1
CamScanner 12-05-2023 10.46.pdf
Hammasini ko'rsatish...
CamScanner 12-05-2023 10.46.pdf3.07 KB
Leenjifamtoota Ogummaa Animal Health fi Small Scale Irrigation Development gulaanta IV akkasumas gulaanta II fi III irratti galmooftaan hundumti keessan harcaatii tokko malee gaafa guyyaa jimaata (28/03/2016) oreenteshiniin kennamu yeroo ta'u, gaafa 29/03/2016 (saftii/sanbata duraa) MGO kan kennamuu ta'uu isaa cimsinee isin hubaachifna.
Hammasini ko'rsatish...
6👍 1
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.