Murre Tips️
رفتن به کانال در Telegram
Entrepreneur | Trader | CEO & Founder of "Tipulse.com" 🔗 Explore what I do at the link Below
نمایش بیشتر3 006
مشترکین
+624 ساعت
+657 روز
+23730 روز
در حال بارگذاری دادهها
کانالهای مشابه
ابر برچسبها
هیچ دادهای
مشکلی وجود دارد؟ لطفاً صفحه را تازه کنید یا با مدیر پشتیبانی ما تماس بگیرید.
اشارات ورودی و خروجی
---
---
---
---
---
---
جذب مشترکین
نوامبر '26نوامبر '26
نوامبر '26
+306
در 0 کانالها
اکتبر '26
+181
در 0 کانالها
Get PRO
سپتامبر '26
+122
در 0 کانالها
Get PRO
اوت '26
+133
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '26
+108
در 1 کانالها
Get PRO
ژوئن '26
+154
در 0 کانالها
Get PRO
مه '26
+268
در 1 کانالها
Get PRO
آوریل '26
+249
در 0 کانالها
Get PRO
مارس '26
+44
در 1 کانالها
Get PRO
فوریه '26
+30
در 0 کانالها
Get PRO
ژانویه '26
+40
در 0 کانالها
Get PRO
دسامبر '25
+37
در 0 کانالها
Get PRO
نوامبر '25
+37
در 0 کانالها
Get PRO
اکتبر '25
+37
در 0 کانالها
Get PRO
سپتامبر '25
+30
در 1 کانالها
Get PRO
اوت '25
+35
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '25
+37
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئن '25
+53
در 0 کانالها
Get PRO
مه '25
+78
در 0 کانالها
Get PRO
آوریل '25
+68
در 0 کانالها
Get PRO
مارس '25
+34
در 0 کانالها
Get PRO
فوریه '25
+47
در 0 کانالها
Get PRO
ژانویه '25
+81
در 0 کانالها
Get PRO
دسامبر '24
+73
در 1 کانالها
Get PRO
نوامبر '24
+102
در 0 کانالها
Get PRO
اکتبر '24
+118
در 1 کانالها
Get PRO
سپتامبر '24
+331
در 0 کانالها
Get PRO
اوت '24
+181
در 1 کانالها
Get PRO
ژوئیه '24
+427
در 1 کانالها
Get PRO
ژوئن '24
+957
در 4 کانالها
Get PRO
مه '24
+583
در 2 کانالها
Get PRO
آوریل '24
+234
در 0 کانالها
Get PRO
مارس '24
+215
در 0 کانالها
Get PRO
فوریه '24
+47
در 0 کانالها
Get PRO
ژانویه '24
+35
در 0 کانالها
Get PRO
دسامبر '23
+21
در 0 کانالها
Get PRO
نوامبر '23
+216
در 0 کانالها
| تاریخ | رشد مشترکین | اشارات | کانالها | |
| 23 نوامبر | +1 | |||
| 22 نوامبر | +7 | |||
| 21 نوامبر | +20 | |||
| 20 نوامبر | +4 | |||
| 19 نوامبر | +5 | |||
| 18 نوامبر | +29 | |||
| 17 نوامبر | +11 | |||
| 16 نوامبر | +2 | |||
| 15 نوامبر | +14 | |||
| 14 نوامبر | +2 | |||
| 13 نوامبر | +1 | |||
| 12 نوامبر | +4 | |||
| 11 نوامبر | +9 | |||
| 10 نوامبر | +18 | |||
| 09 نوامبر | +25 | |||
| 08 نوامبر | +42 | |||
| 07 نوامبر | +34 | |||
| 06 نوامبر | +54 | |||
| 05 نوامبر | +15 | |||
| 04 نوامبر | +3 | |||
| 03 نوامبر | +2 | |||
| 02 نوامبر | +2 | |||
| 01 نوامبر | +2 |
پستهای کانال
| 2 | Liinkii hin taane filachuun hin saamaminaa!! ⚠️
Exness inni sirrii isa kana waan taheef Liinkii armaan gadiin Mazaggabadhaa!! 👇👇👇
Link: 👉https://one.exnesstrack.org/a/pa6u8jyd1r
CODE 👉pa6u8jyd1r
Warra haga ammaa Akkaataa isaa hin beeyne Video Tartiibaan isiniif Hojjadheera.
Liinkii armaan Gadiin Daawwadhaa!!
Akkaataa Exness itti banatan. 👇👇👇👇👇
Link: 👉https://youtu.be/AgSTGnfEnts?si=VeGzUhYlMq9InQzx
Akkaataa MetaTrader waliin itti Wal qunnamsiisan. 👇👇👇
Video: 👉 https://youtu.be/nGidUvtAQuE?si=DM5UtruFjXt5VRca
🛑 Akkaaataa itti Banatan.
🛑 Akkaataa Verify itti Godhan.
🛑 Email Verification. 📧
🛑 Phone Verification 📱
🛑 ID/Passport Verification
Barnoota Forex Jalqabaa haga dhumaa asii argattu : 👉https://tipulse.com/courses/trading/
Hubadhaa!!
Beekumsaan ala Forex Seenuun Balaa hamaa qaba.
Jalqaba akkaataa isaa barachuun Balaa dhufu irraa baraaramuuf si gargaara.
#Exness #forextrading #ofeegaa | 323 |
| 3 | ITLG = $0.10 👀☠️
Gatiin kanaan ammoo Maatiiwwan Cook 🍳 gootan ja'ee yaada. 🙆♀️🔥 | 296 |
| 4 | Good Morning!! 😔🥳 | 1 |
| 5 | Broker Bilisaan $100 kennu dhugaa tahuu mirkaneessuuf Withdraw goonee jirra. 🔥🥳
Haga guyyaa 2 akka eegnu gaafata.
Obsaan eegnee Amanamummaa isaa isiniif ibsina.
Hagasitti akkawuntii keessan eegaa tapha keessan taphadhaa.
Warri Fudhattan Baga gammaddan!!
Carraa kana email lamaa fi isaa oliis fayyadamuun saammachuun qaroomina.
Trade With $00000 Capital. 😅👌
Nagayqan Bulaa!!!! | 421 |
| 6 | Pi Network Jala kanaa Maala Barbaaddi? 🥺😔
1Pi = $0.05 🙆♀️🙆♂️ | 394 |
| 7 | Forex Trading Barattee, Deemo irratti shaakaltee, Erga Mala ykn strategy keen wal baratee booda Sanuma fooyyeessaa deem.
Signal namni kennu jalaas hin fiigin, Namoota Live seenan kamuu hin hordofin,
Block obaasi, mataa kee irratti hirkachuun of fooyyeessi.
Namoonni addunyaa kana irraa 90% ofitti amanamummaa dhabuun kasaaru.
Block All of Them Buddy!! 🫡 | 389 |
| 8 | Hello Trader. 😎🔥
Arraas Broker bilisaan $100 Isiniif kennu fideera.
Irraa baafachuu hin dandeessan, garuu Profit keessan withdraw godhachuu dandeessu.
Ammuma mazaggabadhaa.
Link: ➡️ https://webtrader.tradesetgo.com/registration?invite_id=10100123899508
Hubadhaa!!
Warri Ethiopia keessa jirtan gaafa mazaggabattan biyya hin jijjiirinaa.
Lakkoofsa keessan qofa guuttu.
Hurry Up! 👌 | 383 |
| 9 | Isa Kamtu Caalaatti si Rakkisaa Jira?
Mee Imoojii kanaan naaf ibsi.
❤️ Hojii Gara Boodaatti Dabarsuu (Procrastination)
👍 Waan Baay’ee Yaaduu (Overthinking)
😮 Itti Fufiinsaan Hojjechuu Dhabuu (Lack of Consistency)
🥲 Milkaa’uu Dhabuu Sodaachuu (Fear of Failure) | 465 |
| 10 | 7. Nama Of Kabaju Ta'uu Kee Agarsiisi:
Namni of kabaju xiyyeeffannoo namaa argachuuf hin kadhatu.
8. Deebii Kennuu Kee Dura Ilaali, Hubadhu:
Waan hundumaaf battalumatti deebii kennuun amala kee tilmaamuuf namootaaf salphaa taasisa.
9. Waan Humna Kee Siirraa Xuuxu Irraa Fagaadhu:
Namoonni tokko tokko jireenya kee keessatti gatii hin dabalan; jeequmsa, walitti bu'iinsa fi dhiphina sammuu qofa fidu. Nagaa sammuu kee eeggachuun ofittummaa miti. | 525 |
| 11 | 5. Yeroo Kee Salphaatti Namootaaf Hin Kennin:
Ergaa hunda battalumatti deebisuun, affeerraa hunda fudhachuun namoonni xiyyeeffannoon kee gatii akka hin qabne akka yaadan taasisa. Garee marii bilbilaa qofa keessatti osoo hin taane, jireenya dhuunfaa kees qabaadhu.
6. Dhimma Dhuunfaa Kee Iccitiin Eegi:
Rakkoo, galma kee fi odeeffannoo jireenya kee hunda namatti himuun si hin barbaachisu. Waan xiqqoo dubbadhu, gaaffii gaarii gaafadhu, namoonnis waa'ee kee xiqqoo akka yaadan carraa kenni. | 463 |
| 12 | 3. Bakka Namoonni Bilbila Isaanii Ilaalan Kitaaba Dubbisi:
Bakka namoonni hundi iskiriinii bilbila isaanii irratti xiyyeeffatanitti kitaaba dubbisuun akka namoonni itti si ilaalan jijjiira. Kun xiyyeeffannoo gaarii fi sammuu, sagalee fi jeequmsa yeroo hunda hin barbaadne akka qabdu agarsiisa.
4. Ibsa Baay'ee Kennuu Irra Callisummaa Fayyadami:
Waan hundumaaf deebii dheeraa kennuun sin barbaachisu. Yeroo tokko tokko mataa raasuun qofti ibsa dheeraa kennuu caalaa waan guddaa ibsuu danda'a. | 415 |
| 13 | 1. Yeroo Hunda Hin Kolfin:
Namni tokko yeroo dubbatu hunda kolfuun akka nama waan hunda irratti qoosu tokkootti si mul'isuu danda'a. Waan xiqqoo hundatti kokkolfuun namoonni akka cimsanii si hin ilaalle taasisa. Yeroo dhugumaan kolfuun si gammachiisu qofa kolfi. Innis Garaagarummaa guddaa uuma.
2. Hojii Keetiin Dubbadhu, Afaan Keetiin Miti:
Karoora kee hundumaa osoo hin raawwatin namatti himuu dhiisi. Callisaan hojjedhu; bu'aan hojii keetii siif haa dubbatu.
Osoon itti hin fufne dura "BARACHAAN JIRA" jachuun komentii godhi.
Akka itti fufnuuf nu gargaara. | 405 |
| 14 | Hello Trader. 🖐😃
Arra Oduu ykn News FOMC jira.
FOMC jachuun (Federal Open Market Committee) jechuun bakka bu'a, innis walga’ii Koree Imaammata Maallaqaa Ameerikaa yoo ta’u, dhabbanni kun dhala liqii (Interest Rate) ol kaasuu, gadi buusuu ykn akkuma jirutti tursiisuu isaa murteessa.
Gorsa Treedarootaaf: Yeroo oduun FOMC ba’u battalumatti trade hin seeninaa. Sochii jalqabaa gabaan tasgabbaa’ee kallattii isaa mirkaneessutti eeguu qabna.
Yaadadhu: Oduun FOMC XAUUSD, EURUSD fi GBPUSD irratti sochii gurguddaa fiduu danda’a.
Of eegaa!! | 425 |
| 15 | Torbee kana yoo rabbi nuuf laaffise koorsii lama daballa.
1ffaa. Tiktok and youtube short automation monitization 🤑🤑
2ffaa. Video editing on Mobile. 🔥😎
Lameen isaanuu Rakkok guddaa woromoo keenyaati. 😅👌
Inumaan Fura. 🥳🖐 | 427 |
| 16 | Namoonni keenya parsantaa 99% tiktok irraa galii hin argatan.
Rakkoon kun 100% furamee jira.
Baga gammaddan!! 😎👍
Tipulse.com irratti dhufaa jirra. | 440 |
| 17 | "Video chaalanjii maaliif dhaabde?, Eessa geesse?"
Akkam Ooltan guys.
Challenge $10 haga $10k+ Haala bareedaa irra jirra.
$70 usd geesse, -40$ withdraw godhuun Fund tokko bitee jira. 🙄💪
Mala yoon baase malee imala dheeraa fudhata.
Propfirm bareedaa recommend isin godhuus qabadheen dhufa.
Vidiyoo waraabuu fi edit godhuuf yeroo hin arkanne.
Kan sa'aa 1 irraa haga 12 deemu gad dhiisa. 😅
Na eegaa mee!! | 447 |
| 18 | Tokko Delete Godhi mee umriitee guutuu hin fayyadamtu. 🤔
Imoojiin ibsi :-
Meta Trader. 👍
TradingView. 😎
Instagram. ❤️
X (twitter) 🔥
. | 420 |
| 19 | Image kana sirritti laalaa.
Lameen isaaniituu USA irraahi.
Gold tick 👌🤔🤔 | 447 |
| 20 | InterLink Snapshoot Nov 25 ja'amaa jira.
Kanaaf haga dandeessanitti KYC xumuruu yaalaa.
Warri isin rakkisaa jiru namoota muraasa nan gargaara.
Whatsapp website irra jiruun na qunnamaa. ➡️ tipulse.com | 400 |
