uz
Feedback
Biiroo Lafa Oromiyaatti /Fuula Seerota Lafaa

Biiroo Lafa Oromiyaatti /Fuula Seerota Lafaa

Kanalga Telegram’da o‘tish

Oromia Land Bureau Legal Directorate Telegram channel, for the purpose of knowledge transfer & awareness creation spatially on Rural and Urban land rules and regulations.

Ko'proq ko'rsatish
7 219
Obunachilar
+1024 soatlar
+1947 kun
+79830 kun
Postlar arxiv
Share Draft Federal Land Use and Admn Proclamation_Amharic (2).pdf

Hordoftoonni Amantaa Kiristaanaa Hundi baga ayyaana Qillee bara 2016 nagayaan geessan. Ayyaanichi kan gammachuu, kan jaalalaa
Hordoftoonni Amantaa Kiristaanaa Hundi baga ayyaana Qillee bara 2016 nagayaan geessan. Ayyaanichi kan gammachuu, kan jaalalaafi milkaa'inaa isiniif haa tahu.

+2
Kitaaba Adeemsa Dhimma Hariiroo Muhaammadxayyib Nuuree.pdf1.24 MB

Hubannoo waliigalaa Labsii Bulchiinsaa fi Ittifayyadama Lafa Baadiyyaa lakk.248/2015 fi Labsii Bulchiinsa Investimentii Naannoo Oromiyaa Lakk.249/2015 irratti yaadama tumaalee Labsiiwwani kana duuba jiran irratti Leenjistootaa fi Qorattoota ILQSO kenname dha.

Hiika Labsii hojjataafi hojjachiisa 1156.pdf5.25 KB

Hiika Labsii hojjataafi hojjachiisa 1156.pdf5.25 KB

+1
Sakkataa Hojiirraa Oolmaa Seerotaa Liizii.pdf1.36 MB

Share Property tax Proclamation _ Draft (1).pdf

Labsii Lak 250 Bara 2015.pdf21.63 MB

+1
Labsii Gaachana Sirnaa Naannoo Oromiyaa

Hiikkoo Murtiilee DH I M MWF Maatii Fi (1) (1).pdf2.16 MB

Baga bara 2016 nagaan isiin gahee👏

Labsii Lafa Baadiyyaa Naannoo Oromiyaa, Lakkoofsa 248/2015

Qajeelfama Qaamolee Raawwachiiftuu Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Lakkoofsa 17/2015

Qajeelfama Qaamolee Hojii Raawwachiiftu Magaalaa Shaggar.

23_2015 Qaj.AddaaMag.Shagar.pdf7.38 MB

Qajeelfama Magaalaa Shaggar Lak 17 bara 2015.pdf13.31 MB