Biiroo Lafa Oromiyaatti /Fuula Seerota Lafaa
Open in Telegram
Oromia Land Bureau Legal Directorate Telegram channel, for the purpose of knowledge transfer & awareness creation spatially on Rural and Urban land rules and regulations.
Show more7 219
Subscribers
+1024 hours
+1947 days
+79830 days
Posts Archive
Share Draft Federal Land Use and Admn Proclamation_Amharic (2).pdf
Hordoftoonni Amantaa Kiristaanaa Hundi baga ayyaana Qillee bara 2016 nagayaan geessan.
Ayyaanichi kan gammachuu, kan jaalalaafi milkaa'inaa isiniif haa tahu.
Kitaaba Adeemsa Dhimma Hariiroo Muhaammadxayyib Nuuree.pdf1.24 MB
Hubannoo waliigalaa Labsii Bulchiinsaa fi Ittifayyadama Lafa Baadiyyaa lakk.248/2015 fi Labsii Bulchiinsa Investimentii Naannoo Oromiyaa Lakk.249/2015 irratti yaadama tumaalee Labsiiwwani kana duuba jiran irratti Leenjistootaa fi Qorattoota ILQSO kenname dha.
Hiika Labsii hojjataafi hojjachiisa 1156.pdf5.25 KB
Sakkataa Hojiirraa Oolmaa Seerotaa Liizii.pdf1.36 MB
Hiikkoo Murtiilee DH I M MWF Maatii Fi (1) (1).pdf2.16 MB
Labsii Lafa Baadiyyaa Naannoo Oromiyaa, Lakkoofsa 248/2015
Qajeelfama Qaamolee Raawwachiiftuu Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Lakkoofsa 17/2015
Qajeelfama Qaamolee Hojii Raawwachiiftu Magaalaa Shaggar.
Qajeelfama Magaalaa Shaggar Lak 17 bara 2015.pdf13.31 MB
