Siinqii Aakhiraa.
Kanalga Telegram’da o‘tish
"Siinqiin Aakhiraa hojii gaarii fi iimaana keenya isa nu waliin hafuudha."
Ko'proq ko'rsatishMamlakat belgilanmaganToif belgilanmagan
759
Obunachilar
+924 soatlar
+557 kun
+11930 kun
Postlar arxiv
❤️ Barattoota keenya kabajamoo,
Barattootaa Gaaffilee shaakala Barnoota Aqiidaa Kutaa 3ffaa irratti hirmaannaa taasiftan hundaaf galata guddaa qabna! 🌷👏
Hirmaannaan, carraaqqiin fi fedhii barachuu keessan kun jabaatee itti haa fufu. 💪📖
Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa; beekumsa keessan daran cimsaa! 🌱✨
Barattoonni deebii dogoggoraa kennitan deebii sirrii argachuuf liinkii asii gadii kana tuquun sirreeffadhaa. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+sLGR_3DL70xjZTU0
Qabrii warra gaggaarii (Saalihoota) biratti qaluudhaan, waadaa (nazrii) galuudhaan fi birmannaa (istighaasaa) isaaniin kadhachuudhaan wanti raawwatamu sababoota jallinaa keessaa kam irraatti ramadama?
Kabajamtoota barattoota keenya liinkin dura isin dide sirraa'ee jira.👇
Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Aqiidaa kutaa 3ffaa hojjadhaa 👇👇👇👇👇👇👇👇
https://quizzory.in/id/6ab0b5dcac128d8303df4ce6
Kabajamtoota barattoota keenya,
Gaaffileen shaakala Barnoota Aqiidaa Kutaa 3ffaa rakkoo teeknikaa irraa kan ka’e liinkiin isiniif banamuu diduu isaa mirkaneeffanneerra.
🛠️ Rakkoo kana sirreessaa jirra. Kanaaf, hanga rakkoon kun guutummaatti furamutti obsaan nu eeggadhaa.
🙏 Rakkoon erga sirreeffamee booda, liinkiin haaromfamee isiniif ni qoodama.
Galatoomaa obsaa fi hubannoo keessaniif.
https://t.me/SiinqiiAakhiraa
Siinqiin Aakhiraa hojii gaarii fi iimaana keenya isa nu waliin hafuudha.
Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Aqiidaa kutaa 3ffaa hojjadhaa 👇👇👇👇👇👇👇👇
https://quizzory.in/id/6ab0b6a6ac128d8303df540a
[@download_it_bot mp3] Aqiidaa Barnoota 3ffaa.mp313.23 MB
📚 Kitaaba Aqiidaa 3ffaa
📮 Barnoota Aqiidaa
📚 Kutaa Sadaffaa
🎙 Dr. Jeeylaan Kadiir
🔗https://youtube.com/watch?v=t7lp-4WXhaY&si=howJfvMMTG71lGLu
❤️ Barattoota keenya kabajamoo,
Barattootaa Gaaffilee shaakala Barnoota Aqiidaa Kutaa 2ffaa irratti hirmaannaa taasiftan hundaaf galata guddaa qabna! 🌷👏
Hirmaannaan, carraaqqiin fi fedhii barachuu keessan kun jabaatee itti haa fufu. 💪📖
Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa; beekumsa keessan daran cimsaa! 🌱✨
Barattoonni deebii dogoggoraa kennitan deebii sirrii argachuuf liinkii asii gadii kana tuquun sirreeffadhaa. 👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+sLGR_3DL70xjZTU0
Faallaa warra Bid‘aa fi jallinaa kan ta’e bu’uura guddaan Aqiidaa Ahlus-Sunnaa maali?
Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Aqiidaa kutaa 2ffaa hojjadhaa 👇👇👇👇👇👇👇👇
https://quizzory.in/id/6aaf66e1f4160267a24df169
[@download_it_bot mp3] Aqiidaa Barnoota 2ffaa.mp312.13 MB
Kutaa2ffaa.pdf1.33 MB
📮 Barnoota Aqiidaa
📚 Kutaa Lammaffaa
🎙 Dr. Jeeylaan Kadiir
🔗https://youtu.be/azlSdfu_rgA?si=Wz70tXMxxlo7gco0
❤️ Barattoota keenya kabajamoo,
Barattootaa Gaaffilee shaakala Barnoota Aqiidaa Kutaa 1ffaa irratti hirmaannaa taasiftan hundaaf galata guddaa qabna! 🌷👏
Hirmaannaan, carraaqqiin fi fedhii barachuu keessan kun jabaatee itti haa fufu. 💪📖
Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa; beekumsa keessan daran cimsaa! 🌱✨
Barattoonni deebii dogoggoraa kennitan deebii sirrii argachuuf liinkii asii gadii kana tuquun sirreeffadhaa. 👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+sLGR_3DL70xjZTU0
Aqiidaa sirrii ilaalchisee yaadolee armaan gadii keessaa kamtu SIRRII DHA?
Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Aqiidaa kutaa 1ffaa hojjadhaa 👇👇👇👇👇👇👇👇
https://quizzory.in/id/6aae0323f4160267a2435b63
[@download_it_bot mp3] Aqiidaa Barnoota 1ffaa.mp39.83 MB
