ch
Feedback

不要被骗子欺骗!Telemetrio 会找到并标记这些频道 👉 如果想查看标记,请订阅

Siinqii Aakhiraa.

Siinqii Aakhiraa.

前往频道在 Telegram

"Siinqiin Aakhiraa hojii gaarii fi iimaana keenya isa nu waliin hafuudha."

显示更多
未指定国家未指定类别
759
订阅者
+924 小时
+557 天
+11930 天
帖子存档
❤️ Barattoota keenya kabajamoo, Barattootaa Gaaffilee shaakala Barnoota Aqiidaa Kutaa 3ffaa irratti hirmaannaa taasiftan hundaaf galata guddaa qabna! 🌷👏 Hirmaannaan, carraaqqiin fi fedhii barachuu keessan kun jabaatee itti haa fufu. 💪📖 Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa; beekumsa keessan daran cimsaa! 🌱✨ Barattoonni deebii dogoggoraa kennitan deebii sirrii argachuuf liinkii asii gadii kana tuquun sirreeffadhaa. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/+sLGR_3DL70xjZTU0

Qabrii warra gaggaarii (Saalihoota) biratti qaluudhaan, waadaa (nazrii) galuudhaan fi birmannaa (istighaasaa) isaaniin kadhachuudhaan wanti raawwatamu sababoota jallinaa keessaa kam irraatti ramadama?
Anonymous voting

Kabajamtoota barattoota keenya liinkin dura isin dide sirraa'ee jira.👇 Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Aqiidaa kutaa 3ffaa hojjadhaa 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://quizzory.in/id/6ab0b5dcac128d8303df4ce6

Kabajamtoota barattoota keenya, Gaaffileen shaakala Barnoota Aqiidaa Kutaa 3ffaa rakkoo teeknikaa irraa kan ka’e liinkiin isiniif banamuu diduu isaa mirkaneeffanneerra. 🛠️ Rakkoo kana sirreessaa jirra. Kanaaf, hanga rakkoon kun guutummaatti furamutti obsaan nu eeggadhaa. 🙏 Rakkoon erga sirreeffamee booda, liinkiin haaromfamee isiniif ni qoodama. Galatoomaa obsaa fi hubannoo keessaniif. https://t.me/SiinqiiAakhiraa Siinqiin Aakhiraa hojii gaarii fi iimaana keenya isa nu waliin hafuudha.

Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Aqiidaa kutaa 3ffaa hojjadhaa 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://quizzory.in/id/6ab0b6a6ac128d8303df540a

[@download_it_bot mp3] Aqiidaa Barnoota 3ffaa.mp313.23 MB

📚 Kitaaba Aqiidaa 3ffaa

📮 Barnoota Aqiidaa 📚 Kutaa Sadaffaa 🎙 Dr. Jeeylaan Kadiir 🔗https://youtube.com/watch?v=t7lp-4WXhaY&si=howJfvMMTG71lGLu

❤️ Barattoota keenya kabajamoo, Barattootaa Gaaffilee shaakala Barnoota Aqiidaa Kutaa 2ffaa irratti hirmaannaa taasiftan hundaaf galata guddaa qabna! 🌷👏 Hirmaannaan, carraaqqiin fi fedhii barachuu keessan kun jabaatee itti haa fufu. 💪📖 Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa; beekumsa keessan daran cimsaa! 🌱✨ Barattoonni deebii dogoggoraa kennitan deebii sirrii argachuuf liinkii asii gadii kana tuquun sirreeffadhaa. 👇👇👇👇👇👇 https://t.me/+sLGR_3DL70xjZTU0

Faallaa warra Bid‘aa fi jallinaa kan ta’e bu’uura guddaan Aqiidaa Ahlus-Sunnaa maali?
Anonymous voting

1. Aqiidaa Dogoggoraa ykn badduu jechuun maali?
Anonymous voting

Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Aqiidaa kutaa 2ffaa hojjadhaa 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://quizzory.in/id/6aaf66e1f4160267a24df169

[@download_it_bot mp3] Aqiidaa Barnoota 2ffaa.mp312.13 MB

Kutaa2ffaa.pdf1.33 MB

📮 Barnoota Aqiidaa 📚 Kutaa Lammaffaa 🎙 Dr. Jeeylaan Kadiir 🔗https://youtu.be/azlSdfu_rgA?si=Wz70tXMxxlo7gco0

❤️ Barattoota keenya kabajamoo, Barattootaa Gaaffilee shaakala Barnoota Aqiidaa Kutaa 1ffaa irratti hirmaannaa taasiftan hundaaf galata guddaa qabna! 🌷👏 Hirmaannaan, carraaqqiin fi fedhii barachuu keessan kun jabaatee itti haa fufu. 💪📖 Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa; beekumsa keessan daran cimsaa! 🌱✨ Barattoonni deebii dogoggoraa kennitan deebii sirrii argachuuf liinkii asii gadii kana tuquun sirreeffadhaa. 👇👇👇👇👇👇 https://t.me/+sLGR_3DL70xjZTU0

Hiikni “Al-‘Aqd” jedhu Afaan Oromoon maal jechuudha?
Anonymous voting

Aqiidaa sirrii ilaalchisee yaadolee armaan gadii keessaa kamtu SIRRII DHA?
Anonymous voting

Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Aqiidaa kutaa 1ffaa hojjadhaa 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://quizzory.in/id/6aae0323f4160267a2435b63

[@download_it_bot mp3] Aqiidaa Barnoota 1ffaa.mp39.83 MB