Siinqii Aakhiraa.
Kanalga Telegram’da o‘tish
"Siinqiin Aakhiraa hojii gaarii fi iimaana keenya isa nu waliin hafuudha."
Ko'proq ko'rsatishMamlakat belgilanmaganToif belgilanmagan
769
Obunachilar
+824 soatlar
+567 kun
+12730 kun
Postlar arxiv
[@download_it_bot mp3] Aqiidaa Barnoota 2ffaa.mp312.13 MB
Kutaa2ffaa.pdf1.33 MB
📮 Barnoota Aqiidaa
📚 Kutaa Lammaffaa
🎙 Dr. Jeeylaan Kadiir
🔗https://youtu.be/azlSdfu_rgA?si=Wz70tXMxxlo7gco0
❤️ Barattoota keenya kabajamoo,
Barattootaa Gaaffilee shaakala Barnoota Aqiidaa Kutaa 1ffaa irratti hirmaannaa taasiftan hundaaf galata guddaa qabna! 🌷👏
Hirmaannaan, carraaqqiin fi fedhii barachuu keessan kun jabaatee itti haa fufu. 💪📖
Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa; beekumsa keessan daran cimsaa! 🌱✨
Barattoonni deebii dogoggoraa kennitan deebii sirrii argachuuf liinkii asii gadii kana tuquun sirreeffadhaa. 👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+sLGR_3DL70xjZTU0
Aqiidaa sirrii ilaalchisee yaadolee armaan gadii keessaa kamtu SIRRII DHA?
Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Aqiidaa kutaa 1ffaa hojjadhaa 👇👇👇👇👇👇👇👇
https://quizzory.in/id/6aae0323f4160267a2435b63
[@download_it_bot mp3] Aqiidaa Barnoota 1ffaa.mp39.83 MB
📚 Kitaaba Tarbiyaa 1ffaa
📮 Barnoota Aqiidaa
📚 Kutaa Tokkoffaa
🎙 Dr. Jeeylaan Kadiir
🔗 https://youtu.be/zQqHyOkt7G4?si=51Ns110inqKpho9h
Kabajamtoota Barattoota Keenya Jaalatamoo! ❤️
🎉 Oduu Gammachiisaa Qabannee Isiniif Dhufneerra! 🎉
Akkuma isin duraan beektan, Siinqiin Aakhiraa, barnoota Akkaadaamii Afrikaa Afaan Oromoo irratti isin deeggaruu, isin jajjabeessuu fi barnoota guyyaa guyyaan barattan irraa gaaffilee shaakalaa isiniif qopheessuun hojii gaarii hojjechaa ture.
📚 Ammas Koorsii itti aanu Barnoota Aqiidaa irrattis hojii keenya itti fufsiisuuf, barnoota isin barattan sirriitti hubachuu fi of-qoruuf isin gargaaran gaaffilee shaakalaa qopheessuu fi qophii barbaachisaa hunda xumurreerra.
Maal kana qofa barattoota Qur’aana qara’uu barbaadan hundaaf bakka itti barattan qopheessinee isin eegaa jirra
Kanaafuu, barattoota duraan nu waliin turtan akkasumas barattoota haaraa amma nutti dabalamtan, hundi keessan baga nagaan dhuftan.
Hubachiisa:
Barattoonni Qur’aana qara’uu barbaaddan kan asii gadii kanaan nu qunnamaa.
👇👇👇👇👇
@Bilaal6655
https://t.me/SiinqiiAakhiraa
🌟 ODUU GAMMACHIISAA!!
🎓 Barattoota keenya kabajamoo fi jaallatamoo,
📖 Fedhii Rabbiitin boru Guyyaa Sanbataa, 19/09/2026 ykn 09/01/2019 irraa eegalee barnoonni Aqiidaa kan jalqabu ta'a.
📚 Koorsiin kun Kutaa 16 of keessaa yoo qabaatu, Barnoonni Torban sadiif (3f) Yeroo hunda guyyaa Dilbataa irraa hanga Jimaataatti kan kennamu ta'a.
🔖 Koorsii kana keessatti qormaatni torbee (halkan guyyaa jimaataa banamee guyyaa Dilbataa cufamu) lama (2) ni kennama.
Qormaatni xumuraa Torban 4ffaa keessatti kennama.
📌 Barattoonni hundi yeroo isaa eeggatanii barnoota akka hordoftanii fi qormaata kennamu yeroo kennamutti xiyyeeffannoo akka hordoftanii qoramtan isin yaadachiifna!!
💡Rabbiin barnoota keessan isiniif haa laaffisu, beekumsa keessan haa dabalu, milkaa’ina fi bu’aa gaarii isiniif haa kennu.
Milkaa’ina isiniif hawwina!
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa
Sunnaalee fi Hojiiwwan Guyyaa Jimaataa Hojjachuun Jaallatamu
🛁 Qaama Dhiqachuu
👕 Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dibachuu.
🕌 Yeroodhaan gara masjiidaatti deemuu.
🚶 Yoo danda'ame miilaan deemuu.
📖 Suura Al-Kahfi dubbisuu.
🤲 Nabiyyii Muhammad ﷺ irratti salawaata baay'isuu.
📿 Kadhannaa fi zikrii baay'isuu.
👂 Khuxbaa callisanii xiyyeeffannoon hanga xumuraatti dhaggeeffachuu.
🕌 Tahiyyatul Masjid Salaatuu (khuxbaan dura yoo seename).
⏰ Yeroo du'aa'iin itti qeebalamu barbaaduu fi san keessatti Rabbi kadhachuu.
📖 Qur'aana baay'inaan qara'uu.
💰 Sadaqaa kennuu.
https://t.me/SiinqiiAakhiraa
📣 ODUU GAMMACHIISAA!!
🎓 Barattoota Marsaa Jalqabaa Dippiloomaa Shari'aa
📚 Fedhii Rabbiitin barnoonni keenya korsiin Aqiidaa simisteera tokkoffaa guyyaa sanbataa 19/09/2026 Ykn 09/01/2019 irraa eegalee ni jalqaba.
📝 Ammaas Imala beekumsa keessanii nu waliin taasisuun jireenya adduunyaa akhiraa keessan bareechifadhaa!!
☑️ Beekumsa Shari'aa barachuun of haa dagaagsinu!!
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa
Barattoota keenya kabajamoo amma bakka qormaataa seenun bakka "Review" jedhu tuquun deebii sirrii ilaalu ni dandeessu!!
🗣 Odeeffannoo dabalataaf
👇👇👇
@Bilaal6655
📣 YAADACHIISA!!
🔏 Qormaanni Xumuraa Koorsii Tarbiyaa Cufamee jira.
📝 Barattoonni qormaata fudhattan hundi Rabbiin tattaaffi keessan isinirraa haa qeebalu.
📖 Fedhii Rabbiitin koorsiin itti aanu guyyaa sanbataa 19/09/2026 Ykn 09/01/2019 irraa eegalee ni jalqaba.
🗣 Odeeffannoo fi yaadachiisa gara garaa argachuuf!
👇👇
📎 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa
📎https://t.me/SiinqiiAakhiraa
🌐 Barattoonni hin galmaa'iini fi akkaataa barnootaa fi qormaataa aragchuuf viidiyoo kana ilaala!
👇👇
📎https://youtube.com/shorts/MQGubTZg5Y8?si=L-7kDmnVducBkn0H
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa
#Qormaata_xumuraa
🎓 Barattoota keenya kabajamoo,
🔖 Qormaanni Xumuraa koorsii Tarbiyaa Islaamaa guyyaa tokkoof hanga boru Roobii 16/09/2026 Ykn 06/01/2019 banaa ta'ee jira.
📝 Barattoonni hanga ammaatti qormaata hin fudhatin ammuma carraa kanatti fayyadamaa qoramaa!!
👉 Liinki qormaataa
🔗🔗🔗🔗
==============================
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=103
==============================
🗣 Odeeffannoo fi yaadachiisa gara garaa argachuuf!
👇👇
📎 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa
📎https://t.me/SiinqiiAakhiraa
🌐 Barattoonni hin galmaa'iini fi akkaataa barnootaa fi qormaataa aragchuuf viidiyoo kana ilaala!
👇👇
📎https://youtube.com/shorts/MQGubTZg5Y8?si=L-7kDmnVducBkn0H
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa
#Qormaata_xumuraa
🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo,
🔖 Qormaanni Xumuraa koorsii Tarbiyaa cufamuuf sa'aatii 24 qofatu hafe. Hanga ammaatti barattoonni 6,800 qormaata fudhatanii jiru.
Isinhoo??
📝 Osoo yeroon qormaataa hin cufamiin carraa kanatti fayyadamuun ammuma qoramaa!!
👉 Liinki qormaataa
🔗🔗🔗🔗
==============================
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=103
==============================
🗣 Odeeffannoo fi yaadachiisa gara garaa argachuuf!
👇👇
📎 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa
📎https://t.me/SiinqiiAakhiraa
🌐 Barattoonni hin galmaa'iini fi akkaataa barnootaa fi qormaataa aragchuuf viidiyoo kana ilaala!
👇👇
📎https://youtube.com/shorts/MQGubTZg5Y8?si=L-7kDmnVducBkn0H
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa
Linkii Qormaataa!
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=103
📋 Qajeelfamoota armaan gadii sirriitti dubbisaa!!
🗓 Yeroo Qormaataa
Qormanni Xumuraa Koorsii Tarbiyaa website irratti banameera.
Qormaanni kun guyyaa kibxataa, 15/09/2026 ykn 05/02/2019 halkan sa'aatii 1:00 irratti ni cufama.
1️⃣ Qormaata kanaaf carraan kennamu yeroo tokko qofa.
🔖 Qormaata Xumuraa kana keessaatti gaafiilee 40tu jira.
Gaafiin tokko qabxii 2n madaalama.
Walumaagalatti qormaanni kun qabxii 80 irraa madaalama.
🚫 Seera Qormaataa
❌ Yeroo qormaanni adeemsifamaa jiru keessatti warroota birootif deebii qooduun, irratti mari'achuun, kitaabaa, sagalee fi viidiyoo barnootaa fayyadamuun dhorkaadha.
🚫 Qormaata erga jalqabdan booda adda murtanii bahuun qabxii keessan irratti rakkoo fiduu waan danda'uuf of eeggannoo godhaa!!
⏲ Hubachiisa
Deebiin sirrii fi qabxiin qormaataa erga qormaanni cufame booda ifooma.
🔗 Yeroo qormaataa rakkoon yoo isin mudate kanaan nu qunnamaa!
👉@AfricaacademyOromo
#Akkaadamii_Afriikaa
