cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Exit Exam For All Department 2024

👉👉👉Namni kamuu addunyaa mo'ichaa keessa seenuun dura sammuu isaa keessaatti ilaalcha mo'ichaa gonfachuu qaba.!👈👈👈

Більше
Рекламні дописи
2 411
Підписники
+2324 години
+1247 днів
+57330 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Repost from Oromia Bank
Badhaasa birrii 1000.00 Marsaa 5ffaa Baankii Oromiyaa irraa! Ergaa kana namootaaf affeeruun Badhaasa birrii kumaa marsaa 5ffaa badhaafamaa! 1. Dursa Liinkii armaan gadii tuquun https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=386095768 2. Itti aansuun Start kan jedhu tuqaa 3. Join Channel Kan jedhu tuqaa 4. Gara BOT itti dubatti deebi'aa 5. Mallattoo Share ⤴ fayyadamuun firaaf aantee keessaniif qooda 6. Liinkii argattan firaaf aantee keessaniif qoodaa! Liinkii Kana yoo xiqqaate Namoota 50 fi isaa oliif warreen qoodaan Badhaasa Birrii 1000.00 badhaafamu. 5ኛው የ1000.00 ሽልማት ከኦሮሚያ ባንክ! መልዕክቱን ያጋሩ፣ የ5ኛ ዙር የ1000.00 ብር ተሸላሚ ይሁኑ! 1 - በቅድሚያ ቀጥሎ ያለውን ሊንክ ይጫኑ https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=386095768 2 - በመቀጠል Start የሚለውን ይጫኑ 3 - Join Channel የሚለውን ይጫኑ 4 - ወደ ቦቱ ይመለሱ 5 - Continue ሚለውን ተጭነው የመጋበዣ የሼር ምልክት⤴ ያግኙ 6 - መልእክቱን ለወዳጅ ዘመድዎ ያጋሩ መልዕክቱን ቢያንስ ለ50 እና ከዚያ በላይ ወዳጅ ዘመድዎ ሼር በማድረግ የ1000.00 ብር ተሸላሚ ይሁኑ! አሁኑኑ ሼር ማድረግ፣ ይጀምሩ ቀድመው ያሸንፉ!
Показати все...
#Baga Ayyaana Faasikaa geessan! Yuunivarsiitiin Riifti Vaalii Kaampaasiin Asallaa hordoftoota amantii Kiristaanaa hundaan baga Ayyaana Faasikaa bara 2016 geessan jechaa ayyaanichi kan waldanda’uu, kan jaalalaa fi kan nagaa akka isiniif ta'u hawwii isaa ibsa. ሪፍት ቫሊ ዩኒቨርሲቲ አሰላ ካምፓስ ለመላው የክርስትና ዕምነት ተከታዩች እንኳን ለ2016 ዓ.ም የትንሣኤ በዓል አደረሳችሁ እያለ በዓሉ የመተሳሰብ ፣የፍቅርና የሰላም እንዲሆንላችሁ ምኞቱን ይገልጻል ።
Показати все...
Repost from Sanyii Guddataa
Ayyaanni ayyaana gaarii!!! 🌿🌾🌴🌲🌺
Показати все...
#Oduu_Hatattamaa! --------------- Ebla-21/2016 #Qormaatni_Biyyoolessaa_Kutaa_12ffaa_Bara_2016 Waraqaafi 'Online'niiin kennamuun kan beekame yoo ta'u, #Adoolessa 3-5/2016 Saayinsii Hawaasaafi #Adoolessa 9-11/2016 Saayinsii Uumamaatiif kan kennamu ta'uun ibsameera. #Barattootni_Qormaata_Waraqaan Ykn Hard Copy'n fudhatan; #1_Barattootni_Saayinsii_Hawaasaa Waxabajjii 30 - Adoolessa 01/2016, #2_Barattootni_Saayinsii_Uumamaa immoo. Adoolessa 6-7/2016tti gara Yunivarsiitii itti qoratamanitti kan galan ta'uu, dhaabbatni Tajaajila Madaallii Barnootaafi Qormaataa Biyyoolessaa beeksiseera. #Hubachiisa:- Manneen Barnootaa Online Qormaata fudhatan kanneen armaan gadii yoo ta'an. kan hafan immoo.........See More 1. OBN Education TV Position 8.0⁰ West Satellite Eutelsat/hotbard 8 West B Frequency 11512 Polarization Vertical Symbol rate 27500 2. MOE Television Position: 8.0⁰ West Satellite Eutelsat 8 West B Frequency 12520 Polarization Vertical Symbol rate:- 27500 https://t.me/Oromiyaa_Education_Biiroo
Показати все...
Oromia Education Bureau

1. OBN Education TV Position 8.0⁰ West Satellite Eutelsat/hotbard 8 West B Frequency 11512 Polarization Vertical Symbol rate 27500 2. MOE Television Position: 8.0⁰ West Satellite Eutelsat 8 West B Frequency 12520 Polarization Vertical Symbol rate:- 27500

👍 8 2
Dambi Dollo University, College of Engineering and Technology, Department of Mechanical Engineering is excited to announce the upcoming "Third on Campus Recruitment Drive" with an International Mechanical Engineering Core Company for the graduating final year students. The event will take place from May 30th to June 3rd, 2024 All graduating students in your final year please take note of the following important information regarding the on-campus recruitment drive. The recruitment process consists of three rounds of selection. The first round, a written exam, will take place on May 30th, 2024. The syllabus for this exam will be based on your exit exam syllabus. The second and third rounds, a technical interview and an H.R. interview, will be conducted on June 3rd, 2024. For further details and inquiries, kindly reach out to Prof. Dr. Krishnaraj, the Chairman for the On-campus Recruitment Drive, @ +251946381416.
Показати все...
Akkana jedhe Sooqiraaxis Yeroon dargaggeessa ture, ganama yeroon hirribaa ka'uu hin jaalladhun ture.Harmeenkoo immoo amalakoo kana baay'ee na'rratti jibbiti, waan Daldalaa Sooressa akkan ta'uuf naaf abjottuuf. Guyyaa tokko Harmeenkoo faayidaa ganama yeroon hirribaa ka'uun qabu akka natti himuuf, Ana faana gara Barsiisaakoo dhufte. Barsiisaa: Sooqiraaxis, Seenaa bareedaa tokkon sitti hima, atimmoo seenicha'rraa waan baratte naaf himta, tolee! Sooqiraaxis: Haa ta'u. Barsiisaa: Simbirroota lamatu turan, Isheen ganamaan kaate raammoo funaannattee nyaattee ilmoolee ishees soorte. Isheen lammaffaarratti barfattee kaate immoo, waan nyaattu homaa'llee hin arganne, ni beelofte. Seenicharraa maal baratte, Sooqiraaxis! Sooqiraaxis: Raammoowwan warri ganamaan dafanii ka'an Simbirrootaan nyaataman. An deemeera Nagaatti!😁 Waan dubbiftaniif‼️ #GALATOOMAA @Oromoo_Motivate
Показати все...
👍 7
1
👍 2 2
Repost from ABDII SABAA
#Tiktok Tiktok Ameerikaa keessatti cufamuuf Manni maree bakka bu’oota ummataa Ameerikaa "TikTok" US keessatti dhorkuuf sagalee kenneera. Manni maree bakka bu’oota uummataa dhimma #TikTok irratti sagalee 360 ​​kennuudhaan, dhaabbata ByteDance jedhamuun kan hoogganamu Tiktok dhaabbata Ameerikaa tokkotti yoo hin gurguramnee fi hariiroo Chaayinaa waliin qabu hin kutu yoo ta’e guutuu Ameerikaa keessatti akka cufamu murteesse. "TikTok" US keessatti fayyadamtoota miiliyoona 170 ol qaba. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 📚ODEEFFANNOO BARNOOTAAF 📚 @ABDIISABAA 📚 🌐 abdiisabaa.com 🌐 abdiisabaa.org Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf! 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
Показати все...