cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Oromia Education Bureau

1. OBN Education TV Position 8.0⁰ West Satellite Eutelsat/hotbard 8 West B Frequency 11512 Polarization Vertical Symbol rate 27500 2. MOE Television Position: 8.0⁰ West Satellite Eutelsat 8 West B Frequency 12520 Polarization Vertical Symbol rate:- 27500

Більше
Фінляндія25Мова не вказанаОсвіта986
Рекламні дописи
106 948
Підписники
+42924 години
+2 0377 днів
+3 12430 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

#SAGANTAA Qormaata Biyyoolessaa Xumura Kutaa 12ffaa Bara 2016 #Saayinsii_Hawaasaa 03/11/2016 jalqabama. #CARRAA_GAARII! https://t.me/Oromiyaa_Education_Biiroo
Показати все...
Oromia Education Bureau

1. OBN Education TV Position 8.0⁰ West Satellite Eutelsat/hotbard 8 West B Frequency 11512 Polarization Vertical Symbol rate 27500 2. MOE Television Position: 8.0⁰ West Satellite Eutelsat 8 West B Frequency 12520 Polarization Vertical Symbol rate:- 27500

Barattoota kutaa 12ffaa Bara 2016 toora 'online'tiin qormaata fudhattan hundaaf 1.Waytia gosa barnootaa akka Herregaa , Fiiziksiifi Keemstrii fudhattan waraqaa qulqulluu irratti shallagamu qabattanii seenuu dandeessu. 2.Osoo qoramaa jirtanuu akka tasaa rakkoon teeknikaa humnaa olii yoo qunname Ministeerri barnootaa fala waan qabuuf maaltu nu qunnama jettanii dhiphina keessa galuu hinqabdan . kan isin irraa eegamu shaakala gootanii of-qopheessuu qofa 3.Akkuma Wayita shaakaltan argitan 'online 'n qoramuun siistamni isaa salphaafi dogongora deebii irra utaalamee kan xiqqeessu. 4.Yeroo qoruumsi xumurtan kamuu gara mana keessanii bahuufi galuun isniif qofa heeyamama .Kanaaf geejibaafi nyaata isintu ofdanda'a Carraa Gaariin isniif hawwa ! በ2016 የ12ኛ ክፍል ፈተና በ'online ' ለምትወስዱ ተማሪዎች በሙሉ፣ 1ኛ . የሂሳብ ፣ ፊዝክስና ኬምስትሪ ትምህርቶችን ስትወስዱ ለማሰቢያ የሚረዳችሁን ነጭ (ምንም ያልተፃፈበት) ወረቀት ይዛችሁ መግባት ትችላላችሁ። 2ኛ. አንደ አጋጣሚ በቴክኒክ ምክንያት ፈተና ላይ እያላችሁ ችግር ብያጋጥም ትምህርት ሚንስቴር መፍትሔ ስላለው አትጨነቁ። ከእናንተ የሚጠበቀው መዘጋጀት ብቻ ነው። 3ኛ. ስትለማመዱ እንዳያችሁት 'ሲስተሙ' ቀላልና በእጅ ከማጥቆር ይልቅ በኦንላይን መፈተኑ ስህተትን ይቀንሳል። 4ኛ. ከቤታችሁ ስለምትመላላሱ ከፈተና ቦኋላ መግባትና መውጣት ይፈቀድላችኋል ። ስለዚህ የምሳና ትራንስፖርት ወጪ የራሳችሁ ነው ። መልካም እድል ይሁንላችሁ! https://t.me/Oromiyaa_Education_Biiroo
Показати все...
Oromia Education Bureau

1. OBN Education TV Position 8.0⁰ West Satellite Eutelsat/hotbard 8 West B Frequency 11512 Polarization Vertical Symbol rate 27500 2. MOE Television Position: 8.0⁰ West Satellite Eutelsat 8 West B Frequency 12520 Polarization Vertical Symbol rate:- 27500

Guyyaa har'aa hojiiwwan tajaajila lammummaa seektara Barnootaa keessatti bara bajataa 2017 hojjatamuu qaban Godina Harargee Bahaa irratti jalqabsiisinee jirra. Hojii kanaan akka naannoo keenyaati Manneen Barnoota Bu'uura Boruu 5000 , Manneen Barnoota sadarkaa 1ffaa 1000, Mana jireenya Barsiisotaa 8940, Paarkiin ICT Aanaalee 341 keessatti ijaaruufi Sadarkaa Manneen Barnoota 2948 fooyessuu , Gayeessota 932,698 wallaala irraa bilisa gochuu akkasumaanis Baratoota kutaa 6ffaa ,8ffaa fi 12tiif tutooriyaalii kennuuf karoorfannee jirra. Akkuma kana duraa qooda fudhatooni hundi nu cinaa akka dhaabbattan kabajaadhan gaafanna . በዛሬው ዕለት በ2017 የበጀት አመት በትምህርት ሴክተር በዜግነት አገልግሎት ለመስረት የታቀዱትን ስራዎች በምሥራቅ ሐረርጌ ዞን አስጀምረናል። በዚህ ሥራ እንደ ክልላችን 5000 ቡኡራ ቦሩ (ቅድመ-መደበኛ ) ት/ቤቶችን ፣1000 1ኛ ደረጃ ት/ቤቶችን፣ 8940 የመምህራን መኖሪያ ቤቶችን ፣በ341 ወረዳዎች የICT ፓርኰችን ለመገንባትና የ2948 ት/ቤቶችን ደረጃ ማሻሽል 932,698 ጎልማሶችን ከመሃይምነት ነፃ ማድረግና ለ6ኛ ፣ 8ኛና 12ኛ ክፍል ተማሪዎች የማጠናካሪያ ትምህርት ለመስጠት ተቅዷል። ሁሉም ባለድርሻ አከለት እንደበፊቱ ከጎናችን እንድትቆሙ በአክብሮት እንጠይቃለን ። @tollaberisso 💠
Показати все...
Barattoota kutaa 12ffaa Bara 2016 toora 'online'tiin qormaata fudhattan hundaaf 1.Waytia gosa barnootaa akka Herregaa , Fiiziksiifi Keemstrii fudhattan waraqaa qulqulluu irratti shallagamu qabattanii seenuu dandeessu. 2.Osoo qoramaa jirtanuu akka tasaa rakkoon teeknikaa humnaa olii yoo qunname Ministeerri barnootaa fala waan qabuuf maaltu nu qunnama jettanii dhiphina keessa galuu hinqabdan . kan isin irraa eegamu shaakala gootanii of-qopheessuu qofa 3.Akkuma Wayita shaakaltan argitan 'online 'n qoramuun siistamni isaa salphaafi dogongora deebii irra utaalamee kan xiqqeessu. 4.Yeroo qoruumsi xumurtan kamuu gara mana keessanii bahuufi galuun isniif qofa heeyamama .Kanaaf geejibaafi nyaata isintu ofdanda'a Carraa Gaariin isniif hawwa ! በ2016 የ12ኛ ክፍል ፈተና በ'online ' ለምትወስዱ ተማሪዎች በሙሉ፣ 1ኛ . የሂሳብ ፣ ፊዝክስና ኬምስትሪ ትምህርቶችን ስትወስዱ ለማሰቢያ የሚረዳችሁን ነጭ (ምንም ያልተፃፈበት) ወረቀት ይዛችሁ መግባት ትችላላችሁ። 2ኛ. አንደ አጋጣሚ በቴክኒክ ምክንያት ፈተና ላይ እያላችሁ ችግር ብያጋጥም ትምህርት ሚንስቴር መፍትሔ ስላለው አትጨነቁ። ከእናንተ የሚጠበቀው መዘጋጀት ብቻ ነው። 3ኛ. ስትለማመዱ እንዳያችሁት 'ሲስተሙ' ቀላልና በእጅ ከማጥቆር ይልቅ በኦንላይን መፈተኑ ስህተትን ይቀንሳል። 4ኛ. ከቤታችሁ ስለምትመላላሱ ከፈተና ቦኋላ መግባትና መውጣት ይፈቀድላችኋል ። ስለዚህ የምሳና ትራንስፖርት ወጪ የራሳችሁ ነው ። መልካም እድል ይሁንላችሁ! Tolla Berisso 💠 https://t.me/Oromiyaa_Education_Biiroo
Показати все...
Oromia Education Bureau

1. OBN Education TV Position 8.0⁰ West Satellite Eutelsat/hotbard 8 West B Frequency 11512 Polarization Vertical Symbol rate 27500 2. MOE Television Position: 8.0⁰ West Satellite Eutelsat 8 West B Frequency 12520 Polarization Vertical Symbol rate:- 27500

​​Ragaa Barnootaa Sobaa Balleessuuf Deeggarsi Hawaasaa Barbaachisaadha jedhame. --------------------- BBO- Waxabajjii 20/2016 Seektarri Barnootaa ragaa sobaa haawasa keessa babal'ataa jiru dhabamsiisuuf adda dureen hojjachaa jira. Ragaan sobaa barnootaa dhabamsiisuun kan danda'amu hirmaannaa hawaasaa ol guddisuun mootummaa waliin qindoominaa yoo hojjatameedha. Ragaan sobaa dinagdee, siyaasaafi hawaasummaa biyya tokkoo irratti balaan inni fidu guddaa ta'uu ummata hubachiisuun tooftaa ittiin dhabamsiisuun danda'amu irratti walii galuun barbaachisaadha. Kanuma bu'uura gochuun Godina Arsiitti Waajjirri Barnootaa Godina Arsiifi Bul. Magaalaa Asallaa Kaawunsilii Naamusaafi Farra Malaammaltummaa damee Arsii waliin bakka I/A hoggantuu Komishiiniifi Biiroo Barnootaa Oromiyaatti, Daayirektarri Daayirektoreetii Deeggarsaafi Hordoffii Dhimma Naamusaafi Farra Malaammaltummaa obbo Tashoomaa Abbabaa argamanitti mata duree "Qorannoo Ragaa Barnootaa Sobaa Miidhaa Dhaloota Egeree Irra Geessisu" jedhu Irratti tibbana hawaasa mariisisaniiru. Ragaa Barnootaa Sobaa balaan geessisu hedduudha. - Dhaloota barataa jiru irratti, Manneen barnootaa keessatti, - Fayyaa hawaasa keenyaa irratti mana yaalaa keessatti, - Hoggansa, tajaajila kennuu irratti, kkf irratti otuu hin baratin/hin leenji'in ragaa sobaatiin kan barsiisaa ta'u, kan hakimii ta'u, kan hogganaa hawaasaa ta'u, hogganaa waajjiraa, aanaa konkolaachisaa ta'u hundi balaan isaan geessisan guddina hawaasaatiif gufuu guddaa waan ta'aniif irratti duuluun dhabamsiisuu akka qaban yada kennitootni tokko tokko himaniiru. Ragaan Barnootaa Sobaa dhaloota egeree kan naaffisu waan ta'eef hawaasni keenya hadheeffatee irratti qabsaa'u qaba kan jedhan obbo Tashoomaan, haaluma walfakkaatuun waajjira barnootaa godinaalee, magaalotaafi aanotaa hanga Manneen Barnootaatti gadi bu'uun dhaloota ragaa sobaa balaaleffatu qarree baasuu irratti hojjachuu qabna jedhaniiru. Karaa biraatiin hoggansi sadarkaa sadarkaan jiru hundi dhimma adda addaatiif namoota yoo galmeessinu gadi fageenyaafi qulqullinaan galmeessuun xiyyeeffannoon itti kennamuu qaba jedhameera. Tolla Berisso 💠 https://t.me/Oromia_education_bureau
Показати все...
Oromia Education Bureau

1. OBN Education TV Position 8.0⁰ West Satellite Eutelsat/hotbard 8 West B Frequency 11512 Polarization Vertical Symbol rate 27500 2. MOE Television Position: 8.0⁰ West Satellite Eutelsat 8 West B Frequency 12520 Polarization Vertical Symbol rate:- 27500

Qormaata Biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2016 Akka Biyyaatti Kennamu Barattootni 35% ol Oromiyaa Irraa Ta'uun Beekame. --------------- BBO- 10/10/ 2016 Biiroon Barnootaa Oromiyaa #qormaata_biyyoolessaa_kutaa_12ffaa_bara_2016_barattoota 246,575 kan qorsiisu yoo ta'u, #akka_biyyaatti_barattoota_qormaata_fudhatan_jedhamanii_eegaman 701,489 keessaa naannoon Oromiyaa 35% ol ta'uun beekameera. Oromiyaa keessatti baay'inni barattoota qormaata fudhatanii hedduu waan ta'eef xiyyeeffannoo Biiroon Barnootaa Oromiyaa kennee hojjataa jiru cinatti karaa loojistikiifi humna namaa bobbaasu irratti Ministeerri Barnootaa Itiyoophiyaa hordoffiifi deeggarsa olaanaa gochuu akka qabu waliigalameera. Kanaafuu, hawaasni naannoo keenyaa, maatiin barattootaa, barsiisotni, hoggansi barnootaa, GTB, GMB, BBLG, Caasaan Mootummaa, Qaamni Nageenyaafi Yunivarsiitiwwan Naannoo keenyaa hundi qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2016 nagaafi milkiin akka xumuramu akkuma kanaan duraa deeggarsi keessan cimee akka itti fufu dhaamsa dabarsineerra. #Gumiin_Tiraansiformeeshinii_Barnootaa_Oromiyaa (GTBO) sadarkaan jirtan, Komishiiniin Poolisii Oromiyaa, Maatiin Barattootaa, Barsiisotni, Hoggansi Barnootaa sadarkaan jiru, qaamni nageenyaafi caasaan mootummaa naannoo keenyaa sadarkaan jiru hundi #haaluma_kanaan_dura_qormaata_naannoo_kutaa_6ffaafi_8ffaa(barattoota milyoona 1.4 ol ta'an) milkeessineen #ammas_milkaa'ina_ammaffaa_akka_galmeessiftan gamanumaa abdii guddaa qabna. Muuxannoo darberra waan hedduu waan hubanneef kan darbe caalaa qulqullinaafi iftoomaan barattoota keenya jajjabeessuu qabna. - Qormaatn kan qophaa; #Sirna_Barnootaa_Darbe(Moofaa) keessaa- Barnoota kutaa 9ffaa - 11ffaa jiru yoo ta'u, #Sirna_Barnootaa_Haaraa keessaa immoo - Barnoota Kutaa 12ffaa ti. - Guyyaa Qormaataa; #Barnoota_Saayinsii_Hawaasaa - Adoolessa 03-05/2016 #Barnoota_Saayinsii_Uumamaa - Adoolessa 09-11/2016tti Waraqaafi 'Online'n kennama. Barattoota keenyaaf: #CARRAA_GAARII_HAWWINEERRA! - BBO - https://t.me/Oromiyaa_Education_Biiroo
Показати все...
Oromia Education Bureau

1. OBN Education TV Position 8.0⁰ West Satellite Eutelsat/hotbard 8 West B Frequency 11512 Polarization Vertical Symbol rate 27500 2. MOE Television Position: 8.0⁰ West Satellite Eutelsat 8 West B Frequency 12520 Polarization Vertical Symbol rate:- 27500

Фото недоступнеДивитись в Telegram
​QORMATA BARA 2016 #1_Caamsaa 26-30/2016 #Kutaa_6ffaafi #2_Waxabajjii 3-7/2016 #Kutaa_8ffaaf ni kennama. ------------------- BBO-Ebla 30/2016 #1_Qormaatni kutaa 6ffaa Naannoo Oromiyaa kan qophaa'e gosoota barnoota kutaa 6ffaa keessaa qofa yoo ta'u, Gosootni Barnootaas; 1.Afaan Oromoo/Amaariffa 2. Afaan Ingilizii 3.Herrega 4.Saayinsii Naannoo 5. Barnoota Gadaa 50%fi i Safuu 50% . #2_Qormaatni kutaa 8ffaa Naannoo Oromiyaa kan qophaa'e; gosoota barnootaa kutaa 8ffaa keessaa qofa yoo ta'u, Gosootni Barnootaas; 1-Afaan Oromoo/Amaariffa 2-Afaan Ingilizii 3- Herrega 4- Saayinsii Hawaasaa 5- Saayinsii Waliigalaa 6- Barnoota Gadaa 50%fi Lammummaa 50% ta'a #DHAAMSA! #_Gumiin Tiraansiformeeshinii Barnootaa (GTB) hordoffiin keessan daran cimuu qaba, #_Barsiisotni keenya barattootaaf deeggarsi taasifamaa jiru itti haa fufu, #_Hoggansi manneen barnootaa haala mijaawaa irratti of kennitanii hojjachuu qabdu, #_Maatiin barattootaa ijoollee keessaniif xiyyeeffannoon keessan daran haa dabalu, #_Hundaa'ol #barattootni_keenya_Addunyaa_Iftuu_Egeree_arguuf har'a #ciminaan_qo'achuufi #tasgabbiin_qprmaataaf_of_qopheessuu_qabdu kan jedhu dhaamsa BBO ti. #CARRAA_GAARII !! BBO 1. OBN Education TV Position 8.0⁰ West Satellite Eutelsat/hotbard 8 West B Frequency 11512 Polarization Vertical Symbol rate 27500 2. MOE Television Position: 8.0⁰ West Satellite Eutelsat 8 West B Frequency 12520 Polarization Vertical Symbol rate:- 27500 https://t.me/Oromiyaa_Education_Biiroo
Показати все...
Oromia Education Bureau

1. OBN Education TV Position 8.0⁰ West Satellite Eutelsat/hotbard 8 West B Frequency 11512 Polarization Vertical Symbol rate 27500 2. MOE Television Position: 8.0⁰ West Satellite Eutelsat 8 West B Frequency 12520 Polarization Vertical Symbol rate:- 27500

#Oduu_Hatattamaa! --------------- Ebla-21/2016 #Qormaatni_Biyyoolessaa_Kutaa_12ffaa_Bara_2016 Waraqaafi 'Online'niiin kennamuun kan beekame yoo ta'u, #Adoolessa 3-5/2016 Saayinsii Hawaasaafi #Adoolessa 9-11/2016 Saayinsii Uumamaatiif kan kennamu ta'uun ibsameera. #Barattootni_Qormaata_Waraqaan Ykn Hard Copy'n fudhatan; #1_Barattootni_Saayinsii_Hawaasaa Waxabajjii 30 - Adoolessa 01/2016, #2_Barattootni_Saayinsii_Uumamaa immoo. Adoolessa 6-7/2016tti gara Yunivarsiitii itti qoratamanitti kan galan ta'uu, dhaabbatni Tajaajila Madaallii Barnootaafi Qormaataa Biyyoolessaa beeksiseera. #Hubachiisa:- Manneen Barnootaa Online Qormaata fudhatan kanneen armaan gadii yoo ta'an. kan hafan immoo.........See More 1. OBN Education TV Position 8.0⁰ West Satellite Eutelsat/hotbard 8 West B Frequency 11512 Polarization Vertical Symbol rate 27500 2. MOE Television Position: 8.0⁰ West Satellite Eutelsat 8 West B Frequency 12520 Polarization Vertical Symbol rate:- 27500 https://t.me/Oromiyaa_Education_Biiroo
Показати все...
Oromia Education Bureau

1. OBN Education TV Position 8.0⁰ West Satellite Eutelsat/hotbard 8 West B Frequency 11512 Polarization Vertical Symbol rate 27500 2. MOE Television Position: 8.0⁰ West Satellite Eutelsat 8 West B Frequency 12520 Polarization Vertical Symbol rate:- 27500

​#BEEKSISA 12/06/2016 Hoggansa Barnootaa , Barsiisota , Maatii Barattoofi Barattoota kutaa 6ffaafi 8ffaa Oromiyaa hundaaf. Akkam Jirtan? #Qormmaata_Kutaa_6ffaafi_8ffaa_bara_barnootaa_2016_kennamu ilaalchisee gamanummaa qophiin akka taasiftan isin beeksifna. #A- Bara Barnootaa 2016 akka Naannoo Oromiyaatti, #Barattootni_kutaa_6ffaa; Dhiirri - 386,703, Dubartiin - 345,540, waliigala barattootni kutaa 6ffaa 732,243 yeroo duraatiif qoruumsa Naannoo ni fudhatu. Biiroon Barnoota Oromiyaa hir'ina dhiyeessii kitaabaafi muuxannoo dhabuu barattootni qormaatichaarratti qaban yaada keessa galchuu, bara kanaaf akka shaakalaaf(ka'umsaaf) ta'u bara duraa kanaaf qofa Qoruumsi Naannoo Kutaa 6ffaa Gosa Barnoota Shan qofa akka ta’uufi qabiyyeen isaas kutaa 6ffaa keessaa qofa kan qophaa'u ta’uu isin beeksisina . #Gosa_Barnootaa_Qormaatn_Kutaa_6ffaa_keessaa_qophaa'u; 1.Afaan Dhalootaa 2. Afaan Ingilizii 3.Herrega 4.Saayinsii Naannoo 5. (Barnoota Gadaafi Safuu ) #Yeroon_Qoruumsaa immoo, #Caamsaa 26-30/2016 ta’a. #B- Barattoota #Kutaa_8ffaa_Bara_Barnootaa 2016 Qormaata Naannoo Fudhatan Ilaalchisee; Barattootni Qormaata Fudhatan - Dhiirri 347,313 - Dubartiin 323,963 Waliigala barattooni 671,276 qoruumsa naannoo bara 2016 ni fudhatu jedhamee eegama. Qoruumsi kutaa 8ffaatis qabiyeen isaa kan kutaa 8ffaa keessaa qofa kan qophaa'u yoo ta'u , #Yeroon_qorumsaa #Waxabajjii 3-7/2016 ta’a . #Gosa_Barnootaa_Qorumsi Kutaa_8ffaa keessaa_qophaa'us; 1.Afaan Dhalootaa 2.Afaan Lammaffaa 3.Afaan Ingilizii 4.Herrega 5.Saayinsii Hawaasaa 6.Saayinsii Waliigalaa 7.Barnoota gosoota hunda galaa (Gadaa fi Lammummaa ) ta'uu gamanumaa isin beeksifna. Maatiin, Barsiistoniifi hoggansi barnootaa kana beektanii barattoota keenya akka qopheessitan dursinee isin hu bachiisaa, barattootnis haaluma kanaan qoohii akka gootan Isin hubachiifna. Biiroo Barnootaa Oromiyaa. Guraandhala 12/2016 FINFINNEE OROMIA EDUCATION BUREAU 🔎.https://t.me/Oromiyaa_Education_Biiroo
Показати все...
Oromia Education Bureau

1. OBN Education TV Position 8.0⁰ West Satellite Eutelsat/hotbard 8 West B Frequency 11512 Polarization Vertical Symbol rate 27500 2. MOE Television Position: 8.0⁰ West Satellite Eutelsat 8 West B Frequency 12520 Polarization Vertical Symbol rate:- 27500

Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.