uk
Feedback

Не попадись на ботовода! Telemetrio знаходить і позначає такі канали мітками 👉 Хочеш бачити мітку, оформляй підписку

Oromia Technician's Assurance

Oromia Technician's Assurance

Відкрити в Telegram

Adama Traffic Complex

Показати більше
1 466
Підписники
Немає даних24 години
Немає даних7 днів
Немає даних30 днів
Архів дописів
Hubachisa Akkuma beekamu leenjiitootni marsaa 33ffaa lenjii daree xumurun kessan ni beekama, Haluma kanan leenjii diree dhaab
Hubachisa Akkuma beekamu leenjiitootni marsaa 33ffaa lenjii daree xumurun kessan ni beekama, Haluma kanan leenjii diree dhaabbata leenjii issin ramadamtan ilaalun guyyaa 28/01/2019 irra egaltani leenjii harcaati tokko malee akka hordoftan issin beeksifna. ማሳሰቢያ እንደሚታወቀዉ የ 33ኛ ዙር የንድፈ ሃሳብ ክላስ ማጠናቀቃቸውን ይታወቃል ;በዚሁ መሰረት የመስክ ስልጠና ከ 28/01/2019 ጀምሮ በተመደባቹበት ማሰልጠኛ ተቋም እንድትከታተሉ እናሳስባለን ።

akkataa kaatagorii kessanin kan daree fi dirree akka kafaltani በካታጎሪ እንድትከፍሉ እናሳስባለን።
akkataa kaatagorii kessanin kan daree fi dirree akka kafaltani በካታጎሪ እንድትከፍሉ እናሳስባለን።

Hubachisa Bor leenjii waan jirruf akkataa sagantan issini baheeti iddo leenjiti akka argamtan ማሳሰቢያ ነገ ስልጠና ስላለ በፕሮግረማቹ መሰረት ስልጠና ቦታ እንድትገኙ እናሳስባለን ።

sagantaa leenjii yadrime mar.33ffaa (1).pdf2.71 KB

Sagantaa leenjii Mar 33ffaa (1).pdf2.64 KB

ማሳሰቢያ የንድፍ ሃሳብ ክላስ በ 18/01/2019 ስለሚጀምር ሰልጣኞች በተባለበት ቀን 2:30 በማእከሉ እንድትገኙ እናሳስባለን ። ክላስ ለይ ለማይገኝ ሰልጠኝ ለምንወስደዉ እርምጃ ሀላፊነቱን ሰልጣኝ ይወስዳል።

Leenjiin guyyaa 18/01/2019 kan jalqabuu waan taheef leenjiitootni guyyaa jedhametii sa'ati 2:30 moora giddu galaati harcaati
Leenjiin guyyaa 18/01/2019 kan jalqabuu waan taheef leenjiitootni guyyaa jedhametii sa'ati 2:30 moora giddu galaati harcaati tokko malee akka argamtan issin beeksifna. ❌❌❌Hubachisaa❌❌❌ Attendance waan qabamuuf namni leenjii daree fi dirreetti hin argamin itti gaafatamuuma issaa leenjian kan fudhatu tahuu beektani leenjii irratti haarcati malee akka argamtan issin beeksifna!!!!!!

Leenjitootni Garagarumaa guyyaa 12/01/2019 akka dhuftani qormaata dirref shakkali waaree duraa akka gootan fi qormaatni waare booda waan taheef bakka leenji akka argamtan issin beeksifna.

Argent/ Beeksisaa arifachisaa! Leenjisaa dirree atataamaan barbadamaa.Afaan oromoo bareessuu fi dubbisuu kan dandaa'uu, Dubaartii ni jajaabeesina Bayyina 1 Approval (U-1)kan qabu fi hojechuuf namooni fedhii qabdan nuuf bilbilaa. Odeefannoof: 09-12-72-92-26 09-84-44-00-00 Iddoon:Kooyyee faccee.

Leenjitootni Garagarumaa guyyaa 12/01/2019 akka dhuftani qormaata dirref shakkali akka gootan issin beeksifna.

Hubachisaa

Qormaata seensaa Approvaalii marsaa 33ffaa
+9
Qormaata seensaa Approvaalii marsaa 33ffaa

photo content

kafalti kottee birrii 1294 kafaltani guyyaa qormaata qabatani akka argamtan issin hubachifna

[Name] Mokonen [Mobile] 091 220 1737 Konkolata leenjiif qormaata walqabatee jirru lakkofsa bilbila kana irrati bilbila

photo content

Approvaalii Motorcycle kan qabdan badellee irrati lakkofasa kanan bilbila +251932487802

photo content

photo content