fa
Feedback
Oromia Technician's Assurance

Oromia Technician's Assurance

رفتن به کانال در Telegram

Adama Traffic Complex

نمایش بیشتر
1 474
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
-37 روز
-2130 روز
آرشیو پست ها
Leenjiisa U1 irrati namooni fedhii qabdan lakkoofsa kanan bilbila 0932487044

Leenjiisa daree 1 fi leenjiisa dirree 1 U1 irrati namooni fedhii qabdan lakkoofsa kanan bilbila +251912201484

Beeksisa Leenjitoota marsaa 32ffaa hundaf leenjitoota marsaa 32ffaa sertefikeeti egaa jirtan hundaaf boor 10/06/2018 waltajjiin waan jiruuf amma beeksisi haara maxxanfamuti obsan akka nu egdan issin beeksisna.

Kaffaltii Appiruuvala.docx0.18 KB

photo content

photo content

Huubachisa Qormaata xumura guyyaa 19/05/2018 Seera fi dambi(የትራፊክ ህግ) Namausa(ስነ ባህሪ) Nagenya Hojira(ስራ ላይ ደህንነት) Odefano sasabu(መረጃ መሰብሰብ) supha salpha(አነስተኛ ጥገና)

❌❌❌Urgent ❌❌❌ Boor guyyaa 07/05/2018 leenjiitootni marsaa 32ffaa harcaati tokko malee akka ganama sa'atii 2:30 GG (biroo) argamtan issin beeksisna. leenji'an hafee tarkanfii fudhatamuuf itti gaafatamuma issa fudhata. ❌❌❌ማሳሰቢያ❌❌❌ ነገ በ 07/05/2018 ሁሉም የ 32ኛ ዙር ሰልጣኞች ጥዋት በ 2:30 ቢሮ እንድትገኙ እናሳስባለን። ለቀረ ሰልጣኝ ለምንወስደው እርምጃ ሃላፊነት ሰልጣኝ የሚወስድ መሆኑን እናሳስባለን ።

Oromia Technician's Assurance - آمار و تحلیل کانال تلگرام @ota4approval