1 474
订阅者
无数据24 小时
-37 天
-2130 天
帖子存档
Leenjiisa U1 irrati namooni fedhii qabdan lakkoofsa kanan bilbila 0932487044
Leenjiisa daree 1 fi leenjiisa dirree 1 U1 irrati namooni fedhii qabdan lakkoofsa kanan bilbila +251912201484
Beeksisa
Leenjitoota marsaa 32ffaa hundaf
leenjitoota marsaa 32ffaa sertefikeeti egaa jirtan hundaaf boor 10/06/2018 waltajjiin waan jiruuf amma beeksisi haara maxxanfamuti obsan akka nu egdan issin beeksisna.
Huubachisa
Qormaata xumura guyyaa 19/05/2018
Seera fi dambi(የትራፊክ ህግ)
Namausa(ስነ ባህሪ)
Nagenya Hojira(ስራ ላይ ደህንነት)
Odefano sasabu(መረጃ መሰብሰብ)
supha salpha(አነስተኛ ጥገና)
❌❌❌Urgent ❌❌❌
Boor guyyaa 07/05/2018 leenjiitootni marsaa 32ffaa harcaati tokko malee akka ganama sa'atii 2:30 GG (biroo) argamtan issin beeksisna. leenji'an hafee tarkanfii fudhatamuuf itti gaafatamuma issa fudhata.
❌❌❌ማሳሰቢያ❌❌❌
ነገ በ 07/05/2018 ሁሉም የ 32ኛ ዙር ሰልጣኞች ጥዋት በ 2:30 ቢሮ እንድትገኙ እናሳስባለን። ለቀረ ሰልጣኝ ለምንወስደው እርምጃ ሃላፊነት ሰልጣኝ የሚወስድ መሆኑን እናሳስባለን ።
现已上线!2025 年 Telegram 研究 — 年度关键洞察 
