ABBI TECH
Відкрити в Telegram
Chaanaalii "ABBI TECH" ✅ Games ✅ APPS ✅ Programming ✅ Tech News ✅ Tech Tips argattu! Want to place ads? Click here: https://telega.io/c/abbi_tech ❤️ Join & Share with your friends! 📥 Contact Us: @Abiti_20. Lencho.et
Показати більше4 727
Підписники
-224 години
-217 днів
-9530 день
Архів дописів
4 727
Want more storage for your phone? ☁️
TeraBox provides you the best cloud service with 1TB free storage, secures your Data, backsup photos and videos and can upload and send large files up to 20GB!
Check out how it works down ⤵️
https://vm.tiktok.com/ZMj4uGdhB/
Enjoy🙏
4 727
Repost from ABBI TECH
Koodiiwwan #Ethio_Telecom: :
*999# tajaajila ethio gabataaf
*127# tajaajila teleebirr fayyadamuuf
*810# tajaajila liqii fayyadamuuf
*994# tajaajila wiirtuu quunnamtiidhaaf
*804# Haftee herregaa ilaaluuf
*805# Heerrega guutuuf
*806# Heerrega dabarsuudhaaf
*807# Akka isiniif bilbilamu gaafachuuf
*822# Sagalee waamichaa fayyadamuuf
*21# Bilbila biraa irratti hidhuuf
#21# Bilbila hidhame hojii irraa kaaasuuf
*111# lakkoofsa bilbilaa keessan ilaaluuf
*868# tajaajila meeshaa waliin walqabateef
*922# tajaajila Yimulu tiif (Rabsitoota Qofaaf)
⚠️ JOIN AND SHARE👇
@Abbi_Tech
4 727
📲 PicsArt Photo Editor
📌 Latest Version: 23.3.6
✅ MOD Features:
➡️ Premium Features Unlocked
➡️ CPUs: arm64-v8a, armeabi-v7a
➡️ Full Multi Languages
Picsart is the largest all-in-one creative platform of photo, video editing, and design tools for Android
4 727
#Telegram irratti qarshii hojjachuu yoo barbaaddan, bot kanaa gad jiru fayyadamuu dandeessu 👇👇👇
https://t.me/Share251_Inviting_Bot?start=YEZDk
🌫 NB: Nama 1 yeroo affeertan, qarshii 3 isiniif kaffala
4 727
#Kutaa_12ffaa
Hamma ammaatti namoonni hin ilaallatin bot kanaan ilaalladhaa👇 @EntranceExamResult2023_Bot
4 727
bu'aa keessan karaa armaan gadii kanaan ilaaluu dandeessu
🫴 Marsariitii http://eaes.et irratti
🫴 Ergaa barreeffamaa gabaabaa 6284
🫴Karaa Telegiraamii https://t.me/eaesbot
══════❁✿❁═════════
Oduuf odeeffanoo har'a waa'ee Teeknooloojii
JOIN: @abbi_tech
JOIN: @abbi_tech
═ ══ ══ ══ ═ ══ ═
4 727
Boru ganama (sa'aatii 12 biyya keessaatti ) bu'aa keessan karaa armaan gadii kanaan ilaaluu dandeessu
1. https://eaes.edu.et/
2. @EAESbot
3. Ergaa gabaabaa 6284
══════❁✿❁═════════
Oduuf odeeffanoo har'a waa'ee Teeknooloojii
JOIN: @abbi_tech
JOIN: @abbi_tech
═ ══ ══ ══ ═ ══ ═
4 727
Ameerikaan iyyattoota DV-2025 fudhachuu eegalte.
Ministeerri Dhimma Alaa Ameerikaa har'a sagantaa waggaa Diversity Visa (#DV) / "Green Card Lottery" jedhamuun beekamu iyyattoota Ameerikaa keessa jiraachuu fi hojjechuu barbaadaniif baneera.
Akka ibsi Ministeera Dhimma Alaa ibsutti sagantichi akka lakkoofsa Awurooppaatti har’a Roobii October 4 irraa eegalee Kibxata November 7 bara 2023 xumurama.
Sagantaa amma jiruun Ameerikaan lammiilee biyya alaa tilmaamaan kuma 55 ta’aniif kaardii magariisaa kenniti.
Ministeerri Dhimma Alaa Ameerikaa sagantaa DV kanaaf galmaa’uuf/iyyachuuf kaffaltiin akka hin jirre beeksiseera.
Haa ta’u malee, dorgomtoonni gara fuulduraatti af-gaaffiidhaaf beellama qaban iyyata viizaa idilee osoo hin galchin dura kaffaltii iyyannoo viizaa kaffaluun dirqama ta’a.
Dorgomtoonni kunniin Viizaadhaaf ga'aa ta'uun isaanii Offiseera kaawonsilarootaatiin kan murteeffamu ta'a.
Walumaagalatti Itoophiyaa dabalatee biyyoota hedduu irraa iyyattoonni DV guutuuf ulaagaa guutan kuma 55 sirna keessootiin akka tasaa filatamu.
4 727
Do you enjoy reading this channel?
Perhaps you have thought about placing ads on it?
To do this, follow three simple steps:
1) Sign up: https://telega.io/c/abbi_tech
2) Top up the balance in a convenient way
3) Create an advertising post
If the topic of your post fits our channel, we will publish it with pleasure.
4 727
Namoonni Yeroo Ayyaanaa kanatti Laptop fi bilbila Dabalatee badhaasota gara garaa badhaafamuu barbaaddan bira hin Darbiinaa
Sagantaa Telewin jedhamu kan Ethiotelecom dhaan qophaa'e kana yoo taphattan package irraa kaasee hanga Laptop Badhaafamuu dandeessu.
🔰 Hirmaachuuf 🔰
1️⃣ gara website kanaa deemaa https://telewin.ethiotelecom.et/
2️⃣ waanti akka suura irra jiruu yeroo isiniif dhufu bilbila keessan galchitu yoo Bonus Argachuu barbaaddan immoo bakka referral code jedhutti 171057 galchitu sana booda login Kan Jedhu tuqxu
3️⃣ sana booda code erguuf waan isin gaafatuuf send kan jedhu tuqxu. Sana booda code karaa sms isiniif ergame galchitu.
🔰 Ariifadhaa 🔰
Odeeffannoo Teeknooloojii Argachuuf 👇👇👇
4 727
🎉Telegram irratti bot Gaaffii barbaaddan isiniif deebisuu #ChatGPT jedhamuu bilisaan fayyadamuu yoo barbaaddan, bot kana fayyadamuu dandeessu👇👇👇
@ChatGPT_v4_Robot
4 727
Geesituu kanaan bilbila keessan ilaalaa!.
Setting_____.Mobile Network s_____ 5G/LTE/3G/2G kan jedhu qaba taanaan SIM kee #5G ta'eera. Teelee deemuun dirqama miti.
Garuu SIM keessan barreeffama GSM 32K/ 3G 64K jedhu qaba taanaan saffisa internet xiqqaa waan qabuuf gara 4G 64K 3-in-1 SlM Replacement (All in one) jijjiirradhaa!.
Tajaajilli 5G bakka hundatti ni gadhiifama.
HUBACHIISA!
Bilbilli keessan SIM lama fudhata yoo ta'e SIM internet irraa fayyamtan 5G/4G yeroo gootan, isa takka ammoo qulqullina network keessaniif 3G/2G gubbaa keewwachuun ni danda'ama.
4 727
🎉 Happy Ethiopian New Year! 🎉
May this year bring joy, unity, and prosperity to all! #EthiopianNewYear #NewYear2016
Вже доступно! Дослідження Telegram за 2025 — головні інсайти року 
