en
Feedback
ABBI TECH

ABBI TECH

Open in Telegram

Chaanaalii "ABBI TECH" βœ… Games βœ… APPS βœ… Programming βœ… Tech News βœ… Tech Tips argattu! Want to place ads? Click here: https://telega.io/c/abbi_tech ❀️ Join & Share with your friends! πŸ“₯ Contact Us: @Abiti_20. Lencho.et

Show more
4 727
Subscribers
-224 hours
-217 days
-9530 days
Posts Archive
Want more storage for your phone? ☁️ TeraBox provides you the best cloud service with 1TB free storage, secures your Data, ba
Want more storage for your phone? ☁️ TeraBox provides you the best cloud service with 1TB free storage, secures your Data, backsup photos and videos and can upload and send large files up to 20GB! Check out how it works down ‡️ https://vm.tiktok.com/ZMj4uGdhB/ EnjoyπŸ™

Repost from ABBI TECH
Koodiiwwan #Ethio_Telecom: : *999# tajaajila ethio gabataaf *127# tajaajila teleebirr fayyadamuuf *810# tajaajila liqii fayyadamuuf *994# tajaajila wiirtuu quunnamtiidhaaf *804# Haftee herregaa ilaaluuf *805# Heerrega guutuuf *806# Heerrega dabarsuudhaaf *807# Akka isiniif bilbilamu gaafachuuf *822# Sagalee waamichaa fayyadamuuf *21# Bilbila biraa irratti hidhuuf #21# Bilbila hidhame hojii irraa kaaasuuf *111# lakkoofsa bilbilaa keessan ilaaluuf *868# tajaajila meeshaa waliin walqabateef *922# tajaajila Yimulu tiif (Rabsitoota Qofaaf) ⚠️ JOIN AND SHAREπŸ‘‡ @Abbi_Tech

Picsart_v23.3.6_Premium.apk68.25 MB

πŸ“² PicsArt Photo Editor πŸ“Œ Latest Version: 23.3.6 βœ… MOD Features: ➑️ Premium Features Unlocked ➑️ CPUs: arm64-v8a, armeabi-v7
πŸ“² PicsArt Photo Editor πŸ“Œ Latest Version: 23.3.6 βœ… MOD Features: ➑️ Premium Features Unlocked ➑️ CPUs: arm64-v8a, armeabi-v7a ➑️ Full Multi Languages Picsart is the largest all-in-one creative platform of photo, video editing, and design tools for Android

#Telegram irratti qarshii hojjachuu yoo barbaaddan, bot kanaa gad jiru fayyadamuu dandeessu πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://t.me/Share251_Inviting_Bot?start=YEZDk 🌫 NB: Nama 1 yeroo affeertan, qarshii 3 isiniif kaffala

#Kutaa_12ffaa Hamma ammaatti namoonni hin ilaallatin bot kanaan ilaalladhaaπŸ‘‡ @EntranceExamResult2023_Bot

bu'aa keessan karaa armaan gadii kanaan ilaaluu dandeessu 🫴 Marsariitii http://eaes.et irratti 🫴 Ergaa barreeffamaa gabaabaa 6284 🫴Karaa Telegiraamii https://t.me/eaesbot β•β•β•β•β•β•ββœΏββ•β•β•β•β•β•β•β•β• Oduuf odeeffanoo har'a waa'ee Teeknooloojii JOIN: @abbi_tech JOIN: @abbi_tech ═ ══ ══ ══ ═ ══ ═

Boru ganama (sa'aatii 12 biyya keessaatti ) bu'aa keessan karaa armaan gadii kanaan ilaaluu dandeessu 1. https://eaes.edu.et/ 2. @EAESbot 3. Ergaa gabaabaa 6284 β•β•β•β•β•β•ββœΏββ•β•β•β•β•β•β•β•β• Oduuf odeeffanoo har'a waa'ee Teeknooloojii JOIN: @abbi_tech JOIN: @abbi_tech ═ ══ ══ ══ ═ ══ ═

photo content

Baga Ayyaana Irreechaatiin Isin Gahe! αŠ₯αŠ•αŠ³αŠ• αˆˆαŠ’αˆ¬α‰» α‰ α‹“αˆ αŠ α‹°αˆ¨αˆ³α‰½αˆ!
Baga Ayyaana Irreechaatiin Isin Gahe! αŠ₯αŠ•αŠ³αŠ• αˆˆαŠ’αˆ¬α‰» α‰ α‹“αˆ αŠ α‹°αˆ¨αˆ³α‰½αˆ!

Ameerikaan iyyattoota DV-2025 fudhachuu eegalte. Ministeerri Dhimma Alaa Ameerikaa har'a sagantaa waggaa Diversity Visa (#DV) / "Green Card Lottery" jedhamuun beekamu iyyattoota Ameerikaa keessa jiraachuu fi hojjechuu barbaadaniif baneera. Akka ibsi Ministeera Dhimma Alaa ibsutti sagantichi akka lakkoofsa Awurooppaatti har’a Roobii October 4 irraa eegalee Kibxata November 7 bara 2023 xumurama. Sagantaa amma jiruun Ameerikaan lammiilee biyya alaa tilmaamaan kuma 55 ta’aniif kaardii magariisaa kenniti. Ministeerri Dhimma Alaa Ameerikaa sagantaa DV kanaaf galmaa’uuf/iyyachuuf kaffaltiin akka hin jirre beeksiseera. Haa ta’u malee, dorgomtoonni gara fuulduraatti af-gaaffiidhaaf beellama qaban iyyata viizaa idilee osoo hin galchin dura kaffaltii iyyannoo viizaa kaffaluun dirqama ta’a. Dorgomtoonni kunniin Viizaadhaaf ga'aa ta'uun isaanii Offiseera kaawonsilarootaatiin kan murteeffamu ta'a. Walumaagalatti Itoophiyaa dabalatee biyyoota hedduu irraa iyyattoonni DV guutuuf ulaagaa guutan kuma 55 sirna keessootiin akka tasaa filatamu.

photo content

Do you enjoy reading this channel? Perhaps you have thought about placing ads on it? To do this, follow three simple steps: 1) Sign up: https://telega.io/c/abbi_tech 2) Top up the balance in a convenient way 3) Create an advertising post If the topic of your post fits our channel, we will publish it with pleasure.

Namoonni Yeroo Ayyaanaa kanatti Laptop fi bilbila Dabalatee badhaasota gara garaa badhaafamuu barbaaddan bira hin Darbiinaa S
Namoonni Yeroo Ayyaanaa kanatti Laptop fi bilbila Dabalatee badhaasota gara garaa badhaafamuu barbaaddan bira hin Darbiinaa Sagantaa Telewin jedhamu kan Ethiotelecom dhaan qophaa'e kana yoo taphattan package irraa kaasee hanga Laptop Badhaafamuu dandeessu. πŸ”° Hirmaachuuf πŸ”° 1️⃣ gara website kanaa deemaa https://telewin.ethiotelecom.et/ 2️⃣ waanti akka suura irra jiruu yeroo isiniif dhufu bilbila keessan galchitu yoo Bonus Argachuu barbaaddan immoo bakka referral code jedhutti 171057 galchitu sana booda login Kan Jedhu tuqxu 3️⃣ sana booda code erguuf waan isin gaafatuuf send kan jedhu tuqxu. Sana booda code karaa sms isiniif ergame galchitu. πŸ”° Ariifadhaa πŸ”° Odeeffannoo Teeknooloojii Argachuuf πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

πŸŽ‰Telegram irratti bot Gaaffii barbaaddan isiniif deebisuu #ChatGPT jedhamuu bilisaan fayyadamuu yoo barbaaddan, bot kana fay
πŸŽ‰Telegram irratti bot Gaaffii barbaaddan isiniif deebisuu #ChatGPT jedhamuu bilisaan fayyadamuu yoo barbaaddan, bot kana fayyadamuu dandeessuπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ @ChatGPT_v4_Robot

photo content

photo content

Geesituu kanaan bilbila keessan ilaalaa!. Setting_____.Mobile Network s_____ 5G/LTE/3G/2G kan jedhu qaba taanaan SIM kee #5G
Geesituu kanaan bilbila keessan ilaalaa!. Setting_____.Mobile Network s_____ 5G/LTE/3G/2G kan jedhu qaba taanaan SIM kee #5G ta'eera. Teelee deemuun dirqama miti. Garuu SIM keessan barreeffama GSM 32K/ 3G 64K jedhu qaba taanaan saffisa internet xiqqaa waan qabuuf gara 4G 64K 3-in-1 SlM Replacement (All in one) jijjiirradhaa!. Tajaajilli 5G bakka hundatti ni gadhiifama. HUBACHIISA! Bilbilli keessan SIM lama fudhata yoo ta'e SIM internet irraa fayyamtan 5G/4G yeroo gootan, isa takka ammoo qulqullina network keessaniif 3G/2G gubbaa keewwachuun ni danda'ama.

photo content

πŸŽ‰ Happy Ethiopian New Year! πŸŽ‰ May this year bring joy, unity, and prosperity to all! #EthiopianNewYear #NewYear2016
πŸŽ‰ Happy Ethiopian New Year! πŸŽ‰ May this year bring joy, unity, and prosperity to all! #EthiopianNewYear #NewYear2016